Escu Taju

Escu Taju Never go back Life is short make a funny of it

New york ✨️ πŸ’“ 😍
06/05/2024

New york ✨️ πŸ’“ 😍

04/05/2024

Mu'uminni yeroo hunda Rabbii isaa kadhata yeroo nagaas tahe yeroo rakkinaa. Yoo Rabbii kee waliin yeroo nagaa wal bartee, yeroo rakkinaa si beeka
t.me

Dubai
15/04/2024

Dubai

DUBAI
11/04/2024

DUBAI

01/03/2024
Kemer Yousuf
17/02/2024

Kemer Yousuf

12/02/2024

14/08/2023

HUBADHU!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.

❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.

❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.

❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
Β«KANAAFUU OBSA QABAADHU!Β»

❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
Β«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.Β»



Hasan Ganamoo πŸ™

29/07/2023

Jechoota HARARGEE keessatti baayyinaan dubbataman.
```````````````````°°°°°°°°°°°°°°

β—‡ Xulluph ~~ utaaluu, tasa utaaluu
β—‡ Xuluq ~~ fixuu
β—‡ Manyaq ~~ jajallachuu
β—‡ Huxuph ~~ callisuu
β—‡ Qacam ~ qabuu
β—‡ Haf ~ ~ butuu, tasa nama harkaa butuu
β—‡ kudhuph ~~ utaaluu
β—‡ Kidhiph ~~ irraan utaaluu
β—‡ Xarraq ~~ baqaqsuu
β—‡ Haffaq ~~ fottoqsuu
β—‡ Kombol ~~ jiguu
β—‡ Riq ~ ~ itti bu'uu
β—‡ Mulluq/Murruq ~ ~ fixuu
β—‡ Diph ~ ~ lafaan dha'uu, dha'uu (namaafiis)
β—‡ Dhuffuq ~~ humnaan diruu, (waraanuu), baayyisanii fudhachuu ykn kennuu
β—‡ Bashaq ~~ cabsuu
β—‡ Shishim ~~ dhaamsuu
β—‡ Cunqur ~~ muguu
β–ͺ︎ Qurxum ~ ~ muruu
β–ͺ︎ Fallaq ~~ banuu (dhoosuu)
β–ͺ︎ F*x ~~ muddamaan ba'uu, tasa argamuu
β–ͺ︎ Baxxaq ~~ kufanii lafa ga'uu (hudduun)
β–ͺ︎ Halaw ~~ tasa seenuu/ba'uu
β–ͺ︎ Billic ~~ Ibsanii dhaamsuu
β–ͺ︎ Liph ~~ tasa dhaamsuu (Ibsaa ykn Ifaaf)
β–ͺ︎ Qasham ~~ cabsuu (mukaaf)
β–ͺ︎ Hi'ii ~ ~ diduu
β–ͺ︎ Xaph ~~ fixuu (nyaata/hojii)
β–ͺ︎ Gardam ~~ jirtuu (dheedhii) nyaachuu
β–ͺ︎ Khalaw ~~ gaggabuu
β–ͺ︎ Bushuq ~~ boo'uu, imimmaan ija guutuu
β–ͺ︎ Bashaq ~~ caphuu
β–ͺ︎ Shaf ~~ Muruu
β–ͺ︎ Kishif (Shikif) ~~ boqochuu
β–ͺ︎ Xuph ~~ Guutuu (Afaan gubbatti guutuu)
β–ͺ︎ Bat ~~ Dha'icha xiqqoo (Rukuttaa xiqqoo)
β–ͺ︎ wax ~~ halangeen dha'uu
β–ͺ︎ Funnuq ~~ loluu (finciluu)
β–ͺ︎ Fash ~~ Facaasuu (Bishaan, Midhaan, biyyee)
β–ͺ︎ Qaxaph ~~ Yaadachuu
β–ͺ︎ Kataf ~~ tasa namatti (walitti) dhufuu
β–ͺ︎ Taraf ~~ hatattamaan lafaa ka'uu
β–ͺ︎ Baxalaq ~~ kuffisanii lafaan ga'uu
β–ͺ︎ Cabalaq ~~ Guutuu ykn guutamee argamuu ( Haroo ykn bishaan, Nama)
β–ͺ︎ Shalab ~~ Laaffisanii hidhuu
β–ͺ︎ Bukh ~~ Aara (dhukkee)
β–ͺ︎ Jambar ~~ Dabooluu, of gatuu
β–ͺ︎ Qarraf ~~ Hooquu
β–ͺ︎ Cillim ~~ Dukkanaa'uu
β–ͺ︎ Baccaq ~~ Laaqqachuu
β–ͺ︎ Laqac (Conqol) ~~ qaamni lallaaffachuu (hirribaan, dhukkubaan)
● Shifshif ~~ Titiifuu (roobaaf)
● Lakham ~~ Boonaa adeemuu ( Kooruu)
● Ququm ~~ akaawwii nyaachuu, nyaatanii fixuu
● Shir ~~ naanneessuu
● Wir ~~ Sochoosuu
πŸ‘‰ Qalawu ~~ rukutuu (meeshaadhaaf)
πŸ‘‰ Qax ~~ jiilchuu, tasa dhaabbachuu, dhaabuu
● Khar ~~ hirriiba keessa sagalee dhageessisuu
● Cir ~~ daa'imni haalaam boo'u

Sallallaahu aleyhi Wasallam
07/04/2023

Sallallaahu aleyhi Wasallam

Address

Mechara
121212

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Escu Taju posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share



You may also like