Kiya Gelana

Kiya Gelana √ Don't limit ur self. ♐

kiya royal ✍️
(1)

Nuun miti Farda keenya ni beeku bareechanii…MM Abiy Ahmed Ali  !!
17/06/2024

Nuun miti Farda keenya ni beeku bareechanii…

MM Abiy Ahmed Ali
!!

Welcome guys✅
14/06/2024

Welcome guys✅

Yeroo share gootan linkii him dagaatina!

Please Dont forget to share with The link:

https://youtube.com/?si=yPhsPMrwxhEieWWf

Albamni koo jalqabaa, "GAAFFII KOO"jedhu hojjedhee xumureen jira. YouTube, Spotify, Apple Music dabalatee pilaatformii hunda irratti ni gadhiifama.
Dabalataanis, Telegram irrattis ni argama. Malli filatamaan boru ykn Wiixata dursitanii ajajachuu jalqabuudha.

Albamiin kun torbee dhufu Jimaata, Waxabajjii 21,2024 (torbaan haraa) akka lakkoofsa Itiyoophiyaatti sa'aatii 11:00 AM irratti ni gadhiifama

Dhuguma gammadeera!
Yaada keessan dhaga'uufis hawwii guddaan eegaan jira.

Hanga sanatti chaanaalii YouTube fi Spotify koo share fi subscribe godhaa; akkasumas fuulawwan Facebook, TikTok, fi Instagram koo hordofaa. Isinin jaalladha!

“ጋፊኮ” የተሰኘ የመጀመሪያው አልበሜ ስራ ተጠናቀቀ:: በ ቀርቡ "YouTube፣ Spotify፣ Apple Music እና ሌሎችንም ጨምሮ በሁሉም ዲጅታል አውታሮች ላይ ይለቀቃል። በተጨማሪም በቴሌግራም ላይም ይገኛል።
ከነገ ወይም እሁድ ጀምሮ ትዕዛዝ ማኖር ይጀምሩ!

አልበሙ በሚቀጥለው ሳምንት አርብ ሰኔ 14፣2016 ዓ.ም 5:00 ላይ ይለቀቃል።

እኔ በጣም ተደስቼያለሁ!
የእናንተንም አስተያየት ለመስማት እጅግ ጏጉቼያለሁ።

እስከዚያ ድረስ፣ YouTube እና Spotify ቻኖሎቼን ስብስክራይብ ያድርጉ፤ እንዲሁም Facebook፣ TikTok እና Instagram ገጾቼን ይከተሉ።

እወዳችኋለሁ!

MY DEBUT ALBUM "GAAFFII KOO" IS FINALIZED and will be available on all platforms, including YouTube, Spotify, Apple Music, and more. It will also be available on Telegram, and you can start pre-ordering it tomorrow or Sunday, which is preferred.

The album will be released next week on Friday, June 21st, at 11:00 AM Ethiopian time.

I'm really excited and looking forward to hearing your opinions. Until then, please share and subscribe to my YouTube and Spotify channels, and follow me on Facebook, TikTok, and Instagram. Love you all!

    Zeeynu Mahbuub
14/06/2024


Zeeynu Mahbuub

Hachalu
13/06/2024

Hachalu

JIRTUU?
🎤🎤🎤
Ibsa Miidiyaa

Sagantaa Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa 4ffaa fi Sagantaa Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa 3ffaa ilaalchisuudhaan Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 7, Bara 2016 Hoteela Iskaaylaayitiitti ibsa miidiyaaleeef ni keenna.

Kanaafuu Miidiyaaleen guyyaa kanatti ganama sa'aatii 4:00 irratti bakka jedhametti argamuudhaan uwwisa miidiyaa akka kennitaniif kabajaan isin affeerra.

Galatomaa

12/06/2024

JIRTUU?
🎶🎸🎻🎤

Sagaleen keessan gatii guddaa qaba. Kaadhimamtoota xumuraa Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa 3ffaa Eertuu (Link) kanaa gadi jiruu seenuudhaan,dameewwan dorgommii jaallattaniif sagalee keessan kennuu hin dagatinaa.

🔗Link: https://hachaluhundessaaward.org/hha-2024-vote/

Seenaa Rirmi hin nyaatu!

Galatoomaa!

Artist Etika Baga geessan! Horaa baay'adha!🥰🥰
02/06/2024

Artist Etika Baga geessan!
Horaa baay'adha!🥰🥰

ገብረ ጋርዲዮላ
28/05/2024

ገብረ ጋርዲዮላ

Ye Gimboot 20 ትውልድ🥴
28/05/2024

Ye Gimboot 20 ትውልድ🥴

Elevate your senses elegantly 🩸
23/05/2024

Elevate your senses elegantly 🩸

This generation is a mix of avocado toast and TikTok dances. 😎
20/05/2024

This generation is a mix of avocado toast and TikTok dances. 😎

18/05/2024

Humna Gaarummaa/Power of Positive Thinking

Milkaa’inni ilma namaa obsa, murannoo, cichoominaa fi gaarummaa (gara-laafummaa) ykn tola ooltummaa keessaa dhufa!
Sammuu keessatti milkaa'ina ilaali Milkaa'ina sammuu keessatti agarte kanas qabatamaan dhugoomsuuf kutannoon hojjedhu.

15/05/2024

Dawite Mokonin
I love old music 🎻

✅ Imala Hoggantootaa
08/05/2024

✅ Imala Hoggantootaa

08/05/2024

Gemeda in salphatte🤣

 𝑭𝒐𝒍𝒍𝒐𝒘𝒆𝒓𝒔.
05/05/2024


𝑭𝒐𝒍𝒍𝒐𝒘𝒆𝒓𝒔.

04/05/2024

Andualem Gosa New Video Music 2024

Ayyaana Faasikaa Nagaa fi Gammachuu akka isiniif tahu hawwa! 🐔
04/05/2024

Ayyaana Faasikaa Nagaa fi Gammachuu akka isiniif tahu hawwa! 🐔

Congratulations Rache!
02/05/2024

Congratulations Rache!

   🤑
18/04/2024

🤑

Baadiyaa keessa naanna'anii warra qabeenyaa isaanii agarsiifatan🤗
18/04/2024

Baadiyaa keessa naanna'anii warra qabeenyaa isaanii agarsiifatan🤗

17/04/2024


Weeraramnee jirra; uummatni naannoo keenyaa hundi ka'i! 🏃🏃‍♀️

14/04/2024



Iraan misaa'elootaa fi dirooniiwwan 200 oliin Israa'eel rukuttee.

13/04/2024

Kekiya Bedada | Keekiyyaa Badhaadhaa | New 2024 music

Mormii garee biyya Ijaaruu fi garee biyya diiguu gidduutti taasifameen wareegama kaffalame!
13/04/2024

Mormii garee biyya Ijaaruu fi garee biyya diiguu gidduutti taasifameen wareegama kaffalame!

Address

Addis Ababa
1000

Telephone

+251966238375

Website

https://www.youtube.com/@MeetooMedia

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kiya Gelana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kiya Gelana:

Videos

Share