Oromia Bank S.C Arsi Gololcha Branch staffs

Oromia  Bank S.C Arsi Gololcha Branch staffs Promoting the banks progress through massmedia

Tajaajilli Baankii akkas haala salphaan dhiyaatee hin beeku! OrooDijitaal toora gara garaa saddeetiin tajaajila Baankii ...
17/05/2024

Tajaajilli Baankii akkas haala salphaan dhiyaatee hin beeku!

OrooDijitaal toora gara garaa saddeetiin tajaajila Baankii mijataa ta’e kennaa jira. OrooDigitaaliin Teknoloojii Baankii Jabanni irra gahe dhamdhamaa.

Liinkii armaan gadii kana fayyadamuun Google-Store fi App-Store irraa Applikeeshinii isaa buufachudhaan Maatii OrooDigital ta'aa!

የባንክ አገልግሎት እንዲህ ቀለል ብሎ አያውቅም!

ኦሮዲጂታል ከስምንት በላይ በሆኑ አማራጮች የባንክ አገልግሎትን አቅርቧል። ዘመኑ የደረሰበትን የባንክ ቴክኖሎጂ በኦሮዲጂታል ያጣጥሙ።

ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከPlay-Store እና App-Store አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ።

Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details...

Apple-Store
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355

Tajaajila Kamiinu Dorgomaa kan hinqabnee baankii kichuu daandii jijjirama irraatti xiyyeeffatee baankoota buleeyyii wali...
14/05/2024

Tajaajila Kamiinu Dorgomaa kan hinqabnee baankii kichuu daandii jijjirama irraatti xiyyeeffatee baankoota buleeyyii waliin yeroo amma Dorgomaa jiruu beektuu? Baankii Oromiyaati
Damee Gololchaa goraa maddaa Odeeffannoo fi tajaajila barbaaddan kamiifuu hindhipatinaa isiniif jirraam waliin milkaa'innii keenya

Oroo Digital Akka durii fi harkaa xuriin hin hafaan jedhaa oromoon duri yoo mammaku eeyyoon Baankiin keessan baankiin Or...
10/05/2024

Oroo Digital
Akka durii fi harkaa xuriin hin hafaan jedhaa oromoon duri yoo mammaku eeyyoon Baankiin keessan baankiin Oromiyaa Tajaajilaa Elektrinooksii Oroodijitaala kan durirraa fooyyeessera.ammuma Play store seena Aappii keenyaa buuffadhaa Itti fayyadama Jenna
Gara damee keenyattii gorraan tajaajila se'atoo argattani ittii gammadduu koottaa Damee Gololchaa Jenna qophoofne isiin eegara jirra hojjattoonni keenya !

29/03/2024
Sadaqaan Amantii ni jabeessa. Onnee Qabbaneessa. Cubbuu qulqulleessa. Jaalala Rabbii baay’isa. Baankiin Oromiyaa Baankii...
29/03/2024

Sadaqaan Amantii ni jabeessa. Onnee Qabbaneessa. Cubbuu qulqulleessa. Jaalala Rabbii baay’isa.

Baankiin Oromiyaa Baankii Ummataa waan ta'eef itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuuf baatii Ramadaanaa sababeeffachuun dhaabbilee gargaarsa namoomaa taasisan 4’f Birrii miiliyoona 3 arjoomeera.

Sagantaan Ifxaaraa fi Sadaqaa Hoteela Sharaton Addisitti Baankii Oromiyaan qophaa’ee suur-sagaleen.

ሰደቃ ( ምፅዋት ) ኢማን ይጨምራል። ልብን ያረጥባል። ወንጀልን ያረግፋል። የአላህ ውዴታን ያስገኛል። ደረጃን ከፍ ያደርጋል።

የኦሮሚያ ባንክ የህዝብ ባንክ እንደመሆኑ ማህበራዊ ሀላፊነቱን ለመወጣት ታላቁን የረመዷን ወር ምክኒያት በማድረግ ለ4 በጎ አድራጎት ድርጅቶች የ 3 ሚሊዮን ብር ሰደቃ ሰድቋል።

በሸራተን አዲስ የተካሄደው የዘንድሮው የኦሮሚያ ባንክ የኢፍጣር እና ሰደቃ መርሃ ግብር እንሆ በምስል።

21/03/2024

Ofii Keessan of Galmeessaa!

