Nagalcha Media

Nagalcha Media kaayyoon Midiya Nagalcha
1. Miseensota isaa kannen Nanno oromiya fi nannole biraa Dabalatee jiran i
(5)

20/03/2024
Kiliyaan Imbaappee fi gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Faransaay hokkarri akka dhaabatuuf waamicha godhanHokkara Faransa...
01/07/2023

Kiliyaan Imbaappee fi gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Faransaay hokkarri akka dhaabatuuf waamicha godhan

Hokkara Faransaay guyyaa arfaffaa qabateen dursaa garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Faransaay kan ta'e Kiliyaan Imbaappen "hokkarri dhaabachuu qaba" jedhe.
Dargaggeessi ganna 17 torbaa poolisiin ajjeeffamuu hordofee dheekkamsa uumameen biyyattiin guyyaa arfaffaaf raafama cimaa keessa jirti.
Taphataa collee fi dursaa garee biyyaalessa Faransaay kan ta'e Killiyaan Imbaappen hokkara qabeenya biyyattii heddu barbadeesse kana callisee laalurra hokkarri akka dhaabatuuf gahee mataasaa bahuu barbaade.
Hokkorri akka dhaabatuuf waamicha taasiseen, "Hokkarri furmaata fidu hin qabu," jechuun fuula Inistaagiraamii isaarratti maxxanse.
Taphataan ganna 24 kun mormiin "karaa nagaafi fayidaa buusuu danda'uun" gaggeeffamuu akka qabu dhaame.
Hokkara kanaan wal-qabatee Faransaayi hanga ammaa namoota 1,300 ol to'annaa jala oolchiteetti. Hokkara kana dhaabsisuufis poolisoota 45,000 bobbaastetti.
Magaala guddoo kan taate Paaris qofa osoo hin taane magaalota akka Liil, Maarsee fa'aa keessatti qabeenyi barbadaa'ee, manneen daldaalaa heddus saamamaniiru.
Kaleessa pirezidaant Maakroon ibsa kennaniin konkolaatonni 2,000 ol ta'aniifi gamoowwan 500 ta'an manca'uu himuun maatin ijoolleesaanii manatti akka ittisaniif waamcha godhanii turan.
Jifataa kilaba Seent Jermen kan ta'e Kiiliyan Imbaappen garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun yaada kenneen, "Akkuma lammiilee Faransaay kaanii du'a dargaggoo Naheelin hunda keenya naasufi gaddi nu qabateera."

dafqee bulurraa kan dhufne waan taanef miirri gaddaa nutti dhagahama," jechuun garuummoo "harkuma keeenyan of balleessuu hin qabnu" jedhe.
Gareen kubbaa miilaa Faransaayi 'Les Bleus' bu'uurri hokkaraa kanaa maal akka ta'e kan hubatu ta'uu ibsuun: "Yeroo hokkoraa kana gara yeroo gadda ofii ibsachuu, mariyachuufi deebisanii ijaaruttu jijiiruu qabna" jechuun garee biyyaalessaa bakka bu'uun dubbate.
Maddi ;- BBC Afaan Oromo

Korojoon kan “ija xaafiirra xiqqaatu” caalbaasii irratti doolara 63,750’n gurgurame.Boca koroojoo kanaa arguuf maaykiroo...
01/07/2023

Korojoon kan “ija xaafiirra xiqqaatu” caalbaasii irratti doolara 63,750’n gurgurame.
Boca koroojoo kanaa arguuf maaykirooskoppiin barbaachisaadha. Korojoon kun guddinni isaa maaykiroomeetiri 657 x 22 x 700 qaba.
Madaalliin hubachuun seentimeetirri tokko maaykiroomeetirii 10,000 dha.
“Uraa lilmoo keessa darbuu waan danda’udha, kun korojoo baayyee xiqqoo sirritti arguuf maykirooskoppiin si barbaachisudha,” jedha kuusaan artii korojoo kana duuba jiru.
Kuusaan artii MSCHF, kan Biruuklan keessa buufateeru, dizaayinoota falmii uuman dhiyeessuun beekama.
Fakkeenyaaf kophee dhiiga namaa qabu, kophee ‘bishaan qulqullaa’aa’ soolii kophee keessaa qabu, urgooftuu foolii WD-40 (keemikaala) qabu fi boottii goommaa diimaa guddaa hojjechuun dhiyeesseera.
Amma ammoo kuusaan kun faashinii korojoo xixxiqoo beekamaa dhufan as baase.
“Koroojoon gurguddoo, gidduu galeessa fi xixiqqoo ta’an jiru. Kun garuu oomisha koroojoo xiqqeessuun danda'amu keessaa dhumarra argama,” jechuun MSCHF waa’ee korojoo kanaa barreesseera.
Koroojoo kanarra mallattoo daldalaa dizaayinera Louis Vuitton kan kaa’amee jiru ta’us, dhaabbaticha waliin hidhata hin qabu.
Kompaawundii photopolymer resin jedhamu irraa kan hojjetame koroojoon kun, teknolojii 3D pirintii kan yeroo hedduu mi’oota makaanikaalaa xixxiqoo oomishuuf fayyaduun uumame.

Bara 2021’tti MSCHF kophee Nike jijjiiruun kophee dhiiga namaa qabu godhee gurguruu isaan dhaabaticha waliin himatarra ture.

Itoophiyaa keessatti sarbami mirgaa jabaa raawwateera jechuun yeroo waraana kaaba Itoophiyaa isa labsite kaaste.Bulchiin...
30/06/2023

Itoophiyaa keessatti sarbami mirgaa jabaa raawwateera jechuun yeroo waraana kaaba Itoophiyaa isa labsite kaaste.

Bulchiinsi Baayidan Itoophiyaa keessatti yeroo ammaa ''sarbami mirga namoomaa jabaa raawwatamaa hin jiru" jechuun Seeneetii biyyattii beeksisuu barruu Foreign Policy jedhamuutu maddeen eeruun gabaase.

Haa ta'u malee, dhimma kana irratti gama mootummaa US wanti ifatti ibsame hin jiru.

BBC'n dhimma kana bulchiinsa US irraa adda baafachuuf gaafateera.

Akka gabaasa kanaatti, US labsii kana kaasuun Itoophiyaan deeggarsa diinagdee sababa waraanaan duraa qabde akka gadhiistu taasisa.

Dabalataanis, liqii dhaabbilee maallaqaa kanneen akka IMF fi Baankii Addunyaa irraa Itoophiyaan eegaa turte akka gadhiifamuf dhiibbaa uumuu mala.

Sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti gaggeeffameen Itoophiyaan sarbama mirga namoomaa guddaa rawwatteetti jechuun US labsitee Itoophiyaa irratti qoqqobbii garaa garaa keessee turte.

Dubbiin kuni mootummaan Itoophiyaafi TPLF lola dhiiga lammiilee hedduu dhangalaase waliigalteen erga dhaabanii ji'a saddeet booda dhagahame.

