AW WOOD

AW WOOD Qommo kooοΏ½

29/01/2024

Best picture πŸ₯°πŸ₯°β€





27/12/2023

πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šToday Best Photos🎁
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ ❀️❀️
β€πŸ’šβ€β€πŸ’šβ€πŸ’šβ€πŸ’šβ€
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•Œ










Actres # jamilanagudu with and also known as in movieπŸ“½πŸ“ΊπŸ‘ˆ


Bareedina islaamaa

  Fuula namaa rabbin sin dhaabin
21/11/2023

Fuula namaa rabbin sin dhaabin

03/11/2023

Mee Namni Gaafa San Beeku Maal Yaadattan

03/11/2023

Dargaggeessa tokkotu abbaa isaatiin akkana jedhe "yaa abbaa koo intala takka argeetiin fuudhuu barbaada bareedinna isiitii fi ija isiitu baay'ee natti tolee" jedheen.
Abbaanis gammachuudhaan olka'ee akkana jedheen "eessa jirti intaloon tun sittiin fuudhaa Yaa ilma kiyya"ittiin Jedhe.

Waliin deemanii achi gahan abbaanis intala argee intalti itti bareednaan jaalate innis, booda ilma isaatiin akkana jedheen "na dhagayi Yaa ilma kiyya dubartiin tun siin hin maltu atis isiif hin taatu dubartii akkaanaa dhiira beekkumsa guddaa qabu kan akka kiyyaa kanaaf ta'a" ittiin jedhe.

Mucaan jecha abbaa isaa dinqisiifatee akkana isaaniin jedheen "lakki anatu fuudhuu qaba Yaa abbaa sihii miti," jedhanii.
Waldhabanii gara mana polisii deeman akka rakkoo isaaniif furuuf hoggaa waan irratti waldhaban polisichaaf himan akkana isaaniin jedhe dubartii sana fidaa isii gaafannaa nama akka isiin barbaaddu ( abbaa moo ilma barbaaddii )
Polisichis hoggaa arge baay'ee itti bareednaan akkana isaaniin jedhe "dhugaa tun isiniin hin maltu nama akka kiyyaatiin malti malee" jechuu jalqabe.

Isaan sadeenuu waldhabanii gara bulchaa biyyaa deeman hoggaa isii arge bulchaan
"Tun bulchaa akka kiyyaatiin malti malee namni biraa hin fuudhu" jedhee murteesse.

Ammas hundi isaaniituu waldhabanii mumicha ministeeraa biyyattii bira yeroo isaan dhufan akkana isaaniin jedhe ministeertichiis akkuma jara saniitti "anatu isiniif fura rakkoo tana dubartii sana fidaa" jedheen innis yeroo dubartii sana arge akkana isaaniin jedhe moototii akka kiyyaa malee namni biraa hin fuudhu hin qabu deema isin" jedhee murteesse

[Hundinuu waldhaban]
Eegasii akkana jette dubartiin tun "Ani murtee argeetiin jira, Ani isin duraan fiigaa isin hundinuu na duubaan fiigaa namni dura na qabe ani qooda isaatirraayi isatu na fuudhuu qaba" jatteπŸƒβ€β™‚οΈπŸƒβ€β™‚οΈ..
Hundinuu tole jedhanii isiin dura fiigdee isaan jarri shaneenuu duuba isiitiin fiigan ( 1ff.dargaggeessa 2ff abbaa mucaa, 3ff.polisticha ,4ff Bulchaa naannichaa , 5ff.muumucha biyyattii)

Akka carraa osoma isii duuba fiigaa jiranii isaan shaneenuu boolla akkaan qilee keessa bu'an ,
Eegasii mucattiin dhuftee gubbaa isaanii irra dhaabbattee gadi ilaalte akkana isaaniin jette "Anaa nibeektanii amma ani eenyu akka tahe? !! Jetteen

Ani jireenya (maallaqa)!! Ani isii namni hundi ana duuba fiigu waldorgomanis ana argachuuf kaayyoo isaanii dhiisanii ana duuba fiigan haga iddoo awwaala (qabrii) keessa bu'anitti na hin injifatan gonkuma " jette.