Damee Baankii keenyaa kamiyyu osoo hin dhaqin, 'OrooDijiitaal' fayyadamuun gargaarsa namaa malee lakkoofsa herreegaa keessaniin tajaajila Interneet Baankiingii fi Moobayil Baankiingiif ofiin of galmeessuu dandeessu.

Qajeelfama suura armaan gadii irra jiru sirnaan hordofaa!

እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ!

ወደ የትኛውም የባንካችን ቅርንጫፎች መሄድ ሳይጠበቅብዎ የሂሳብ ቁጥርዎን በመጠቀም በኦሮዲጂታል ለኢንተርኔት ባንኪንግ እና ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት ያለ ሰው እርዳታ እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ።

በምስሉ ላይ የሚገኙትን መመሪያዎች በጥንቃቄ ይከተሉ!

Download the App:

Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking

iOS
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355

OrooDigital Internet Banking at:
https://oroodigital.com/InternetBanking/

09/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ibsaa Bareda, Amaan Gurmesa

OB Gololcha branch customers week ,When expressed by picture
08/03/2024

OB Gololcha branch customers week ,When expressed by picture

Ibsa GaddaaBoordiin Daayireektarootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Oromiyaa  Hojjetaa Baankii keenyaa  Damee Gi...
10/02/2024

Ibsa Gaddaa

Boordiin Daayireektarootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Oromiyaa Hojjetaa Baankii keenyaa Damee Giincii Kan turan Obbo Tashoomaa Korsaa du’aan boqochuu isaanitti gadda itti dhagahame ibsaa Maatii fi Firoottan isaaniitiif jajjabina hawwu.

የሀዘን መግለጫ

የኦሮሚያ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች የባንካችን የጊንጪ ቅርንጫፍ ባለደረባ የሆኑት አቶ ተሾመ ኮርሳ ድንገተኛ ህልፈት የተሰማቸዉን ሀዘን እየገለፁ ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡

18/01/2024

Beeksisni Hojii Isin Darbaa jiraa?

Beeksisa Hojii hedduu Baankii keenya Yeroo Yerootti baasu akka isin hin darbine yoo feetan, Liinkii armaan gadii fayyadamuun maatii Linkedln Baankii keenyaa ta’aa.

https://lnkd.in/d8gFDsf6

የስራ ማስታወቂያዎች እያመለጥዎ ነው!

በየጊዜው የሚወጡ የባንካችን አዳዲስ የስራ ማስታወቂያዎች አያምልጥዎ፣ አሁኑኑ ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን የኦሮሚያ ባንክን LinkedIn አካውንት ይቀላቀሉ!

https://lnkd.in/d8gFDsf6

For any suggestions and request On ours bank dear customer Use this contact addresses:We strive to Radical change with o...
16/01/2024

For any suggestions and request On ours bank dear customer Use this contact addresses:We strive to Radical change with ours esteemed customers all time

Waan qabnuu jabeeffannee tan hirdhattee guutannee Imala keenya Eegallee waadaa keessanis kabajnee kunoo waggoota kurnaan...
16/01/2024

Waan qabnuu jabeeffannee tan hirdhattee guutannee Imala keenya Eegallee waadaa keessanis kabajnee kunoo waggoota kurnaan dabarsinee hardha as geenye ,Baankii keessan baankii Alaa fi Keessoon guddaa Kan nuwaliin jiraantu waan keenya hundaa .Baankii Oromiyaa Damee Gololchatti goraa itti fayyadama !

Milkaa'ina keessanif hojjanna
BO

 Tajaajila Baankii seera Shari’aa bu’uureffate kennuun waggoottan milkii kudhan dabarsineera. Tajaajiloota ijoo Baankii ...
16/01/2024



Tajaajila Baankii seera Shari’aa bu’uureffate kennuun waggoottan milkii kudhan dabarsineera.

