๐‰๐—ฎ๐—บ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐–๐—ฎ๐—น ๐Œ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐‰๐—ฎ๐—บ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐–๐—ฎ๐—น ๐Œ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ

๐‰๐—ฎ๐—บ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐–๐—ฎ๐—น ๐Œ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ูู‘ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ูˆู†ุจูŠู†ุง ูˆุญุจูŠุจู†ุง ูˆุดููŠุนู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุฃุตุญุงุจู‡ ูˆุณู„ู… ุชุณู„ูŠู…ุง

08/11/2023

Yaa Rabbi!
Hanga bahaa fi dhiha addaan fageessite caalaa Nutii fi ibidda jahannam addaan nu fageessi!

Yaa Rabbi ummata Islaamaa injifachiisi.
05/11/2023

Yaa Rabbi ummata Islaamaa injifachiisi.

03/11/2023

Muslima maqaa miti Muslima Haqaa Rabbi nu
haa godhu

02/11/2023

"Jaalalli Yeroo Hunda Bu'aa Malee
Miidhaa Hin Qabne Jaalala
Nabii_๐Œuhammad {๏ทบ}

02/11/2023

Rakkoo nutti as deemaa jirtu
RABBIIN nurraa haa deebisu

01/11/2023

Ol malee RABBI gadi nuuf haa didu

01/11/2023

"Ka'i yaa Bilaal. Salaataan nu boqachiisi."
Nabi Muhammad๏ทบ
[Abuu Daawuud 4986]

- Cinqii addunyaarraa garri itti dheessan Salaata. Salaataan raahaa godhaa. Salaanni irra caaltuu Ibaadaati.

*ู‚ู…ู’ ูŠุง ุจู„ุงู„ู ูุฃุฑูุญู’ู†ุง ุจุงู„ุตู„ุงุฉู.*
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุนุจุฏุงู„ู„ู‡ ุจู† ู…ุญู…ุฏ ุจู† ุงู„ุญู†ููŠุฉ.

01/11/2023
26/10/2023

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆ ุณู„ู… ูˆ ุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ุฃุทูŠุจ ูˆ ุฃุทู‡ุฑ ุงู„ุฎู„ู‚

21/10/2023

Duniyaa tana irrattis jiruu gaarii nu jiraachisee Gaafa gala keennaallee kaatimaa Rabbi nuhaa tolchu!

31/08/2023

Fuulli namaa azaabaa Rabbiin fuula namaa isin hin dhaabin!!

Maashaa allaah jama'aan Wal-malee karaa lafaarra fi karaa olaayiintiin haala bareedaan baraataa jiraanBarnooni diinaa Is...
19/08/2023

Maashaa allaah jama'aan Wal-malee karaa lafaarra fi karaa olaayiintiin haala bareedaan baraataa jiraan
Barnooni diinaa Islam nurraa qamaa qalbiiti. Warraa barraate fi barsiisaa jiraanin hundaa rabbiin naaf isaaniin haa jedhuu

14/08/2023

Yaa Rabbi nu milkessi

Nuti waliif humna ๐Ÿ’ช
12/08/2023

Nuti waliif humna ๐Ÿ’ช

Markaazni mana rabbiittiMana barnoota diinaa islamaatiBakkaa qur'aani rabbii itti baraatamuuWarrii akkaa markaazni Kun k...
11/08/2023

Markaazni mana rabbiitti
Mana barnoota diinaa islamaati
Bakkaa qur'aani rabbii itti baraatamuu
Warrii akkaa markaazni Kun karaa lafa irraa fi karaa olayiinaatiin akkaa ijaaramu nu deeggaraa turtaan
Warrii bifaa nudubaati argiitan kanaan Edo markaaza Kun akkaa bareeduuf nu deeggaarta hundii rabbiin jireenyaa keessaan haa barreechu
Qabenyaa barakaa qabu kan dhumaa hin qabnee isiintii haa dhangaalasu
Ijoolee gurppii Wal-malee rabbii isiin irraa haa jaalatu
Adunyaa akiraati isiin haa gammaachiisu
Jannataa keessaa waliin warraa jiraatu nuhaa taasisuu๐Ÿคฒ

Ustaaz Ibraahim Jemaal karaa nagaa deemaa.Haama fi haamatu isiin irraa haa qabu.hojii rabbii fi namniis itti gammaduu ho...
07/08/2023

Ustaaz Ibraahim Jemaal karaa nagaa deemaa.Haama fi haamatu isiin irraa haa qabu.hojii rabbii fi namniis itti gammaduu hojjaatani deemtaan karaa nagaa deemaa
-Keeyrii fi rizqiin guddoon isiin waliin haa deemtuu
- akkaa nuuti Qur'aan baraanuuf ustaazota biraa waliin waltaatani nu ijaartaan Rabbiin alaa mana keessaan haa ijaaruu.
-akkumaa isiin ijaartaan Rabbiin kayyoo Bultii gariin isiin haa ijaaruu
- Rabbiin kayyoo keessaan galmaan isiin haa gahuu.
- nulee warraa Qur'aan isiin irraati gadi nudhabdaan kan barraate barsiisuu nuu haa taasiisu ๐Ÿคฒ