Ragaa Ministeera Maallaqaa US fi aangawoota dhimmicha beekan irraa argadhe jedhee akka barruun kuni gabaasetti, deeggarsi diinagdee US fi dhaabbilee idil-addunyaa Itoophiyaa akka qaqqabuuf murteen qoqqobbii kun akka ka'u ta'e.
Waraanni kaaba Itoophiyaa hariiroo Ameerikaafi Itoophiyaa gidduu waggoota dheeraaf ture hammeessee ture.
Eega waliigalteen nagaa kan US keessatti qooda fudhatte raawwatame as Itoophiyaan US dabalatee walitti dhufeenya biyyoota Lixaa waliin qabdu bakka waraana dura turetti deebisuuf tattaafataa jirti.
Sababa waraana kaaba Itoophiyaan Ameerikaan carraa daldalaa AGOA jedhamu keessa Itoophiyaa baastee turte.
Ameerikaanis Itoophiyaan 'sarbama mirga namoomaa guddaa' raawwataa hin jirtu jechuun murtee duraanii kaasuf kan dirqamte Itoophiyaa waliin walitti dhufeenya deebistee haaromsuuf akka ta'etu gabaafame.
Gama biraan ammoo bulchiinsi Baayidan murtee kana Itoophiyaarraa kaasuu itti ariifate jedhanii kan komatanis jiru jedha gabaasni kuni.
Sababni ammoo haalli qabatamaan Itoophiyaa keessa jiru ammayyuu Itoophiyaan mirga dhala namaaf eegumsa gahaa gochaa hin jirtu jedhuuni.
Baatii dura gareen mirga namoomaaf falmu Humaan Raayitis Waach erga waliigaltee nagaa boodas Lixa Tigraayitti 'sanyii balleessuun' raawwataa jira jechuun himateera.
Aangawoonni Itoophiyaa immoo kana mormaniiru.
Dabalataan US Itoophiyaan sarbama mirga dhala namaa raawwataa hin jirtu jedhee murteessun isaa bulchiinsi Baayidan Itoophiyaa waliin walitti dhufeenya qabu haaressuuf hammam barbaadaa akka jiru kan agarsiisudha jedha gabaasichi.
Itoophiyaafi Ameerikaan hariiroo dippilomasii waggoota 100 caalu qabu.
Ameerikaan sochii misoomafi nageenyaa Afikaatti taasiftuuf shoora Itoophiyaan nageenya Afrikaa eegsisuu keessatti qabduuf Itoophiyaa akka michuu jabduutti fudhatti.
Sudaanitti waraanni humna addaafi raayyaa ittisa biyyattii gidduutti ka'uu hordofee Itoophiyaan lammiilefi dippilomaatonni US karaa daangaashee akka Sudaanii bahan shoora taphatteef Baayidan mootummaa Itoophiyaa jajuun galateeffachuunsaanii ni yaadatama. Maddi BBC Afaan Oromo.

" Safaricom Ethiopia should listen to the majority of people's voice. There's no business that wins without listening to...
14/08/2022

" Safaricom Ethiopia should listen to the majority of people's voice. There's no business that wins without listening to the voice of it's customers complaints and dissatisfaction. I was really eager to be the first customer of Safaricom before, even if I'm not willing to be their employee. But with biased recruitment processes they're creating in Ethiopia I decided to stick with EthioTelecom. I hope they listen to the complaints majority are making that's to stop ethnic and religion biased recruitment processes undergoing." Thank You


Ityoophiyaan 2 fi 0 Ijiptin injifatte.Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f...
09/06/2022

Ityoophiyaan 2 fi 0 Ijiptin injifatte.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.

Taphataan sarara fuulduraa garichaa Daawwaa Hoxxeesaan daqiiqaa 21ffaa fi Shimallis Baqqalaan daqiiqaa 40ffarratti goolii tokko tokko lakkoofsiisaniin taphichi olaantummaa garee kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaan xumurameera.

Waaliyaawaan qabxii sadi walitti qabachuun garaagarummaa gooliin ramaddicha dursaa jiru.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha jalqabaan gita isaa Maalaawwiin goolii 2 fi 1n injifatamuun kan yaadatamuudha. .

26/05/2022

Jabaa ofii abbaatu jabeefata.

Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnootaa olaanootti ramadamanii ifoomeFinfinnee, Nagalcha Media,  Ministeerri Barnootaa...
25/04/2022

Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnootaa olaanootti ramadamanii ifoome
Finfinnee, Nagalcha Media, Ministeerri Barnootaa ramaddii barattoota dhaabbilee barnoota olaanootti ramadamanii ifoomseera.
Qormaata seensa Yuunvarsiitii bara 2013 fudhatanii Yuunvaarsiitii mootummaaf barattoota qabxii darbiinsaa fidaniif ramaddiin taasifameera.
Haaluma kanaan barattoonni guyyaa har’aa irraa eegalee gama marsaritii https://result.ethernet.edu.et, ergaa gabaabaa 9444 akkasumas Teeleegiraamii ramaddii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu ministeerichi beeksiseera.
Barattoonni ramaddii waliin walqabatee gaaffii qaban kamiyyuu gama marsaritii https://complaint.ethernet.edu.et dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu yaadachiiseera.
Yuunvarsiitiiwwan hanga baatii Eebila 24,2014tti qophii barbaachisaa taasisuun sagantaa simannaa barattoota haaraa kan taasisan waan ta’eef barattoonni gamanumaan qophii barbaachisaa akka taasisan dhaameera.
Qabxii seensaa kanaan dura ibsamee fi naannolee Oromiyaa, Amaaraa, Afaarii fi Beenishaangul Gumuzitti barattoonni dabalataaf rammaddiin kennamuu murtoon darbuun isaa ni yaadatama.

13/11/2021

"እኛ ኢትዮጵያዊያን ባርነትን ለመሸከም የተዘጋጀ ጫንቃ የለንም" ክብርት ከንቲባ አዳነች አቤቤ

የጀመርነው ትግል የኢትዮጵያን ሉዓላዊነት አስጠብቆ ለማስቀጠል በቆሙና እስከወዲያኛው ስንዴ እየተሰፈረላት፣ እጇ እየተጠመዘዘ፣ እያነሰችና እየተዋረደች እንድትኖር ለማድረግ ጋብቻ በፈፀሙ ፀረ ኢትዮጵያ ሀይሎች መካከል የሚደረግ ትግል ነዉ።

ይህንን የኢትዮጵያ ህዝብ ከልጅ እስከ አዋቂ፣ ከሃገር ውስጥ እስከ ውጪ በአደባባይ በነቂስ ወጥቶ አምርሮ ተቃውሟል፤ ነገሩ አውቆ የተኛን ቢቀሰቅሱት አይሰማ ሆኖ እንጂ!
በመላው ዓለም ለምትገኙ የኢትዮጵያ ልጆች!! መተኪያ ከማይገኝላት ከዉዷ አገራችሁ በተለያዩ ምክንያቶች በመንፈስ ሳይሆን በአካል ርቃችሁ ብትኖሩም "ነብር ዥንጉርጉርነቱን ኢትዮጵያዊም መልኩን " እንዲሉ በኢትዮጵያ ላይ የዉስጥ ባንዳዎች እና የዉጪ እጅ ጠምዛዦች በአንድነት የተከፈተብንን የተቀነባበረ ዘመቻ፣ የኢትዮጵያን ሉአላዊነትና ክብር የሚነካ ጣልቃ ገብነት ተቃዉማችሁ በአደባባይ በአንድነት ድምፃችሁን በማሰማታች ኮርተንባችኋል፤ ትዉልድም የአገር ፍቅርን ይማርበታል።

ዉድ የአገሬ ልጆች የጀመርነውን የተቀናጀ ትግል አጠናክረን እንቀጥል። ጦርነቱ ዘርፈብዙ ነውና ብዙ ዋጋና መስዕዋቶችን መክፈልን ይጠይቀናል። ከአንዳንዶቻችን የንብረት፣ የአካል፣ የህይወት ዋጋ ክፍያን የሚጠይቅ ሲሆን፤ ሌሎቻችን ደግሞ በሰዉ አገር ባይተዋርነት፣ እንግልት፣ የሃገራችሁን እውነት ካዱ ጫና፣ ዉክቢያ እንዲሁም ስድብና ማመናጨቅን ተቋቁሞ ማለፍን ይጠይቃል።

ነገር ግን በያለንበት በአንድነት ስለሃቅ የምናደርገው ትግል ድምር ዉጤት አሸናፊዎች እንደሚያደርገን እሙን ነዉ። ከሁሉም በላይ እውነትን ይዘናል ፤ ለእዉነት የቆመዉና እዉነት የሆነው ፈጣሪ አምላክ ደግሞ ከእኛ ጋር ነዉ!!

