Absee El Højlund

Absee El Højlund Manchester United forever💪❤️❤️
This is the red devills 💪💪❤️❤️
Alejandro Garnacho❤️❤️
Rashford❤️❤️
(1)

10/12/2023

Nagaan bulaamee❤️🥰

07/12/2023

Onnee kee si cabsaniiti,
Onnee hin qabdu siin
jedhan😭😌.

22/10/2023

Hamma ta'ee argamutti
wanti hundumtuu waan
hin danda'amne fakkaatee
sitti mullata👌.

16/10/2023

Ariifattee abdii hin kutatin! Guyyaan boruu maal
fidee akka dhufu
hin beektuu👌.

13/10/2023

Dhokadhuu naaf koottu
loo`i akka bofaa
jilbakoo haammadheen
Ciisaa jira kophaa😝

Rabbiin akka ilma namaa miti Baga Rabbiin si baasee Habiibii!🥰
12/10/2023

Rabbiin akka ilma namaa miti Baga Rabbiin si baasee Habiibii!🥰

11/10/2023

✦𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝘄𝘄𝗶𝘁𝗲
𝗢𝘀𝗼𝗼𝗻 𝗧𝗮𝗮𝗻𝗲
✦𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗛𝗼𝗷𝗷𝗲𝘁𝘁𝗲 𝗔𝗿𝗴𝗮𝘁𝘁𝗮.💎💋

10/10/2023

Goota jechuun jireenya
namaa dhiisee
jireenya ofii qofa kan
jiraatu jechuudha👏.

10/10/2023

Kolfaaf taphni kee
Inni kanaan duraa
Na dura deddeema
Hin badne na duraa❤️

09/10/2023

Icciitii kee baastee namatti himuun dura maalummaa nama sanii, hubadhu.👌

❤️ Manchester United 🆚 BrentfordMaanchistar Yunaayitid guyyaa sanbataa sa'aatii 11 irratti Istaadiyeemii   irratti   sim...
05/10/2023

❤️ Manchester United 🆚 Brentford

Maanchistar Yunaayitid guyyaa sanbataa sa'aatii 11 irratti Istaadiyeemii irratti simata.

Maanchuuf carraa gaarii 🔥🔥🔥🔥

Warroonni murteen Erik Ten Hag mucaa kanarratti murteesse sirriidha jettan fayyummaan keessan nama dhiba 😏.Taphataan tok...
14/09/2023

Warroonni murteen Erik Ten Hag mucaa kanarratti murteesse sirriidha jettan fayyummaan keessan nama dhiba 😏.

Taphataan tokko kilabaa olii miti garuu gaafa shiraan/dabaan sitti deeman ni falmatta yoo didan 👊.

Oduu amma ba'een Saanchoon Erik Ten Hag dhiifama gaafachuu dideeraa jedhan, maal balleesseet dhiifama gaafata. Erik Ten Hag Saanchoon shaakala irratti ga'uumsa gaarii agarsiisaa hin jiru jechuun garee keessaa hirrisee ture, garuu Saanchoon shaakala irratti ga'uumsa gaarii agarsiiseen jira jechuun komii Erik Ten Hag faallesse.

Saanchoon erga gara Maanchistar dhufee ga'uumsa ittiin beekkamu agarsiisuu hin dandeenye. Garuu Saanchoo komatuun duratti Martial, Antony ga'uumsa bareedaa agarsiisaa jiruu. Martialii fi Antooniin Saanchoo caalaa ga'uumsa bareedaa agarsiisaa jiru yoo jette sobdee jirta.

Erik Ten Hag mucaa kana komatuun dura yeroo mucaa kanaaf kennee jiraa jedhaa of-gaafadhaa?? Antooniin bu'aa Maanchistariif buusaa jiraa bu'a tokko malee daqiiqaa 90 taphataan jiruu. Saanchoon ammaahuu ga'uumsaan taphattoota Maanchistar muraasa ni caala fknf tapha Maanchistar Wolves simate irratti erga Saanchoon jijjiiramee gara dirree seeneehi kan taphichi jijjiiramee Maanchistar goolii galchuu danda'e.

Taphataa tokko madaaluun duratti yeroo kennuufii barbaada akkuma Antonii jechuudha. Antoniinuu hin komatamnee akkamitti Saanchoon komatamuun sirriidha jettan. Saanchoon osoo yeroon kennameefii jira ta'ee taphataa abbaa fedhe caaluudha.

Saanchoon kilabichaaf bu'aa qaba Antoonii fi Martial irra, Erik Ten Hag taphattoota ofii isaatiif gara gareetti fidate malee taphattoota isa dura garicha keessa jiraniif kabaja tokkollee hin qabu kanaaf ragaan kiyya immoo CR7, De Gea, McTominay, Sancho dha.

