๐’๐ข๐ข๐ค๐ค๐จ๐จ ๐Œ๐š๐ง๐๐จ๐จ

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐’๐ข๐ข๐ค๐ค๐จ๐จ ๐Œ๐š๐ง๐๐จ๐จ

๐’๐ข๐ข๐ค๐ค๐จ๐จ ๐Œ๐š๐ง๐๐จ๐จ Kaayyon keenya
Tokkummaa Keenya
(2)

Fincaayaan Leephis akkuma Haroo Wancii Ganda Turizimii Idil-addunyaa tahuun galmaayeera. Dhaabbatni Mootummoota Gamtooma...
19/10/2023

Fincaayaan Leephis akkuma Haroo Wancii Ganda Turizimii Idil-addunyaa tahuun galmaayeera.
Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Fincaayaa Leeppisiif beekkamtii kennuu beeksiseera.
Visit Oromia dabalatee qaamotni beeksisuu keessatti gahee keessan baatan Galatoomaa.
๐’๐Ž๐๐€ ๐๐ˆ๐‹๐ˆ๐’๐”๐Œ๐Œ๐€๐€๐ˆ๐’๐Ž๐๐€ ๐๐ˆ๐‹๐ˆ๐’๐”๐Œ๐Œ๐€๐€

04/10/2023

Waadaa kee eegdee mul'ata kee galmaan ga'uuf namoota huunda booda rafi, hunda durammoo barii barraaqaaan ka'i akkasummas namoota si waliin sochootu addaan baafadhu.

Egaa gaafa ati Mul'ata kee hojiitti hiikuuf kaatu mul'anni kee namoota gosa lama si faana sochoosa
1ffaa. Namoota mul'ata kee si jaallatanii,mul'ata kee deeggaran siif kaasa, 2ffaa. Namoota mul'ata warraa faallaa kee deemuun siins mul'ata kee awwaaluu barabaadan immoo sirratti kaasa. Kanafuu obbolee koo namoota si faana socho'an addaan baafacha adeemi. Kun qajeelfama milkaa'inaa kee isa tokko.

Hojii Boonsaa fi Oduu_Gammachiisa.Oromiyaan biyya keenya, Lafti keenya lafee keenya jechuun Iddoo Finxaa-leeyyiin Faanno...
03/10/2023

Hojii Boonsaa fi Oduu_Gammachiisa.

Oromiyaan biyya keenya, Lafti keenya lafee keenya jechuun Iddoo Finxaa-leeyyiin Faannoo Amaara yeroo dheeraaf dhuunfatte turte Qorkeen harka oromootti deebite jirti.
guyyoota muraasa dura
Iddoo saanii shiftoota kanaa fi Asxaa Alaabaa lummuxxii barjaa isaanii buqqisuun. Gara naannoo Amhara minjaaritti gachuun
Barjaa oromiyaa dhaabamee kan ture ni yaadatama.

Guyyaa har'aa Fantaalle Qorkeetti Alaabaan Oromiyaa fi Tan Ethiopia sirriin Qorketti fannifame jira. Ummanni keenyas iddoo San Qubatee jira,!
Baga Gammaddan qe'een Abbaaf deebite jirti.

Injifannoo kana Fiduuf salphatti osoon taane,
lubbuu qaaliwwan ilmaan oromoo hedduutu asitti waree-gama kafale ta'us iddoo dhii~gan deebifanne kana Cichoominaan Eeggana,
abbaan lafaa fi qe'ee kanaa Oromoodha jechuun hoggantoonni Fantaalle kana caalmatti hojjachaa jirra jedhu.