#አትጠራጠሩ ኢትዮጵያ ታሸንፋለች!!

24/10/2021

አቶ መስፍን መንግስቱ በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር የአሽከርካሪና ተሽከርካሪ ፈቃድና ቁጥጥር ባለስልጣን ዋና ዳይሬክተር በመሆን ተሹመዋል

አቶ መስፍን ስራን በትጋትና በመግባባት የሚሰሩ፣ በሰው ዘንድ ተወዳጅ፣ ታታሪ፣ ቅንና በሳል አመራር ናቸው፡፡

በቀድሞው የትራንስፖርት ባለስልጣን ዋና ዳይሬክተር ሆነው ባገለገሉት ዘመን የከተማዋን የትራንስፖርት ዘርፍ ለማሻሻል ላበረከቱት ብርቱ አስተዋፅኦ በቢሮው ስም ምስጋናችን የላቀ ነው፡፡

በአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር የትራንስፖርት ቢሮ አመራሮችና ሰራተኞች መልካም የስራ ዘመን እንዲሆንልዎ ከልብ ተመኝተዋል፡፡

እናመሰግናለን!

  cultural festival is taking place in Finfinne/A.A for the 3rd time. Kudos to Boharti Multimedia
08/09/2021

cultural festival is taking place in Finfinne/A.A for the 3rd time. Kudos to Boharti Multimedia

Ibidda warshaa Baangilaadeesh keessatti ka’een yoo xiqqaate namootni 52 du’aniAdooleessa 2, 2013 –Ibidda warshaa Baangil...
09/07/2021

Ibidda warshaa Baangilaadeesh keessatti ka’een yoo xiqqaate namootni 52 du’ani

Adooleessa 2, 2013 –Ibidda warshaa Baangilaadeesh keessatti ka’een yoo xiqqaate namootni 52 du’uun ibsame.

Baagilaadeesh*tti ibiddaa warshaa keessatti uumameen namootni 52 du’anii, 30 ammoo madaa’uu isaanii tajaajilli yeroo hatattamaa biyyaattii hime.

Ibiddi kun kan ka’e Kamisa galgala warshaa nyaataa fi dhugaatii Hasheem kan magaalaa Rupgaanjitti argamu keessattidha jedhame.

Ammayyuu hojjattoonni warshiichaa hedduun achi buuteen isaanii waan hin baramneef lakkoofsi namoota miidhamanii akka dabaluu danda’u qondaalli tajaajila ittisa ibiddaa biyyattii BBCtti himeera.

Hojjaattonni hedduun guyyaa ibiddi kun eegaletti hojii irraa ba’anii kan turan ta’us, hojjattoonni dhibbaan lakkaa’aman halkan sana achi turani jedhame yaadama.

Namootni ijaan argan akka himanitti hojjattoonni hedduun kan madaa’an darbii olii gamoo warshichaa irraa yeroo utaalaniidha.

Namootni hedduun ibidda kana jalaa baqachuu kan dadhabaniif balballi gara darbii gadiitti geessuu cufamee waan tureefi anga’oonni biyyatti himaniiru.

Bara 2013tti ibiddi gamoo tokkotti ka’e namoota 1,100 erga ajjeesee booda mootummaan fooyya’iinsa akka taasisu waadaa seenee ture.
Maddi: FBC:

Manni-murtii Oromiyaa Kan Aanaa Magaalaa Finfinnee keessatti Hunddeessame FINFINNEE — Manni murtii waliigala oromiyaa ma...
02/06/2021

Manni-murtii Oromiyaa Kan Aanaa Magaalaa Finfinnee keessatti Hunddeessame

FINFINNEE —
Manni murtii waliigala oromiyaa mana murtii aanaa magaalaa Finfinnee keessatti tibbana hundaa'eera.

Manni murtii kun dhimmota dantaa Oromiyaa magaalaa Finfinnee keessatti argaman ilaaluuf akka hundaa'e Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ibsee jira.

Daayirektarri dhimmota kominikeeshinii mana murtii waliigala Oromiyaa obbo Gonfaa Atoomaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaattif ibsa kennaniin,"Naannoon Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti mana murtii aanaa hundeessuuf mirga labsiidhaan kennameef qaba." jedhan.

  wants   troops out of   peacekeeping force https://sudantribune.com/spip.php?article69409 "Sudan has requested the Uni...
07/04/2021

wants troops out of peacekeeping force https://sudantribune.com/spip.php?article69409 "Sudan has requested the United Nations to replace the Ethiopian troops present in the UN Interim Security Force for Abyei ( ) with peacekeepers from other countries," FM Mariam al-Mahdi

April 6, 2021 (KHARTOUM) - Sudan has requested the United Nations to replace Ethiopian peacekeepers in Abyei with another force from different (...)

Manni Murtichaa gaaffii Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhaddacha cufaan ragaa dhageessiisuuf gaafaate kuf...
06/04/2021

Manni Murtichaa gaaffii Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhaddacha cufaan ragaa dhageessiisuuf gaafaate kuffise

Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa gaaffiin Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhadhacha cufaa fi golga duubaan ragaa dhageessiisuuf gaafaate kufaa taasiise.

Abbaan Alangaa beellama darbeen bu’uura labsii ragaa dhageessisuu abbaa alangaan nageenya ragaa baatootaaf jecha adeemsa dhaddacha cufaan ragaan akka dhaga’amuuf iyyannoo dhiyeeffatee ture.

Manni Murtichaa Dhaddacha har'a ooleen obbo Jawaar Mahaammad dabalatee bakka shakkamtoonni hundi argamanitti dhimma isaanii ilaaleera.

Haaluma kanaan Abbaan Alangaa beellama darbeen bu’uura labsii ragaa dhageessisuu abbaa alangaa lakkoofsa 699/2003, keewwata 4 muraa 1tiin ragaa baatoonni 146 dhaddacha cufaan ragaa akka dhageessiisan gaafateera.

Yaa ta'uutii abbaan Alangaa ragaa baatoonni kunneen golga duubaan ragaa akka dhageessiisan sababa wanta ta’u ragaa quubsaa kan hin dhiyaanne ta’uu isaan Manni Murtichaa ragaa baatoonni kunneen dhaddacha banaan ragaa akka laataan murteesseera.

