Ethio News

Ethio News News

Waraanni RIB fi humni addaa amaaraa juntaa rukunna jechuun Madfii fi mortariin dhukaasan bakka yaadameef hanqachuun kaab...
28/08/2021

Waraanni RIB fi humni addaa amaaraa juntaa rukunna jechuun Madfii fi mortariin dhukaasan bakka yaadameef hanqachuun kaaba wallootti akkanatti barbadeesse.

28/08/2021

Waraanni kaabatti gaggeeffamaa jiru biyya kana gara waggoottan 100 duubatti deebisuu akka danda'uu fi yoo hatattamatti hin dhaabbanne, gara wal waraansa waliiniitti cehuun gaaga'ama hamaa fi isa olaanaa tahee fi itoophiyaa bira dabree ardii afrikaaf sodaachisaa tahe fiduu akka danda'u hayyoonni afrikaa hedduun sodaa qaban ibsaa jiru.

Godina Gujii lixaatti WBO mana hidhaa cabsuun; ilmaan oromoo sababa oromummaa isaanii qofaaf hidhaa turan 500 ol gad dhi...
28/08/2021

Godina Gujii lixaatti WBO mana hidhaa cabsuun; ilmaan oromoo sababa oromummaa isaanii qofaaf hidhaa turan 500 ol gad dhiisisuun beekkamee jira.

27/08/2021

Oduuwwan Dhugaa fi Qulqulluu tahan isiniif dhiyeessina.

Send a message to learn more

Address

Awetu
Jimma
3848

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethio News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ethio News:

Share



You may also like