Garramuu Birhaanuu Caasaa

Garramuu Birhaanuu Caasaa Odefannoo dhugaafi Wayitawwaa ta'ee Peg kana irraa nii argattuu. like Followfi kkf gochuu hin dagati

  1/2016Godina IABoorAanaa MattuuBarnootni Tiitoriyaalii Qidaameefi Sanbata Guddaa kilaastera 10 irratti manneen barnoot...
10/03/2024

1/2016
Godina IABoor
Aanaa Mattuu
Barnootni Tiitoriyaalii Qidaameefi Sanbata Guddaa kilaastera 10 irratti manneen barnootaa kutaa 8ffaa qaban hundaafi Kutaa 12ffaa barattootaa dandeettii qabaniif guyyoota kana lamaman kennamuu eegalee jira.
Barsiisoota Adda duree ta'aniin hojii isaaniitiif kaka'umsaafi Quuqama qaban filachuun hojiin kun akka Aanaa mattutti eegalee jira.

Deggarsi maatiifi qaamolee gargaraa yoo itti dabalamee gama barnootaatin injifannoon galmaa'uu akka danda'uu arginee jirraa.

30/09/2023

Bara oomishaa 2016 qamadii marsaa 1ffaa 13,280 Karoorfamee jira!!!

17/09/2023

Sagantaa addaa Magaala Burrusatti geggeffame.

10/09/2023

Qammee 5
Guyyaa dhalootati.
Nutis dhugoomsineerra!!

01/09/2023

(Macaafa Isaayaas Raajichaa 54 )
54:10-16

Galmeen Barattootaa akka Aanaa Mattuuttii guyyaa borii  Jechuunis  Hagayyaa 15/12/2015  ganama sa'ati 12 hangaa 12ttii q...
20/08/2023

Galmeen Barattootaa akka Aanaa Mattuuttii guyyaa borii Jechuunis Hagayyaa 15/12/2015 ganama sa'ati 12 hangaa 12ttii qofatti akka ta'ee dhimmamtoota barnootaa waliin walii gallee jirraa.
Kanaaf Maatiin barattootaa keenyaa manneen barnootaa itti barsiifattaanutti daa'ima keessan qabattanii yeroo fi bakka jedhamtanitti akka argamtanuu kabajaa guddadhaan isin hubachiisnaa...

18/08/2023

"ጨረቃ ላይ ለመድረስ ብታልም፣ ቢያንስ ከዋክብት ላይ ማረፍህ አይቀርም" እንደሚባለው፣ ዛሬ ለቀጣይ ሦስት ፕሮጀክቶች ማስጀመሪያ ገቢ ለማሰባሰብ 'ገበታ ለሀገር'ን በይፋ አስጀምረናል። የልማት ፕሮጀክቶቹ ከአማራ ክልል በጎርጎራ፣ ከኦሮሚያ ክልል በወንጪ እንዲሁም ከደቡብ ክልል በኮይሻ የሚከወኑ ሲሆን፣ የብልጽግና ጉዞን በክልሎች የሚያስቀጥሉ ናቸው። በመላው አዲስ አበባ ለሚካሄዱት ፕሮጀክቶች 'ገበታ ለሸገር' ብለን ካዘጋጀነው የግንቦት 2019 መርሐ ግብር ተሞክሮ በመቅሰም፣ በዚህኛው የ'ገበታ ለሀገር' መርሐ ግብር በቀጣይ ሁለት ወራት የ3 ቢሊየን ብር ገቢ ለማሰባሰብ አቅደናል። የድጋፍ ማሰባሰቡን ሥራ የሚከውነው ኮሚቴ በየደረጃው የሚገኙ ባለድርሻዎችን በማሳተፍ ሥራውን ይጀምራል። መቻላችንን በተግባር አሳይተናል! የሚቀጥለውን ዙር ሕልማችንን እውን ለማድረግ እንትጋ!