Gama biroon manni murtichaa gaaffii himatamtoonni maqaan ragaa baatootaa akka tarreeffamuuf gaafatan nageenyaa ragaa baatoota kanneeniif jecha gaafficha kuffiseera jedhame.

Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa dhaddacha 1ffaa farra shororkeessummaa fi seera dhimmoota mootummaa gaafficha qorachuun murtee laateera.

Bu’uuruma kanaan maqaan ragaa baatootaa osoo hin tarreeffamniin dhaddacha banaana ragaa akka dhageessiisan murteesseera. FIB tu gabaase

ደመናን የማዝነብ ቴክኖሎጂ ግብርናን በመደገፍ የኢትዮጵያ ጎጆዎች መብራት እንዲያገኙ ያግዛል - ጠ/ሚ ዐቢይ ደመናን የማዝነብ ቴክኖሎጂ ግብርናን የሚደግፍ እና የኢትዮጵያ ጎጆዎች መብራት እንዲ...
03/04/2021

ደመናን የማዝነብ ቴክኖሎጂ ግብርናን በመደገፍ የኢትዮጵያ ጎጆዎች መብራት እንዲያገኙ ያግዛል - ጠ/ሚ ዐቢይ

ደመናን የማዝነብ ቴክኖሎጂ ግብርናን የሚደግፍ እና የኢትዮጵያ ጎጆዎች መብራት እንዲያገኙ የሚያግዝ መሆኑን ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ ገለጹ።

ደመና የማዝነብ ቴክኖሎጂ ማስተዋወቂያ በእንጦጦ ኦብዘርቫቶሪ ተካሂዷል፡፡

በመድረኩ ላይ ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ ኢትዮጵያ በርካታ ግድቦችን ለመስኖ እና ለኤሌክትሪክ ሀይል ማመንጫ እየገነባች ባለችበት ወቅት ከዚህ ቴክኖሎጂ መራቅ ውጤታማ አያደርግም ብለዋል።

ቴክኖሎጂው ከተፈጥሮ ጋር የሚያጋጭ ሳይሆን በተፈጥሮ የተገኘን ጸጋ በአግባቡ መጠቀም ነው ያሉት ጠቅላይ ሚኒስትሩ፥ መሰል ስራዎችን በማስፋፋት የዜጎችን ህይወት ለመቀየር እንደሚሰራም ተናግረዋል።

ሆኖም የሀገር ሰላም እና ወንድማማችነት ስሜት መጠበቅ ካልተቻለ ሁሉ ከንቱ ስለሆነ መንግስት የዜጎችን ደህንነት ለመጠበቅ እየሰራ መሆኑን ገልጸዋል።

አሁን ላይ በስምንት ግምባሮች የሀገር መከላከያ ሰራዊት እና ፌዴራል ፖሊስ ጸረ አርሶ አደር የሆኑ ሀይሎችን እያጸዳ መሆኑን አስታውቀዋል ።

ደመናን ማበልጸግ የአየር ሁኔታን በሰው ሰራሽ መንገድ የመቀየር ቴክኖሎጂ አካል ሲሆን፥ አላማውም ከደመና የሚገኝ የዝናብ ዓይነትና መጠንን መለወጥ ነው።

የሚከናወነውም እርጥበትን በቀላሉ የሚሰበስቡ ንጥረ ነገሮችን ወደ ደመና በመርጨትና የደመናን አካላዊ ሂደት በመቀየር ነው።

እየተከናወነ ያለው የቴክኖሎጂ ሙከራ ከታላቁ ህዳሴ ግድብ ሁለተኛ ዙር ውሃ ሙሌት ጋር በተጣመረ መልኩ በአባይ ተፋሰስ አካባቢዎች ባለፉት ሁለት ወራት ሲተገበር ቆይቷል።

ቴክኖሎጂው ወደ ስራ እንዲገባ ከተባበሩት ዓረብ ኢሚሬቶች ለሙከራ የሚያገለግል የንጥረ ነገር መርጫ አውሮፕላን፣ ከመሬት ንጥረ ነገሩ የሚለቀቅበት ጀኔሬተር፣ የዝናብ ማበልጸጊያ ንጥረነገርን ጨምሮ ሌሎች እገዛዎች ተደርገዋል፡፡ FBC

Teeknooloojii  duumeessa roobsuun qonna deeggaraa anniisaa ifaa dabalataa argachuuf ni gargaara- Dooktar Abiy AhimadTeek...
03/04/2021

Teeknooloojii duumeessa roobsuun qonna deeggaraa anniisaa ifaa dabalataa argachuuf ni gargaara- Dooktar Abiy Ahimad

Teeknoolojiidhaan duumeessa gara roobaatti jijjiiruun qonna kan deeggaruu fi anniisaa ifaa dabalataa argachuuf akka gargaaru Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad himaniiru..

Waltajjii beeksiisa teeknooloojii rooba roobsuu Obsarvaatorii Inxooxootti gaggeeffamera.

Waltajjicharratti Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan hidhawwan jallisii fi humna elektirikaa maddisiisaan wayita ijaara jirtutti teeknooloojii kanarra fagaachuun bu’aa qabeessa hin taasisuu jedhaniiru.

Teeknooloojichi uumamaa waliin kan walitti hin buunee yoo ta’u, keennaa argamee sirnaan fayyadamuudha kan jedhan Dooktar Abiy, hojiiwwan akka kana babaldhisuun jireenyaa lammiilee jijjiiruuf akka hojjetamuu himaniiru.

Ta’us nageenyaa biyyaa fi miira obbolummaa hanga eguun hin danda'amneetti hundi bu’aa waan dhabuuf mootummaan nageenyaa lammiilee eeguuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Yeroo amma kanaa addoota 8 irratti raayyaan ittisa biyyaa fi poolisiin federaalaa humnoota farraa qonnaan bulaa ta’aan qulqulleessaa jiraachuu himaniiru.

Yaaliin teeknooloojii taasifamaa jiru guutinsa bishaanii hidha haaromsaa guddichaa marsaa 2ffaan walqabsiisee naannoolee yaa’aa gadii bishaan Abbaayitti baatiwwan lamaan darbanitti hojiirraa oleera jedhan.
FBC tu gabaase

ለመላው የኢትዮጵያ ህዝብ! ~~~~~~~~~~~~~©የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ግንባታ መሠረት ድንጋይ ለተጣለበት 10ኛ ዓመት በዓል እንኳን በሰላም አደረሳችሁ፤ አደረሰን ለማለት እወዳለሁ።...
02/04/2021

