Hundanee Free Post

Hundanee Free Post This page is a very fastest informations about Great Ethiopia��

31/10/2023

🫶🫵
✅Afran Qallo🥰💚
✅Egypt, Cairo❤️🥰








18/10/2023

➽ FI ✅‼

taate gootu malee barreeffama kana yoo bira dabartee ati jedhamta.

Jimaan Qama'uu Fi Mirqaanu Oli. Maal jechuuchaa? Obsaan dubbisi jaaloo!

🌱 Harargeef . Ulfoon aadaan immoo calaqqee eenyummaa hawaasaati. Eenyummaa kee si ibsu eeggachuu fi kunuunfachuun dirqama dhalootaati. Dhalli namaa guyyaa Sadi sirna kabajaa qixxee qaba jedhama. Gaaf dhalatu, gaaf gaa'ela gaggeessuu fi gaaf du'u.

🌱 , sirna ulfina dhala namaa kanneen irratti, Jimaa akka meeshaa dhimma itti bahama. Daa'ima dhalate qama'ee itti biifee, ebbisee magarsa.

🌱 haqaaraa jimaa warra intalaa geeyfatee, "meeyra sibiratti argadhee oka nakaayi". jedhee kadhata. Gurbaan jimaa geeyfate jechuun, intala kadhate jechu. Warri intaalaa jimaa isaaniif dhaqe yoo hiikan, intala isiniif kenninee mirkanaa, muraadni qajeello. Yoo hiiku didan, hamileen hin taanee jechudha. Guyyaa cidhaa, firaa aaliin harawaaca fidatee, qama'ee dhiichisee, ililchee, gammachuu qooddatee, gargar gala.

🌱 'aa, warra taaziyaa, jimaa qabatee dhaqee, nama gaddarra jirutti kennee eebbisa. Namni gadarra jirus haqaaraa hiikee raabsee, gamtaan wal biratti qama'ee wal jajjabeessa. Kun aadaa Ituu, Humbannaa fi Afran qalloo tan ganamaati. Itti horree, itti bullee, hardha geenye.

🌱Karaa biraatiin Jimaan hafuura/spiritual waliin walqabata. Hawaasni Harargee rakkoo isaa fi biyya mudatte tamiifuu salaatee, wadaajaan ta'ee, qama'ee Rabbi kadhatee, furmaata argata. Safuu fi safeeffannaa, waaqeffannaa fi dhugeeffannaa, aadaa fi gadaa isaa, Odaa fi ardaalee jilaa, malkaa fi tulluu qabutti haqaara jimaa hiikee dhugeeffata. Fakkeenyaaf sirnoota Sirna Gadaa Odaa Bultum jalatti gaggeeffaman keessaa tokko, Jimaa haqaaraa Saddeet geessuu fi hiikuun eebbisuun takka. Kun sirna, hin jigu, hin dhangala'u.

🌱Jimaan eebbaa fi abaarsaa qaba. Toltuu yoo hojjatte, akkanatti mayrii lalisiin eebbisee magarsa. Dur hin jirree yoo hojjatte yookiin baasa yoo baafte, adabadhu! sittin afaan kaayadhaan akeekkachiisee, didduu moyyeetti tumee, toomaa sitti arraabee, abaaree si dabarsa.

🌱Jimaa hogguu qamaatu ni callista. Of dhageeffatta. Ofitti deebita. Of wajjiin haasofta. Ofitti deebi'uun waaqatti si dhiheessa. Waaqatti deebi'uun heera uumaa fi umamaa si eeegsisa. Jibba caalaa, jaalalaaf tokkummaa, wal qixxummaa fi gara laafummaa, si gonfachiisa. Walitti dhufeenya cimsa. Jimaan lolaa fi aarii tasgabeessa. Badii osoo hin qama'in raawwatte, hogguu qamaate akka sheenoftu si taasisa. Jalala labsita. Kan walloleehuu ni araarsita.

🌱Jimaan Dammaqaa si taasisa. Mukuu si baasa. Gammachuu si gonfachiisa. Malee si sakaraansee, of siwollaalchisee, sin kuffisu. Ofirratti sin fincaansisu. Mana kee wallaaltee, harkisee namni manatti sin galchu. Qirichummaa qaba. Dhukkubbii irraa si dandamachiisa. Aduu fi caamaa dandamatee, oomisha kennee, leetoo biyyaatiif bu'uura taha. Kanaaf jimaan hafuura/spiritual waliin hidhata qaba kanin jedheef.

