F/ta Kifle-maariyam

F/ta Kifle-maariyam " እኔ ግን በምሕረትህ ብዛት ወደ ቤትህ እገባለሁ፤ አንተን በመፍራት ወደ ቅድስናህ መቅደስ እሰግዳለሁ።"
(መዝሙረ ዳዊት 5:7)

↪️Dhiifama Godhaniifi jiruu!    ✍️Jireenya kiristaanummaa keenya keessatti dhiifamni kan afaaniin dubbatamu osoo hin taa...
16/04/2024

↪️Dhiifama Godhaniifi jiruu!

✍️Jireenya kiristaanummaa keenya keessatti dhiifamni kan afaaniin dubbatamu osoo hin taane,dhugumaan laphee irra kan burqee fi jireenya kiristaanummaa keenya harka dhibbaan kan guddisu, akka ta'u qabu,ulfinni maqaa isaaf haa ta'uutii gooftaan keenya iyyasuus kiristoos barumsa ciminaan barsiise keessa kun is a tokkoodha!

Sanbata darbe Waldaa Christ The Good Shephereld Church jedhamtu keessatti otuu tajaajilaa jiranii dargaggeessi ganna 15 ta'e tokko cuubeedhaan mataa fi fuula isaanii wawaraanee isaan miidhee Hospitaala seenanii turani. Har'a oduun achii dhagahame akka ibsutti haala gaarii keessa jiru.

Kan nama ajaa'ibe immoo, Abbaa Mar Mari Emmanuel jedhaman kun dargaggeessa miidhaa isaan irra geessise bira deemuun harka isaanii mataa isaarra godhanii isaaf kadhatan. Dhiifamas isaaf godhaniiru.

"Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!" Rom.12:21
Kiristaanummaan isa kana ❤🙏

Holy Sprit Rivaival Fire

15/04/2024
  ነው ሃይማኖታዊ ቀውስ/ችግር በአራት ምክንያቶች ይፈጠራል 1. በ ሐሰተኞች ክርስቶሶች  2. በ ሐሰተኞች ነቢያት3. በ ሐሰተኞች መምህራን4. በ ሐሰተኞች ምእመናን ሐሰት በመካከላችን ያለ ...
11/04/2024

ነው
ሃይማኖታዊ ቀውስ/ችግር በአራት ምክንያቶች ይፈጠራል
1. በ ሐሰተኞች ክርስቶሶች
2. በ ሐሰተኞች ነቢያት
3. በ ሐሰተኞች መምህራን
4. በ ሐሰተኞች ምእመናን

ሐሰት በመካከላችን ያለ በእኛና በእግዚአብሔር መካከል የገባ ጣዖት ነው
ፍቅርን ያጎደለብን
ሰላማችንን የነጠቀን
መተማመንን ያሳጣን .... ዘመናዊ ሐሰት/ውሸት ነው
👇
መዝሙር 14
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ ሰነፍ በልቡ፦ አምላክ የለም ይላል። በሥራቸው ረከሱ፥ ጐስቈሉ፤ በጎ ነገርን የሚሠራ የለም።
² የሚያስተውል እግዚአብሔርንም የሚፈልግ እንዳለ ያይ ዘንድ እግዚአብሔር ከሰማይ የሰው ልጆችን ተመለከተ።
³ ሁሉ ዐመፁ በአንድነትም ረከሱ፤ በጎ ነገርን የሚሠራ የለም፤ አንድም ስንኳ የለም።
⁴ ጕሮሮአቸው የተከፈተ መቃብር ነው፥ በምላሳቸው ሸነገሉ፤
⁵ ከከንፈራቸው በታች የእባብ መርዝ አለ፤ አፋቸው መርገምንና መራራን ተሞልቶአል፤
⁶ ደምን ለማፍሰስ እግራቸው ፈጣን ነው፤ ጥፋትና ጕስቍልና በመንገዳቸው አለ፥ የሰላምን መንገድ አላወቁአትም፤ና እግዚአብሔርን መፍራት በዓይናቸው ፊት የለም።
⁷ ሕዝቤን እንደ እንጀራ የሚበሉ ኃጢአት የሚሠሩ ሁሉ በውኑ አያውቁምን? እግዚአብሔርንም አይጠሩትም።
⁸ በዚያ በታላቅ ፍርሃት እጅግ ፈሩ፥ እግዚአብሔር በጻድቃን ትውልድ ዘንድ ነውና።
⁹ የድሆችን ምክር አሳፈራችሁ፥ እግዚአብሔር ግን ተስፋቸው ነው።

ጌታ ሆይ! እውነትህንና ብርሃንህን በልባችን አሥርፅልን!!!