Qaama kamiyyuu olitti poolisonni humna Addaa oromiyaa gatii lakkaa'ame hin dhumne iddoo kanatti kaffalani jiru galata guddaa qabdu!๐Ÿ™

Daangaa kabachiisuun Kun bakka hundatti taโ€™uu qaba!
Keessattu Gara somaalee wal daangeessu.
Kan akka cinaaksaniifi baabbilee xiyyeeffannuu guddaan daangaa sana kabachiisuun barbaachisaadha!
Oromiyaan dhii-gaa fi Lafee ilmaan oromootin kabajamti๐Ÿ’ช

Qophiin xumurameeraโ€ผ๏ธJala bultii ayyaana Irreechaa magaalaa keessan keessatti dhiichisuudhaaf qophooftanii? Galmi guddic...
02/10/2023

Qophiin xumurameeraโ€ผ๏ธ

Jala bultii ayyaana Irreechaa magaalaa keessan keessatti dhiichisuudhaaf qophooftanii?

Galmi guddichi barkumee isin eegaa jira.

Guyyaan : Fulbaana 25/2016
Bakka: Galma Barkumee
Balballi saโ€™a 7:00 irraa eegalee saaqama

Ispoonsaroonni sagantaa

Safaricom Ethiopia
Coca-Cola Beverages Africa-Ethiopia
BGI Ethiopia
Cooperative Bank of Oromia

Yooyyaa
09/07/2023

Yooyyaa

๐–๐š๐ง๐ญ๐ข ๐ค๐ฎ๐ง ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š ๐“๐ข๐ค๐“๐จ๐ค ๐œ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐Ÿ๐ž๐ž ๐ง๐š๐ฆ๐š๐Ÿ ๐ค๐š๐Ÿ๐š๐ฅ๐š ๐š๐ค๐ค๐š๐ฆhttps://m-creative.kwai.com/creator/me-share?webvie...
04/03/2022

๐–๐š๐ง๐ญ๐ข ๐ค๐ฎ๐ง ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ž๐ž ๐ข๐ฌ๐ข๐ง ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š
๐“๐ข๐ค๐“๐จ๐ค ๐œ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐Ÿ๐ž๐ž ๐ง๐š๐ฆ๐š๐Ÿ ๐ค๐š๐Ÿ๐š๐ฅ๐š ๐š๐ค๐ค๐š๐ฆ

https://m-creative.kwai.com/creator/me-share?webview=yoda&bizId=creative&kpn=KWAI.ME&source=SHARE&share_item_type=h5&cc=COPY_LINK&share_id=ANDROID_096b9129e30cf677_1646406242366&share_device_id=ANDROID_096b9129e30cf677&share_uid=150001229121117

ุชุนุงู„ ูˆุงู†ุถู… ุฅู„ู‰ ู…ุดุฑูˆุน ู†ุฌู… ุงู„ู…ุจุฏุน ููŠ Kwai, ูƒุซูŠุฑ ู…ู† ุงู„ุญู‚ูˆู‚ ููŠ ุงู†ุชุธุงุฑูƒ

๐‘๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฆ๐šAn kanan jedhu Adawaan guyyaa lolaa ture, moo guyyaa Afaan banaaโ€™ture mandara sanatti;)๐ค๐ฎ๐ง๐ข ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ข ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐›๐ข๐ง๐ž...
02/03/2022

๐‘๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฆ๐š
An kanan jedhu Adawaan guyyaa lolaa ture, moo guyyaa Afaan banaaโ€™ture mandara sanatti;)
๐ค๐ฎ๐ง๐ข ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ข ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐›๐ข๐ง๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š

-BREAKING:Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Abbaa alangaa olaanoo mana murtii yakkaa Addunyaa kan turte, Fatuu Bensouda...
02/03/2022

-BREAKING:Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Abbaa alangaa olaanoo mana murtii yakkaa Addunyaa kan turte, Fatuu Bensouda adeemsa qorannoo sarbama mirga namoomaa Itoophiyaa keessatti raawwatamee adda durummaan akka hooggantu muude!

-Manni Maree Mirgoota Namoomaa UN kana dura sarbama mirgoota namoomaa Itoophiyaa keessatti qaamolee hundaan raawwataman qorachuuf komiishiniin eksipartootaa idil-addunyaa haaran akka hundaa'u sagalee caalmaan murteessee ture.

