Oromoo shawu

Oromoo shawu Oromoo shawu

23/10/2024

namni namumaa, ija nyaadhu” jette allaattiin

03/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dawwe Waraa Dambii, Dhiiga Leenjisoo

21/10/2023

Haajaa keessan xiqqoo fi guddoo isii nuuf haa baasu rahmaan 🀲

21/10/2023

Patience is not a sign of fear but a sign of Maturity of mind and ability to think far.

14/10/2023
πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šToday Best Photos🎁❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ β€οΈβ€οΈβ€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•Œ            Actres  # jamilanagudu with   and  also know...
08/10/2023

πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šToday Best Photos🎁
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ ❀️❀️
β€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•Œ










Actres # jamilanagudu with and also known as in movieπŸ“½πŸ“ΊπŸ‘ˆ

.

Jaalaltii jechaan yoo ibsan jara kana fakkaatti

07/10/2023

Finfinnee keessatti mana tokko hin qabnu
Finfinneen kan keenya jechuu qofa qabna
Amma Diinagdee nu barbaachisa

ka'ii damma kee gurguri rafuu dhisii
Baalee seeta moo??

07/08/2023

Aisha, the mother of believers, may Allah be pleased with her, was asked about the character of the Prophet (PBUH) β€œVerily, the character of the Prophet of Allah was the Quran.” She said. A brief answer, with an exhaustive meaning, of what spread Islam to the far corners of the world. Thus, adhering to our character [ethics] enables others to know about our true religion which came as a mercy for all creatures.

Aayishaan haadha mu’umintootaa Rabbiin irraa haa jaalatu, waa’ee amala Nabiyyii (SAW) β€œDhugumatti, amalli Nabiyyii Rabbii Qur’aana ture.” Jette. Deebii gabaabaa, hiika guutuu qabu, waan Islaamummaa gara golee addunyaa fagootti babal’ise. Haala kanaan, amala [naamusa] keenyatti cichuun, namoonni biroo waa’ee amantii keenya isa dhugaa isa uumamtoota hundaaf araara ta’ee dhufe akka beekan isaan dandeessisa.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo shawu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share