Afaan Qorannoo fi Maxxansaa/Afaan Research and Publications/አፋን ጥናት ና ህትመት

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • Afaan Qorannoo fi Maxxansaa/Afaan Research and Publications/አፋን ጥናት ና ህትመት

Afaan Qorannoo fi Maxxansaa/Afaan Research and Publications/አፋን ጥናት  ና ህትመት Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Afaan Qorannoo fi Maxxansaa/Afaan Research and Publications/አፋን ጥናት ና ህትመት, Publisher, Garjii, Addis Ababa.

AfaaN Research and Publication an Afaan Oromoo affiliated Institution aimed to promote the collection, analysis and documentation of Oromoo Language including Publication of Afaan Oromoo Dictionary

Akkumsa Baldhannaasa Namaa (Human Excretory system)You ❤ me for this!!
24/02/2024

Akkumsa Baldhannaasa Namaa
(Human Excretory system)
You ❤ me for this!!

Yaada Itti laadha mee!! Akka naannoo keessanitti maal jedhama. Maalis yoo ittiin jenne wayya!!!🙏
21/02/2024

Yaada Itti laadha mee!! Akka naannoo keessanitti maal jedhama. Maalis yoo ittiin jenne wayya!!!🙏

Ani waan akkasii kana kanan dhoobuuf 1) akka yaada itti kenniitaniifi fooyya'iinsa isaaf gumaacha akka gootan akkasumas ...
14/02/2024

Ani waan akkasii kana kanan dhoobuuf 1) akka yaada itti kenniitaniifi fooyya'iinsa isaaf gumaacha akka gootan akkasumas 2) hubannoo akka irra argattaniifi.
Kanaaf waan fooyyahuu qaburratti yaada laadhaa!!!

 #✋
10/02/2024

#✋

👍
10/02/2024

👍

10/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Bereket Bekele, Mikail Grinds, Alii Shamsi Shamsi

Waan Hanqate Itti Guutuu Mirga qabdu!!
08/02/2024

Waan Hanqate Itti Guutuu Mirga qabdu!!

Work In Progress!!!!
06/02/2024

Work In Progress!!!!

💪
30/01/2024

💪

Calliiseetuma waggoottan 4n dabran kana hinbadne!! Wahumatti jira!! Hinfagaatiinaa!!!
Hanganatti yaada itti laadhaa!! Qeeqaa, waan hirdhate itti guutaa, waan fooyyahuu qabu itti cimmisaa!!!

Baay'eetu jira.

I have been in deep state of "Hibernation" for my emerging work!! Stay tuned!!!

More 2 come!!

Kunoo tokko itti isanii dare!!!🙏
30/01/2024

Kunoo tokko itti isanii dare!!!🙏

Calliiseetuma waggoottan 4n dabran kana hinbadne!! Wahumatti jira!! Hinfagaatiinaa!!! Hanganatti yaada itti laadhaa!! Qe...
30/01/2024

Calliiseetuma waggoottan 4n dabran kana hinbadne!! Wahumatti jira!! Hinfagaatiinaa!!!
Hanganatti yaada itti laadhaa!! Qeeqaa, waan hirdhate itti guutaa, waan fooyyahuu qabu itti cimmisaa!!!

Baay'eetu jira.

I have been in deep state of "Hibernation" for my emerging work!! Stay tuned!!!

More 2 come!!

We have to look into current affairs through one eye!😂
11/06/2023

We have to look into current affairs through one eye!😂

23/02/2023

Dear Friends and families!
The Booran are in trouble!! I started my career there. I learnt all everything there.
I know it is too late to reach them,. But there is still there life to be saved!!!!
If you help me i am trying to raise funds to play my role!!!
please can i do it!!?! Can i count on uoi giys!!?
Put your word in the comment section !!!❤❤❤❤

17/02/2023

Ujuree (dabaaqula) - cucumber
Ugoo (luxxee) - melon
Daangula (haatoo) - pea
Ujuree (dabaaqula) - cucumber
Caabbii (cetee, bisingaa, bishingaa, siphoo, awwaarii) - sorghum
Xuuxxoo (xuunxoo, dhugoo) - lemon
Koloofoo - dry red pepper, pepper corn
Miciraan - seed
Goraa - strawberry , raspberry
Halquuqa- beans
Xabarii (dafee, lojoo, otongoree, shantamee) - kidney beansl
Dabaaqula (Buqqee) - zucchini
Buqqee - gourd
Dabaaqula - pumpkin
Angoodoo (Inqooxoo, arfaasee) - rosea (eduble one and others)
Halquuqa - beans
Xabarii (dafee, lojoo, otongoree, shantamee) - kidney beans
Dabaaqula (Buqqee) - zucchini
Buqqee - gourd
Dabaaqula - pumpkin

12/05/2022

Oromoo clan/place name:
Sabboo - young and plump (of animals/antelopes, goats, sheep, or pigs)
Sobbooqaa - double