-Qorannoo amma akka godhamuuf murteen darbe kana Mootummaan Itoophiyaa akka hin fudhanne ibsee ture. Kun osoo kanaan jiruu dhaabbanni Mootummoota gamtoomanii yakkichi qoratamuu caalaa nama muuxannoo cimaa qabu, abbaa alangaa olaanoo mana murtii yakka Addunyaa kan turteen qorannoon Itoophiyaarratti akka eegalamu murtoo dabarseera. Dubbiin jajjabduudha!!
๐๐š๐›๐ฌ๐จ๐จ๐ง ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐ฎ๐Ÿ๐š

Ethiopian Alaabaa Raashiyaa posottus, nuti Oromiyaan  injifannoo Yukireen shere goona๐Ÿ’ช
02/03/2022

Ethiopian Alaabaa Raashiyaa posottus, nuti Oromiyaan injifannoo Yukireen shere goona๐Ÿ’ช

Yukireen waraana Raashiyaa 5,840 ajjeeseera jette
Humni waraanaa Yukireen akka jedhutti, gabaasni jalqabaa gaggeeffame akka agarsiisutti erga gaafa Yukireen weerarmtee kaasee humnoota Raahsiyaa gama hundaan kasaaraan mudateera.

BBC garuu gabaasa kana hin mirkaneeffanne, garuu ministeerri ittisaa UK humnoonni Mooskoo weerara Yukireen irratti banan kanaan kasaaraan guddaan akka isaan qaqqabe amana.

Akka Yukreen jettutti kasaaraan humnoota Raashiyaarra gahe:

loltoonni 5,840 ajjeefamuu
Xiyyaaronni 30 rukkutamuu
Helikoopteroonni 31 rukkutamuu
Taankiiwwan 211 gubachuu
Konkolaataawwan loltootaa hidhannoon bahan 862 gubachuu
Sistemoota meeshaa 85 hojii ala ta'uu
Sistemoonni farra xiyyaaraa 9 hojii ala ta'uu
Taankiin boba'aa 60 gubachuu
Konkolaataawwan biroo 355 gubachuu
Dhukaastuun rookeetii 40 MLRS fudhatamuu

Waan ta'aa jiru kallattiin as keessaa argattu โžก๏ธโžก๏ธ https://bit.ly/347jnSR

17/02/2022
12/12/2021

๐“๐ƒ๐… ๐ฐ๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐š ๐ฉ๐ฉ 80,000 ๐ญ๐ฒ๐ข ๐ฑ๐š๐ซ๐š๐ ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ž
๐Š๐ฎ๐ง๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐ง๐ข ๐ฃ๐š๐ฅ๐š๐š ๐ฎ๐ฆ๐ง๐š๐š๐ง ๐ข๐ฅ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ก๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ข๐›๐ข๐๐๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐จ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฐ๐š๐ซ๐ฐ๐š๐š๐œ๐ก๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ
https://www.facebook.com/QabsoonHammaBilisummaati/

  Daa'imman isaafi maatii isaa qofa osoo hin taane, hunda keenya.  ji'a guutuu dhokfamuun qabatamatti kan nutti agarsiis...
31/12/2020

Daa'imman isaafi maatii isaa qofa osoo hin taane, hunda keenya.

ji'a guutuu dhokfamuun qabatamatti kan nutti agarsiisu,
~ kan ajjeesee fi kan dhugaasaa gara seeraatiin nibaafna jedhu tokko tahuu ifatti muldhisa...

Dhugaa Hacaaluu duuka buunee barbaaduuf kan qabu qofa

Gaafa guulaa nuguulchisaaGaafa duulaa nuguulchisaaWaan booda Oromoo eeggatuuYoo beekkattan yeroon beekkamtuuGaafa rakko ...
25/12/2020

Gaafa guulaa nuguulchisaa
Gaafa duulaa nuguulchisaa

Waan booda Oromoo eeggatuu
Yoo beekkattan yeroon beekkamtuu

Gaafa rakko shan nuwaamattanii
Rakkoo baanan nu irraanfattanii...

Abadan Abiy Ahmed hin deeggarru
Abadan bilxiginnaa hin deeggarru

upcoming Oromoo singer Keekiyyaa Badhaadhaa has released his new Single Barraaq! Check out this amazing music video exclusively available on Vision Entertain...

