Gada Generation

Gada Generation Page Gada Generation like fi follow godhun nu hordofa

"Seenaa hojechuf jabataanii hojjechun....Dhaloota dhufuuf xurre saaqudha " muramte ๐Ÿค—Abba fakkenyuma gaarii(Mohammed Yuya...
05/03/2023

"Seenaa hojechuf jabataanii hojjechun....

Dhaloota dhufuuf xurre saaqudha " muramte ๐Ÿค—

Abba fakkenyuma gaarii(Mohammed Yuya) seena kessan yoomiyu dhalootaf gaala ta'ee darba ๐Ÿ™

13/02/2023






Qabxii darbiinsaa barnootaa Riimiidiyaalaa fudhachuuf.

๐Ÿ””. Yuunivarsitii Dhuunfaattiis ta'e Yuunivarsitii mootummaatti sagantaa REMEDIAL hordofuuf dhibbantaa 30% fi isaa ol galmeessuu jechuunis(700 irraa 210, 600 irraa 150 fi 500 irraa 150).

Natural Science

Dhiira:-263
Dhalaa:-227

Social Science

Dhiira:-220
Dhalaa:- 190

Horsiisee Bultuuta ( 210 saala lamaa )

Naannoowwan guddachaa jiran ( 180saala lamaan )

13/02/2023


Qabxiin darbiinsa rimiidiyaal(keessa deebii) guyyaa boruu ifa godhama.

Qabxiin darbiinsa rimiidiyaal(keessa deebii) guyyaa boruu Gurraandhala 06/2015 ifa ni godhama.

Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhatanii qabxii darbiinsaa osoo hin galmeessin hafan keessaa barattoonni kumni 100 tokko qabxii gaarii qaban sagantaa rimiidiyaaliitiin barnoota isaanii kan hordofan ta'uu ibsamuun isaa ni yaadatama.

Sagantaan rimiidiyaal kunis ji'a Afuriif Gurraandha 15 irraa kaasuun hanga Waxabajjii 15/2015'tti kennamuuf karoorfameera.

Gada Generation

12/02/2023


Odeeffannoo addaa

แจRamaddiin barattoota darbanii wiixata Ifooma

แจbarattoonni 50% gadi fiduun qabxii muramuuf deemu fidan, Gurraandhala 15 hanga waxabajjiitti ji'a Afuriif keessa deebii erga baratanii booda, barnoota keessa deebii 30% fi qormaata Yuunivarsitiin qophaa'uu %70 irraa barattoonni %50 ol fidan waggaa itti aanu barnoota FRESHMAN COURSE ni eegalu.

Qabxiin darbiinsaa wiixata ifooma.

Gada Generation

08/02/2023

Yeero isaan hogansa isaaniti wacan๐Ÿ˜†

07/02/2023

Immiyyee Ixoophiyaan daffaramtee jennaan waliif qabnee hospitala geessaa jirra!๐Ÿ˜†

02/02/2023

"Qabxiin darbiinsaa, b/ttoota 100,000'f guyyoota 10-15 hin caalletti ni ifooma!"

26/01/2023

Qormaticha ilaluuf daqiqa 8 qofatuu hafa insha Allah ๐Ÿคฒ

26/01/2023

QOPHOOFTANII!?๐Ÿ‘‡

:-Barataa kutaa 12+ taatee, firii qorumsa kutaa 12ffaa eeggachaa jirta yoo taate,...๐Ÿ‘‡

1-Muuziqaa sammuu sin bohaarsu, Faarfannaa, weedduu lallaafaa, dhugaatii humna hin qabne(alkoolii irraa bilisaa) fi viidiyoo mukuu balleessu ilaalaa!

2-Namoota yaadan sin jajjabeessuu danda'an waliin ta'i; qorumsa yeroo ilaallattu, waan simuudatu, miira kee to'achuun akka siif tolutti.

3-Qorumsi dhufuuf dhiisuu isaatiin, gammaddees hin gaddiin! Bara kana haalli mijataa miti waan ta'eef homaa namayyuu waan dinqu hin qabu; darbinaan waanuma gaariidha, firii qorumsa kees yoo hin milkoofne akka dantaatti hin ilaaliin! Sababni isaa, siqofaarratti hin eegalle; si qofaas miti.

Milkaa'uu dhabuun kee, kallattii sitti agarsiisuufi malee, jireenya kee murteessa miti; obsa qabaadhaa! Abdii horadhaa!

HIRIYAA KEESSAN GaGada GenerationeGada Generation

 . Buโ€™aan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 guyyaa harโ€™aa ifoomuu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee b...
26/01/2023

.

Buโ€™aan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 guyyaa harโ€™aa ifoomuu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee beeksise.

Barattoonni buโ€™aa qormaata isaanii guyyaa harโ€™aa galgala saโ€™aatii 5:30 irraa eegalee gama marsaritii
https://eaes.edu.et/ yookaan ammoo toora ergaa gabaabaa 6284 lakkoofsa galmee Registration Number) isaanii galchuun akkasumas gama teelegiraamii https://t.me/eaesbot ilaaluu kan dandaโ€™an taโ€™uu eerameera.