03/11/2023

Jireenya πŸ’”

03/11/2023
03/11/2023

!
Baba Keenya Sheikh Amin Ibro Umrii isaani Keessa Rabbi Barakaa Nuf haa Ka'u.πŸ₯°

13/10/2023

..........................
qabna garuu isaan nuuf hin hubatan.

:Namni nama hin beeyneef, Nama gosaa fi Shanyii isaa hin taaneef, nama biyyallee walitti hin qabneef akkamitti hangana mara gammada" ja'anii if gaafatan.

Hin beekanii bar
Akka nuti osoo wal hin beeyne wal jaalannu, akka nuti osoo fira hin taane obboleeyyan waliif taanu, akka nuti obbolummaa dhalootaa caalaa funyoo laa ilaaha illallaah jabeessinu.

Aaah way
Wlh mi'aa ishii Mu'umintoota qalbiin isaanii qulqulluu qofaatu dhandhama.

Rabbiin Yeroo dhihootti Aqsaatti salaatuu nuun haa fadhu 🀲
✍ Jemal sheikh bakri

13/10/2023
13/10/2023

"Ulamaan dhaaltuu Anbiyaati, Nabi Muhammad, Saw!
Warshaa Ulamaa'ii qaree baase, Sheka Kenya Muftii biyyattii Shek Ahmad Watar, Nu-keessa haatursiisu!

Waari Jaallattan qofti Du'aa'ii godhaa.🀲

13/10/2023

Obbolummaa Islaamaa...!

Albuuda guddaa qotamaa oolu hin argamne kan Rabbiin Onnee nama Muslimaa qofa keessa khaaye obbolummaa Islaamaati.

Sheekkotii Sadeen tan wanni wal jaalachiisu gosummaa fi biyyummaa miti Manguddichi guddaan faranjii kun Nama Ameerikaati, Dargaggeessi jidduu kun Nama filisxeemi Kan Sadessaa kun Ammoo warra Hindiiti.

Islaamummaatu dursa...!
Islaamummaatu waa hundaa oli!

☝️
πŸ₯°
gochuu hin dagatinaa

Muslim Jemal βœοΈπŸ™

13/10/2023

"Mee Namni onneen tee jaalala Nabiyyiitiin ﷺ guutamte salawaata buusi. ❣️

πŸ’šSallallaahu Aleyhi Wasellem!

13/10/2023

Fedhiin si arguuf qabu, gonkuma onneeπŸ’ž koo keessaa; hin bahu.!πŸ‘Œ

Garuu !!
Nama waa'ee jaalalaa hin beeyne kuni humaa itti hin fakkatu!πŸ€”

13/10/2023

"Guyyaa fuulli Namoota khaanii gurrachomtu sana, Fuula kheessan RABBI Isin haaibsu.!
πŸ’₯πŸ’₯

13/10/2023

Today,s Best photo
πŸ§‘β€οΈπŸ’šπŸ’™πŸ’›πŸ’œ












01/10/2023

Nama Rabbiin nuu badhaase sheikh Jamal Aliyyii Abdullah
Gaafa ijoollen teenya biyya Saudi πŸ‡ΈπŸ‡¦ Arabiyaa
Keessa jiraatan madrasaa bilaal kan magaalaa Harar keessatti argamuuf waan qabanirraa kennatiinii
Rakkiina Hamaa biyya Nama keessattii isaan mudaata jiruuf Du,aayii nuuf godhaa jedhaanii
Gaafa himataan
Akkanatti immamman
Loolasa Du,aayii kadhataniif
Rabbiin imimmaan isaanii lafa hin balleeysiin

01/10/2023

Today,s Best photo
β€πŸ’šβ€οΈβ€πŸ©ΉπŸ–€πŸ’–πŸ’”βœ…οΈ













πŸ–€πŸ’š

01/10/2023

Today,s Best photo
β€πŸ’šβ€οΈβ€πŸ©ΉπŸ–€πŸ’–πŸ’”βœ…οΈ













πŸ’š

25/08/2023

Hayyicha, beekaa baha Africa fi raabsaa ulamaa'ota kan ta'e Sh Water
Umrii dheeradha.

19/08/2023

Address

Harer

Telephone

+251915452964

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AW WOOD posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to AW WOOD:

Share