🌱Jimaan hojii nama hiiksisa kan jedhu, warra keenya hin ibsu. Nuti masluufummaa ni balfina. Qonnee, misoomsinee, madda galii biyyaa taasifne. Qotee bulaan ganamaan ooyru isaatti bobbaa'ee, gaaddisa ooyru isaa keessa jiru jalatti, muka lama itti ciratee, dhagaa cabsee, Gaaraa hidhee, biyya hanqina roobaa qabdu sana keessatti, ooyru Jannata fakkaattu baasee, ilmaan guddisa. Bonaa Ganna hin jedhu. Hoggayyuu ooyruun isaa asheeta. Kan barate, qama'ee dubbisa. Daldalaan si'aa'inaan daldalata. Guyyaa hojii hiikuu mitii, halkaan walakkaa ol hojiin dabarsa.

🌱Kan hojii isaa dhiisee taa'ee, Jimaa cafaqataa oolu, nurraahii miti. Dhaloota akkasii gorsuu fi tooratti deebisuunis numa qabdi. Garuu hawaasa yoomii fi eessatti, maaliif akka qama'u beeku kana, dimshaashaan masluufa danta dhabeessa fakkeessuun cubbuudha.

🌱Qaamni hawaasa Oromoo Harargee Jaalatuu fi Kabaju kamuu, Jimaa isaatis kabajuu qaba. Bilisa tahee qotatee, bilisa tahee, gatii barbaadeen, magalaa fedheetti, akka dhiheeffatu tumsuu qaba. Summii fakkeessanii busheessuun hin danda'amu. Tasuma!

🌱Jimaan ulfoo keenya, galfata abboota keenyaati. Kun seera hin dabus, hin cabus! Tanaaf afaan guutuun "Jimaan sitti baalaa, natti dalluu Gaalaa" kan jennuuf.

🌱Natti dheeratee, waan muraasa kaase. Tana liqimsaa! Diddan barreeffama biroo qorannoon deeggarame irratti isiniif dabala.

👉Saahibbaan waan dabse sirreessa, tan hanqise itti dabalaa fi suuraa Jimaa Comment jalatti naaf darbaa.
Ammaaf xumure.................🖋

irratti fataawaa godhuuf jimaa oomishuus tahee gurguruu beekuu ykn ammoo hawaasa san sirritti beekuudha gaafata. Sheek fi Sheekkan caalaa waa’ee jimaa beekeeti moo, waa’ee amantii isaan caalaa beekeeti akka fedhetti, waanuma fedhe kara fedheen haasawa?

Jimaan haraamii moo halaali asiin gadi M***i Adunya Sheikh M***a Su'aalla tana dhaggeeffadhaa galatooma 🌷🙏

My city of peace ✌️Harar, Ethiopia🇪🇹🥰💚Harar at night when feed to hyenas! Today's Best Photo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️             ...
12/10/2023

My city of peace ✌️
Harar, Ethiopia🇪🇹🥰💚

Harar at night when feed to hyenas!


Today's Best Photo
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️






















Aartistii kana eenyuutu beeka?Yoo beekte qofa  ,   $   godhi keessattuu yoo Oromummaa qabaatte.
30/08/2023

Aartistii kana eenyuutu beeka?
Yoo beekte qofa , $ godhi keessattuu yoo Oromummaa qabaatte.

To Days Best Photo 🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️💚💚❤️❤️💛💛♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
15/08/2023

To Days Best Photo
🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️💚💚❤️
❤️💛💛♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️











Muudama Haaraya!!Hoggantootni Guyyaa Har'aa Waajjirri Paartii Badhaadhina Damee Naannoo Hararitiin muudamni gaggeeffame ...
08/08/2023

Muudama Haaraya!!

Hoggantootni Guyyaa Har'aa Waajjirri Paartii Badhaadhina Damee Naannoo Hararitiin muudamni gaggeeffame kan nama gammachiisuu dha.

1.Obbo Naasir Ahmad Itti aanaa hogganaa biiroo Aadaa fi Turizimii
2.Adde Daliilaa yusuf hoggantuu biiroo sivil servisii fi Humna namaa
3.Obbo Shariif Muummee itti gaafatamaa waajjira daldala
4.Obbo Hamdii Salahdiin itti aanaa biiroo misooma Interpiraayizii
5.Obbo kaalid Nuuree hogganaa ejensii COC
6.Obbo Shaamee Abdii Gorsaa perizdentii
7. Obbo Nasraddiin Ahmed itti aanaa biiroo misooma qonnaa
8.obbo Adaal mulaatuu hogganaa waajjira farra malaammaltummaa
9.obbo Geetuu nagayoo itti aanaa biiroo barnootaa
10.Obbo Toofiq Mahammad hogganaa waajjira deeskii odeeffannoo
11. Obbo Abdulmalik Bakar odiitara muummee
12. Obbo Gazahany baqqalaa hogganaa waajjira Afyaa'ii
13.obbo Haafiz Mahammad sekereeteriyaatii waajjira HIV
14.obbo Saladdin Abdoosh itti aanaa biiroo nageenyaa
15.obbo Mahammad yahyaa hogganaa biiroo misooma Maallaqaa
16. Obbo Jibriil Mahammad walitti qabaa koree diinagdee mana marii
17. Enginer Fathii Ramadaan itti aanaa biiroo daandii fi geejjibaa
18.Abiy Abbabaa itti aanaa biiroo hojjetaa fi hawaasummaa
19. Obbo Abdulziiz Mahammad hogganaa Kollejjii barsiisotaa Harar
20.Farihaa Mahammad hoggantuu biiroo Dubartootaa fi Daa'immanii
21.Abdulhakiim Abdii itti aanaa odiitera muummee ta'uun muudama.

