Al-Nasir

Al-Nasir Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Al-Nasir, Digital creator, Metu.

KyliamMbappe♥️♥️
07/05/2024

Kyliam
Mbappe♥️♥️



05/05/2024
Nama gargaaruuf nama ta'uu qofti gahaadha.Share gochuunis gargaarsa."Waamichaa Gargaarsa""".😭😭😭😭😭😭😭😭i😭😭😭😭😭😭😭😭 Dargaggoo ...
03/04/2024

Nama gargaaruuf nama ta'uu qofti gahaadha.
Share gochuunis gargaarsa.
"Waamichaa Gargaarsa""".😭😭😭😭
😭😭😭😭i😭😭😭😭😭😭😭😭
Dargaggoo Anbasee Kabbadaa Jedhama Jiraata Magaalaa Goreetti.
Tibbaa kana Balaa akkaa tasaa irraa gaheen lubbuun isaa du'a fi Jireenyaa gidduu ta'uun Hospitaala Mattuutii Yaalama osoo jiru gara Hospitaala Jimmaattii Riifeeriin Barreeffameef jira.
Dargaggoo Kun Deeggaarsaa tokkoollee Kan hin qabneef Baasiin yaaluminnsa gaffatame human isaa olii ta'e waan jiruuf ,Namnii Rabbiifi Jedhe waan qaburraa Gargaarsa Namoomaa akkaa taasisuuf Maqaa Rabbiittin isin gaffaana.
.

Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!!Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma...
02/04/2024

Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!!
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaz Ahmedin Jebel waamicha dhiheessaniiru!!❤️🥰🙏

21/03/2024


picture

 ✍️💔█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
21/03/2024

✍️💔
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

 !Mucaan kun Imaam Ittaanaa Hiikaa jedhama. Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Daarimuu, Ganda Beerootti dhalate. Innis bara ...
19/03/2024

!
Mucaan kun Imaam Ittaanaa Hiikaa jedhama. Godina Iluu Abbaa Boor, Aanaa Daarimuu, Ganda Beerootti dhalate. Innis bara 2013 barnoota quraanaatiif gara godina Jimmaa, Aanaa Limmuu deemee ture. Haata'u malee erga waggaa sadiitii maatiin bakka inni jirus, bilbilasaas dhabanii cinqamaa jiru. Kanaafuu namoonni mucaa kana bakkanni jiru beektan ykn argitan lakkoofsa maatii 0917169042 irratti bilbiluun ykn karaa fuula miidiyaa kanaatiin beeksisuun nu gaargaaraa! isiniin jedhu abbaan mucaa kanaa obbo Ittaanaa Hiikaa!

Ayii yaa gara jabeenyaa ilmaa nama😔
19/03/2024

Ayii yaa gara jabeenyaa ilmaa nama😔

07/03/2024

Best Picture Qilleensi Nasrii Bubbise Page Abdi Getachew
13/02/2024

Best Picture Qilleensi Nasrii Bubbise Page Abdi Getachew

12/01/2024

Waan lafa kana irraati umamaanif dhisani nama biro fakkachuuf yaluun
of wallaluudha🙏

07/01/2024

✅️Liverpool guyyaa arraa gara istaadiyeemii Emirates imaluun Arsenal wajjiin taphata.
✅️Taphichi tapha waancaa FA marsaa sadaffaa yoo tahu galgala sa'atii 01:30 irraa eegalama.
✅️Tapha kana kilaboota lamaan gidduu seenuun kan murteessuuf abbaa murtee John Brooks dha.
✅️Kilaboonni kun lamaanuu liigicha keessatti morkattoota cimoo Kan tahan tapha kanaan dura December 23 Anfield irratti wajjiin taphataniin qixaan xumuran.
✅️kilaboota kun lamaan bara kana guyyoota 44 qofa keessatti yeroo 3 kan wal argan taha.
✅️Dominik Szoboszlai,Joel Matip,Stefan Bajcetic, Ben Doak,Robertson, Tsimikas, Thiago Alcântara,Mo salah fii Wataru Endo n taphattoota Liverpool tapha kanaan ala tahan yoo tahu Jurgen Klopp taphattoota dargageeyyii garee lammaffaa keessa taphatan muraasa isaanii carraa kennuufii malu.
✅️Gama Arsenal Zinchenko,Vieira,Timber,fi Partey,Mohamed Elneny fii Tomiyasu n alatti taphattoonni taphni kun jala darbu hin jiru.
✅️Liivee Kootiif Carraa gaarii ❤️ ♥️

 !Barnoonni barattoota sagantaa sirreeffama bara 2016 seenaniif, Ammajjii 1/2016 irraa eegalee akka kennamuu eegalu, Yuu...
06/01/2024

!
Barnoonni barattoota sagantaa sirreeffama bara 2016 seenaniif, Ammajjii 1/2016 irraa eegalee akka kennamuu eegalu, Yuunivarsitiiwwan sagantaa kana barsiisanuuf Ministeerri Barnootaa ergaa dabarse!

Share godhaa maatii isaa biraan gahaafii.Waamicha namoomaa.Mucaan kun Abubakiir jedhama  Dhalataa Godina Iluu Abbaa Boor...
05/01/2024

Share godhaa maatii isaa biraan gahaafii.
Waamicha namoomaa.
Mucaan kun Abubakiir jedhama Dhalataa Godina Iluu Abbaa Booraati Abubakiir duraan mana yaalaatti deddeebi'ee wal'aanamaa kan ture yeroo ta'u Guyyaa har'aa Magaalaa Jimmaa naaannoo Ajiippiitti Kufee jennaan ijoolleen lafaa kaasanii mana yaalaatti geessanii waan humna jeraa walitti buusanii yaala muraasa argatee jira nama itti dhihaatu dhabanii jiru.Haga humna jeraa yaalchisaas jiru Hata'u malee, Maatiin Mucaa kanaa fi namni isa beeku ammallee hin argamne Abubakir Bilbilas ofirkaa hin qabu waan ta'eef adaraa share godhaa namni isa beeku akka qaqqabuuf gahee keessan bahadhaa.
Ijoolleen deeggartan guddaa galatoomaa.

05/01/2024

Jumaa'aa
Mubaariik🙏

dubbiin     _Mohammed miidiyaa    irratti dubbate Dilbata iftaanii kana guutun isaa gadi dhiifama !hundaafuu Waan akka o...
30/12/2023

dubbiin _Mohammed miidiyaa irratti dubbate Dilbata iftaanii kana guutun isaa gadi dhiifama !

hundaafuu Waan akka oromotti nu tokkomsaa fi nu ijaaru irraa dhageenya jenne Abdanna.

23/12/2023

Kufuu kee caalaa, shakkuu keetu abjuu kee dukkaneessa. Kanaafuu abdiin tiradhuu ka'ii, deemsakee itti fufi!

20/12/2023

Of ta'uun waan guddaadha!
of ta'i jiraadhu🙏

AraraaNagaaTokkummaa🙏🙏
11/11/2023

Araraa
Nagaa
Tokkummaa🙏🙏

11/11/2023

Sababa roobni yeroo malee roobe midhaan balleessaa jiruuf, barattoonni torbee tokkoof maatii deggaranii duulaa midhaan sassaabbi irratti akka hirmaatan irraa kan hafe Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti kennameera.

Address

Metu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Al-Nasir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Al-Nasir:

Videos

Share


Other Digital creator in Metu

Show All

You may also like