Abdi O Mohammed

Abdi O Mohammed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi O Mohammed, Digital creator, Hiwot Fana SH, Harar.

21/06/2024
10/06/2024
16/05/2024
14/05/2024

Eskindir tamiru eskew
Barrikoo Entertainment

14/05/2024
14/05/2024
13/05/2024
11/05/2024

Gootittii
~~~
Obboleettiin keenya kun maqaan isii kan jedhamti. Aayishaan gootittii waraana shororkee*ssaa Israaa-a'el bakka inni riphee jirutti xiyyaara isiitiin bar'isaa akka calanqee irraan baatee daaraa gooteedha.

Dubartii Paakistaan jalqabaa jeettii waraanaa balaliisteedha namni kun. Aayishaan jeettii waraanaa Mig F -PG jedhamu kan balaliistu yoo taatu itti gaafatamummaa itti kenname sadarkaa yaadameen ol dubartii jabduu ba'attuudha.

Eessayyuu ni jirra, nageenyaafi qaroominni dachee kanaa nun mirkana'a. Eeyyeen nutti Dubartootni hundayyu ni dandeenya.

20/04/2024

Atileet Gudaaf Tsagaay dorgommii Diyaamand Liigii Chaayinaatti gaggeeffamerratti fageenya meetira 1,500n mo'atte
Atileet Gudaaf Tsagaay dorgommii Diyaamand Liigii Chaayinaatti gaggeeffameen fiigicha fageenya meetira 1,500 yeroo seenaa fageenya kanaa keessatti sadaffaa ta'ee galmaa'een 3:50:30 irratti xumuruunmo'atte.

Odeeffannoo dabalataa waa'ee Atileet Gudaaf Tsagaay baruuf

⬇️⬇️
https://bbc.in/3U5jQes

20/04/2024
20/04/2024

Hogganaan olaanoo UN 'haaloo bahumsa dabareedhaan taasifamu' akka dhabbatu gaafatan.
Hogganaan olaanoo Biyyoota Gamtoman (UN), Antooniyoo Guteerees ''marsaa haleellaa haaloo bahumsaa Baha Gidduugalaa keessatti adeemsifamu yerootti dhaabachuu qabu dha,'' jechuun karaa dubbii himaa isaanii dubbatan.
Itti dabaluunis, ''gochaa haleellaa haaloo bahumsaa balaaleffataniiru.
Hawaasni idil- addunyaa, dhimmichi cimee balaa hamaan naannicha guutuufi isaan alarra miidhaa cimaa akka hin qaqqabsiifneef waloon hojjatanii akka dhaabsiisaniif waamicha dhiyeessan.''
Odeessaalee kallattii dabalataa dubbiisuuf asiin seenaa πŸ‘‰https://bbc.in/49N0q3w

20/04/2024

Iraanifi Israa'el har'a gamanaa gamas dhaabbatanii abidda walitti darbatan kun walakkaa jaarraa dura michuu qilleensi gidduu hin seenne turan jedhama.
Warraaqsa Iraan bara 1978 booda Ayaatolaa Khameenin aangoo qabannaan diinummaan jidduusaanitti biqilee kunoo har'a misaa'elaan walitti dhaadatu.
Ofii dandeettin waraana biyyoota lamaanii hangami? Hanga kanammoo maalif argaa walii jibbu?
https://bbc.in/3W8wUCi
Suura: Getty Images

16/04/2024

αˆ³α‹­ αˆΈα‹‹αˆŠα‹΅!

14/04/2024

Jeettiiwwan waraanaa UK dirooniiwwan Iraaq fi Sooriyaa keessa balali'aa jiranirratti akka xiyyeeffatan ajajaman
Jeettiiwwan humni qilleesnaa UK (RAF Typhoon) galgala kana qilleensa Iraaq fi Sooriyaa keessa balali'aa jiru.
Jeettiiwwan kunneen dirooniiwwaniifi misaa'eloota Iraan qilleensa biyyoota lamaan kanarra balali'anirratti akka xiyyeeffatan ajajamaniiru.
Ammatti, Ministeerri Ittisaa UK jeettiiwwan waraanaa (Typhoons) kunneen [dirooniiwwan] meeqa akka rukkute kan jedhe hin qabu.
Dabalataaf asiin seenaaπŸ‘‡πŸ‘‡
https://bbc.in/4aBxWv8

Address

Hiwot Fana SH
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi O Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share