 !!!!❤☘️❤
30/05/2021

!!!!❤☘️❤

09/02/2021

Clan/place/Personal name

Aaloo - protocol
Baalchaa - benevolent, generous charitable, kind
Abboomsaa - attribute
Arfaasee - grain sawn in autumn and ripen in June
Arawacaa (bakka ballaa) - spacious
adaree - highland, highlander, manager
Ambaala (godina)- zone
Amboo - mineral water
Awwaaree - dusty area
Tuujjii - cluster
Sanqallee - empty beehive

04/02/2021

Afaan Oromoo Ideoms:(Jechamota Afaan Oromoo)
*******
• Fusee dha—Sodaata dha
• Gaaf waaqaa—Guyyaa dhugaa
• Hagee gate—Dhiise
• Rabbirraa gargale—Quufe
• Sobboqa taphate—Ciigoo haasa’e
• Yaada hinqabu—Dabeessa
• Natti hooqqise—Natti dheekkame
• Niitii fudhe—Abbaa manaa ta’e
• Fuula itti dachaase―Toleef
• Seelesse―Dubrummaa fudhate
• Gurra afarse―Oduuf gaggabe
• Abba naatoo—Bareeda
• Natti qore—Kophummaan na qabde
• Oduun biyya balleesse—Sobe
• Jaanoo uffate—Koore
• Kaakkiste—Korma kajelte
• Gumbiin nahe―Midhaan keessaa dhume
• Imimmaan dhuge―Obse
• Mataa tuule―Dallane
• Dalga guddate―Seera hin beeku
• Bineessa booji’ame―Nama malli jalaa bade
• Karaa qote―Daba hojjete
• Ilkee buqqise—Diina mooyate
• Itti ruuge―Keessa suuqe
• Ceekuu jabaata—Obsaadha
• Mooyyee haammate―Kophaa ta’e
• Quba cabse—Salphise
• Oduu funaana―Dubbii suufa
• Suphee fakkaate―Fokkise
• Warra dubbi―Balaa kan barbaadan
• Foon jaalata―Fira jaalata
• Faxuula guddisa―Of jeja
• Itti qirqirse—Itti kakaase
• Caacuuf kallacha―Kabajamaa
• Harmi itti hin biqille―Ijoollee dha
• Ba’aa laphee—Jalala hamaa
• Bineensa guyyaa ti―Namaa hin hilu
• Akka haati dhalteetti―Hin geeddaramne
• Nyaara haaddate―Qaanii dhiise
• Abba bishaanii—Nama dhugaatii jaalatu
• Harka waaqa jira―Dhibameera
• Qarreen duude―Heerumte
• Itti gorore―Jaalate
• Abbaa hidhii―Fakkeessaa
• Buqqee duwwaa―Doofaa
• Gaangee taate―Ni maseente
• Geeshodha―Hin ulfaatu
• Gurra mure―Maqaa balleesse

17/01/2021

Oromoo clan/place/personal name

Dilloo - frost
Dedhee (gowwaa, dedheessa,jiitoo, sephaa, daallee, Roodaa, horofee, gommooloo) - foolish
Duulaa - combatant, warrior
Duuboo - tail
Duubee - waist
Caffoo - beach
Caffee - swamp, bog, marsh, Parliament
Caffee - pond
Carii - an area with small hills
Calcalii - flat
Bashaadaa - chic
baanata - Appeal
Badaatuu - phosphorus
Badaasaa - wilderness
Baddeessa - waterberry(syzygium cordatum)
badawwii - migration
Bakaafa (bakkaafa) - waddle
Bajigaa (Boonaa) - Proud, pride
Bagajaa - bowleg
Urge (bakka, iddoi) - place
Bunnoo- quiver
Burkaana(borkanna)- volcano
Bultuma - living
Boddha (bodda) - gland
Bonayyaa - arid
Bonayyoo - barren land
Boonayyaa - dry season
Boohartuu/booharaa) -one who enjoys
Boojjii - capture, captive, fascinate
Booji - eatable earth

27/12/2020

Oromoo personal /clan /place name
Didhaa - challenge
Fuguga - people
Dharroo - curiosity
Dharraatuu - longing, hankering, lusting
Dharraa - strong desire, impulse
Daaddoo - flood
Daaccii - commemoration
Daabbaa - town
Daabanaa - crack
Waalgaa - sulfur
Dammee - sweatheart
Dammaqaa - awake, activist
Damboobaa - gentle, gentleman
Dambala - dam to catch rain water
Dabarsaa - transit
Dabbasoo - villus
Dabboo (marayoo, saaphana) - net
Dachaasaa - one who brings back
Dachaa (dachaasaa, sobbooqaa) - fold
Dagaagaa - big, tall, prosperous
Dagabaasaa - colonizer
Dagabaasa - colony
Dahoo - protective, mom
Doorii- judge jurist, justice
Doorii- a judge who sits on the right side of the chief judge
Dibaabaa, dibaabee, daatuu, gaaddisee, gaad-disaa - canopy , umbrella
Diggoo- catabolism
Disaasaa- God's gift
Dirribaa- twofold, second ,
Battee-baulk, flat
Dilloo- frost

Waan Kana Dhaggitanii!?!
02/12/2020

Waan Kana Dhaggitanii!?!