ለመላው የኢትዮጵያ ህዝብ!
~~~~~~~~~~~~~©
የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ግንባታ መሠረት ድንጋይ ለተጣለበት 10ኛ ዓመት በዓል እንኳን በሰላም አደረሳችሁ፤ አደረሰን ለማለት እወዳለሁ።
ሃገራችን የልማት እና ዕድገት ውጥኗን በፍጥነት ለማስቀጠል ጠንካራ ኢኮኖሚያዊ አቅም መሰረት ከሚጥሉ የመሰረተ ልማት ግንባታ ፕሮጀክቶች መካከል በቀዳሚነት የሚነሳው የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ግንባታ ፕሮጀክታችን ነው።
ለእኛ ለኢትዮጵያውያን የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ፕሮጀክት ከምንም በላይ በቀዳሚነት የሚጠቀስበት ትልቁ ምክንያት ታሪካዊ ትርጉም እና ኢኮኖሚያዊ ፍቺ በመያዙ ነው።
ለዘመናት ያለአንዳች ፋይዳ ሲፈስ የነበረው ታላቁን የአባይ ወንዛችንን ለሃይል ማመንጫነት ሙሉ በሙሉ በራሳችን ሃሳብ፣ ጉልበት እና ገንዘብ ከዛሬ አስር ዓመት በፊት የመሰረተ ድንጋይ አስቀምጠን አሁን የግንባታውን ሂደት ወደ ማገባደጃ ምዕራፍ መሸጋገራችን ታሪካዊ ትርጉሙን ይበልጥ ከፍ ያደርገዋል።
በተያያዥነት ታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ፕሮጀክት ሲጠናቀቅ የሀገራችንን የኤሌክትሪክ ሃይል አቅርቦት በከፍተኛ ደረጃ የሚያሻሽለው ከመሆኑ ባሻገር፤ ለታችኛው ተፋሰስ ሃገሮች እና ለቀጠናው ሃገራት በሃይል ልማት ጠንካራ ትስስር መፍጠር ማስቻሉ ትልቅ ኢኮኖሚያዊ ፍቺ ይይዛል።
ባሳለፍናቸው የግንባታ ዓመታት በፕሮጀክቱ አፈፃፀም ዙሪያ የተስተዋሉ ክፍተቶችን በጥናት በመለየት እና የዕርምት ዕርምጃዎችን በትኩረት በመውሰድ ግንባታው ወደ ማገባደጃ ምዕራፍ ለማሸጋገር ተችሏል።
በተመሳሳይ በእነዚህ ዓመታት ግድቡን አስመልክቶ የተለያዩ ፍላጎቶች እና ስሜቶች በስፋት ሲንፀባረቁ የከረሙ ቢሆንም፤ በተነሱ ጉዳዮች ዙሪያ በመርህ ላይ በተመሰረተ ድርድር ግልፅነትን ለመፍጠር እና ከስምምነት ለመድረስ አያሌ ጥረቶች ተደርገዋል።
የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ፕሮጀክት የመሰረተ ድንጋይ ከተጣለበት ቀን አንስቶ አሁን ለደረሰበት ደረጃ በሃገር ውስጥ እና በውጭ የሚኖረው ህዝባችን ያበረከተው የፋይናንስ እና የሞራል ድጋፍ ታሪክ መቼም አይዘነጋውም።
እንዲሁም በታችኛው ተፋሰስ ሃገሮች የግድቡን ግንባታ ተከትሎ የሚደመጡ ፍላጎቶች በድርድር እልባት እንዲያገኙ ፍትህ እና እውነትን በማንገብ በሀገር ቤትና በዓለም አደባባይ ድምፃችሁን በማሰማት ለሃገር ሉዓላዊነት ጥብቅና የቆማችሁ ወገኖቻችን ውለታችሁ በትውልድ መዝገብ በደማቁ ተጽፎ እስከወዲያኛው ይዘልቃል።
ባሳለፍናቸው ዓመታት በጠንካራ የሃገር ፍቅር ስሜት የታየው ህዝባዊ ተሳትፎ እና ንቅናቄ ለቀሪ የፕሮጀክቱ ስራ ስኬታማ አፈፃፀም ድጋፋችሁ ተጠናክሮ እንዲቀጥል ጥሪዬን አቀርባለሁ።
ሁላችንም እንደምንገነዘበው ለግድባችን ስኬትና ለሀገራችን ሉዓላዊነት ከመቼውም ጊዜ በላይ ተባብረን የምንቀሳቀስበት ታሪካዊ ወቅት ላይ እንገኛለን፡፡
ሀገራችን በሁለት አቅጣጫ ፈተናዎች እየገጠሟት ነው፡፡ በአንድ በኩል የከፋ የሉዓላዊነት ጥቃት በመፈፀም ሃገራችንን ለአደጋ ተጋላጭ ከማድረግ ጀምሮ ዜጎችን በማንነታቸው መጨፍጨፍ፣ ማፈናቀል ተረጋግተው በሰላም እንዳይኖሩ በማድረግ፣ ከውጭ እየመጣ ያለውን ጫና በአንድ ልብ ሆነው እንዳይመክቱ እየተደረገ ያለ እኩይ እንቅስቃሴ ነው፡፡
በሌላ በኩል በውጭ ያሉ ሀይሎች የተለያዩ ስልቶችን በመጠቀም የኢትዮጵያን የእውነት መንገድና የፍትህ ጥያቄ በማዛባት ያለ የሌለ ርብርብ ከማድረጋቸውም በላይ የውስጥ ብጥብጦችን ዋነኛ የውጊያ አውድ አድርገው በስፋት እየተቀሳቀሱ ይገኛሉ፡፡
በመሆኑም በአሁኑ ሰዓት የድሃ ሞት እና ጭፍጨፋ እንዲሁም ያልተረጋጋች ሃገር መፍጠር የእርካታ ምንጫቸውና መኖሪያቸው ያደረጉ ሀይሎችን ያለምህረት የመታገል እንዲሁም በየደረጃው ኃላፊነታቸውን የማይወጡ አካላትን ተጠያቂ የማድረግ ስራው ተጠናክሮ ይቀጥላል፡፡
ሃገራችን ኢትዮጵያ በታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ ፕሮጀክት ፍትሃዊ ተጠቃሚነቷን አስጠብቃ የምትዘልቅ እና በታችኛው ተፋሰስ ሃገሮች ዘንድ የሚንፀባረቁ ፍላጎቶችን በሰላም እና በድርድር የመፍታት አቋም እንደወትሮው ፀንቶ የሚቀጥል ይሆናል፡፡
ሃገራችን በራሷ አቅም፣ በራሷ ሉዓላዊ ግዛት፣ በራሷ ሃብት የተፈጥሮ ፀጋዋን ለህዝብ ጥቅም እንዲውል ማድረግ፣ የሌሎችንም ፍላጎት ታሳቢ በማድረግ የምታደርገውን የፍትሃዊነት እንቅስቃሴ በዘለለ ያልተገባ ጫና መፍጠር እና ለዘመናት የነበረው ኢፍትሃዊ ስርት እንዲቀጥል ማድረግ ተቀባይነት የለውም፡፡
ስለሆነም ከመነሻ ጀምሮ ገንዘባችሁን፣ ጊዜያችሁን፣ ጉልበታችሁን፣ ሃሳባችሁን እና ድምፃችሁን በመስጠት ፕሮጀክቱ ወደ ማገባደጃው ምዕራፍ እንዲሸጋገር ድጋፍ ላደረጋችሁ በሃገር ቤት እና በውጭ ዓለም ለምትኖሩ ወገኖቻችን በሙሉ ያለንን ታላቅ አክብሮት እና ምስጋና በብሄራዊ ህዝባዊ ተሳትፎ ማስተባበሪያ ም/ቤት እና በራሴ ስም እየገለፅኩ፤ ሁሉንም ጫናዎች በመቋቋም የምናስበው ዓላማ እንዲሳካ፤ ውስጣዊ አንደነታችን የድሎቻችን ሁሉ ምንጭ ስለሆነ ተጠናክሮ ሊቀጥል ይገባል፡፡
~~~~~~
መጋቢት 24፤ 2013 ዓ.ም

29/03/2021

የአፋር ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ የምርጫ ጣቢያ ዝርዝርን አስመልክቶ ያቀረበው አቤቱታ ላይ የተሰጠ መግለጫ

የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ የካቲት 18 ቀን 2013 ዓ.ም ባወጣው መግለጫ የምርጫ ጣቢያዎች ዝርዝር ይፋ መሆንን ተከትሎ ከአፋር ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የምርጫ ጣቢያዎች ያለአግባብ በሶማሌ ብሔራዊ ክልል መንግስት ስር በሚገኙ ቀበሌዎች ስም ይፋ ተደርገዋል የሚል አቤቱታ ለቦርዱ እንደቀረበ እና የመራጮች ምዝገባ ከመጀመሩ በፊት አቤቱታውን ተመልክቶ ውሳኔ እንደሚሰጥ ማሳወቁ ይታወቃል።
የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ምርጫ ጣቢያዎችን ሲያደራጅ በአቅራቢያው ያሉ ዜጎች በመራጭነት ለመመዝገብ እንዲሁም ድምጻቸውን እንዲሰጡ ለማስቻል በማሰብ ሲሆን የምርጫ ጣቢያዎች አደረጃጀትም ባለፉት 5 አጠቃላይ ምርጫዎች ተመሳሳይ መስፈርቶችን በመጠቀም ሲከናወን የቆየ ነው። ቦርዱ ለ6ተኛው አጠቃላይ ምርጫ በሚዘጋጅበትም ወቅት በ2007 አጠቃላይ ምርጫ የተጠቀመባቸውን የምርጫ ጣቢያዎችን ታሳቢ በማድረግ በሁሉም ምርጫ በሚደረግባቸው የአገሪቱ ክልሎች ተገማች የመራጮች ቁጥርን ከግምት ውስጥ በማስገባት የተዘጋጁ ናቸው።
እንደሚታወቀው ምርጫ ጣቢያዎች ዜጎች ድምጻቸውን ለመስጠት የሚመቻቹ የመመዝገቢያ እና ድምጽ መስጫ ቦታዎች ሲሆኑ የየትኛውም የመንግስት አስተዳድር መዋቅር አካላት አይደሉም። ብሔራዊ ምርጫ ቦርድም በሚያከናውናቸው የምርጫ ኦፕሬሽን ተግባራት በተለያዩ ደረጃዎች የራሱን መዋቅር የሚያዘጋጅ ሲሆን እነዚህ መዋቅሮች ከመንግሰት ቋሚ መዋቅር ጋር ተመሳሳይነት የላቸውም።
ቦርዱ ከላይ የተጠቀሱትን ጥሬ ሃቆች እና አሰራሮች ከግምት ውስጥ በማስገባት የአፋር ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት የቀረበውን የምርጫ ክልሎች አላግባብ በሶማሌ ክልል ውስጥ በሚገኙ ቀበሌዎች ተጠርተዋል የሚለውን የካቲት 05 ቀን 2013 በተጻፈ ደብዳቤ የቀረበውን አቤቱታ መርምሯል።
ምንም አንኳን ከላይ እንደተጠቀሰው ቦርዱ በ2007 ዓ.ም የተጠቀመበትን የመረጃ ዝርዝር ለ6ተኛው አገራዊ ምርጫ ቢጠቀምም፣ የምርጫ ጣቢያዎች የአስተዳደር ወሰኖችን የሚወስኑ መገለጫዎች ባይሆኑም ቦርዱ ምርጫ በምንም መልኩ የሰላም መደፍረስ ምክንያት እንዳይሆን በማሰብ
• በጋላእቶ/አዳይሌ
• በአዳይቱ/አዳይቱ
• በቴውኦ/አላሌ
• በጉርሙዳሊ/ዳንሌሄላይ
• በኡንዳፎኦ/ኡንዱፎ
• በጋዳማይቱ/ጋርባኢሴ
• በአፍዓሶ/አፉአሴ
• በባላእቲ ጎና/መደኒ
ቀበሌዎች ሊከፈቱ የነበሩትን 30 የምርጫ ጣቢያዎች በአካባቢው እንዳይቋቋሙ ወስኗል። በዚህም መሰረት በአካባቢው የሚኖሩ እና የመራጮች ምዝገባ እና የድምጽ መስጠት ሂደት ውስጥ የሚሳተፉ ዜጎች በአቅራቢያቸው ባለ ሌላ ቀበሌ መመዝገብ እና ድምጻቸውን መስጠት የሚችሉ ሲሆን ይህንን ተግባራዊ እንዲያደርጉ ቦርዱ ለምርጫ አስፈጻሚዎቹ ተገቢውን መመሪያ የሚያስተላልፍ ይሆናል።
ይህ ውሳኔ የምርጫ ሰላምን ቅድሚያ በመስጠት በቦርዱ የተወሰነ ሲሆን የመራጮችን የመምረጥ መብት በማይገድብ መልኩ እንዲፈጸም ያደርጋል። በዚህ አጋጣሚም ቦርዱ ሌሎች አካላት የምርጫ ኦፕሬሽንን የምርጫ ጣቢያዎች እና የምርጫ ክልል ቢሮዎቸን አከፋፈት ለቆዩ የአስተዳደራዊ ወሰን ውዝግቦች ግብአት ከመጠቀም እንዲቆጠቡ ያሳስባል።

የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ
መጋቢት 15 ቀን 2013 ዓ.ም

Ameerikaatti manneen nafa si’eessan keessatti dhukaasa banameen lubbuun namoota 8 darbeAmeerikaa kutaa bulchiinsa Atlaan...
17/03/2021

Ameerikaatti manneen nafa si’eessan keessatti dhukaasa banameen lubbuun namoota 8 darbe

Ameerikaa kutaa bulchiinsa Atlaantaa,Joorjiyaa keessatti dhukaasa manneen nafa si'eessan(spa) garaagaraa sadiirratti banameen dubartoota jaha dabalatee namoonni saddeet ajjeefamaniiru.

Kooriyaan Kibbaa kanneen ajjeefaman keessaa afur dhallatootta biyya ishee ta'uu beeksifteeti.

Dargaggoon waggaa 21 haleellaawwan kanneen raawwachuun shakkame to'annoo jala ooluu aanga’oonni biyyattii ifoomsaniiru.

Ka’umsi haleellaa kana hanga ammaatti hin beekkamne jedhame.

Yaata'uutii weerara Covid-19 kan raabse warra Eeshiyaati jette jettee jedhurraa kan ka'e lammiilee Ameerikaa dhallatootta ykn hidda Eeshiyaa qaban irra yakki jibbinsaa raawwatamu ji'a kana keessa akkaan dabaleera.

Preezdaant Joo Baayidan ibsa torbe darbe laataniin yakka jibbiinsaa lammiilee Ameerikaa dhallatootta ykn hidda Eeshiyaa qaban irra ga’u balaaleffataniiru.

Maddi:-BBC, CNN fi Washingotn Post

Bosona Cilaaloo Gaalaamaatti balaan Ibiddaa muudachuu ibsameQaama Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Arsii kan ta’e bosona Cil...
16/03/2021

Bosona Cilaaloo Gaalaamaatti balaan Ibiddaa muudachuu ibsame

Qaama Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Arsii kan ta’e bosona Cilaaloo Gaalaamaatti Ibiddi qabachuu ibsame.

Aanaalee paarkichi uwwisuu 9 keessaa aanaalee 7 keessatti balaan Ibiddaa muudachuu himameera.