As.wr.wb..jirra jirtuu..mee Beekaa dacheen oromiyaa.dhalte kana eenyutu beeka????Isaan sh.Alii Bakrii Waarihoo.jedhamu.....
06/08/2023

As.wr.wb..jirra jirtuu..mee Beekaa dacheen oromiyaa.dhalte kana eenyutu beeka????
Isaan sh.Alii Bakrii Waarihoo.jedhamu...eddoon dhalootaa G.H.Bahaa.gaara mul'ataati.
Bara mootummaa Abbaa irree Tafarii mokonnan biyyarraa baqatan gara biyya Somaalitti.amata dheeeraa muqaadishoo turan.achi booda.gara makkaa kabajamtuu deeman.achi booda gara yaman dhufan..yamanitti umrii ufii gar guddaa fixan..
Jaallan isaanii
1--Dr muhaammad rashaad Abdullee
2--Dr.muhammad Amaan Al jaamii
3--J.jaarraa Abbaa gadaa.
4--Sh.Alii hasan shuunee Dr.fayyaafii seenaa.
5--Jeneraal Abdulkariim ilma elemoo qilxuufii hangaatuu.
6--Art.Nuuhoo muhammad goobanaa..fii.warroota goototaaf hayyoota kalee waliin turan
Waggaa gara(40--50)
booda gara oromiyaa dhufanii.Anaan wal garree kitaabban Adda Addaa waggaa(2)irraa qara'ee.ammas imala torbaan dabree keessatti walgarree rabbiin umrii isaanii nuuf haa dheeressu.mana itti haa ijaaru.mana kiraayii keessaa haa baasu....
Ustaaz Qaasim H/Aadam Irraa

Gooftaa ta'ii keetiin taateen hundi taateJabaa laafaafi jabaan hunduu siin jiraate,,Humna kankee humni kamuu gadi hin qa...
29/07/2023

Gooftaa ta'ii keetiin taateen hundi taate
Jabaa laafaafi jabaan hunduu siin jiraate,,

Humna kankee humni kamuu gadi hin qabu
Dugdi kankee wanta kamuu hin dadhabu
Ta'ii takkaan irra aantee Waaqaafi lafa moota
Fedha keetiin waan barbaadde mara goota.

Rabbii rahmannikee lafa hunda jiru
Arjaa arjoomakee nama hundaaf hiru
Kennoo kennaa guddaa nama hundaaf kenne
Waan nuuf goote hunda kafalaa otoo hin jenne
Fayyaafi faaya qaalii tola nuuf roobsitee
Oolmaa fi tola keetiin anallee boonsite.

Ani nama,,
Nama garaa midhaanii nama qalbii laaftuu
Nama beekee hin baane karaa isa baaftu
Nama bubbeen dharaa olii gadi raaftu,

Ani nama,,
Sanuu nama laaftuu ija imimmaanii
Nama adda hin baafne waan boruu iftaanii,,
Nama laafaa ofitti homaa hin goone
Nama naafa ofitti homaa hin moone,,

Anaa laafaa kana,,
Anaa naafa kana,,
Harka qabdee ol na kaaftee
Arjoomakee na badhaaftee
Raahmatakee natti hammaaraa
Na erkifteeti na gargaaraa
Situ namaan na qixxeesse
Arjooma keettu na feesse.

Oolmaa kankee san wollaalee
Ofii of sobee of sakaalee
Karaa kankee irraa gorus
Haqa dabsee dogongorus
Bade jettee na hin jibbine
Badii woliin na hin darbine.

Balleessullee naaf obsitee
Badii kiyya naaf dhossitee
Na kafantee
Na sattartee
Qaawwaa kiyya hunda cufaa
Hiree tiyya hunda sufaa
Deemsa kiyya qajeelchitee
Keessa kiyya bareechitee
Miila kiyya too'atteerta
Miira kiyya moo'atteerta.

Akka namaa nama hin gattu
Akka namaa nama hin gantu
Haalli kiyya ta'us hamaa
Ati hin taatu akka namaa
Balaa kiyya hunda woliin na baadhattee
Balfa kiyya hunda woliin na jaalatte.

Jabaa namaaf taatu irree
Tumsi kankee otoo hin jirree
Silaa an madaala hin kaasu
Silaa hin beeku waan na baasu
Aniin waan baasu hin beenne
Ofiif gahee hardha hin geenne.

Tika keettu bahaa gala kiyya tikse
Ifa keettu alaa mana kiyya ibse
Humna keettu keessaafi ala kiyya cimse
Fala hin qabu si'iin ala
Waan na dhibe situ fala
Fedha keetiin bahee gala.

