Keenyã Yerooñ

Keenyã Yerooñ An lammiikoof qaalii
Jette kan nu boonsiite
Hacee hundee boonsa
Sii yaadana yoomilee

Maashaa Allah Iid mubarak ❤️ ❤️ ❤️
10/04/2024

Maashaa Allah
Iid mubarak ❤️ ❤️ ❤️

19/02/2024

Page koo add Follow godhaa. Keenyã Yerooñ
godhaa👍

19/12/2023

Amansiisu yoo barbaadee dursii dhugaa hojjedhu godha page kiyyaa kana

10/12/2023

Humnaan dhiibde raastef
Jabaan siif hin jiguu
Waliif yoo dhagaa'an
Umtuu nama diigu

Salawaata buusa nabi irraatti Sallallahu Aaleeyihii Wassallam.
10/12/2023

Salawaata buusa nabi irraatti Sallallahu Aaleeyihii Wassallam.

18/11/2023

Biyyi keenyaa kun garamiiti deema jirti wanti inni jedhamuu anaaf gaaffiidha?
Bakka nagaa oola.

19/10/2023

😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

09/10/2023
Fuulaa Page kootii kana    gochu akka hin dagannee Jaallewwaankoo  gochuu hin dagatiina..............)))
08/10/2023

Fuulaa Page kootii kana gochu akka hin dagannee Jaallewwaankoo
gochuu hin dagatiina..............)))

06/10/2023

Warra nagaafi milkii qabu isin haa taasisuu

06/09/2023

Dandeetiin kee soban durfamaa taanan na amanii atii diinna dhalootattii Kanumayeeeeee

Ofiif jiraachuun bu'aa hin qabuu👈 sabaaf jiraachuun gootummaadha👈
09/08/2023

Ofiif jiraachuun bu'aa hin qabuu👈 sabaaf jiraachuun gootummaadha👈

08/08/2023

Mammaaka,,,

Leencaafi Waraabessa,Jeedalatuu duula waliin bayanii Gaala, Sangaa fi korbeessa Re'ee boji'anii galan.

Erga galanii booda leenci waahillan isaa Walitti waamee Waraaboon( Hobolaan)
mee waan arganne kana adda nuuf qoodi jedheen .
Woraabessis aabboo maal qoonna
kun waan durumaa ofii walqoodee jennaaniin ,, leencoon ammoo akkamiitti wolqoode jedheen.
Gaalli keessani, Sangaan kiyya, Korbeessi Re'ee Ka Jeedooti yoo jedhuun leencichi aaree woraabessa morma qabee mataa muree raffise .

Booda jeedoon waamee koottuu waan arganne kana nuuf qoodi jennaan;
Aabboo maal qooda kun waan durumaa ufii of qoode jetteen jeedaltis.
Akkamitti jedhe leencoon,,

Korbeessi ciree( afa-buufata) keessani, Sangaan oolii( laaqana) keessani ,
Gaalli bultii( irbaata) teessani jetteen.

Leencichi murtii jeedalaa kanatti gammadee yaa jeedo maaltu si barsiise waan akkanaa kana jennaan Mataa waraabessaa kan muramee lafa ciisu kana jetteen jedhama.

Qaroon baar gamattuu arga,
Gowwaan of jalattuu hin argu jedhama.

ILuukoo Mattuu
Simboonkeet ilma Iluu
Sanyii Iluu Mattuu
ILuukoo
Eyu'el Mulatu Mulatu
Imaanaa Imaltuu
ILmaa ILuu Mattuu
Sanyii Duresoo Dhaaba
Abdu Nuru
Abdu Nuru ILmaa ILuu

08/08/2023

Aniis namumaa atiis namumaa kanafuu waan wal sodaanuuf hin qabnuu ok

16/07/2023

Osoo goote hin argamin nan godha hin jedhiin. Sababnii isaa goote hin argamtu waan ta'eef

Address

Lammiin Ko Dhiiga Kotii
Metu
SABIIKOSOROMOODHAAANIISOROMOODHA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keenyã Yerooñ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share


Other Digital creator in Metu

Show All

You may also like