Duulli miidiyaa hawaasa beekkamaa Adunyaan dhimma itti bahatan Tiwutaraa irratti ilmaan  Oromootin qindaa'ee jalqabame t...
18/12/2020

Duulli miidiyaa hawaasa beekkamaa Adunyaan dhimma itti bahatan Tiwutaraa irratti ilmaan Oromootin qindaa'ee jalqabame taatee CICCIMA galmeessisiisaa jira

Bu'aa daangaa hin qabne gonfataa jirra
Warri Eeshiyaa fi Awurooppaa duula kana xiyyeeffannoon hodofaa irratti hirmaachaa jiru
Duulli kuni itti fufee Jira

Ato Ararso Biqilaa wudqii ta'e, projektiin Taye ni kufe, ONEG-Hilton-Ergamtuu-Amaaraa-Ato-Araarsoo ni kasaare, boordiin ...
18/12/2020

Ato Ararso Biqilaa wudqii ta'e, projektiin Taye ni kufe, ONEG-Hilton-Ergamtuu-Amaaraa-Ato-Araarsoo ni kasaare, boordiin filannoo bilxiginnaa Ato Ararsoon gadi taa'i jedheen.

Jechuun: boordiin bilxiginnaa Burtukan Mideksan hoogganamu ABO Ato Ararso hin beekne kan Dawud Ibsa hoogganu malee jedheera!!

Wanti kuni keessa bilxiginnaa nageenyi akka hin jirre agarsiisa garuu!

Suudaan Daangaa Itoophiyaa qaxxamuruudhaan Lafa KM-iskuweerii-5700 ol fudhachuun beekameBiyyi Suudaaniif Itoophiyaa wagg...
05/12/2020

Suudaan Daangaa Itoophiyaa qaxxamuruudhaan Lafa KM-iskuweerii-5700 ol fudhachuun beekame

Biyyi Suudaaniif Itoophiyaa waggoottan 50n darban Daangaa Itoophiyaa fi Suudaan irratti lafa Qonnaa Naannoo Alqadarif, Alfaashiqaa jedhamu kan N.ATigrayiin wal daangessan irratti waldhabdeen yeroo adda addaatti uumamaa turus, kan fayyadamaa ture Qotee Bultoota Itoophiyaa akka tahe gabaasni Miidiyaa jedhamu ifoomseera.
Haatahuu malee, Amma rakkoo nageenya N.Tigray keessatti uumameen walqabatee waraanni naannoo sana qubatee ture waan socho'eef Naannoo sana iddoo saditti hiranii fudhachuu gabaasichi mirkaneesseera.
Kana malees, Gaaga'ama Itoophiyaa keessatti uumame itti-fayyadamteerti jedha gabaasichi.

Dhugaan galgala galti ๐Ÿ’ช
Hundaa yeroon nifurti ๐Ÿ™

Arsiin dhama qabu:-OPDO obboleessa ajjeeste, TPLF waliin ganna 27f Arsii salphifte waliin hin hiriiru.-Baacaa Dabalee, B...
05/12/2020

Arsiin dhama qabu:
-OPDO obboleessa ajjeeste, TPLF waliin ganna 27f Arsii salphifte waliin hin hiriiru.
-Baacaa Dabalee, Birhaanuu Juullaa, et al. warra TPLF waliin ta'ee gootota Oromoo kanniin akka Nadhii Gammadaa, Guutamaa Hawaas, Yoosef (obboleessa Leencoo) fi kkf galaafate hin faarsu.
-Abbaa-irree ummata irratti hin goobsu
-Sirna Nafxanyaa akka Arsitti deebi'uuf haala hin aanjessu
-Aangoo sobaan ufii fi gosas hin salphisu
Arsii dhama qabu biratti faaydaa dhuunfaa isa gosaati kan dursu.
Ajjeechaa, hidhaa fi ukkaamsaan mana Oromoo hunda seenaa jira. Gariin ni waakkata. Inni biraa dhimma biratti sababata. Arsiin dhama qabu dhugaa afaan hin qabu.