01/12/2020

Jechoota Ogummaa:

1. Mul'ata-Vision
2. Ergama-Mission
3. Kaayyoo-Principle, Common goal
4. Sagantaa-Program
5. Tarsiimoo-Strategy
6. Tooftaa- Tactict
7. Hamlata-Project
8. Duudhaa-value
9. Karoora-Plan
10. Raawwii-Implementation
11. Qorannaa-Assessment/Evaluation
12. Naamusa-Disciple
13. Seexaa/hamilee-Moral
14. Safuu-Ethics
15. Galma-Goal, Grand objective
16. Akeeka-Objective, specific objective
17. Galii-outcome, result
20. Xiinxala-Analysis
21. Kallattii-Direction, Roadmap
22. Imaammata-Policy
23. Xiyyeeffannoo-Target, focus
24. Didhaa-challenge
25. Furmaata-Solution
26. Yaaddoo-Concern, worry/worrying
27. Daangaa-Boundary/border
28. Heera-Constitution
29. Haqa-Justice
30. Qabsoo-Struggle

17/11/2020

Oromoo place /clan name:.....//....
Gafarsa - Buffalo
Garrii - Bass horn
Hangaasuu - cheerful, bright
Hangaasuu - lightening
Diggaa - diamond
Gishee - hairy
Girja - copper
Gindoo (gundoo) - sieve
gindoo - prison
Goojee - horse race
Goolloo - convex

IrraDibaa!!!
04/11/2020

IrraDibaa!!!

04/11/2020

Oromoo Place, clan or personal name and their respective literal meaning. Please contribute.
*****
Tajii - pond
Waldoo - community
Waldoo- folk
Waldoo - mass
Waldoo - many
Huruma (hurumuu) - thicket
Huruma (Hurumuu) - jungle
Huruma (Hurumuu) - Forest
Gololcha - feed
Goobsoo - embankment
Goobsoo - ridge
Gooha - blood vessel
Goomolee - portion
Gomolee - part
Goomolee - side
Malbe - lowland
Miigoo - highland
Kotobee - Loam (soil)n.-1) a rich soil consisting of a mixture sand and clay and decaying organic matters
Koontuu - animals which lives in ponds Kofalee - small market
Nageellee - safe
Nageellee - peace
Goof - dry (well)
Goof - hillock
yaaBaloo - supreme Assembly
Liiban - people
Maccaa - multitude
Calbii - land of white soil
Koticha - land of blacksoil
Geraa - spear
Gibee - standing water(lake, ocean, see)
Gobbaa - numerous
Gobbaa:- dense
Gobbaa - crowd
Gobbsa - thick
Baalee - valley
Haroo - lake
Ciroo - phrase
Cittuu - Island
Ammayya - Modern
Yabbuu - Dense
Yabbuu - bold
Manduubee - Garden
Goorroo - section
Goorroo - wall
Gooree - Specific
Agooroo - youngster
Agooroo - heifer
Goowaa - echo
Golboo - concave
Machaara - market
Macoo - stomach
Dilloo - forest
duuloo - hunger
Galoo - erosion
Galoo - flood
Kaloo - near
Kaloo - ranch
Kaloo - lawn
Lookoo - rope

Looyyaa - sting
Waloo - mutual
Hadaree - hill
Hadaree - mountain
Hangaasuu - cheerful,
Hangaasuu- lightening
Garrii - bass horn
Diggaa - diamond
Gishee - hairy
Girja - copper
Gindoo (gundoo) - sieve
gindoo - prison
Goojee - horse race
Goolloo - convex

Gololee - lowland , meadow, Mimosa
Gomma - depression
Gooroo - mountain range, range of sacred land
Gujjii - Multitude n-1)the state of being many, 2) a great number of people
Gutee - meeting place
Fatansa - super power
Didhaa - challenge

Gadaa Civilization!
28/10/2020

Gadaa Civilization!

28/10/2020
28/10/2020


The AfAaN Research & Publications supports and promotes the study of Oromoo language and culture by fostering a community of practice for all individuals and groups interested in the promotion and cultivation of Afaan Oromoo. The AFaREP is committed to innovation and excellence in Oromoo language Promotion, informed by research, and Publication of Afaan Oromoo Dictionary and other Afaan Oromoo Books and resources. It also work towards the Making of Afaan Oromoo among the most influencial languages group in the world.

:
AfAaN Research and Publications envisioning to be a vibrant institution in conducting Afaan Oromoo Researches and Publications!

:
The Major Activities of AfAaN Research and Publictions will be:
1) Conduct Afaan Oromoo Research as it is spoken :dialect, accent, grammer, vocabulary , ideoms, proverbs ...
2) Support the Production and Publication of Afaan Oromoo Dictionary: Afaan Oromoo to Afaan Oromoo (with all its Dialetct varieties), Afaan Oromoo to English and other European languages, Afaan Oromoo to Arabic and other Asian language, Afaan Oromoo to Amharic and other Ethiopian language, Afaan Oromoo to Swahili and other African language.

Address

Garjii
Addis Ababa

Telephone

+251922462746

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afaan Qorannoo fi Maxxansaa/Afaan Research and Publications/አፋን ጥናት ና ህትመት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category