W/ra Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Aanaa Guumaay

W/ra Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Aanaa Guumaay Gumay wareda Environmental protection Authority

GumaayittiGuyyaa hadhaa 11/04/2015Badhaasa MM hojii Ashaaraa magariisaa hojjatameen wolqabatee argatan  sababeeffachuun ...
21/12/2022

Gumaayitti
Guyyaa hadhaa 11/04/2015
Badhaasa MM hojii Ashaaraa magariisaa hojjatameen wolqabatee argatan sababeeffachuun gandoota garaa garaa kessatti biqiltuun kunuunfamaa ooleera..
Kunuunsi biqiltuu kunis
Sadarkaa Dandamannaa isaani kan fooyyeessudhas waan taheef ummanni bahee kunuunfataa ooleera..

Fulbaana 11,2015Aanaa GumaayittiGaagurri Ammaayyaa Qonnaan bultootaaf gatii madaalawaa taheen dhiyaatee jira..
21/09/2022

Fulbaana 11,2015
Aanaa Gumaayitti
Gaagurri Ammaayyaa Qonnaan bultootaaf gatii madaalawaa taheen dhiyaatee jira..

11/09/2022
Konkolaataa cilee seeraan Alaa fe'ee magaalaa dambii irraa irra gara  magaalaa Aggaaroo deemaa ture fi warsha buna gogaa...
27/08/2022

Konkolaataa cilee seeraan Alaa fe'ee magaalaa dambii irraa irra gara magaalaa Aggaaroo deemaa ture fi warsha buna gogaa faalama xiqqeessuuf manni qolaa irratti ijaarame.

Hagayya 10,2014Duula qulqullina magaalaa Toobbaa Dargaggootaan geggeeffame
16/08/2022

Hagayya 10,2014
Duula qulqullina magaalaa Toobbaa
Dargaggootaan geggeeffame

Ganda gaatoo kureetti
08/08/2022

Ganda gaatoo kureetti

Kunuunsa biqilootaa barbaachisaa waan taheefKunoo akkasitti dallaa itti ijaaraa jirra
25/07/2022

Kunuunsa biqilootaa barbaachisaa waan taheef
Kunoo akkasitti dallaa itti ijaaraa jirra

Ashaaraa magariisa Gandoota baadiyyaa hunda keessatti geggeeffama jiruHaala gaariidhaan itti fufeera.
25/07/2022

Ashaaraa magariisa Gandoota baadiyyaa hunda keessatti geggeeffama jiru
Haala gaariidhaan itti fufeera.

Marsaa lammaffaadhaaf Sagantaa red+ horii waldaalee dhaabbii biqiltuu bosonaa fi kunuunsaa isaa irratti gurmaa'aniif bit...
25/07/2022

Marsaa lammaffaadhaaf Sagantaa red+ horii waldaalee dhaabbii biqiltuu bosonaa fi kunuunsaa isaa irratti gurmaa'aniif bitame kenname

dhaabbii Ashaara magariisaa buufataFayyaa Gaatoo kureetti taasifame
25/07/2022

dhaabbii Ashaara magariisaa buufata
Fayyaa Gaatoo kureetti taasifame

Duula qulqullina magaalaa Toobbaa
26/06/2022

Duula qulqullina magaalaa Toobbaa

Akka lolaadhaandaandiin ummataa hin midhaamneefummanni bakka jiru hundatti eegumsa gochuu qaba..Too'annoof hordoffiin ta...
11/06/2022

Akka lolaadhaan
daandiin ummataa hin midhaamneef
ummanni bakka jiru hundatti eegumsa
gochuu qaba..
Too'annoof hordoffiin taasifamuu qaba

Caamsaa 01,2013tti. Godina jimmaa Aanaa Gumaayitti Gamaggamni hojii kan bara kanaa hanga yoowwaanatti hojjataman manaaji...
10/05/2021

Caamsaa 01,2013tti.
Godina jimmaa Aanaa Gumaayitti Gamaggamni hojii kan bara kanaa hanga yoowwaanatti hojjataman manaajimenti waajjiraa tiif hojjatootaa waajjirichaa waliin geggeeffameera.
gamaggamicharrattis dhimmoota akka hanqinaatti jiranuuf akka cimninatti jiran kaasuun gamaggamameera
gamaggamagodhameen raawwiin gaariin gama oditiitiin jiraachuun ilaalameera