Yeroo Hojii Gaarii.

08/08/2023

🤜Namni Abbichuuniin Lola Ja'e Nama Ifii Ifirra Ejjate‼ 👊

Abbichuu Abbaa Biyyaa Umrii Nuuf Dheeradhu!😍

Qoricha Budaa‼👌

Dargaggeessa Cimaa  Sirba haaraya mata dureen isaa   jedhuun dhufee Jira Coming soon ❤️🔥  Art Awale Ciroo Abdallaa
21/07/2023

Dargaggeessa Cimaa

Sirba haaraya mata dureen isaa
jedhuun dhufee Jira Coming soon ❤️🔥



Art Awale Ciroo Abdallaa

    ❤🇪🇹 💚💙💜
19/07/2023

❤🇪🇹
💚💙💜

💎 !💚📍 !❤️🤍🖤
17/07/2023

💎 !💚
📍 !❤️🤍🖤

17/07/2023

Guyyaa muraasa turullee..
Maaster Hasan Pirizdaantii Tukaandoo.....
Eeyye bakka fedhan jiraatanis kaayyoo isaanii erratti hojjatanii galmaan gahachuudhaaf hamileefii murannoo jabduu qabaachuu isaanii nama hubachiifti. Dhugaadha biyya ofii jiraachuu dhabuun hamlee nama ejjoonnoo qabuu duubatti hin deebiftu
Maaster Hasan Abdulqaadir dhaloonni isaanii Dirreedhawaadha yeroo ammaa Ameerkaa Minisootaa jiraatu
damee ispoortii Tekwaandootiin Leenjiftoota Addunyaarraa bebbeekamoo tahanii qormanii
digirii isaanii qabattoo gurraacha [ Black Belt Dan Degree] torbaffaa argataniiru yeroo ammaa
pireezidantii Tekwaandoo Afrikaa tahuu danda'uun isaanii Laaftuutti waa as hin geenye
Baga Rabbli si milkeesse jedhaani maalo
Jabaa ofii Abbaatu jabeeffataati.

  💚🌱☘️Ustaaz Ustaz Ibsa Hassan "Kan Nuti har'a Dhaabnee dhaloonni dhufu haa gaaddiseeffatu" 🏕
17/07/2023

💚

🌱☘️Ustaaz Ustaz Ibsa Hassan
"Kan Nuti har'a Dhaabnee dhaloonni dhufu haa gaaddiseeffatu" 🏕


  Beautiful Girls of Oromo 😍❤
10/07/2023



Beautiful Girls of Oromo 😍❤



  !Yaadama Fuulduraa Guddina Magaalaa Guddittii Baha biyyatti akkasuma Baha Oromiyaa magaalaa Maayaati!
05/07/2023


!

Yaadama Fuulduraa Guddina Magaalaa Guddittii Baha biyyatti akkasuma Baha Oromiyaa magaalaa Maayaati!

Wonderful View of Dader waterfall Burawai ❣️💚
05/07/2023

Wonderful View of Dader waterfall Burawai ❣️💚

💎 💧💙😍Godina Jimmaa magaalaa Aggaarootti argama! ❤📸💚  🇪🇹  🇾🇪
03/07/2023

💎 💧💙😍

Godina Jimmaa magaalaa Aggaarootti argama!

❤📸💚
🇪🇹
🇾🇪


African Countries That Speak Their Languages Than Foreign Language1. Ethiopia 🇪🇹2. Tanzania 🇹🇿3. Somalia 🇸🇴4. Kenya 🇰🇪5....
02/07/2023

African Countries That Speak Their Languages Than Foreign Language
1. Ethiopia 🇪🇹
2. Tanzania 🇹🇿
3. Somalia 🇸🇴
4. Kenya 🇰🇪
5. Eritrea🇪🇷
6. Zambia 🇿🇲
7. Madagascar🇲🇬
8. Malawi 🇲🇼
9. Botswana 🇧🇼
10. South Africa 🇿🇦

The Ethiopia 🇪🇹 -Djibouti 🇩🇯 Railway is Africa's first cross-country railway line.The 750km railway line opened in 2016.
30/06/2023

The Ethiopia 🇪🇹 -Djibouti 🇩🇯 Railway is Africa's first cross-country railway line.

