Faannoo Multimedia

Faannoo Multimedia Irkoo Ummataa!

21/03/2024
21/03/2024
🐝Honey🐝
21/03/2024

🐝Honey🐝

PIC of the day
21/03/2024

PIC of the day

Itoophiyaanonni waan warri dhihaa waggootaaf haasa'aa turan guyyaa tokkotti hojjataniiru.  Doolaara biliyoonaan lakkaa'a...
19/07/2023

Itoophiyaanonni waan warri dhihaa waggootaaf haasa'aa turan guyyaa tokkotti hojjataniiru. Doolaara biliyoonaan lakkaa'amu qabaatanis akka keenya qalbii amanamaa miliyoonaan lakkaa'amu hin qaban! Itoophiyaan biyya qalbii amanamaa🇪🇹

23/04/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

12/04/2023
This is the beautiful city of Madinah...❤️May Allah make it easy for everyone who wants to visit the holy city.
23/02/2023

This is the beautiful city of Madinah...❤️
May Allah make it easy for everyone who wants to visit the holy city.

When deeds speak, words are meaningless.
19/02/2023

When deeds speak, words are meaningless.

02/02/2023

Dhaabbilee hojii misooma magariisaa Marsaa Hambaa Idil-addunyaa Jugel irratti raawwatame irratti hirmaataniif badhaasni beekamtii kennameera.

BMQNH Amajjii 25, 2015-Dhaabbilee hojii misooma magariisaa naannoo hambaa idil addunyaa Jugel hojjetamaa ture irratti hirmaataniif Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordin Bedriin badhaasni beekamtii kenneera.

Hojii misooma magariisaa naannoo Jugel International Heritage hojjetame irratti dhaabbileen 16 kan hirmaatan yoo ta’u, biiroon misooma qonnaa naannoo hararii tokko ta’uun hogganaa itti aanaa Obbo Shaamee Abdiitiin badhaasicha fudhateera.

Walumaa galatti hojii misooma magariisaa naannoo Jugel International Heritage hojjetame kanaanis lafti iskuweer meetira kuma 6 fi 114 magariisa ta’uun beekkameeti jira.

Address

Harar

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faannoo Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Faannoo Multimedia:

Videos

Share