Tajaajiloota ijoo Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii Oromiyaa seera Shari'aa bu'eereffatan muraasa waliin wal baruun maatii Baankii keenyaa ta’aa!

ኦሮበረካ በሸሪዓው መርህ ላይ የተመሰረተ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በመስጠት 10 ስኬታማ አመታትን ተጉዘናል።

ኦሮሚያ ባንክ የሸሪዓውን መርህ ካከበሩ ዋና ዋና ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎቶች መካከል እነሆ ጥቂቱን በመተዋወቅ የባንካችን ቤተሰብ ይሁኑ!

Hojii fi hojmaatni Baankii Oromiyaa kandurii miti gara tajaajila ammayyootti Dhufnee .Isinhoo quba qabduu:kuni salphaa b...
15/01/2024

Hojii fi hojmaatni Baankii Oromiyaa kandurii miti gara tajaajila ammayyootti Dhufnee .Isinhoo quba qabduu:kuni salphaa bilbiluma keessani kanharka qabdu fayyadamuudha(Oro digital application)

15/01/2024

Oroo Digital App itti fayyadama

18/12/2023

Gara Baankii Oromiyaa Damee Gololchatti baga nagaan dhuftan!

Hojjettootni Baankii keenyaa tajaajila olaanaa isiniif maluun isin keessumeessuuf qophii guddaan isin eegaa jiru.

Teessoon: ።Caancoo, naannoo Hoteela Tirunaati Gamoo Obbo.Sulxaan Jamaal jalatti argaamna.

Torbee Hojii Gaarii isiniif haa ta’u!

እንኳን ወደ ኦሮሚያ ባንክ ጎሎልቻ ቅርንጫፍ በደህና መጡ!

የባንካችን ሰራተኞች ለእናንተ የሚገባዎትን የላቀ አገልግሎት ለመስጠት እርሶዎን እየተጠባበቁ ይገኛሉ::

አድራሻ፡- ጨንጮ፣ ጥሩና ሆቴል አካባቢ፣ ሱልጣን ህንፃ ስር እንገኛለን።

መልካም የስራ ሳምንት ይሁንላችሁ።

https://t.me/OromiabankOfficial

Ayyaanni Hundeeffama Waggaa 10ffaa OrooBarakaa Sadarkaa Waajjira Mummee Baankii Keenyaatti Kabajame.Ayyaana Hundeeffama ...
16/12/2023

Ayyaanni Hundeeffama Waggaa 10ffaa OrooBarakaa Sadarkaa Waajjira Mummee Baankii Keenyaatti Kabajame.

Ayyaana Hundeeffama tajaajila Baankii dhala irraa Bilisaa Baankii Oromiyaa waggaa 10ffaa kana irratti Hoggantootni Olaanoo Baankichaa argamaniiru.

Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonnin Baankiin keenya Indastrii Baankii Biyyattiif Tajaajila Baankii dhala irraa Bilisaa madaqsuu irra darbee beekumsaa fi muuxxannoo gama kanaan qabu baankilee biroof qooduu isaatti gammachuu olaanaa qabnaa jedhani.

Hundeeffamni waggaa 10ffaa Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii Oromiyaa waggaa 10ffaan sirnoota garagaraan kabajamaa jira.

ኦሮበረካ የተመሰረተበትን 10ኛ ዓመት የምስረታ በዓል በዋና መስሪያ ቤት ደረጃ ተከበረ፡፡

ኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት የጀመረበትን 10ኛ ዓመት የምስረታ በዓል የባንኩ ከፍተኛ የስራ ሀላፊዎች በተገኙበት በዋናዉ መስሪያ ቤት አክብሯል፡፡