Gosoota bosonaa bara dheeraa lakkoofsiisanirra miidhaan qaqqa eerameera.

Balaa Ibiddaa muudate to’achuuf hirmaannaa ummataan tattaaffiin muraasni taasiifamuu itti gaafatamaan Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Arsii obbo Muhaammad Tiifoon Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Ibiddichi erga qabatee guyyoota 5 kan lakkoofsiise ta’uus guyyaa har’aa daraan hammaachuu dubbataniiru.

Balicha waliin walqabatee namoonni dhuunfaan ka’umsa ta’uun shakkaman16 to’atamuu ibsameera.

በጭላሎ ጋለማ ደን የእሳት ቃጠሎ አደጋ መከሰቱ ተገለጸየአርሲ ተራሮች ብሄራዊ ፓርክ አካል የሆነው የጭላሎ ጋለማ ደን የእሳት ቃጠሎ አደጋ  መከሰቱ ተገለጸ፡፡ፓርኩ ከሚያካልላቸው ዘጠን ወረዳዎ...
16/03/2021

በጭላሎ ጋለማ ደን የእሳት ቃጠሎ አደጋ መከሰቱ ተገለጸ

የአርሲ ተራሮች ብሄራዊ ፓርክ አካል የሆነው የጭላሎ ጋለማ ደን የእሳት ቃጠሎ አደጋ መከሰቱ ተገለጸ፡፡

ፓርኩ ከሚያካልላቸው ዘጠን ወረዳዎች ውስጥ በሰባቱ የእሳት አደጋ የተከሰተ ሲሆን÷ ረጅም ጊዜ ያስቀጠሩ የደን ዝርያዎች ጉዳት እንደደረሰባቸውም ነው የተመላከተው፡፡

የአርሲ ተራሮች ብሔራዊ ፓርክ ሃላፊ አቶ ሙሀመድ ቲፎ÷የደረሰዉን እሳት አደጋ ለመቆጣጠር በተወሰነ ህዝብ ተሳትፎ ጥረት መደረጉን ለፋና ብሮድካስቲንግ ኮርፖሬት ተናግረዋል፡፡

የእሳት አደጋው አምስት ቀናት ያስቆጠረ ሲሆን÷ ዛሬ ላይ ግን ይበልጥ ተባብሶ ቀጥሏል ነው የተባለው፡፡

የተለያዩ ህፅዋቶችና እንስሳቶችን የያዘዉ ጭላሎ ተራራ በየግዜዉ በተለያዩ ምክንያቶች በእሳት አደጋ እተፈተነ መሆኑም ተመላክቷል፡፡

በደኑ ላይ ከሰሞኑ የተከሰተው ይህ የእሳት አደጋ መንስኤው ለግጦሽና በግጦሽ ላይ የሚገኙ የቤት እንስሳትን የዱር እንስሳት እንዳያጠቁ በሚል የተለኮሰ ስለመሆኑ ኃላፊው አስረድተዋል፡፡

ከእሳት አደጋው ጋር በተያያዘ 16 ግለሰቦች በቁጥጥር ስር መዋላቸውም ተገልጿል።

በደኑ ላይ የተከሰተው የእሳት ቃጠሎ የከፋ ጉዳት እንዳያስከትል ህብረተሰቡ ለማጥፋት የሚደረገውን ጥረት እንዲያዝ ጥሪ ቀርቧል፡፡

Artiist Haacaaluu Hundeessaa badhaasa 'Grammy' irratti ogeeyyii lubbuun darban waliin yaadatameArtiist Haacaaluu Hundees...
16/03/2021

Artiist Haacaaluu Hundeessaa badhaasa 'Grammy' irratti ogeeyyii lubbuun darban waliin yaadatame

Artiist Haacaaluu Hundeessaa ogeeyyii indaastirii muuziqaa keessatti maqaa guddaa qabanii fi bara Faranjootaa 2020 lubbuun darban dhaabbatichi yaadate keessaa tokko ta'e.

Badhaasa Grammy bara Faranjoota 2021 irratti Artiist Haacaaluu Hundeessaa ogeeyyii indaastirii muuziqaa keessatti maqaa guddaa qabanii fi bara Faranjootaa 2020 lubbuun darban dhaabbatichi yaadate keessaa tokko ta'eera.

Artiist Haacaaluu Hundeessaa tarree ogeeyyii muuziqaa addunyaa beekamoo ta'an kan bara Faranjoota 2020 keessaa addunyaan lubbuun dhabde keessaa tokko ta'uun badhaasa Grammy bara Faranjoota 2021 Dilbata Ameerikaatti gaggeefamerratti yaadatame.

Dhaabbati akkaadamii waraabbii Grammy, Viidiyoo maqaa ogeeyyii bara Faranjootaa 2020 lubbuun darbanii tarreesse, ''hawaasa muuziqaa bara Faranjootaa 2020 keessa dhabne haa yaadannu kabajas haa kenninuuf'' jedhe.

Dhaabbatichi ogeeyyii tokkoon tokkoon isaanii oogummaa isaaniin waan hawaasa muuziqaa addunyaaf gumaachaniif kabaja kennas jedheera.

Badhaasa Giraamii bara Faranjootaa 2021 Dilbata darbe gaggeeffame kana irratti Biyoonseen ammas mo'achuudhaan si'a 28 argachuusheetiin seenaa haaraa galmeessiteetti.

Weellistuun beekamtuu kun amma seenaa Giraamii kana keessatti dubartii hunda caalaa badhaafamte taateetti.

Teeyilar Iswiift akkasuma badhaasa hojii artii guddaa kanarratti si'a sadii albamii waggaa mo'achuudhaan dubartii biroo seenaa dalagde taateetti.

Barnaa Booy Albam Muuziqaa Filatamaa Addunyaa yoo mo'atu, Wiizkiid immoo viidiyoo muuziqaa filatamaa Biyoonsee waliin hojjeteen mo'ate.

Intalli Biyoonsee Biluu jedhamtus badhaasa kana mo'atteetti.

Maddi: BBC

የኮቪድ-19 ክትባት በኦሮሚያ ክልል ሞጆ ከተማ መስጠት ተጀመረበኦሮሚያ ክልል ሞጆ ከተማ የሞጆ ፕራይመሪ ሆስፒታል የኮቪድ-19 ክትባት ዛሬ መስጠት ጀምሯል።በክትባት ማስጀመሪያ መርሀ ግብሩ ላ...
13/03/2021

የኮቪድ-19 ክትባት በኦሮሚያ ክልል ሞጆ ከተማ መስጠት ተጀመረ

በኦሮሚያ ክልል ሞጆ ከተማ የሞጆ ፕራይመሪ ሆስፒታል የኮቪድ-19 ክትባት ዛሬ መስጠት ጀምሯል።

በክትባት ማስጀመሪያ መርሀ ግብሩ ላይ የጨፌ ኦሮሚያ አፈጉባኤ ሎሚ በዶ ፣የክልሉ ጤና ቢሮ ኃላፊ ዶክተር መንግስቱ በቀለ የሞጆ ከተማ ከንቲባ ወይዘሮ መሰረት አሰፋን ጨምሮ በየደረጃው የሚገኙ የክልሉ አመራሮች፣ የጤና ባለሙያዎች ተገኝተው ክትባቱን ወስደዋል ።

