Sochii qerroo Oromoo Jimmaa

Sochii qerroo Oromoo Jimmaa Nutti QBON Jimmaa yoommuu dubatti hin deebinu hamaa bilisummaan umataa Oromoo bakkaa gahutti. Maliif

21/08/2020

Both the House of Federation and Tigray's government are acting unconstitutionally. Unless the mutual antagonism ceases, conflict may ensue.

Waaqoo GuutuuJeneraal Waaqoo Guutuun (1920 - Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga uummata...
25/06/2020

Waaqoo Guutuu

Jeneraal Waaqoo Guutuun (1920 - Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga uummata Oromooti. Jeneraal Waaqon umurii isaa guutuu mirga ummata Oromoo kabachiisuf qabsaa'un dabarse.
Ijoollummaa Isaa
Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu abbaasaa Guutuu Usuu Cammarrii fi haadhasaa Dhuulloo Alii Hasanirraa bara 1924 aanaa Madda Walaabuu lafa Oda jedhamutti dhalate. Abbaansaa Guutuun ilma dhiiraa kudhanii fi durba sagal walumaagalatti ijoollee kudha-sagal qaba ture. Isaan keessaa Jeneraal Waaqo ammoo dubartoota torbarraa ijoollee afurtamii-sagal kan h**e yoo ta'au , kaniin keessaa kudha-shan lubbuun hin jiran. Yeroo ammaa (2015tti) dubartoota kudha-ja'a fi dhiirota kudha-saddeetii walumaagalatti ijoollee soddomii-afur qaba.
Jeneraal Waaqo ijoolummaa isaatirraa jalqabee xiiqii fi jibbinsa diinaa qaba; faandhooftuu diddaa gabrummaas ture. Bara 1938, fuudhee mana osoo hin bayin, osoo abbaansaa hinbeekin horii abbaasaa gurguree qawwee ittiin bitate. Sammuunsaa roorroo gabrumaa fudhataa waan hinta'iniif ijoollee hiriyootasaa gurmmeessuun akkasumas gorsuun poolisii mootummaa tumaa turan.
Qabsoo Jalqabuusaa
Jeneraal Waaqon bara 1943 Muhaammad Gadaa Qaalluu fakkeenna godhachuun diddaa gabrummaatti seene. Bara 1952 akka nama hiyyeessa tokkoo ta'anii uffata poolisii nama dhaloota gosa Raayituu Alii Jiloo kan maqaan kiristaana Shaalaqaa Isayaas jedhanii mogaafatan kadhate. Erga inni uffata kana kenneefii booda isuma uffachuun magaalaa seeneei kitilaayyota Nafxanyaa sodaachisaa ture. Iccitiidhan gartuuleen diinaarrati tarkaanfii ciccimaa fudhataa turan. Haaluma kanaan, bara 1958 poolisii lama ajjeesan. Baruma kana keessa poolisoota erga ajjeesaniin booda, Waaqon akkuma tasaa magaalaa Nageelleetti shaalaqaa sanaan walargan. Yoo kana "Eessatti baddee, Waaqoo!!!" jedhee gaafate. Yoo tana malli dafee dhufeefii "Looniin godaanee gammoojjii ture, damma adii ati jaalattu kan nagaafate san siif arge, horii ittiin bitu dhabee fidi" jedheen. Shaa

Oromo hero we can rely on.  May God protect us from evil.  It's the prayer of the Oromo people.  # # Freedom for the peo...
23/06/2020

Oromo hero we can rely on. May God protect us from evil. It's the prayer of the Oromo people.
# # Freedom for the people of Oromo # #

23/06/2020

Oromo hero we can rely on. May God protect us from evil. It's the prayer of the Oromo people.
# # Freedom for the people of Oromo # #

19/06/2020

Nutti QBON Jimmaa yoommuu dubatti hin deebinu hamaa bilisummaan umataa Oromoo bakkaa gahutti. Maliif jenaan wadaa guddaa kan waraa bilsummaa ummataa Oromoo dhaafi jecha wareegamanii onee kenyaa kesaa

05/06/2020

Caalaa bultumee akkatti nu sobe . kun Ilmi farsho

Address

Jimma
04

Opening Hours

09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sochii qerroo Oromoo Jimmaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category