The 750km railway line opened in 2016.

Namoonni Muraasni Warra tokkoorraa taatanii Soshaal miidiyaan saba bal'aa kana giddutti  jibbiinsa, tuffii  fi qoqoddiin...
28/06/2023

Namoonni Muraasni Warra tokkoorraa taatanii Soshaal miidiyaan saba bal'aa kana giddutti jibbiinsa, tuffii fi qoqoddiinsa umuuf yaalaa jirtan dhiisa waan badaa dha. Siluma midiyaa dhan jallatamtee Deebitee Sabaan jibbamtaa.
Ummatichi yoomuu jiraataadha ‼

East Hararge Zone 🤩  Woreda 🤩  Muleta 🤩
27/06/2023

East Hararge Zone 🤩
Woreda 🤩
Muleta 🤩

  !!!.  Dirre Dhawaa, Mana kitaabaa, Carraa Barnoota Tolaa (Scholarship)fi Muummee Barnoota Aartii, Maqaa Doktora Kabaja...
19/06/2023

!!!.

Dirre Dhawaa, Mana kitaabaa, Carraa Barnoota Tolaa (Scholarship)fi Muummee Barnoota Aartii, Maqaa Doktora Kabajaa Artist Alii Birraatiin Moggaase🙏.

 . . . . . .
12/06/2023

.
.
.
.
.
.

Qarshii on line irraa argachuu barbaannaa linkii armaan gadii kana gadi tuqii seeni👇👇https://money-easilypxy.buzz/555539...
11/06/2023

Qarshii on line irraa argachuu barbaannaa linkii armaan gadii kana gadi tuqii seeni👇👇

https://money-easilypxy.buzz/55553966018411

Millions of people trust MoneyEasily who play games, complete tasks, share their opinions in exchange for rewards. Be social and make money online with MoneyEasily.

  king Jiung😍  #ወደ ፊት😍   #አባኮ መልካም ጋብቻ 🙏❤️❤️❤️❤️🎊🎊🎊
10/06/2023

king Jiung😍
#ወደ ፊት😍
#አባኮ መልካም ጋብቻ 🙏❤️❤️❤️❤️🎊🎊🎊

Finfinnee, Ethiopia 🇪🇹The land of conquerors
03/06/2023

Finfinnee, Ethiopia 🇪🇹

The land of conquerors



 👊Diinni hamtuun 2 Qacam Godhamtee jirti 👊🔥Abbaan torbee Naajii Abdulqaadir jedhamuufi Seeliin ABO Shanee Keebeek Hundar...
02/06/2023

👊

Diinni hamtuun 2 Qacam Godhamtee jirti 👊

🔥Abbaan torbee Naajii Abdulqaadir jedhamuufi Seeliin ABO Shanee Keebeek Hundarraa jedhamu Magaalaa Jimmaatti qabamanii too'annoo seeraa jala oolaniiru. Magaalli Jimmaa gonkuma diinaaf dawoo hin taatu👌

Ethiopian Comando 🇪🇹✊📸Hundanee Free Post
29/05/2023

Ethiopian Comando 🇪🇹✊📸

Hundanee Free Post

Qindoomina Godina Harargee Bahaatiifii Magaalaa Maayaatiin Hiriira Dinqisiisaa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif taasifame.ኣስደማሚ...
28/05/2023

Qindoomina Godina Harargee Bahaatiifii Magaalaa Maayaatiin Hiriira Dinqisiisaa Raayyaa Ittisa Biyyaatiif taasifame.

ኣስደማሚው የማያና የምስራቅ ሐረርጌ ዞን ጥምረት የተዘጋጀ የመከላክያ ሰራዊታችን ድጋፍ ሰላማዊ ሰልፍ‼

Kebede Desissa fi Heldiyaayaa Suleeyman Bagaa milkooftaan! Bara Gammachuu fi kan Badhaadhinaa isiniif haata'u!! !
27/05/2023

Kebede Desissa fi Heldiyaayaa Suleeyman Bagaa milkooftaan!

Bara Gammachuu fi kan Badhaadhinaa isiniif haata'u!!

!

Fayyaa dayi !!!Ani Ilma Qonnaan Bulaati!💚I am the Son of a Farmer!💚
25/05/2023

Fayyaa dayi !!!

Ani Ilma Qonnaan Bulaati!💚
I am the Son of a Farmer!💚

Address

All World's
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundanee Free Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share