"Ji'arra gahuuf yaali, yoo xiqqaate urjiiwwanirra qubachuunkee hin oolu", akka jedhamu har'a piroojektoota ittaananii eeraman sadan jalqabsiisuuf sagantaa galii walitti qabuu 'Irbaata Biyyaaf' ifatti jalqabsiifneerra. Piroojektoonni kunneen Naannoo Amaaraatti: Gorgoraa irratti, Naannoo Oromiyaatti:Wancii irratti, Naannoo Kibbaatti: Kooyishaa irratti kan hojjetaman yoo ta'an, adeemsa badhaadhinaa naannoleerratti kan itti fufsiisanidha. Piroojektoota guutummaa Finfinneetti gaggeeffamaniif sagantaa 'Irbaata Shaggariif' jechuudhaan Caamsaa bara 2011irraa muuxannoo fudhachuudhaan, sagantaa 'Irbaata Biyyaaf' jedhame kanaan ji'oota lamaan dhufanitti galii birrii biliyoona 3 walittiqabuuf karoorfanneerra. Koreen hojii galii walittiqabuu kana hojjetu qaamolee dhimmichi ilaallatu kanneen sadarkaa garaagaraa irratti argaman hirmaachisuudhaan hojiisaa ni jalqaba. Akka dandeenyu hojiidhaan argisiifneerra! Abjuu keenya marsaa ittaanu dhugoomsuuf haajabaannu!

They say “shoot for the moon and you will land among the stars.” Today we officially launch the ‘Dine for the Nation’ program to mobilise funds for three projects we will be starting in Gorgora - Amhara Region, Wonchi - Oromia Region and Koysha -South Region as our prosperity initiatives go regional. Building on the experience and success of our Addis Ababa wide projects which were enabled through the ‘Dine for Sheger’ event in May 2019, the new ‘Dine for the Nation’ initiative aims to raise Birr 3billion in the next two months. The committee established to spearhead the resource mobilisation starts their work today engaging stakeholders at all levels. We’ve demonstrated we can do it! Let’s mobilise to realise the next phase!

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

  Aanaa Mattuu Innishetiviin Oomishamee akkasittiin kunuunsuu keessaniif guddaa galatooma jennaa. Deggarsi hojii Qonnaat...
12/08/2023

Aanaa Mattuu Innishetiviin Oomishamee akkasittiin kunuunsuu keessaniif guddaa galatooma jennaa. Deggarsi hojii Qonnaatiif isin gootan guddaa galatoomaa jenneerraa....

  fi Ariitii, Badhaadhina Biyyaatiif!----------Jijjiirama milkeessuun galma yaadame bira ga'uun kan danda'amu carraa jir...
02/08/2023

fi Ariitii, Badhaadhina Biyyaatiif!
----------
Jijjiirama milkeessuun galma yaadame bira ga'uun kan danda'amu carraa jiru daguuganii fayyadamuun qormaata muudachuu malu ammoo irra aanuudhaani.

Kun ammoo ariitii jijjiirama addunyaan ittiin deemaa jirtu fi rakkoo walxaxaa jiru hubachuufi waliin deemuu danda'uu gaafata. Carraawwan argannu yoo itti hin fayyadamin hafne rakkoowwan keenya nu caalanii nu kuffisu.Kanaafuu, hojii hojjennu hunda keessatti ariitiin jalqabnee xumuuruutu nurraa eegama. Keessumaa jijjiirama akka keenyaa rakkoo walxaxaa fi hidda gadi fageeffate keessatti uumamu milkeessuun biyya badhaateefi jabduu taate uumuuf rakkoowwan muudatan ariitiin irra aanuun carraa gara bu'aatti jijjiiruun barbaachisaadha.

Ariitii jechuun saffisaan dubbii hubachuu, barachuufi carraawwan uumamanitti duguuganii itti fayyadamuun galma yaadame bira ga'uu jechuudha. Wanti sirriitti hubatamuu qabu garuu ariitiif jecha qulqullinni gatuu/hambisuun galma yaadame bira nama hin ga'u. Kanaafuu, lamaanuu walsimsiisanii deemuu gaafata jechuudha.