Barattoonni komii qaban qaamaan dhiyaachuun osoo irraa hin eegamiin gama marsaritii tajaajilichaa https://eaes.edu.etโ€™n hanga Amajjii 26, 2015โ€™tti komii isaanii dhiyeeffachuu kan dandaโ€™an taโ€™uu yaadachiifameera.

Barattoonni teessoo tajaajilichaa qofaa akka fayyadamaniifi qaamolee odeeffannoo dogoggoraa tamsaasan irraa akka ofeeggatan tajaajilichi hubachiiseera.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Educational Assessment and Examinations Services (EAES) among others has a powers and duties of preparing country wide national examinations based on the country's education curriculum and training policy, Administer and ensure the confidentiality and safety of national exams, Establish and administ...

Gama teknolojin badhadhuuf page   kana follow godha ๐Ÿ™
26/01/2023

Gama teknolojin badhadhuuf page kana follow godha ๐Ÿ™

26/01/2023

Odeeffannoon waa'ee Qormaata kutaa 12ffaa bahaa jiran tokko tokko namatti hin tolu. Qulqulleessinee isiniif himna.

Nu hordofaa

Gada Generation

26/01/2023




Bara 2014 barattoota qormaata seensaa fudhatan keessaa barattoonni darban dhibbantaa 20 qofa akka ta'e himame.

Bara kana Hanna hanbisuuf haala adda ta'een kan qorame qorumsi seensaa barattoota kuma 930 keessaa barattoonni qabxii darbiinsaa fidan barattoota kuma 28 qofa .

Qabxiin barattootas harra halkanirraa ni gadhiifama jedhamee eegama.

Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.

1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram ๐Ÿ‘‰
6. SMS 8046

 Kutaa 12ffaan walqabatee yeroo qabxiin ifoomu karaalee ittiin ilaallattan.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://apksstore.bbcko.com/2022/11/07/...
26/01/2023



Kutaa 12ffaan walqabatee yeroo qabxiin ifoomu karaalee ittiin ilaallattan.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://apksstore.bbcko.com/2022/11/07/grade-12-result-2022-2015/

Hubachiisa qabxiin hanga yoonaa hin ifoomne!

Gada GGada GenerationaGada Generation

Social GRADE 12 RESULT 2022/2015 November 7, 2022January 26, 2023 apksstore.bbcko.com Open๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ OPEN NEW INFORMATION Ministeerri barnootaa karaawwan firiin qormaataa kutaa 12ffaa ittiin ilaalamu qop Odeeffannoo nu qaqqabeenis firiin qormaataa saโ€™a ammaa kana irratt...

26/01/2023



Firiin Qormaata kutaa 12ffaa torban kana hin darbu.

Akkuma guyyaa kaleessaa waadaa isiniif galle odeessa keenya ministeera barnootaaf bilbiluun odeeffannoo fudhanneerra.

Odeessi keenya kunis "qabxiin barattootaa har'a halkanii kaasee hanga sanbata dhufuutti gadhiifamuu ni mala, torban kana hin darbu" jedheera.

Dabalataanis "Qormaanni hanga amma kan barfateef dogongorri akka hin uumamneef data seensifame gulaalaa sababa jirruuf" jedheera.

Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.

1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram ๐Ÿ‘‰
6. SMS 8046

GGada GenerationGGada Generation

23/01/2023

Barattoonni kutaa 12ffaa, firii qorumsa keessanii harโ€™a booddee obsaan eegaa!๐Ÿค

29/12/2022

Jawar Mohammed

04/12/2022

"Firiin qorumsa kutaa 12+ kan baranaa, Muddee 25/2015 ifooma!" jedhama jira.๐Ÿ‘‚

Qaalii sabaโ™ฅOromon adaara   hin qusatina.
03/12/2022

Qaalii sabaโ™ฅ
Oromon adaara hin qusatina.

Abbaan manaakee akka inni sirratti hin fuune yoo barbaadde ๐Ÿคทganama osoo inni hirribarraa hin kaane ciree akkasii qophees...
01/12/2022

Abbaan manaakee akka inni sirratti hin fuune yoo barbaadde ๐Ÿคทganama osoo inni hirribarraa hin kaane ciree akkasii qopheessiif๐Ÿ˜‰ isa booda innoo harka keetti kufa๐Ÿฅด.
Ajaa'iba eeeee
๐Ÿ‘‰waajjiraa jaalalJalo juiceuice maal jettaan mee ati

Walif share godha family page kiyyaa taha .

 Akkuma beekamu qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 yeroo jalqabaaf, mooraa Yuunivarsitiitti Marsaa lamaan eeg...
24/11/2022



Akkuma beekamu qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 yeroo jalqabaaf, mooraa Yuunivarsitiitti Marsaa lamaan eega keennamee bubbuluun isaa ni yaadatama. Akkuma qormaatichi xumurameenis ministeerri barnootaa yeroo gabaabaa keessatti firii barattootaa ifa nin godha jedhee ibsa godhus, hanga yeroo ammaatti wanti tokkollee osoo hin ibsamin turee.