Abiy โ€œdhimma keessoo biyya keenyaa keessa galuu isiniif hin eeyyamnuโ€ jedhee xalayaa hawaasa addunyaatiif barreesse. Gar...
25/11/2020

Abiy โ€œdhimma keessoo biyya keenyaa keessa galuu isiniif hin eeyyamnuโ€ jedhee xalayaa hawaasa addunyaatiif barreesse. Garuu, kuni dogongora guddaadha. Waraanni kuni dhimma keessoo Itoophiyaa bira darbee jira. Mirgi namoomaa dhiitamaa jira. Yakkoonni gurguddoon akka yakka waraanaa, yakka sanyii namaa balleessuu fi yakka namummaa irratti hojjatamu raawwachuun dhimma keessoo jedhamee bira darbamuu hin dandaโ€™u. Dabalataanis waraanni kuni Erteraa hirmaachiseera; lammiileen kuma 40 ol taโ€™an qeโ€™ee fi qabeenya isaaniirraa baqataniiru. Bakka kuni hundi taโ€™ee jirutti โ€œdhimma keessoo biyyaa keessa hin galinaaโ€ jedhamee xalayaan barreeffame hawaasa addunyaa daranuu aarsa. Abiy jaalatees jibbees waraana kana ilaalchisee hawaasni addunyaa harka maratee hin taaโ€™u. Kallattinis taโ€™ee alkallattiin dhimmicha keessa galuun waan hafuu miti. Ashaagireen hawaasa addunyaa guutuu waliin wal dhabaara. Salphataa jira.

****
Abiy wrote a letter โ€œrejectingโ€ an intervention of the international community into the , which he considers an internal affair. However, gross violations of human rights involving war crimes, genocide and crimes against humanity are not internal affairs. Plus, this war has already become an international affair affecting the global community given the involvement of Eritrea and thousands of refugees crossing the Sudanese borders. Whether Abiy and his supporters like or not the UNSC has a mandate to intervene in the country as human rights are grossly violated and humanitarian corridors are closed.

  - Finfinneett Manni Jireenyaa Kuma-80 ol kanneen   ala ijaaramuun himame.Finfinnee keessatti Manni Jireenyaa Kuma-80 o...
24/11/2020

- Finfinneett Manni Jireenyaa Kuma-80 ol kanneen ala ijaaramuun himame.

Finfinnee keessatti Manni Jireenyaa Kuma-80 ol kanneen ala ijaaramani tahuu Qorannoo waajirri kantiibaa gaggeesse kan mirkaneesse. Kunis lafa heektara 1300 olitu seera malee qabameera jedhameera. Qorannoon waajirri kantiibaa Magaalaa Finfinneerratti gaggeesse Aadde Adaanech dhiyeesanii irrattis mar'atameera.

Saamicha Lafa Heektara 1300 0p Magaalaa Finfinnetti raawwatame kana Hooggantoota Mootummaa olaanoo dabalatee Hooggantootni Paartiilee Mormituus keessa jiraachuu qorannichi mirkaneessuun himameera.

Dhaamsa Artist Dawit Mekonen"Y A A    O R O M O O Abdii raggaasaa mana hidhaa jiruBaqqalaa garbaa mana hidhaa jiruJawaar...
24/11/2020

Dhaamsa Artist Dawit Mekonen

"Y A A O R O M O O

Abdii raggaasaa mana hidhaa jiru
Baqqalaa garbaa mana hidhaa jiru
Jawaar mohammed mana hidhaa jiru
Ummata oromoo guutuu mana hidhaa jiru

Jaallewwan qabsoo jaal marroo ,Jaal Goolicha ,Jaal gammachuu ,jaal sanyii waraanni bilisummaa oromoo hoolaa hatanii otoo hin tahiin bilisummaa keef jecha laga keessa joiran si abdataniiti yoo barumsaa ittiin jiraachuudhaaf barataniiru garuu barumsi sabaaf hin taane hallayyaa haa lixu jedhanii sirratti citan. wal keninee hin teenyu walii kennina malee
Afuuffaan madaa hin fayyisu didi didi didi didi
Tollu waliin tolla
แŠ แ‰ตแ‹ฐแŠ“แŒˆแˆญ"