የኦሮሚያ ባንክ ዋና ስራ አስፈፃሚ ኦቦ ተፈሪ መኰንን ባንካችን ለሀገራችን የባንክ ኢንደስትሪ ፈር ቀዳጅ ሆኖ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በማበረከቱ ኩራት ይሰማዋል ብሏል፡፡ በዚህ ዘርፍ ባንካችን ያካበተዉ ልምድ እና እዉቀት አሁንም ለሌሎች የሀገራችን ባንኮች እያካፈለ እንደሚገኝ አስረድቷል፡፡

የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ኦሮበረካ የተመሰረተበት 10ኛ ዓመት በተለያዩ ኩነቶች እየተከበረ ይገኛል፡፡

Harka xurii fi akka durittii hin hafan jedhama mitiree?******************////Baankiin Oromiyaa Bara darbee waxabajjii'30...
12/12/2023

Harka xurii fi akka durittii hin hafan jedhama mitiree?

******************////
Baankiin Oromiyaa Bara darbee waxabajjii'30/2023 Kafaltii gibiraa mootumaa booda Bu'aa qulqulluu Biliyoona 1.58 Argachuu isaa beeksiseera.lakkoofsa dameewwanis gara 503 olguddisuu isaa beeksiseera .

17/11/2023

Waa’ee OrooBarakaa Hangam Beektu?

OrooBarakaan tajaajila Baankii seera Shari’aa bu’uuraffate kennuun biyya keenyatti isa hangafaati. Tajaajilli kun seera Shari’aa irraa akka hin maqneef gorsitoota Shari’aa beekumsa jabaa qabanii fi ulamoota hawaasa musliimaa birratti dhageetti olaanaa qabaniin hogganama.

OrooBarakaa fayyadamaa, Jum’aa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa

ስለ ኦሮበረካ ምን ያህል ያዉቃሉ?

ኦሮበረካ ለሙስሊሙ ማህበረሰብ የተሟላ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በመስጠት በሀገራችን የመጀመሪያዉ ነዉ፡፡ አገልግሎቱ የሸሪዓዉን ህግ ጠብቆ እንዲሰጥ በሸሪዓዉ ከፍተኛ አዉቀት ባካበቱ እና በሙስሊሙ ማህበረሰብ ዘንድ ከፍተኛ ተቀባይነት ባላቸዉ ኡለሞች ይመራል፡፡

ኦሮበረካን ይጠቀሙ፤ መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ

https://t.me/OromiabankOfficial

17/11/2023

Waa'ee Herreega Qusannaa Daboo gurraa qabduu?

Baankiin Oromiyaa Garee hawaasaa, kilabootaa ykn waldaalee qaama seerummaa qabanii fi Miseensota isaanii addatti kan fayyadu Herreega Qusannaa Dabootiin fayyadaa jira.

Herreega Qusannaa Daboo irraa Waldaaleen Ogummaa, Kilabootni Ispoortii, Waldaalee Hawaasaa, Dhaabbileen Tola Ooltotaa, waldaaleen Daldalaa, Waldaalee Hojjettootaa fi Jaarmiyaaleen qaama seerummaa qaban hundi fayyadamaa ta’u.

Odeeffannoo Dabalataaf Dameelee Baankii oromiyaa isinitti dhihoo jiru mariisisaa.

ስለ ደቦ የቁጠባ ሂሳብ ስምተዋል?

ኦሮሚያ ባንክ ህጋዊ ማህበራትን እና ክለቦችን በተለየ መልኩ ተጠቃሚ የሚያደርግ ደቦ በተሰኘው የቁጠባ ሂሳብ በርካቶችን እየጠቀመ ነው።

ደቦ የቁጠባ ሂሳብ የሙያ ማህበራትን፣ የስፖርት ክለቦችን፣ ህጋዊ የማህበራዊ አደረጃጀቶችን፣ የንግድ ማህበራትን፣ የሰራተኞች እና በጎ አድራጎት ማህበራትን በተለየ መልኩ ተጠቃሚ የሚያደርግ ነዉ፡፡

ለበለጠ መረጃ በአቅራቢያዎ የሚገኙ የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎችን ያማክሩ።

https://t.me/OromiabankOfficial

17/11/2023

Yaadachiisa

Galmeen Waraqaa Eeyummaa Biyyoolessaa (National ID) Dameelee Filatamoo Baankii Oromiyaa keessatti akkuma itti fufetti jira. Dameeleen kunneenis Afrikaa Godaanaa, Genet Hotel, Bilaalii fi Massalaamiyaadha.

