DLBC

DLBC Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from DLBC, Media, Daro Lebu, Mechara.

Nama gargaaruuf nama tahuu qoftii gahaadha!**************************************Ebla 4/2015 (BHL):-Godina Harargee Lixa...
12/04/2023

Nama gargaaruuf nama tahuu qoftii gahaadha!
**************************************
Ebla 4/2015 (BHL):-Godina Harargee Lixaa Deeggarsa Dubartootaa irraa sassaabame Harkaa Qalleeyyii Magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo irraa Calaluun Harkaa Qalleeyyii 100 tahuuf Ruuzaa Kiishaa 100 fi Zeeyitaa Litiir 3 firrii 100 Walii Galaa Tilmaamaa Qarshii 246,000 tahuu Bakka Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aadde Ekram Taha fi Itti Gaafatamaa Ijaarsa Paartii Badhaadhina Aadde Amina Abrahim akkasumas Hoggansii Aanaa fi Magaalaa argamanitti Harka Qalleeyyiif Deeggarsi kun kennameera.

Deeggarsi kun Qindeessummaa Liigii Dubartoota Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaattiin kan qophaa’edha.

Galatoomaa Hojii Eebbiifamaa dha!
Nama gargaaruuf nama tahuu qoftii gahaadha !!

09/04/2023

Address

Daro Lebu
Mechara

Telephone

+251938576027

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DLBC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category