24/11/2020

Har'allee Waa'ee Nama Kanaa Nin Dubbadha || Mohaammad Dafoo'tiin
___
Waa'ee nama kanaa guyyuu namuu waa barreessaa oola. Addunyaan akka waan mootummaan tokko Ethiopia keessatti haqa malee uggurameetti gurra qaree caqasaa oola. Miidiyaaleen Addunyaa kanaa yoo inni waa ta'uu mitii dhukkubsate,yoo inni mana hidhaa tokko irraa gara mana hidhaa birootti jijjiirame guyyaatti yeroo 10 ol irra deddeebi'ee hafarsaa oola. Kun hunduu kan ta'eef dandeettii fi daandii namni kun qabatetu sirrii waan ta'eef diinnis firris, kan jibbus kan jaalatus ija baasee isa hordofa! Namni haqa qabu Rabbi birattis, Nama birattis laayyotti hin kufu.

Jawar nama biyya kanaaf olmaa guddaa oole! Maalummaa qabsoo karaa nagaa namni biyya kana barsiise isa. Humni ummataa humna warra qawwee hidhatee akka caalu, Aangoon akkuma harma dubartiidhaa bulee kufuu, Daandiin dhugaa daandii sobaa caalaa akka nama fayyadu siyaasa qofaan osoo hin ta'in, ifatti Calculaterii kompiitara takkaatiin nama mirkaneessee miiliyoonota daandii sirrii qabsiise! Ilmi oromoo kamuu eenyummaa isaatiin akka boonu " i am oromo first" , Sabaa fi sab-lammiin biyya kanaa kabaja argachuuf Afaan,aadaa fi seenaan isaanii akka kabaja argatu,akka of beekan namni qooda leencaa taphate isa. Jawaar Sabaa fi sab lammii biyya kanaatiif agartuudha. Abbootii irree fi warra seera malee gateettii nama tokkoo irra jiraataniif summiidha. Wallaalaa akka koo kanaa mitii beekaan addunyaa kanaa dadhabbii nama kanaa,galata namni kun biyya kanaaf oole barreessee hin xumuru!

Yoo dhugaa dubbanne nama kanaaf kabaja guddaatu mala. Nama kanaaf hidhaa fi dararaa hamaa osoo hin taane hamma kiiloo 4 tti aangoo fi badhaasa nagaa addunyaa "Nobel pic prize" tu mala. Nama waan darbe dubbisee namas gaafatee yaadatuu qofaa mitii nama waan dhufu dursee xiinxaluu osoo hin taane raaguu danda'uudha! Jawaar oromoof kennaadha! Jawaar oromoof kennaa rabbi carraadhaan oromoof kenne! Jawaar oromoodhaaf hireedha!

Dhibee yeroo amma biyya kana guutuu gaaga'aa jiruuf dawaan jawaar qofa! Furmaanni burjaajjii siyaasa ityoophiyaa keessaa fi alaan uumamee leenca kana qofa harka jira! Kufaatii diinagdee biyya kana qunnamee baraaruu fi dandamichiisuu kan danda'u gorsaa fi yaada nama kanaa qofa dhaga'uudha.

Jawaar fi hayyoonni oromoo guutummatti hiikaman malee biyyi kun fayyuu mitii halkan takka nagaan bulee hin oolu! Galma dhugaa kana banaa. Ofittummaa fi yaada keenya qofa dirqiin fudhaa dhiisaa nama kanaaf carraa laadhaa! Kana calaa biyyas ofis qilee hin naqinaa hayyuu kana hiikaa! Wanti namni kun jedhee osoo hin ta'in hafe tokkollee hin jiru waan ta'eef isiniin jedhe. Kan leenci kun dubbatee ofdura ta'uuf jiru hedduutu hafee walbaraarraaf isiniin jedhe!

Mohammed Defo'tiin!