Ebla 21,2013Godina jimmaa Aanaa sokorruu bakka naatri jedhamtutti konkolaataan ummaata kan doolfin jedhamu utuu finfinne...
04/05/2021

Ebla 21,2013
Godina jimmaa Aanaa sokorruu bakka naatri jedhamtutti konkolaataan ummaata kan doolfin jedhamu utuu finfinneedhaa gara jimmaa imalaa jiruu gara galuudhaan miidhaa salphaa kan qaamaa lamaafi kan qabeenyaa geessiseera.
waan hunda dursuuf suuta deemuun gamnuudhasi

Amajjii 25'2013Abbaatii Qabeenyaa Aanaa keenyaa fi jiraattota Aanaa keenyaa hundaan galatoomaa jechaanamoota hiriirichi ...
02/02/2021

Amajjii 25'2013
Abbaatii Qabeenyaa Aanaa keenyaa fi jiraattota Aanaa keenyaa hundaan galatoomaa jechaa
namoota hiriirichi akka milkaa'uuf shoora keessan bahattan hundaaf
Akkam ooltan?Baga nagaan milkoofne,!baga milkooftan!!
Hawaasni keenya nagahaan bahee miira isaa ibsatee nagahaan akka galuuf hojiin isin hojjettaniin baayyisnee kan isiniin boonneefi hojii kana milkeessuuf ifaajjii taasiftaniif Maqaa Wra Abbaa Taayitaa AANAA GUUMAYIIN,galata guddaa isiniif galchaa, Waajjirri KEENYA KABAJAAFI JAALALA GUDDAA KAN ISINIIF QABU TA'UU ISIN BEEKSIFNAA!!!!
GALATOOMAA!!!!

Amajjii 25,2013Godina jimmaa Aanaa GumaayHiriira deeggarsa M.M.Dr.Abiy  Ahimad Ali tiif bahamee irratti ummatni Aanaa Gu...
02/02/2021

Amajjii 25,2013
Godina jimmaa Aanaa Gumaay
Hiriira deeggarsa M.M.Dr.Abiy Ahimad Ali tiif bahamee irratti ummatni Aanaa Gumaay miiraa ho'aa taheen hirmaateera
Galatooma jennaan

Amajji 21,2013tti Balaa konkolaataa tasaa mudaaten lubbuun namoota 11darbeera.Balaan kun kan qaqqabe naannoo saati 8tiit...
29/01/2021

Amajji 21,2013tti Balaa konkolaataa tasaa mudaaten lubbuun namoota 11darbeera.
Balaan kun kan qaqqabe naannoo saati 8tiitti
sababa Ariitiidhaan konkolaachisuutin walitti buhuun balaan kun qaqqabeera

Amajji 13,2013Godina Jimmaa Aanaa Gumaay naannoo qoyyee jedhamuun beekamtuttiKonkolaataan Isusu tahee  miidhamee dhaabba...
23/01/2021

Amajji 13,2013
Godina Jimmaa Aanaa Gumaay
naannoo qoyyee jedhamuun beekamtutti
Konkolaataan Isusu tahee miidhamee
dhaabbate osoo ogeessaan suphamaa jiruu
konkolaataan gosti isaa isusu tahe dhufe irra siqee erga bira darbee dhaabbate innis rakkoo biraa waan qabuuf ogeessa ilaalchisuuf dhaabe erga konkolaachisaan keessa buhee duubaan sigigaachuun walitti buhuu dandaheera.
hata'u malee miidhan salphaan qaama konkolaataa irra gahurra kan darbe balaa biraa hin geessifne.
nagaan bahanii nagaan galuun waan guddaadha waan taheef
ofeeggannoo haa goonuun dhaamsa keenya

sadaasa 25,2013leenjiin Hubannoo Nageenya Tiraafikaa kennaame.leenjii kanarratti Qaamonni hirmaatanKonkolaachiftoota hun...
11/12/2020

sadaasa 25,2013
leenjiin Hubannoo Nageenya Tiraafikaa kennaame.
leenjii kanarratti Qaamonni hirmaatan
Konkolaachiftoota hunda kanneen mootora luka lamaati kaaseeti.