Kanuma bu'uura godhachuun odeeffannoo namoota ministeera barnootaa keessa hojjatan irraa nu qaqqabeen, firiin qormaata kutaa 12ffaa gadhiifamuun dura barattoonni rakkoowwan garaa garaafi sababa rakkoo nageenyaatiif qormaata biyyaalessaa osoo hin qoramin hafan, qormaata eega fudhatanii booda firiin barattootaa walumaan kan ibsamu ta'uu nuuf kaasuun, hagasitti barattoonni obasaan akka eeggatan dhaamsa dabarsan.
Odeeffano dabalataf Gada Generation rakko furmata kessani hordofa.
Galatoomaa!

ุฅู†ุงู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู† Dr Alii birra fuula Rabbii deeman Dr  wahee isaa ibsuuf barruun gahaa tahuu baatulee Akka islama...
06/11/2022

ุฅู†ุงู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†
Dr Alii birra fuula Rabbii deeman

Dr wahee isaa ibsuuf barruun gahaa tahuu baatulee
Akka islamaatis artistota Oromo keessatti Akka iimanni jabaatu Amantii ifii lubuurra jaalachaa Artii oromoo hojjachaa turuun
Wallistota hedduuf fakeenya taniiru

Dr dhihenya kana Ija addunya guutuu irratti quraanaan An siwajiin jira sirrattin Aakhiramuu Barbaada
Abbaan fedhe waan fedhe jedhuus YaaRabbii kiyya gama keetitti nafudhu jechuun ija imimmaaniitin gara Rabbii isaa deebu'uu isaa miidiyaaleef gabaasaa turan

Dr Ali birraan Rabbiin Haa Araaramuuf jannataan isa haa qananiisu

Bakka Dr Alii birraa irraa ummata keenya fuudhe baase Rabbiifi Nama hujiitii fi warra seenaatu beeka

Akka oromootti waan hojjate nibeeyna
Akka islaamaatti Ammoo urjiin Aartii oromo kun qur'aana qabatee footo kauun isaa qofti nuuf godhii guddaadha
Rip adeero alii

Hayyyee yaa dua
Tan yogguu Hin baramne
Nukeessa yaaftee hayyoota jechaan hin ibsamne

ุฅู†ุงู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู† Dr Alii birra fuula Rabbii deeman Dr  wahee isaa ibsuuf barruun gahaa tahuu baatulee Akka islama...
06/11/2022

ุฅู†ุงู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†
Dr Alii birra fuula Rabbii deeman

Dr wahee isaa ibsuuf barruun gahaa tahuu baatulee
Akka islamaatis artistota Oromo keessatti Akka iimanni jabaatu Amantii ifii lubuurra jaalachaa Artii oromoo hojjachaa turuun
Wallistota hedduuf fakeenya taniiru

Dr dhihenya kana Ija addunya guutuu irratti quraanaan An siwajiin jira sirrattin Aakhiramuu Barbaada
Abbaan fedhe waan fedhe jedhuus YaaRabbii kiyya gama keetitti nafudhu jechuun ija imimmaaniitin gara Rabbii isaa deebu'uu isaa miidiyaaleef gabaasaa turan

Dr Ali birraan Rabbiin Haa Araaramuuf jannataan isa haa qananiisu

Bakka Dr Alii birraa irraa ummata keenya fuudhe baase Rabbiifi Nama hujiitii fi warra seenaatu beeka

Akka oromootti waan hojjate nibeeyna
Akka islaamaatti Ammoo urjiin Aartii oromo kun qur'aana qabatee footo kauun isaa qofti nuuf godhii guddaadha

Hayyyee yaa dua
Tan yogguu Hin baramne
Nukeessa yaaftee hayyoota jechaan hin ibsamne

๐Ÿ‘‰Galmeen dv carraa namoota 55,000 hirmachiisu kan bara kana roobi ykn onkololeesa 30 xumurama kanaf namoonni heddun galm...
06/11/2022

๐Ÿ‘‰Galmeen dv carraa namoota 55,000 hirmachiisu kan bara kana roobi ykn onkololeesa 30 xumurama kanaf namoonni heddun galmooftani jirtu guuyyota haftee kana 3tti namoonni galma'uu barbaadan kara keesaan hello ykn hy nun jedha form siniif dhufu sirriitti guutun nuuf deebisa namoonni galgala kana form nuuf ergitan booritu ganama saโ€™ati 12tti confirmation code keessan fudhatu. Warren galmooftanif immoo carraa garii.

 Akkuma beekamu barattoonni kuta 12th rammadiin university kenamafii jiruu Warren hin kenamafii ammo kessan nu gafacha t...
22/09/2022


Akkuma beekamu barattoonni kuta 12th rammadiin university kenamafii jiruu Warren hin kenamafii ammo kessan nu gafacha turtan kanneen kessa Ijoollee baratota G/H/Baha fudhatan isiin beysiifna Anaale kanneen kessa
*Chinaksan
*babilee
*dadar
Odeeffanno haraf follow gochun hordofa.
Galatoomaa!

22/09/2022

GADA GENERATION DANDII JIJJIRAMAA DHALOOTA HAARAA.

.

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada Generation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gada Generation:

Share