Iyyoob Nama QajeelaaIyyoob jechuun garraammii, danda’aa jechuudha. Biyyi isaa Ootsi jedhamti. Abrahaam irraa dhaloota sh...
09/04/2024

Iyyoob Nama Qajeelaa

Iyyoob jechuun garraammii, danda’aa jechuudha. Biyyi isaa Ootsi jedhamti. Abrahaam irraa dhaloota shanaffaa dha. Kunis, Abrahaam, Yisihaaq,Yaa’iqoob, Eesaawu, Raagu’eel,Zaaraa, Zaaran immoo Iyyoob dhalche. Haati isaa Baasuraasaa jedhamti. Ijoollee dhiiraa torbaa fi dubara sadi qaba. Maqaa ijoollee fi haadha warraa isaan akkasumas maqaa isaatin guyyaatti yeroo lama aarsaa Waaqayyoof dhiyeessa ture. Yeroo ergamaan Waaqayyo fuula dura Waaqayyootti dhiyaatu seexannis waliin dhiyaate. Waaqayyos,“Ilma koo na jaalatu Iyyoob agartee?”jedheen. Seexannis ,“Argeera waan qabeenya qabuuf si jaalate malee osoo dhabee si gana,” jedhee Waaqayyoof deebise. Waaqayyos akka isa qoru eeyyameef. Isa garuu akka hin ajjeesne ni ajaje. Seexannis tiksoota isaa ajjeesee, beeyiladoota isaa hundumaa jalaa fixe. Ammas ijoollee isaa hundumaa jalaa fixe. Iyyoob garuu,“Waaqayyo naa kenne Waaqayyo fudhate,” jedhe. Seexannis “Iyyoob kan akkasitti obse akkasumaan miti osoo dhukkubaan rukuttee si gana,” jedhee Waaqayyotti dubbate,dubbii hammeenyaa waan irraa dhabeef.
Kanaaf seexanni Iyyoobiin dhukkuba hamaan rukkute. Fooliin hamaa foon isaas nama teessisuu dhorke. Qarshiin waan jalaa dhumeef haati manaa isaa kadhattee nyaachisuu eegalte. Seexanni akka namoonni hin kadhatamneefif laphee isaanii itti jabeesse. Isheenis dhumarratti,“Hanga yoomiitti akkanatti jiraatta Waaqayyoon ganii du’i,” jetteen. Innis,deebisee“Akkamitti akka dubartii dadhabduutti haasofta,” jedheen. “Waaqayyo harkaa waan gaarii fudhannee amma immoo waan hamaa fudhachuu hin qabnuuree?”jedheen.

Kana booda Baldayus, Saafirii fi Eelfaaz kan jedhaman hiriyootni isaa isa gaafachuu dhufan. Iyyoob guyyaa itti dhalate ni abaare. Booda qorumsa seexanaa hunduma ni mo’ate.Laga Yoordaanosittis dhaqee dhiqatee fayye. Qabeenyi isaas dura kan turerra dachaa ta’eeraaf. Dura saawwan dhibba torba, qotiyyoon dhibba shan,hoolaan kuma sadi fi harreen dhibba shan turan.Amma garuu dachaa ta’aniif. Innis ijoollee jalaa duute bakka isaanii Waaqayyo ijoollee ni kenneef. Ijoollee dhiiraa 7 fi dubara 3 argate. Ijoolleen isaa dubartootaas bareedinaan kan isaan gitu hin turre. Waggaa 140 jiraatee ijoollee ijoollee isaa argee boqote. Guyyan yaadannoo isaas Fulbaana 1 guyyaa itti dhiqatee madaa isaarraa fayyeedha. Caamsaan 2 ammoo yaadannoo guyyaa boqonnaa isaati.Galanni Waaqayyoof haa ta’u. Sugni isaas nu waliin haa ta’u. Hanga bara baraatti.Ameen.

