Nahome

Nahome MY GOD!

 Nagaan boqodhu!
28/07/2023


Nagaan boqodhu!

26/07/2023
26/07/2023

♡Jireenyi.
♡Kabajni.
♡Jaalalli.
♡Tolli.
♡Gaarummaan.
♡Milkaa'insi.
♥Yesuus qofa bira jira! !

Yesuus Gooftaadha!!!
19/07/2023

Yesuus Gooftaadha!!!

01/02/2023

Yesuus kennaa kooti(2)
Kennaa Waaqa biraa naaf kennamee
❤❤❤

Page kana hiryoonni keessan follow akka godhaniif share gochuudhaan na gargaaraa Gargaarsa gamanumaan naaf gootanuuf ulf...
28/01/2023

Page kana hiryoonni keessan follow akka godhaniif share gochuudhaan na gargaaraa
Gargaarsa gamanumaan naaf gootanuuf ulfaadhaa galatoomaa❤

Nama Waaqayyo biyya keenyaaf kaase
21/01/2023

Nama Waaqayyo biyya keenyaaf kaase

Goota Wangeelaa Waaqayyo biyya keenyaaf kaase  !
20/01/2023

Goota Wangeelaa Waaqayyo biyya keenyaaf kaase !

04/07/2022
24/02/2022

Egaa Ariifachiisaa namnii Hundii dubbisuu qabu seexanichii laphee dhalootaa baay'eee bitee Akka namni gooftaaf hin jiraanne godhee namni Hundii jireenyaa kiristaanummaa Isaa gadhiisee jireenyaa Gadhiisii Akka jiraatuuf jireenyaa ulfinaa waaqayyof hin taane Akka jiraatuuf yero inni kaayyoo Isaa Isa dhuma irraa ga'ee irraa jirraa laphee dargaggotaa keenyaa bitee waan birrin jireenyaa bara baraatti. galchuu fakkeessee kanaaf harra biyya keenya kana keessaatti namni baay'een rakko hojii dhabdummaa waan qabuuf rakkoo birrii waan qabaniif jedhanii Kara kana ijoollotaa Keenyaa gurguddaa keenyaa Kara waaqayyo irraa kaachisaa jiru kanaaf harra fagoo utu hin taane As magaala finfinne bakkanii jiru kanatti yeroo isaan dargaggotaa babbareedoo Ijoollee shamarranii baay'ee kan mana waaqayyo keessaa tajajilan fuudhani ba'an baay'een arga jiraa obbolootaa Koo biyyaa keessaaf biyyaa Alaa teessaani barumsaa Koo kana Hordofaa jirtaniif kottaa Gara waaqayyotti deebiyaa seexannii Mal Aree Akkas godha jiraa beektu.
.1. ofi isaatii teessoo irraa waan darbatameef garaan Isaa baay'ee waan gaddeef Akka Jireenya hin qabne beeke kiristoos Isa Jireenya nuuf kennuu jaallattee harka nu baasu barbaadetii

2. Hordoftootaa baay'ee argachuu waan barbaadeefii Karan inni ittin namootaa Isaa Hordofan barbaada. Jiru Kunis jireenyaa Gadhiisii qullaa deemuu seexanaaf sagaduu bineesaaf sagaduu dhiiraaf dhiiraa Wal fuusisuu Durbaaf durbaa walitti erumsisuu..
kanaaf Akka waaqayyo nu jaallate beeke jaalalaa kiristoositti gargar nu baasuuf ergamee hojii Isaa raawataa jiraa obbolootaa Koo Maaloo birrin jireenyaa bara baraa nuuf kennu hin danda'uuti Isaa jireenyaa bara baraa nuuf kennuuf jedhe lubbu Isaa dabarsee nuuf Kenne sanatti Amana harraa seexannii mullinatti kaayyoo Isaa babalifataa jiraa nutis wangeelaa Mootummaa waaqayyo dursinee nama hundaa biraan ga'uu qabna
Inni kan biraan immoo yero Amma kana Namoota nagaa fakkatanii Kara Gara Garaa isinitti dhufuu danda'uu


Be4 4years❤
22/02/2022

Be4 4years❤

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nahome posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nahome:

Share


Other Digital creator in Metu

Show All