Siin guutame hanqinnikoo
Siin furame rakkinnikoo
Siin namoomee nama tahe
Tumsa keetiin hardha Gahe

Tana Boodallee Simatu Naaf Jira
Amriin Waa hundaatuu harkuma Kee jira
Dallansuu Keetirraa Ati Nu baraarii
Daandin Kee Diriiraa Ati Nuun Qajeeli

Allaahummasalli Alaa Sayyidinaa Muhammadin Wa Alaa Aalihii Wa Ashaabihii Ajmaiin

27/07/2023

Yaadachiisa ๐Ÿ’ซ

Har'i Baatii Muharram 8ffaa dha. Baatiin tuni akka lakkoofsa Hijraatti jalqaba dhaloota waggaa haarayaati lakkoofsi hijraa 1444 Irraa 1445tti Jijjiirameera Jechuudha
Kanaafuu Meeqa Keennatu Guyyaa Boruu Sooman Ooluf Mudhii Hidhatee Jiraree
Rabbiin Waan Ulfaate Laaftutti Nuuf Haa Jijjiiru

Ustaaz Tamaam Sh/Qaadii Baga Rabbiin Isin Gammachiise
23/07/2023

Ustaaz Tamaam Sh/Qaadii
Baga Rabbiin Isin Gammachiise

Urjiiwwan M/Darrabbaa Biqilchuun Hawaasaf Gumaachite Isaan Kun M/Darrabbaa Keessatti Jama'aa Ansaaruddiin Gurmeessun Sha...
22/07/2023

Urjiiwwan M/Darrabbaa Biqilchuun Hawaasaf Gumaachite
Isaan Kun M/Darrabbaa Keessatti Jama'aa Ansaaruddiin Gurmeessun Shabaaba Shamarran Haawwotaaf Barumsa Gaarii Kennaa Turan Kennaas Jiru
Ammas Bifa Haarayaan Garee Jama'aa WAL-MAALEE Damee Ansaaruddiin Hundeessun Gama Onlinetin shabaabafi Shamarran Biyya Alaafi Keessa Jiraniifis Akkasuma Qeerroo/Shabaabota M/Darrabbaa Gurmeessun Bifa Adda Taheen Barumsa Qulqullina Qabu Kennaa Waan Jiraniif Akka Irratti hirmaattaniif Yaamicha Isiiniif Taasisanii Jiru

Yaa Allaah Waan Jabaate Hunda Nuuf Laaffuu Si Kadhannaa Ati Nuuf Laaffisi
Aammiin Aammiin Aammiin Aammiin Aammiin Aammiin Aammiin Aammiin

Qabeenya guddaa Rabbiin haa badhaasu.Obboleettiin teenyaa Sofiyaa Oro Deeggarsa Ijaarsa Masjida Aaishaatif birri kumaa A...
18/07/2023

Qabeenya guddaa Rabbiin haa badhaasu.
Obboleettiin teenyaa Sofiyaa Oro Deeggarsa Ijaarsa Masjida Aaishaatif birri kumaa Afur (4000) arjoomtee.isiinif keeyrii irraa turuuf mittii naaf mijaatu dhabbeetti jeete.
Keeyrii Siraa turiin.
Rabbiin Sirraa haa jaalatu.
Rabbiin naafi sin haa jedhu
Bakkaa ati baafte rabbii guddoo Barak qabduu bakkaa sif haa buusu
Rabbiin Yaadaa muraada keettii olitti siif haa Ta'uu
Rabbiin Adunyaati foqii akkaati jannaata sittii haa ijaaruu
Rabbiin Adunyaa Fi akiraati sihaa gammaachiisu.
Kan jaalatuuf kan sijaalatuu waliin umrii sihaa dheeressu.
Rizqii sitti haa bal'iissu ๐Ÿคฒ

14/07/2023

Nabiyyii sababa ergamuu isaaniitiin dukkana jalaa baane,Nabi Muhammad
[S A W ] irratti salawaata buusaa

14/07/2023

"Jaartiin jaarsa isiitti, gabri gooftaa isaatti akka fincilu namni godhe nurraahii miti."
Nabi Muhammad๏ทบ
[Abuu Daawuud 2175]

- Hanqina barbaadanii jaartii jaarsa jalaa baasuun Haraama. Sababa gahaa malee warra wal qaadhimatees adda baasuun hin tahu.

*ู„ูŠุณูŽ ู…ู†ู‘ูŽุง ู…ู† ุฎุจู‘ูŽุจูŽ ุงู…ุฑุฃุฉู‹ ุนู„ูŽู‰ ุฒูˆุฌูู‡ุง ุฃูˆ ุนุจุฏู‹ุง ุนู„ูŽู‰ ุณูŠู‘ูุฏูู‡.*
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุฃุจูˆ ู‡ุฑูŠุฑุฉ.

osoo lubbuun jirtuu siidaa yaadannoo keetii dhabbaadhuuSiidaa yaadannoo abbaatu osoo lubbuun jiru dhaabata!
13/07/2023

osoo lubbuun jirtuu siidaa yaadannoo keetii dhabbaadhuu
Siidaa yaadannoo abbaatu osoo lubbuun jiru dhaabata!

12/07/2023

Wal haa guddifnuu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐‰๐—ฎ๐—บ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐–๐—ฎ๐—น ๐Œ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share



You may also like