(Seenaa isaa guutuu Kitaaba Iyyoob irraa argattu

07/04/2024

"አሰምዕ ለክሙ ሰማያተ አሰምዕ ለክሙ ምድረ ከመ ትቁሙ
በፍርሃት በወበረዓድ ዘእንበለ ተሀውኮ"
"ሰማያትን አዳኝባችኋለሁ። ምድርንም አዳኝባችኋለሁ። ያለ መታወክ በፍርሃትና በመንቀጥቀጥ ትቆሙ ዘንድ።
ቅዳሴ አትናቴዎስ

21/02/2024
Karamitti deema akka jirtuu Wa'en biyya lafaa kun nama dhiba Kun Amantaa sirrii ykn dhugaa arrabsa Kun lafumaa ka'e  Ani...
20/09/2023

Karamitti deema akka jirtuu
Wa'en biyya lafaa kun nama dhiba
Kun Amantaa sirrii ykn dhugaa arrabsa
Kun lafumaa ka'e Ani waaqa ofin jedha
Ani wantin jedhu tokkoo qofa
kan namaan wal dhabe namatuu ararsa kan Waaqayyo wallolee garuu? Enyuumtun ararsuu

20/09/2023

አዲስ ዝማሬ

20/09/2023

Faarfannaa Bareedaa
Afaan Amaariffa iraa
Kan Oromiffatti jijjirame

19/09/2023

Faaruun bay'ee jalladhu
Naaf Affeeramaa

19/09/2023
19/09/2023
Amantaa nama maqaa xuressun yakka  Silas muka firii qabutti dhakaa darbatuu kanumaaf hunduuti Amantaa keenya arrabsaa Na...
19/09/2023

Amantaa nama maqaa xuressun yakka
Silas muka firii qabutti dhakaa darbatuu kanumaaf hunduuti Amantaa keenya arrabsaa

Nama dheeraa surref qalbitu itti gababbata jedhan sun dhuguma

Ya bara dhufee darbuuNun cabsin akka dararaa garbuuDukkana ganna dabarre Booqaa birratti baaneeIsa olchee nubucheef Waaq...
10/09/2023

Ya bara dhufee darbuu
Nun cabsin akka dararaa garbuu
Dukkana ganna dabarre
Booqaa birratti baanee
Isa olchee nubucheef
Waaqaaf galata lannee
Yaadafi qalbii haaraan
Bara haara simanne
Kan yakkinef dhifama gafanne
Kan gaari ta'ef wal jajjabeeffanne
Garaa Waaqayyo keenya deebina
Qalbii jijjirranne
Kara isaa haadeebinu
Inni kara keenya deebi'aa
Barru isarra jirannan
Maaltuu nurra gahaa
Obbolonnikoo hundinuu
Kan dhiyoof halaala
Kan biyya kessas ta'e
Kan jirtan biyya alaa
Barri dhufe kuni
Haa ta'u kan gammachuu
Milkii itti argadha
Gammachun jirachuu
Ayyaana gaarii
Asirratti nagaha
Isinan jaalladha
Fayyaa dhuma nata'a
Hamtun isin hin argin
gaarin isin hin darbin

