Isak Hararghe

Isak Hararghe East Hararghe Ethiopian

ብልፅግና የመደመር ውጤት ነው!መደመር መንገዳችን ብልፅግና መዳረሻችን ስንል ዋናው አላማችን ኢትዮጵያ ባለፉት አመታት ያስመዘገበቻቸውን የፖለቲካና ሁለንተናዊ ድሎችን ጠብቆ ማስፋት የተሰሩ ስህ...
26/08/2024

ብልፅግና የመደመር ውጤት ነው!
መደመር መንገዳችን ብልፅግና መዳረሻችን ስንል ዋናው አላማችን ኢትዮጵያ ባለፉት አመታት ያስመዘገበቻቸውን የፖለቲካና ሁለንተናዊ ድሎችን ጠብቆ ማስፋት የተሰሩ ስህተቶችን ደግሞ በማረም ለቀጣይ ትውልድ ጥቅምና ፍላጎት ማሳካት ነው!

በመደመር መንገድ እየተጓዝን ያለነው ወደ ብልፅግና ለመድረስ ነው። ከፊት ለኢትዮጵያ እና ለህዝቦቿ የእድገት፣ የብርሃን፣ የልምላሜ እና የከፍታ ዘመን እየመጣ ነው!!
ከጨለማ ወጥተን ብሩህ የሆነውን ብርሃን ማየት የጋራ ህልማችን በመሆኑ በመደመር እሳቤ ወደ ብልፅግና ጎዳና በህብረት መጓዝ ይጠበቅብናል፡፡

26/08/2024
26/08/2024
Abjuu dhugoome~hidha haaromsaa guddicha!Ijaarsi hidha haaromsaa guddichi Itoophiyaa sadarkaa kanarra akka hin geenyeef d...
26/08/2024

Abjuu dhugoome~hidha haaromsaa guddicha!

Ijaarsi hidha haaromsaa guddichi Itoophiyaa sadarkaa kanarra akka hin geenyeef dhiibbaan dippiloomaasii irratti taasifamaa turus, hooggansa bilchaataa fi tarsiimaa'aa Abbichuun kenneen gara boqonnaa haaraatti ce'uu danda'eera.guddina isaan Afriikaafuu keessummaa kan ta'e, maallaqa baasiif barbaachisuun humnaa fi dandeettii Itoophiyaa fi Itoophiyaanotaan waan danda'amu fakkachuu baatuus irree tokkummaa Itoophiyaanotaan kunoo boqonnaa anniisaa oomishuutti ce'eera.kun injifannoo dhaloonni ittiin boonuu qabu abjuu jabina dhalootaan dhugoomeedha!.

I've just reached 500 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. 🙏...
25/08/2024

I've just reached 500 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. 🙏🤗🎉

24/08/2024
24/08/2024
Gurmaa'iinsa Liigii Dargaggoo Cimaa Uumuuf Ijaarsa Hundeefii Seelii Liigii Cimsuun Barbaachisaadha.=====================...
09/08/2024

Gurmaa'iinsa Liigii Dargaggoo Cimaa Uumuuf Ijaarsa Hundeefii Seelii Liigii Cimsuun Barbaachisaadha.
=============================

Liigiin Dargaggoota Paartii Badhaadhina Godina Harargee Bahaa Hoggantoota Hundee Liigii Miseensa Hojjettoota Mootummaa Sadarkaa Godinaa Waliin Marii Gaggeessee jira.
Itti Gaafatamaan Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhina Godina Harargee Bahaa Dargaggoo Hojimaataafii Dambii Paartii Bu'ura Godhachuudhaan Hundeefii Seelii Liigii Dargaggoo Cimaan Sadarkaa hundatti akka ijaaramuuf Cimnee hojjechuu qabna jedhaniiru.
Hoggantoonni Hundee liigii sadarkaa Godinaas Gurmaa'iinsa Hundee Liigii Sadarkaa Godinaa Cimsuuf Hojiin jalqabame Gaarii tahuu kaasuudhaan ,Gurmaa'iinsi Kun sadarkaa sadarkaan akka cimuuf gahee keenya ni baana jechuudhaan Marichi goolabameera.

08/08/2024
Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun tatamsa'aa jiru odeeffannoo sobaa ta'uu mirkanaa'eFinfin...
08/08/2024

Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota mootummaa jedhamuun tatamsa'aa jiru odeeffannoo sobaa ta'uu mirkanaa'e

Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota Siiviil Sarvisii mootummaa Federaalaa jedhamuun tatamsaa jiru odeeffannoo sobaa ta'uu mirkaa'eera.

Odeeffannoon miidiyalee hawaasummaan tatamsa'aa jiru kun olola sobaa ta'uu Faanaa Biroodkaastiing Korporeeti qulqulleessa taasiiseen mirkaneesseera.

Baajanni dabalataa qaama dhimmi ilaaluun bakka hin raggaannetti odeeffannoon adeemaa jiru dogoggora ta'uu eerameera.

Maddii FBC

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Isak Hararghe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share