Guyyaa kaleessa Dirree Dhawaa rooba guddaa roobee turee Galaanni qabeenya hawaasa haala khanaan barbadesee. 😭
Kuni dhuguma biyya kana keessa jiruudha😥😥😥
.
.
.
Hanga dhumaatti ilaalaa🙏
#bestethiopiancomedy 😀😀😀😂😀
#JawarMohammed qoophii Midiyaa #artstv waliin tasiisee kunoo #share waliif godhaa!🙏
Ani Oromoo,Islaamaa... Ustaz Raayyaa Abbaamacca
#muaaztamaam
#BestPhotographyChallengeio
#photographychallengechallenge
#peace
#picturechallenge
#photographychallenge
#photo
#photooftheday
#photoshoot
#photography
#phoenix
#photographer
#PhotoEditingChallengess
Kkkkk Dhumnee Koflaan language English kan mee dhaaggeeffaadhaa. 😀😂😀😀
Numa boochisan shimeefi jawar gaafa kana 😂
የ Nafxi ስርዓት
የሰበሩንበትን ሰበርን።
የእኛ ስርዓት ማክበር ጀምረናል
እንኳን ደስ አለህ ኦሮሞ 2019.
Dhiira akkana ija jabaattu tana feena kunoo.
Dhaggeeffadhaa👂👂👂
Elaa Boorantittii Loqoda ishee 😍
Osoo silaa Qe'eedhuma keessaa dhufte bakka buutee dorgomtee kana caalti turte waan jedhun yaadaa bule eda 😏
Kan kolfaan na fixe tokko😁😁
Jajjaben Aannoolee qabatte jirtii kuno Raggaan!💪
Haarsaa silaa kaffalamuu hinmalle Kaffalee humnni Addaa Oromiyaa #Qorkee tu'atee jira , Oolee utuu hinbuliin Caasaan Bulchinsaa diriirfamuu qaba ❗
Uummanni aanaa Giddaa Ayyaanaa akkanatti qofaa isaa bahee iyyee dadhabee booda rasaasa itti gad dhiifnaan baqatee adda faca'e. Kaleessa tokkummaan kaanee wajjin falmanneerra. Wajjin ajjeefamnee, wajjin hidhamneerra. Har'a garuu qofaa qofaatti diinni akka fedhetti nu ajjeesaa oola. Inni dur kaabaaf kibbaa, Bahaaf dhihaan wal faana ka'an har'a hin jiru. Utuu tokko ajjeefamuu tokko manatti galee taa'a!
Wallaga Bahaa Aanas Giddaa Ayyaanaa 😭😭
--
Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaana keessatti finxaaliyyiin Amaaraa Faannoon Uummata Oromoo irratti ajjeechaa suukanneessaa Ganda Andoodee Dichootti namoota 31 qaluun galaafattan.Namoonni 10 hospitaala Giddaa Ayyaanaa keessatti argamu.Akkasumas hedduun achi buuteen isaanii dhabamee jira.