  Manchester UnitedManchester United bara dhuftu walii galtee haaraa Qualcomm Snapdragon dhaabbata jedhamuu wajjin malla...
13/09/2023



Manchester United

Manchester United bara dhuftu walii galtee haaraa Qualcomm Snapdragon dhaabbata jedhamuu wajjin mallateessuuf walii galeera 👌

Sponsor Kunis Uffata Shamizii Fuul duraati

Kanaanis waggaatti hanga Pawondii Mil 60 ol argachuun Riikardii Spoonseraa Uffata Shamizii Fuul duraa addunyaa kanaa ta'a 🙏

Antoniin himannaa kana ilaalchisee ibsa armaan gadii kana kennee jira."Gabri'eelaa waliin WhatsApp irratti haasa'een tur...
11/09/2023

Antoniin himannaa kana ilaalchisee ibsa armaan gadii kana kennee jira.

"Gabri'eelaa waliin WhatsApp irratti haasa'een ture; guyyaa dhaloota ilma obboleessa ishee kabajuuf gara Poorchugaal yeroo deemtu, na qunnamuuf gara Maanchistar dhufuu akka barbaadde natti himte".

"Uffata jalaa diimaa moo adiin na qunnamuu filatta jettee na gaafatte. Tikeetii bitadhee hoteela isiif qabadhe".

"Hoteela jedhame keessatti ishee waliin wal arge, wal hubannoo uumuun addaan baane, isa booda yeroo hedduu wal argina jettee na gaafattus, ergasii garuu wal hin qunnamne".

Rakkoo sagantaatiin gara Biraazil deebite ammas ishee argachuu hin dandeenye. Ergasii ishee hin argine!!

Kun hundi ergaawwan WhatsApp amma ibse keessatti gaaddidduu shakkii bira darbee mirkanaa'eera. Ergaawwan kana irratti guutummaatti iftoomina qabadheera.

Haa ta'uu malee, qulqullummaa koo mirkaneessuuf, akkasumas yoo barbaachisaa ta'e tarkaanfiiwwan qorannoo fi gaaffii barbaachisoo ta'an dhiyeessuuf jecha ragaa barbaachisaa ta'e irra deebi'ee ifatti deeggartoota kootiif nan dhiyeessa.

mucaa kana isuma inni guyyaa jalqabaan eelee sibiilaa biyyee nyaachise tokkootu na duraa hin badu. Dhugaa kee Rabbiin haa baasu mucaa qashtiinnana. Ara seetochee adabadhaa gin 😭

Ilmaan Maanchuu warra EURO 2024 QUALIFICATION goolii baayyeen dursaa jiran.🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥Rasmus Højlund=⚽ 6 goalsScott McTom...
10/09/2023

Ilmaan Maanchuu warra EURO 2024 QUALIFICATION goolii baayyeen dursaa jiran.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Rasmus Højlund=⚽ 6 goals
Scott McTominay=⚽6 goals
Ijoollee qashtii 🔥🔥🔥🔥🔥🔥

Manguddummaan jara kanaahoo yoomi jettan?
10/09/2023

Manguddummaan jara kanaahoo yoomi jettan?

10/09/2023

Xoophiyaan tunimmoo bara 2016 kan yoomii baga geessan waliin jetti nuti 2024 jirraam🤣

08/09/2023

Namni sammuun gabroome of wajjiin wal loleet, orma jaarsummaa lakkaawwata😁

Sofyan Amrabat 🇲🇦 garee isaa wajjiin guyyaa arraa shaakalatti jira. Milkaa'ii gali qashtiikoo ❤️
07/09/2023

Sofyan Amrabat 🇲🇦 garee isaa wajjiin guyyaa arraa shaakalatti jira. Milkaa'ii gali qashtiikoo ❤️

Kilaboota addunyaa irraa qaqqaalii 1 hanga 10 jedhamuun ba'an kanneen armaan gadiiti.Kilabni koo 1ffaa fi 2ffaa irra jir...
06/09/2023

Kilaboota addunyaa irraa qaqqaalii 1 hanga 10 jedhamuun ba'an kanneen armaan gadiiti.

Kilabni koo 1ffaa fi 2ffaa irra jira keessan hoo meeqaffaa irra jira?

CZech Republic 0:4 Portugal  ⚽ Dalot ⚽ Bruno⚽ Dalot ⚽ Jota
25/09/2022

CZech Republic 0:4 Portugal
⚽ Dalot
⚽ Bruno
⚽ Dalot
⚽ Jota

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251968577159

Website

https://www.facebook.com/AbdusalaamMohammedOfficialPages

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Absee El Højlund posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Absee El Højlund:

Videos

Share



You may also like