  NEWS The   National Security Council ( ) "calls for mediation" to "end this tragic conflict now" between the federal a...
23/11/2020

NEWS

The National Security Council ( ) "calls for mediation" to "end this tragic conflict now" between the federal and regional state governments; said it "supports efforts led by" the current chairman & South African President, Cyril Ramaphosa

  koo "Eessa jirra" jette gaafattee osoo dubbisaa hin argatin wareegamte.๐Ÿ˜ข Gaafiin ati gaafatte har'allee otuu deebii hi...
23/11/2020

koo "Eessa jirra" jette gaafattee osoo dubbisaa hin argatin wareegamte.๐Ÿ˜ข Gaafiin ati gaafatte har'allee otuu deebii hin argatin akka jirtu osoo beeytee maaluma nun jetta? koo siis dhabnee, deebisaa gaafii teetii dhabuun keenya kun "Waa'ee keenya itti dhiisne silaa naman dhiisuu" kan ati jette nuuf dhaamte na yaadachisa. koo..har'aas Ah...๐Ÿ˜ข akkuma jennetti jirra. koo duuti kee akka boqqonnaa nu dhoorketti boqonnaa si hin dhoorkuu, nagayaan naaf boqadhu Goota koo. Si hin irraanfanne si hin irraanfadhu.
koo Rabbummaan haqa kee dhugaa kee haa baasu.

"Waa'ee keenya itti dhiisne silaa naman dhiisuu
Dubbiin keenya akkan taane
Nu osoo jirruu akkan jirre maal goonu akkan jirre
Jiruu faana gargar baanee
Itti dhiifnee yookaan gadin teenye
Walii gallee yookaan alaan galle....."

23/11/2020

Odeessa Masaraati!!
=====
"Oduu kiloo 4 dhignii ilmaan Oromoo isin haa machesuu.
*******///*******

Iccitii maddaa Ammanam irra Masaraa
Masaraa keessa wal mormiin ka'eera. Warri Amaaraa (Tamasgeen Xurunee, Demeke Mekonnen, L.General Ababaaw Taaddasee) Mekelle haleella jedhan. Biraanuu Juulaa fi Abiy immoo RIB ni dhumata waan taheef aangoon biyya kanaa nu harkaa baha jedhanii mormaa jiru. Mormiin kun gara walshakkiitti cehee hoogganaan humna addaa naannoo Amaaraa milishaa fi humna addaa bobbaasuu irraa akka of qusatu, yoo humni addaa fi milishaan Amaaraa dhumate Tigiree fi Oromoon Amaaraa weerara jedhanii waliif dhaamaa jiru.
Dabalataan leenjiin waraana waloo Arab Sword jedhamu Biyyoota Arabaan eegalamee jira. Sudaanii fi Egypt keessatti adda dureen hirmaachaa jiru. PPn kallattii maraan hudhamtee jirti. Sudaan yeroo jalqabaaf kaleessa marii hidha Abbayyaa keessaa bu'aa koo ni tuqa jettee baate. Oromoon carraa kana hundatti fayyadamee diina isaa fincilee burkuteessee yeroon itti Mootummaa Cehumsa Biyyoolessa Oromiyaa ijaarratu amma. Nuti, Qeerroon Bilisummaa Oromoo dirqama keenya ni baana"

WALIIF DABARSAA!!

13/11/2020
26/10/2020

Abiyyiin Tplf'n cabsuuf Isaayyasiin daboo waamate.Woyyaaneen garuu Makkalaakayaa Abiyyiin ittiin dhaadatu walakkaan akka isaaf hin ajajamnee fi meeshaa waraanaa firii takkallee fuudhanii Naannoo Tigraayiti hin baane dhoowwitee jirti.
Waraana Eertiraatiinis seenaa badaa lubbuu ilmaan keenyaa galaafatu malu daballee hin dalagnu jettee waamicha gooteef woyyaaneen.Eertiraa fi Tigraayinis olaantummaadhaan kan bulchaa jiru Saba tokko warra nuti Tigree jennee waamnu maqaan gosa jaraa sirriin (Tigranyaa) jedhamuudha.Haati Isaayyaasi fi Debratsioniin dhaltes Tigranyaadha jarri tokko.wanti nama ajaa'ibu ammoo Tigreen Eertiraa jirtuu fi Naannoo Tigraayiin jirtus jibbansaa fi Ijjannoon jarri Ummata Nafxanyaa kana irratti qaban tokko ta'uu isaati.Tigraay cittus feetu biyya taati barbaaddu ammoo Eertiratti makamti.kan wolaa badee hafu Amaara qofa!

