Waajjira Qonnaa Aanaa Ciroo

Waajjira Qonnaa Aanaa Ciroo Guddina dinagdee keenyaa dhugoomsuuf Qonna keenya ni milkeessina.

Bu'uura dinagdee biyya keenyaa kan ta'e hojii misooma qonnaa irratti bu'aa argamaa jiru caalmaatti itti fufsiisuuf qindo...
26/02/2024

Bu'uura dinagdee biyya keenyaa kan ta'e hojii misooma qonnaa irratti bu'aa argamaa jiru caalmaatti itti fufsiisuuf qindoominaafi xiiqiidhaan hojjrtamuu.akka qabu Obbo Bariisoo Fayyisaa Hoogganaa I/A BQO himan.

Leenjii Qonna Arfaasaa fi Gannaa bara oomisha 2016/17 marsaa lamaan guyyoota 10f ogeessota Qonnaa Naannooti hanga aanaatti jiraniif mata duree 'Qonna Beekumsa, Ogummaafi Trkinooloojiidhaan deeggerame gaggeessuun Galmoota Qonnarratti qabaman ni milkeessina jedhuun kennamu bakka manaajimantiin BQOfi Hoggantoonni Sektera qonnaa argamanitti magaalaa Adaamaatti eegalee jira.

Leenjiin kunis, ogeessota qonnaa Godinaafi Aanaa 2500 oli ta'aniif marsaa lamaan raawwii jajjabeessaa hojii qonnaarratti argamaa jiru caalamaatti itti fufiinsa akka qabaatuuf mata dureewwan ogummaa qonnaarratti dabalataan mata dureewwan onnachiisoo' mind setting' dabalatee ogeessota muuxannoo qabaniin kan kennamu ta'uu Obbo Bariisoon himuun, leenjitoonnis leenjii kana Aanaaleefi sadarkaa gandaatti Ogeessotaafi Qonnaan bultootaaf waan kennitaniif namuusa gaariin hordofuu akka qaban fhaamaniiru.

Gurraandhala 14/2016Oolmaa guyyaa arraatiin sadarkaa waajjiraatti manajimantiin duub-deebii  gamaaggama kurmaana 2ffaa g...
22/02/2024

Gurraandhala 14/2016
Oolmaa guyyaa arraatiin sadarkaa waajjiraatti manajimantiin duub-deebii gamaaggama kurmaana 2ffaa godinni nuuf kenne irratti mari'achuun kallattiin fuula duraa kaayameera!!

19/02/2024

Hojii Misooma Sululaa Aanaa Ciroo bara 2016

19/02/2024
16/02/2024
15/02/2024
15/02/2024
Gurraandhala 2/2016Gamaaggama hojii Suppervaazaroota Hojjattoota Misoomaa Kurmaana 2ffaa bara 2016===========////=======...
10/02/2024

Gurraandhala 2/2016
Gamaaggama hojii Suppervaazaroota Hojjattoota Misoomaa Kurmaana 2ffaa bara 2016
===========////========
Godina Harargee Lixaa Bulchiinsa Aanaa Ciroo Waajjira ⓆⓄⓃⓃⒶⒶ Aanaatti Gamaaggamni hojii Kurmaana ⓶ffaa bara 2016Turtii Guyyaa 2f gaggeeffamaa ture Guyyaa 2/6/2016 bakka itti Gaafatamaan waajjiraa fi itti Aanaan waajjiraa argamanitti erga gamaaggamni godhamaa ture booda hanqinaa fi Ciminni jiru ilaalamaa turuun gara hoggansa waajjiraatiin kallattiin gara fuula duraa fi Cufiinsi godhamee jira.!!!

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Aanaa Ciroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share



You may also like