Akka biyyaatti guddinaan duuba jirra. Erga dhugaa kana hubannee meeshaan keenya inni guddaan addunya dorgommiin itti heddummaate keessatti gara injifannootti nu fidu hojii hojjennu ariitiifi qulqullina barbaadamuun hojjechuudha. Isa tokkoof jecha isa biraa yoo hambifne dorgomaa ta'uu hin dandeenyu; qormaatilee keenyas irra aanuu hin dandeenyu.

Addunyaa saffisaan jijjiiramaa jirtu keessatti fedhiin uummataa bal'aa deebisaa fuula duratti adeemuuf ariitiin hojjechuun murteessaadha. Qulqullinni ammoo waan hojjennu irratti dorgomaa akka taanuuf nu dandeessisa. Addunyaa har'aa keessatti dorgomaa ta'anii argamuun dhimma murteessaadha.

Gama biraan kalaqni rakkoo dursinee hubachuun furmaata akka barbaannu nu fayyada. Gama biraatiin rakkoowwan keenya karaa baratameen osoo hin taanee karaa ariitiifi qulqullina qabuun akka irra aannu nu gargaara.

Akka waliigalaatti, gatii ariitii, kalaqniifi qulqullinni qabu sirnaan hubachuun daandii badhaa

  guddina keenyaa inni guddaan   keenyadhaKaroorri "karoora xiiqii" jennee moggaafne dhimmoota gurguddoo 4(afur) irratti...
02/08/2023

guddina keenyaa inni guddaan keenyadha

Karoorri "karoora xiiqii" jennee moggaafne dhimmoota gurguddoo 4(afur) irrattii kan xiyyeeffatedha.
🎯 Wabii nyaataa uummata keenyaa mirkaneessuu
🎯 Oomishawwan alaa galan oomisha biyya keessaatiin bakka buusuu
🎯 Lammiilee miiliyoonotaaf carraa hojii uumuu
🎯 Oomishaafi oomishtummaa dabaluun sharafa alaa guddisuudha.

Akeekni kun kan dhugoomu bajata mootummaa akka si'eessituutti fayyadamuun, garuu ammoo humna waloo keenya qindeessinee fayyadamuudhaani. Haala kanaan barri 2016 imala gara badhaadhinaatti goonu bu'aa qabeessummaa ol'aanaadhaan kan dabaallu ta'a.!!

 .......Tartiiba 24 irrattii kan argamtuu magaallii Burrusaa dorgommii kana irratti hirmaachuuf carraaqqii taasifameef g...
02/08/2023

.......
Tartiiba 24 irrattii kan argamtuu magaallii Burrusaa dorgommii kana irratti hirmaachuuf carraaqqii taasifameef gammachuu koo ibsaa ....

Xumura irrattiis abbaa Geephaa akka taanu abdii guddaadhanin isin eegaa.

Tokkummaan keessaan asittis cimee itti haa fufuu....

  Keenyaa bifa  Ho'aa ta'een geggeffamaa kan turee Guyyaa har'aa Tuuta 12ffaa keessatti  Sarmoonii midhagaadhaan  gudunf...
01/08/2023

Keenyaa bifa Ho'aa ta'een geggeffamaa kan turee Guyyaa har'aa Tuuta 12ffaa keessatti Sarmoonii midhagaadhaan gudunfameeraa.

31/07/2023

Adunyaa kana irratti siin jedhamuu osoo hin taane taatee argamuu sodadhuu!!!

30/07/2023

Namni Guddina kee jibbuu
Milkaa'ina kee akka Waraana Addunya 3ffaatti sodataa!!!

05/05/2023
14/10/2022

Address

Mettu
Addis Ababa
IABOOR

Telephone

+251913448118

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garramuu Birhaanuu Caasaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garramuu Birhaanuu Caasaa:

Videos

Share

Category