By K.mariam

03/09/2023
01/09/2023

ልጅ ያሬድ የተባለውን ግለሰብ በሕግ ለመጠየቅ የሚያስችል ሥራ እየተሰራ ነው።
የሕዝብ ግንኙነት መምሪያ
++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++
ባለፉት ቀናት በቅድስት ቤተ ክርስቲያን ቅጥር ውስጥ በመግባት ከእምነቷ ውጭ የሆነ መዝሙር የዘመረች ወጣት የፈጸመችው ተግባር ጥፋት መሆኑን አምና በፈጸመችው ጥፋት በመጸጸት በቅድስት ቤተ ክርሰቲያን አውደ ምህረት ተገኝታ ይቅርታ መጠየቋን ተከትሎ ልጅ ያሬድ የተባለ ግለሰብ እንኳን የኃይማኖት ሀገር በሆነችው ኢትዮጵያ ቀርቶ እምነት የለሽ በሚባሉት ሀገራት የማይደረግ የድፍረት ስድብና አጋንታዊ የሆነ ጸያፍ ቃላትን በመጠቀም በቅድስት ቤተ ክርስቲያን ላይ በማህበራዊ ድህረ ገጹ ላይ በተደጋጋሚ ያስተላለፈውን መልዕክት ተመልክተነዋል።

በዚህ ድፍረት የተሞላበት ድርጊትም በርካታ ኦርቶዶክሳውያን አዝነዋል፣አልቅሰዋል፣ በድርጊቱ ክፉኛ በመበሳጨትም ከፍትህ አደባባይ ፍርድ እንደሚጠብቁ በተለያየ መልኩ እያሳወቁ ናቸው።

ቤተ ክርስቲያን የክርስቶስን መስቀል ሁሌ መሸከም የየዕለት ተግባሯ ቢሆንም ከ፷ሚሊዮን በላይ ተከታይ ያላትንና ላለፉት ሁለት ሺህ ዘመናት ሀገርን በፍቅርና በስነምግባር ጥላ ሥር ሰብስባ ያኖረች ቤተ ክርስቲያን መሆንዋ እየታወቀ በእንዲህ አይነት በወረዳና ተሰምቶ በማያውቅ ድፍረት ቤተክርስቲያንን በመስደብ ሕዝበክርስቲያኑን ለማሳዘን መሞከር እጅግ አደገኛ ተግባር ነው።

ቤተክርስቲያንም ይህን ጸያፍ ተግባር የፈጸመና የተሳደበን ግለሰብ በዝምታ ማለፍ ስለማይገባት ጉዳዩን በህግ መምርያ በኩል በመከታተል ተገቢውን ሁሉ የምታደርግ መሆኑን ከወዲሁ እየገለጸች በህግ መምሪያችንና በህግ ባለሙያዎቻችን አማካኝነት አስፈላጊውን ሁሉ እስክታደርግ ድረስ ምዕመናን ከቅድስት ቤተክርስቲያን የተማራችሁትን ትዕግስትና ትህትናን መሰረት ባደረገ አግባብ በፍጹም ክርስቲያናዊ ጨዋነት እንድትጠብቁና በጉዳዩ ዙሪያ ከጸጥታ ከአካላት ጋር በትብብርና በአንድነት በመጠቆም እንድትተባሩ ቅድስት ኦርቶዶክሳዊት ቤተክርስቲያን ጥሪዋን ታስተላልፋለች።

Dilbata enyutu irraa olaaGamtaa barattoota Dilbata magaalaa Finfinnee  Gooroo Q Mika'el Gooroo Q Gabri'el Yerer gooroo Q...
01/09/2023

Dilbata enyutu irraa olaa
Gamtaa barattoota Dilbata magaalaa Finfinnee
Gooroo Q Mika'el
Gooroo Q Gabri'el
Yerer gooroo Q/tti Sillaasee
Saamit fayyisaa Addunyaa fi kan biroo

sagantaa guddaan qophayeera
Qophessitonni B/Dilbata Boolee lami Endustiritin

Coming sonBaga nagaan dhufte dhuga bayyen gammade Jajjabee tenya .Nuuf jabaadhu ammallee Obboletti teenya baay'e sijaala...
01/09/2023

Coming son

Baga nagaan dhufte
dhuga bayyen gammade
Jajjabee tenya .
Nuuf jabaadhu ammallee
Obboletti teenya baay'e sijaalanna

28/08/2023

አንቺ የሌለሽበት መቼ ሞልቶ ያዉቃል

24/08/2023

አድስ መዝሙር

Address

Addis Ababa

Telephone

+251939441974

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when F/ta Kifle-maariyam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to F/ta Kifle-maariyam:

Videos

Share