Abiy

Abiy If Allah says everything is essential

23/11/2023
22/08/2023
17/08/2023
09/06/2023
08/05/2023

የማልታ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ኢያን ቦርግን ዛሬ አግኝቻቸዋለሁ። በንግድ እና በኢንቨስትመንት ግንኙነት ላይ፣ በተለይም የቱሪዝም ዘርፍን ለማሳደግ በተጠናከረ መልኩ ከማልታ ጋር ስለምንሠራበት ሁኔታ ተወያይተናል።

Ministira Dhimma Alaa Maaltaa, Iyaan Boorgiin har'a simachuukootti gammadeera. Haala itti walittidhufeenya invastimentii, keessaayyuu dhimmoota damee tuuriizimii guddisuuf Maaltaa waliin cimsinee hojjechuun danda'amu irratti marii'anneerra.

Pleased to receive Maltese Foreign Minister Ian Borg to . Our two countries will work to enhance trade and investment ties particularly in tourism.

08/05/2023

MM Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaafi Daldalaa Maaltaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 30, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Maaltaa Iyaan Boorg waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin, hariiroo daldalaafi invastimantiirratti mari’achuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.

Keessumaa damee tuurizimii guddisuuf haala Maaltaa waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu kaasaniiru.



Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

08/05/2023
08/05/2023
26/04/2023

Daandiin Abbichuu Injifataadha!
= = = = = = = = = = = = = = =
Abbichuun tokkummaa biyyaalessaa cimaa ta'e uumuudhaan kabaja lammiilee fi birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoo kennee hojjechaa waan jiruuf gama hundaan injifachaa jira! Garaagarummaa yaadaa fi ilaalchaa kamuu dhiphisuun kan danda'amu waraanaan osoo hin ta'in marii fi karaa nagaan ta'uu daandiin abbichuun qabatee deemaa jiru nu barsiiseera.

Mudaawwan seenaa kaleessaa fi rakkoolee darban dhiifamaan goolabuufi waliigalteen bu'uura cimaa irratti dhaabbate sadarkaa hundatti uumamuun murteessaa akka ta'e qabatamaan Abbichuun dhugoomsee jira.

Badhaadhina hunda galeessa mirkanneessuudhaan mul'ata qabanne bira qaqqabuun kan danda'amu daandii nagaafi dhiifamaa qabannee obbolummaa sab daneessa dhugoomsuu yoo dandeenyedha. Kana galmaan gahuuf ammoo lammiin hunduu bakka jirutti nageenyaaf dursa kennee hojjachuu qaba!

Hawaasni keenya duudhaalee nagaa fi araara labsan akka dagaaguu fi aadaan rakkoolee muudatan karaa nagaatiin hiikuus cimaa adeeman gochuudhaan nageenyi itti fufiinsaa fi bu'uura uummattummaa qabu akka dhugoomuuf carraaqqii bu'a qabeessa taasisuu qaba!

24/04/2023

HACAALUU HUNDEESSAA

24/04/2023
23/04/2023
15/04/2023

ለሁለት ቀናት የሥራ ጉብኝት ወደ #ኢትዮጵያ የመጡትን የሶማሊያውን ፕሬዝዳንት ሐሰን ሼክ መሐሙድን ተቀብያለሁ።

Pirezdaantii Somaaliyaa, Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojii guyyaa lamaatiif dhufan simadheera.

I also received today President Hassan Sheikh Mohamud of who is visiting for a two-day working visit.

15/04/2023
14/04/2020

Mashaa Allah

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abiy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abiy:

Videos

Share