Mame Oromo

Mame Oromo Safuukee Maqaan Koo mamen jedhama hojiin Koo barsiisaadha

05/11/2023
14/09/2023

An jibba kee hin qabu
situ na baqatee
Utuun fooli hin qabne
Funyaan na qabatte

Abjuun ko  DhiifaamaGaafa roobni roobeCabbiin waaqa buutuSammuun dogoggoreeYaadni wal rukutuuUtuun taasa yaadeeSila kana...
26/08/2023

Abjuun ko

Dhiifaama

Gaafa roobni roobe
Cabbiin waaqa buutu
Sammuun dogoggoree
Yaadni wal rukutuu
Utuun taasa yaadee
Sila kana hin godhu
Daraan balleessera
Dhiifaama ko fudhuu
Tasuma si dhabuu
Keessa kootu hin fedhu
Suuse ko dhagaa'i
Dhiifaman si kadhuu

Haleella jaalalan
Keessi koo madaaye
Kulkulee dhiitahe
Onnee kooti dhoohe
Badiin ko dhugaadha
Anumaaf nan gallee
Anatu balleesse
Ati hin dogongoree

Waaliif jenne tenyee
Yemmuu adda hin taanu
Keessi ko kan kan keeti
Ormi natti hin aanu
Dhiiga ko keen maktee
Dhahannaa onneeko
Hundasaa to'ataa
Sin nan du'aa
Kun dhugaadha jettaa
Eeyyeeka dhuguma
Anatoo si ganee
Dhiifama lubbuuko
An dansa hin hojjennee

Xoofo jaalala kee
Si waaliniin dhugaa
Laphee keerra ciiseen
Iriba sobaa mugaa
Dhiifama koo fudhuu
Naaf ergi afuura kee
Hedduun si yaadeera
Nan dhufa duuba kee
β™₯οΈπŸ˜ƒβ™₯️β™₯οΈπŸ˜ƒπŸ˜ƒπŸ₯€β™₯️

07/04/2023

Sumaafiim jiruun tiyya! atoo?πŸ˜›πŸ˜›πŸ˜›

17/01/2023

π™»πšŠπš–πš–πš’πš’πš— πš•πšŠπš–πš–πš’πš’ πš’πšœπšŠπšŠπšπšŠ 𝚠𝚊𝚊 πš–πšŽπšŽπššπšŠ?

β€οΈπŸ’šβ€οΈInuma na jaallachisa Har'a Koo maal akkisaIlma hayyoon naaf deesseYaredo na farsiisaIlma sabaaf quqamuBeeka artisti...
30/12/2022

β€οΈπŸ’šβ€οΈ

Inuma na jaallachisa
Har'a Koo maal akkisa
Ilma hayyoon naaf deesse
Yaredo na farsiisa

Ilma sabaaf quqamu
Beeka artistii sabaa
Qeeransa ko leencako
Oromiya sinan dhaabaa #

# lovelijYared
β€οΈπŸ’šβ€οΈ

Situ 70f❀️❀️❀️
30/12/2022

Situ 70f❀️❀️❀️

Yaa jigaak Koo! barri kun waan hunda baataa....
23/12/2022

Yaa jigaak Koo!
barri kun waan hunda baataa....

Address

Metu

Telephone

+251931971626

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mame Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mame Oromo:

Share


Other Digital creator in Metu

Show All

You may also like