Nezif Kemal

Nezif Kemal getting latest and updated information

23/04/2024
21/04/2024
15/04/2024
projectiin guddaan sadarkaa naannoo irratti caalbaasiin bahee dorgomamaa turee mo'ataan adda bahee guyyaa har'aa wolarka...
06/04/2024

projectiin guddaan sadarkaa naannoo irratti caalbaasiin bahee dorgomamaa turee mo'ataan adda bahee guyyaa har'aa wolarkaa fuuchaan bakka bulchaan bulchiinsa aanaa obbo Abdulamid H/A/Olii argamanitti raawwatee jira.

Bulchiinsi magaalaa asandaaboo hawaasnikoo tahaabee habaabi adaamaadhaa maaliif bitata jedhee magaalichuma keessatti oom...
24/03/2024

Bulchiinsi magaalaa asandaaboo hawaasnikoo tahaabee habaabi adaamaadhaa maaliif bitata jedhee magaalichuma keessatti oomishee hawaasaaf dhiheessuu eegalee jira.hoggansaa fi ogeessota magaalichaatiin galatoomaa jenneerra

dhaabbatni ATI jedhamu qonnaan bultoota ganda collee beeyyam kilaastaraan gurmaa'anii hojii gaarii hojjetaniif maashina ...
14/02/2024

dhaabbatni ATI jedhamu qonnaan bultoota ganda collee beeyyam kilaastaraan gurmaa'anii hojii gaarii hojjetaniif maashina calleessituu midhaanii badhaase jira.maashina kanas waajjirri qonnaa fi dhaabbatni ATI waliigaltee waliif mallatteessee jira.

18/01/2024
18/01/2024

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nezif Kemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category



You may also like