Olana challenge

Olana challenge I am ICT trainer

02/04/2024
Today best photo
22/01/2024

Today best photo

  jelqabaaf TV yeroo argituuπŸ€£πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£
04/01/2024

jelqabaaf TV yeroo argituu
πŸ€£πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ€£

Seenaa Birmadummaa Somaaleland  ------  ( Barri hundi akka bar lakkooytuu Awurooppaatti). *Somaalilaandiin waxabajjii ba...
04/01/2024

Seenaa Birmadummaa Somaaleland
------

( Barri hundi akka bar lakkooytuu Awurooppaatti).

*Somaalilaandiin waxabajjii bara 1960 keessa kolonii Ingilizii jalaa walabummaa labsitte. Gaafas Torban tokko keessatti biyyoota 35 irraa beekamtii argatte.

=>Biyyi Somaaliyaa (Moqaadishoo)niis baruma kana walabummaa somaalelanditti aane guyyoota shan booda Xaaliyaanii jala walabummaa ishee labsite. Somaalonni lamaan fedhiidhaan Adooleess 1/1960 tokko ta'an. Walitti makamuun booda ummanni kibbaa (Moqaadishoo) irra caalaan mootummaa giddu galeessaa keessatti aangoo qaba ture. Misooma fi hojiiwwan biroo keessatti dursa kan argatan naannolee fi magaalota kutaa kibbaa turan.

=> Hayyoonni fi maanguddoonni Somaaliland mootummaan giddu galeessaa naannoo lamaan ija tokkoon akka ilaalu gaafachuu jalqaban. Garuu deebiin kenname sodaachisaa fi hidhaa ture. Muhaammad Ibraahim Igal bilisoomsuu Somaaleelaandiif falmatee Ministira Muummee mootummaa giddu galeessaa ta'uun muudame, mootummaa Aadre keessaa bakka isaa kaafamee hidhame.

=> Lammiileen Somaaleelaand gaaffii isaaniif deebii hin arganne, naannoo bara 1979 jaarmiyaa "Bilisummaa Biyyoolessaa Somaalee" (afaan Somaaleetiin "Kulmiyye" jedhama) ijaaruun qabsoo hidhannoo seenan. Caamsaa 18, 1991 Somaalilaandiin waggoota kudha lamaaf waraana gara jabinaa fi gara jabinaa booda bilisa baate.
--------
Somaaliland ergasii biyya walaba taate. Fedhiin ummataa guutamuu isaa mirkaneessuuf yeroo lama "Riferendum" geggeessite. Garuu qaamoleen biroo UN irraa eegalee beekamtii isheef kennuu didan.

Biyyoonni biroo garuu mirga kana hin dhorkaman. Fagoo dhiifnee waa’ee kan dhiheenya kanaa yoo dubbanne, Tiimoor Bahaa (1999) fi Sudaan Kibbaa (2011) birmadummaa isaanii bifa wal fakkaatuun akka labsan ni hubanna. Garuu loogii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi biyyoota dhihaatiin raawwatameen Somaalilaandiin beekamtii argachuu hin dandeenye.

04/01/2024
31/12/2023

16/12/2023

Mucaa keessaan kana nama jabaa hanga ammaatti osoo abdii hin kutiin kaayyoo isaatif hojjachaa Jira ❀️❀️
Murtee Show 1

14/12/2023

Wantoota sagal (9) milkaa'ina dalagaa/hojii keenyaa balleessan!
(By Dr. Travis Bradberry)
************
1. HUMNAA OL WAADAA GALUU fi WAAN XIQQOO RAAWWACHUU!
Maamiltootaaf, hiriyootaa fi namoota biroof waa raawwachuuf waadaa galuun hawwataadha. Kun keessumaa namoota hojii isaaniitti cimanii hojjatanii fi nan raawwadha jedhanii yaadan irratti argama.
Waadaa baay'isanii galuun dhiibbaa cimaa kan namarratti uumuu fi yoo hin dhugoomfamiin hafe ammoo maamila biratti kan nama qaanessu, galata nama dhowwatu, akkasumas hamilee nama buusu dha. Kanaafuu yoo namootaaf waadaa gallu, haga hojjachuuf qaqqabsiisuu dandeenyu tilmaamnee ta'uu qaba.

2. OFTUULUMMAA!
Namoonni tokko tokko yoo wantoonni lama sadi walitti aananii milkaa'aniif jalqabnii fi xumurri milkaa'inaa anuma jedhanii yaaduu eegalu. Mo'ichi ykn milkaa'inni gaariidha, hamilee namatti hora, nama boonsa. Rakkoon kan dhufu gaafa milkaa'inni sun sammuu namaa keesaa seenee oftuulummaa namatti horudha. Miirri kun akka tasaa fuulduratti kufaatiin yoo dhufe illee kan irraa baratan osoo hin taane kan ittiin miidhaman nama taasisa.

3. HOJII SIYAASESSUU!
Bakka hojiitti jabaatanii cichoominaan hojjatanii fudhatama argachuun ni danda'ama. Gama biroon ammoo kana dhiisaanii kanneen lola kakaasuun, garee uummachuun, hojjetoota biroo hadheessuun, oduu sobaa daddabarsuun fi kanneen biroo kana fakkaatan gochuun da'atanii jiraatan ni jiru. Kun hojii siyaassessuu dha.

4. HOOGGANAATTI of AGARSIISUUF QOFA HOJJACHUU!
Waan hoogganaan jaallatu dalaguu fi hoogganaa qofatti argamuuf fiiiguun laga hin ceessisu gaaras hin baasu. Namoota hojii dhugaan sirriitti dalagan biratti jibbamuu fida. Hoogganaa ofii biratti fudhatama argachuun barbaachisaa akka ta'e beekamaadha, garuu hojii dhugaadhaan hojjatamuun ta'uu qaba. Milkaa'ina hojii ofiitiifis ammalli kun gufuu guddaa ta'a.

5. BAKKA JIRANII fi AKKA JIRANITTI QUUFUU!
Kun waan qaban, waan beekan ykn waan irra jiranitti quufuu ykn sanaa ol darbuuf fedhii dhabuudha. Kun akka namni waan haaraa hin

14/12/2023

 ❀️
14/12/2023

❀️

Jirraa  kunoo
26/06/2023

Jirraa kunoo

  karim
26/03/2023

karim

Congratulations Shek keenya itti xiqqaata
23/02/2023

Congratulations Shek keenya itti xiqqaata

Mashaa allah bro kunii kan jalqabaatii
23/02/2023

Mashaa allah bro kunii kan jalqabaatii

02/02/2023
27/01/2023

Address

Addis Ababa

Telephone

+251937772435

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olana challenge posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Olana challenge:

Share



You may also like