Yeroo galmeef dhuftan Waraqaa Eenyummaa Gandaa, Waraqaa Eenyummaa Waajjira, Waraqaa Eenyummaa Idirii, Eeyyama Konkolaachisummaa, Ragaa Barnootaa fi kkf qabachuu hin dagatinaa.

ማስታወሻ

ብሄራዊ የዲጂታል መታወቂያ ምዝገባ በተመረጡ የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች እንደቀጠለ ነው፡፡ ምዝገባዉ እየተካሄደባቸዉ የሚገኙ ቅርንጫፎቻችን አፍሪካ ጎዳና፣ ገነት ሆቴል፣ ቢላል እና መሳለሚያ ናቸዉ፡፡

ለመመዝገብ የቀበሌ መታወቂያ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ፣ የዕድር መታወቂያ፣ መንጃ ፍቃድ፣ የትምህርተ ማስረጃ እና ሌሎች እርስዎን የሚገልፁ ማስረጃችን ይያዙ።

14/11/2023



Tajaajiloota Ijoo Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii Oromiyaa seera Shari'aa bu'eereffatan muraasa waliin wal baraa!

ከኦሮሚያ ባንክ የሸሪዓውን መርህ ካከበሩ ዋና ዋና ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎቶች መካከል እነሆ ጥቂቱን ይተዋውቁ!

Discover Oromia Bank's Foremost Interest-Free Banking Services!

Dugda fi garaa keenya hidhannee qormaatilee hunduma dandeenye  galma milkaa'ina ni qaqqabna !Baankii Ummata!
10/11/2023

Dugda fi garaa keenya hidhannee qormaatilee hunduma dandeenye galma milkaa'ina ni qaqqabna !
Baankii Ummata!

  Bakkuma teessan taa’uudhaan jiru keessan guyyaa guyyaa hojjeechaa, herrega keessan ammoo karaa salphaa fi mijaataa ta’...
07/11/2023



Bakkuma teessan taa’uudhaan jiru keessan guyyaa guyyaa hojjeechaa, herrega keessan ammoo karaa salphaa fi mijaataa ta’een Baankii Mobaayilaan sochoosaa.

Tajaajila kana argachuuf *840 # fayyadama, ykn liinkii armaan gadii kana fayyadamuun Google Store fi App Store irraa Applikeeshinii kana buufachudhaan itti gargaarama.

ካሉበት ሆነው የዕለት ስራዎን ያከናውኑ። ሂሳብዎን ደግሞ ለአጠቃቀም ቀላል እና ምቹ በሆነው ኦሮሚያ ባንክ የሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት ያንቀሳቅሱ።

ይህንን አገልግሎት ለማግኘት *840 # ይጠቀሙ ወይም የሚቀጥለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም አፕሊኬሽኑን ከጎግል እስቶር እና ከApp Store በማውረድ ይጠቀሙ።

Play-Store: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.finacus.oib

App-Store: https://apps.apple.com/kz/app/oromia-bank-mobile-banking/id1661640092

07/11/2023

Herrega Qusannaa Addaa fi Idilee Baankii Oromiyaa dhala fooyyee argamsiisan Muraasa waliin wal baraa!

ከተወሰኑ የኦሮሚያ ባንክ መደበኛ እና ልዩ ወለድ ከሚያስገኙ የቁጠባ ሂሳቦች ጋር ይተዋወቁ!

Learn More? https://t.me/OromiabankOfficial

Address

Ethiopia, Arsi, Gololcha
Mechara

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Bank S.C Arsi Gololcha Branch staffs posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Bank S.C Arsi Gololcha Branch staffs:

Share


Other Digital creator in Mechara

Show All