16/10/2020

Ergaa ariifachiisa
onkololessa 5,2013tti
Konkolaachiftoota hunda kannen baajajii fi mootoraa ilaalchise
haala nageenyaatiif jecha yeroodhaaf sochiin halkani kan dhaabbate tahuu hubadha
hubachiisa Sochii daandii keessoo kan magaalaa keenyaatiifi naannooshe jechuudha
hatahu malee namni dide sochoo'e tarkaanfiin seeraa kan irratti fudhatamu taha
nagaan oolche nuhaa bilchuu

Fulbaana 30,2013Duula qulqullina magaalaa toobbaafi naannooshe
15/10/2020

Fulbaana 30,2013
Duula qulqullina magaalaa toobbaafi naannooshe

Labsiin haaraan dhibee covid-19Walqabatee bahe ture qajeelfama haaraan bakka buufame Innis Afaan amaariffaatiin mana mar...
12/09/2020

Labsiin haaraan dhibee covid-19
Walqabatee bahe ture qajeelfama haaraan bakka buufame
Innis Afaan amaariffaatiin mana maree paarlaamaan raggahe labsi lakk.466/2012qabate bahee jira
Labsiin kun hojiirra oolchuuf baayye kan nama rakkisu miti.
Kana jechuun qarshiin covid fi bahe adabbiin isaa olkahadha waan taheef innikun xiqqooshee kan madaala isaa eeggatedha
Labsichi kan hammatu hunduma Geejjibaati
Hanga Gaarii fardaan harkifamuutti.

balaa konkolaataa Waxabajjii 09,2012Bakki Balaan itti gahe Aanaa Gumaay Ganda Eefoo yaacii bakka Dhakaa Kaabaa jedhamutt...
17/06/2020

balaa konkolaataa Waxabajjii 09,2012
Bakki Balaan itti gahe Aanaa Gumaay
Ganda Eefoo yaacii bakka Dhakaa Kaabaa jedhamutti halkan keessa tilmaamaan 6:30 tti kan qaqqabedha
sababni balaa kanaa
namni maraatuu tahe ykn qalbii።kan hin qabne konkolaataa Ariittidhaan deemaa jiru jala galuudhaan
konkolaatichi gara galuun namicha maraatuu kanarratti balaa du'aa fi balaa qabeenyaa
gargaaraan konkolaaticha balaa miidhaa qaamaa salphaa tahe irra gaheera
Gosa konk.badii kana geessise FSR
shunkurtaa fe'ee finfinneerra gara magaalaa gachii utuu geessa jiruu tahuu iaaati

Konkolaataa yeroo darbe Aanaa sokorruutti Buna seeraan alaa fe 'ee deemaa ture To 'annoo jala ooleera.
01/06/2020

Konkolaataa yeroo darbe Aanaa sokorruutti Buna seeraan alaa fe 'ee deemaa ture To 'annoo jala ooleera.

01/06/2020
Balaa konkolaataa /baajaajii miila sadii/Aanaa dhidheessaatti qaqqabeen Lubbuun namoota darbeera
16/05/2020

Balaa konkolaataa /baajaajii miila sadii/Aanaa dhidheessaatti qaqqabeen
Lubbuun namoota darbeera

Oduu gadda guyyaa hadhaa konkolaataan bootteen konkolaataa jimaa fe 'e gara adaamaa deemaa ture waliin walitti bu'uun ba...
04/05/2020

Oduu gadda guyyaa hadhaa konkolaataan bootteen konkolaataa jimaa fe 'e gara adaamaa deemaa ture waliin walitti bu'uun balaa cimaa geessiseera .

Konkolaataa lakkoofsa meeqatu dursuu qaba ture?
02/05/2020

Konkolaataa lakkoofsa meeqatu dursuu qaba ture?

Tarii namaan loon jettee naan hin jedhinaatiMe nama kallattii kahameen ala deemuun maal jenna laata
25/04/2020

Tarii namaan loon jettee naan hin jedhinaati
Me nama kallattii kahameen ala deemuun maal jenna laata

Ebla 12 ,2012 Aanaa Gumaayitti sochii to'annoo halkani qindoomina Wajjira poolisi Aanaa Gumaay waliin eegaleToo 'annoon ...
23/04/2020

Ebla 12 ,2012
Aanaa Gumaayitti sochii to'annoo halkani qindoomina Wajjira poolisi Aanaa Gumaay waliin eegale
Too 'annoon kun kan irratti xiyyeeffatu konkolaata ummata halkan deeman irratti .
Sababa dhibee koronaa vaayirasii kana ilaallachisuun labsiin haaraan lak.15/2012 tti bahe bu'uura godhachuun kan raawwatu taha

Address

Gumay Wareda Enviromental Protection Authority
Jimma
GUMAY

Telephone

251475400396

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when W/ra Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Aanaa Guumaay posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category