Arifo show

Arifo show Just for history
β™₯οΈπŸ’šβ€οΈπŸ§‘πŸ‘Œ

Dr. Bilal Philips
24/09/2023

Dr. Bilal Philips

Islam is not a competition, but an invitation to a more fulfilling and spiritually enriching life.
24/09/2023

Islam is not a competition, but an invitation to a more fulfilling and spiritually enriching life.

Hararghe pictures
17/09/2023

Hararghe pictures

Abbaa seenaaArifo show
17/09/2023

Abbaa seenaa
Arifo show

Hayirli kun Toshkent πŸ‡ΊπŸ‡Ώhave a nice day Tashkent πŸ‡ΊπŸ‡Ώ
12/09/2023

Hayirli kun Toshkent πŸ‡ΊπŸ‡Ώ
have a nice day Tashkent πŸ‡ΊπŸ‡Ώ

πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š Best Photos🎁❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ β€οΈβ€οΈβ€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€??β€πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹??πŸ•Œ            Actres  # jamilanagudu with   and  also known a...
11/09/2023

πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š Best Photos🎁
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ ❀️❀️
β€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€??❀
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹??πŸ•Œ










Actres # jamilanagudu with and also known as in movieπŸ“½πŸ“ΊπŸ‘ˆ

Karim Obb kee
03/09/2023

Karim
Obb kee

Akkm oltaanπŸ’šπŸ§‘πŸ’›
11/08/2023

Akkm oltaan
πŸ’šπŸ§‘πŸ’›

our legendπŸ’šπŸ’›πŸ’™
14/07/2023

our legend

πŸ’šπŸ’›πŸ’™

  baadiyyaaBakka dhugaa bakka fayyaaQa'ee abbaa qa'ee aayyaaBiyya namaa yaa baadiyyaaNama dhugaa kan bifa tokkoKan walii...
30/05/2023

baadiyyaa

Bakka dhugaa bakka fayyaa
Qa'ee abbaa qa'ee aayyaa
Biyya namaa yaa baadiyyaa
Nama dhugaa kan bifa tokko
Kan walii birmatu gaafa rakkoo

Miidhaan dhugaa kan waaqni magarse
Ilma dhugaa kan warri guddise

Halkan dhugaa kan dukkanaa'u
Laga dhugaa kan gadi yaa'u
Addeessa dhugaa kan halkan ba'u
Bishaan dhugaa kan namni dhabsuu ba'u
Baadiyyaa lafa dhugaan taa'u
Biyya itti jaarsi harri magarsu
Kan seenaa biyyaa itti dabarsu

Biyya waaqni roobu itti magarsu
Kan qilleensi dhugaa itti buubbisuu
Niitii dhugaa kan dhirsi fuudhu
Aannan dhugaa kanan unadhu
Mee dhala nama baadiyyaa hubadhu

Biyya aduu dhugaa lixxu
Biyya jiruun jiruu fixxu

Biyya dhugaan itti du'an
Biyya dhugaa itti hafan
Baadiyyaa maa dagatan
Biyya sobni kessaa hin bulle
Biyya bookee hin ulle

Lafa leenci itti galu
Kan qeerranssi itti dhalu
Kan biyyi rakoo itti qalu
Kan jaarsi dubbii itti falu
Baadiyyaadha kan jiruun magaala caalu!
Arifo SlymnπŸ‘ˆ

Arifo Slymn
29/05/2023

Arifo Slymn

jaalala
26/05/2023

jaalala

LoomiiArifo Slymn
25/05/2023

Loomii

Arifo Slymn

25/06/2021
25/06/2021
25/06/2021

Entry

Smile challenge
26/05/2021

Smile challenge

15/11/2020

Breaking new tigray halkaan edaa misa'elan Asmara rukkuteeti

30/08/2020

Nama seena irranfata malee seenan nama Hin Irranfatu

30/08/2020

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arifo show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Arifo show:

Share