14/10/2023
إنا لله وانا اليه راجعون
Haadha teenya, haadha Oromoo, qabsooftuu teenya, kabajamtuu fi jaalatamtuu teenya Halloo Daawweetiif Rabbiin rahmata haa godhuuf. Maati isiitiif, nu hundaaf , Ummata Oromoo hundaaf Rabbiin imaanaa fi Sabrii nuuf haa kennu. Aammiin Aammiin 🤲🤲