በመጀመሪያው ዙር በመንግስትም ሆነ በግል የጤና ተቋማት ውስጥ የሚገኙ የጤና ባለሙያዎችና ይበልጥ ለበሽታው ተጋላጭ ለሆኑ የህብረተሰብ ክፍሎች ተደራሽ እንደሚደረግ የኦሮሚያ ክልል ጤና ቢሮ ሀላፊ ዶክተር መንግስቱ ገልፀዋል።

ክትባቱ ለጤና ባለሙያዎች እንዲሁም ተጓዳኝ የጤና ህመም ላለባቸው የህብረተሰብ ክፍሎች ቅድሚያ እንደሚሰጥ ተገልጿል።

ወደ ሀገሪቱ ከገባ ጀምሮ በሺዎች የሚቆጠሩ ዜጎችን ሕይወት የቀጠፈው የኮቪድ-19 ወረርሽኝ የስርጭት ሁኔታ አሁንም አሳሳቢ ደረጃ ላይ የሚገኝ በመሆኑ በሽታውን ለመከላከል የሚደረገው ጥንቃቄ ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተገልጿል።

እስካሁን በክልሉ 277ሺህ 421 ሰዎች ተመርምረው 25ሺህ 695 ሰዎች ቨይረሱ ተገኝቶባቸው 21ሺህ 208 ሰዎች ሲያገግሙ የ265 ሰዎች ህይወት ደግሞ ማለፉ ተገልጿል።

Naannoo Oromiyaatti Talaalliin COVID -19 Magaalaa Moojoo Hoospitaala Moojootti kennamuu eegale.Sirna talaallii kennuu ja...
13/03/2021

Naannoo Oromiyaatti Talaalliin COVID -19 Magaalaa Moojoo Hoospitaala Moojootti kennamuu eegale.

Sirna talaallii kennuu jalqabsiisuu kanarraatti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo akkasumas Hogganaa Biiroo Eegumsaa Fayyaa Naannoo Oromiyaa Dr Mangistuu Baqqalaa irratti argamaniiru.

Talaallii kana Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Talaalamuun eegalchiisan.

Talaalliichas qaamoleen dursa argatan ogeessoota fayyaafi namoota dhukkubaa garaagaraa qabaniif ni kennamaa jedhameera.

Ammas taanaan weerara vaayiraasii kana ittisuuf hawaasni hunduu of eeggannoo taasisuu qabu jedhameera: Maddi: OBN

Ministirri Ministeera Fayyaa Dr. Liyaa Taddassaa Maqaleetti kenniinsa talallii ittisa Covid-19 eegalchisan.Sirni kenniin...
13/03/2021

Ministirri Ministeera Fayyaa Dr. Liyaa Taddassaa Maqaleetti kenniinsa talallii ittisa Covid-19 eegalchisan.

Sirni kenniinsa talaallii ittisa Covid-19 Hospitalaa Waliigalaa Maqaleetti egalame.

Hojigaggeessa Olanaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraayi Dr.Muluu Naggaafi miseensonni kaabinee talaallii kan fudhataniiru.

Talaalliin kun ogeeyyii Fayyaafi lammiilee vaayirasii kanaaf caalatti saaxilamoo ta’aniif dursi kan kennamu ta’aa jedhame. TOI

የኮቪድ 19 ክትባት በአገር አቀፍ ደረጃ በመቀሌ መሰጠት ተጀመረመርሐ ግብሩን የጤና ሚኒስትሯ ዶክተር ሊያ ታደሰ በመቀሌ አጠቃላይ ሆስፒታል አስጀምረውታል።የትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር ዋ...
13/03/2021

የኮቪድ 19 ክትባት በአገር አቀፍ ደረጃ በመቀሌ መሰጠት ተጀመረ

መርሐ ግብሩን የጤና ሚኒስትሯ ዶክተር ሊያ ታደሰ በመቀሌ አጠቃላይ ሆስፒታል አስጀምረውታል።

የትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር ዋና ሥራ አስፈጻሚ ዶክተር ሙሉ ነጋና የአስተዳደሩ ካቢኔ አባላትም ተከትበዋል።

ክትባቱ ለጤና ባለሙያዎችና ለቫይረሱ ይበልጥ ተጋላጭ ለሆኑ ወገኖች ቅድሚያ እንደሚሰጥ ተገልጿል።

ኢትዮጵያ ለ2 ነጥብ 2 ሚሊዮን ዜጎች የሚሆን ክትባት ማግኘቷ ይታወቃል። ኢዜአ

የቀድሞ የፌዴሬሽን ምክር ቤት አፈ ጉባኤ ወ/ሮ ኬሪያ ኢብራሂም በዋስ ተለቀቁ፡፡ እንዲሁም ጉዳያቸውን በፍ/ቤት ሲከታተሉ የነበሩት የትግራይ ክልል የቀድሞው ጠ/ፍ/ቤት ፕሬዝዳንት በዋስ ከእስር...
11/03/2021

የቀድሞ የፌዴሬሽን ምክር ቤት አፈ ጉባኤ ወ/ሮ ኬሪያ ኢብራሂም በዋስ ተለቀቁ፡፡

እንዲሁም ጉዳያቸውን በፍ/ቤት ሲከታተሉ የነበሩት የትግራይ ክልል የቀድሞው ጠ/ፍ/ቤት ፕሬዝዳንት በዋስ ከእስር እንዲወጡ ተወሰነ።በእነ አቶ ስብሀት ነጋ የክስ መዝገብ ተጠርጥረው ጉዳያቸውን በፍ/ቤት ሲከታተሉ የነበሩት የክልሉ የቀድሞው ጠ/ፍ/ቤት ፕሬዝደንት ወ/ሮ ሀሪቲ ምረተአብ እና በመዝገቡ 8ኛ ተጠርጣሪ አቶ ወ/ጊዮርጊስ ደስታ ዐቃቤ ህግ ለከፈትኩት የምርመራ መዝገብ የሚያስጠረጥር በቂ ማስረጃ ባለማግኘቴ በዋስ ይለቀቁ ሲል ለፍ/ቤት አመልክቷል።

በዚሁ መዝገብ ተጠርጥረው ጉዳያቸውን ሲከታተሉ የቆዩት አቶ ስብሀት ነጋን ጨምሮ አቶ ሰሎሞን ኪዳኔ ቅዱሳን ነጋና ሌሎች የመዝገቡ ተጠርጣሪዎች ጉዳይ በቀዳሚ ምርመራ እንዲታይ ዐቃቤ ህግ ለፍ/ቤቱ አመልክቷል።ጉዳዪን የተከታተለው የፌደራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት አራዳ ምድብ ጊዜ ቀጠሮ ችሎት አቃቤ ህግ ባቀረበው መሠረት ወ/ሮ ሀሪቲ ምረተአብ እና አቶ ወ/ጊዮርጊስ ደስታ እያንዳንዳቸው በ30000 ብር ዋስ ከእስር እንዲፈቱ አዟል።አቶ ስብአት ነጋን ጨምሮ የመዝገቡ ሌሎች ተጠርጣሪዎች ጉዳያቸው በቀዳሚ ምርመራ መዝገብ እንዲታይና እስከዛው በማረሚያ ቤት እንዲቆዩ ፍ/ቤቱ ዛሬ ትዕዛዝ ሰጥቷል።

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nagalcha Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nagalcha Media:

Share



You may also like