Abiyyiin Onnee jara tanaa waan beekuuf tigraayiin ugguu sodaatee as garagalee ilmaan Oromoo fixaa jira.Oromoo atis yoo Tokkummaa kee cimsitee gantuu of keessaa qulqulleessitee qabsoo finiinsite akkanumatti kabajamta!

Breaking NewsAjajaan Waraana Kaabaa Aangoo gad dhiisee jira.Tigray nama Abiy bakka buusu hin fudhannu jetteetti.Dhimma W...
26/10/2020

Breaking News
Ajajaan Waraana Kaabaa Aangoo gad dhiisee jira.Tigray nama Abiy bakka buusu hin fudhannu jetteetti.Dhimma Waraana achii ilaallatees murtii kam Abiy irraa dhufus akka hin fudhanne murteessitee jirti.Humni Guddaa Waraana Ethiopia achi jirus Tigraayiin dhuunfatama jechuudha.Akkasitti nu harkaa butee diina nyaachise Gowwichi.Meeshaa Gurguddaa achi jiru Gibira gatiittii Hiyyeessa Oromiyaa irraa guurametu bite.Abiy amma Naasuun Ertiraatti kutee jira jedhama.
Namni Gowwaa fi Boolli bowwaan tokko
Nus dhorgatee Isa harkaas butanii liqimsan.

26/10/2020

๐‘ท๐‘จ๐‘ฎ๐‘ฌ ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ต๐‘จ ๐‘จ๐‘น๐‘ฐ๐‘ฐ๐‘ญ๐‘จ๐‘ป๐‘จ๐‘จ๐‘ต ๐‘ฉ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘ผ๐‘ผ๐‘ด๐‘บ๐‘จ ๐‘พ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ณ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฐ๐‘บ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฐ๐‘ฐ๐‘ต ๐‘ฎ๐‘จ๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ ๐‘ฑ๐‘ฐ๐‘น๐‘ผ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ ๐‘ฑ๐‘จ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ป๐‘ฌ๐‘ฌ ๐‘ฐ๐‘ป๐‘ป๐‘ฐ ๐‘ญ๐‘ผ๐‘ญ๐‘ผ itti roobsa namoota biraan gaya galatooma ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Warri Jafar Yusuf mana hidhaa irra bahe jechuun nama burjaajessaa ooltan dogoggora hin baane "แŒƒแˆแˆญ แ‹ฉแˆฑแ แŠจแŠฅแˆตแˆญ แ‰ฐแˆแ‰ณ" แ‰ แˆ›แˆˆแ‰ต แˆฐแ‹แŠ•...
26/10/2020

Warri Jafar Yusuf mana hidhaa irra bahe jechuun nama burjaajessaa ooltan dogoggora hin baane
"แŒƒแˆแˆญ แ‹ฉแˆฑแ แŠจแŠฅแˆตแˆญ แ‰ฐแˆแ‰ณ" แ‰ แˆ›แˆˆแ‰ต แˆฐแ‹แŠ• แ‹จแˆแ‰ณแˆแ‰ณแ‰ฑ แˆŒแˆ‹ แ‰ฐแˆแŠฅแŠฎ แŠซแˆ‹แ‰น แŒแˆแŒฝ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰แข แŒƒแˆแˆญ แŠ แˆแ‰ฐแˆแ‰ณแˆแข

Address

Addis Ababa
45

Telephone

+251799111557

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐’๐ข๐ข๐ค๐ค๐จ๐จ ๐Œ๐š๐ง๐๐จ๐จ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share