Oromia Christian media

Oromia Christian media To advocate the power Jesus Christ.

15/04/2024
Bukayo Saka akkana jedheera 🙏🙏🙏Wangeelli kun keennaa abbaan koo naaf laatee dha. Wangelii Anaaf jireenya koo dha. yeroo ...
22/12/2023

Bukayo Saka
akkana jedheera 🙏🙏🙏Wangeelli kun keennaa abbaan koo naaf laatee dha. Wangelii Anaaf jireenya koo dha. yeroo mara gaafa hirribaa dammaqee kanan dubbisuu wangeela kana dha.
Keennaa haanga ammaatti naaf kenname keessaa kana akka wangeela kanaa qaaliin hin jiru.
Wangeelii jireenya koo kan jijjiiree kaartaa jireenya koo dha.
Jechuun media addunyaa duratti dubbate jira.

Wangeelli Sagalee Waaqayyodha🥰✝️✝️✝️

  godhaa
28/11/2023

godhaa

Akka dhabbataa media kiristanaa tokkotti rakkoo naannoo Oromiyaa keessatti namoonni bu'aa lolaa mootummaa fi ABO gidduu ...
25/10/2023

Akka dhabbataa media kiristanaa tokkotti rakkoo naannoo Oromiyaa keessatti namoonni bu'aa lolaa mootummaa fi ABO gidduu jiruun hawaasni keenya keessumaa kanneen gara lixaa jiraatan midhaamaniif gaddi guddaan nutti dhaga'ameera. Warreen gargarsaa saba midhaame kanaaf deeggarsaa karaa adda addaa goocha jirtan hundumaayyuu waaqayyoo isin haa eebbisuu isinin jenna. Dhumaarratti kan nuti cimsinee hubaachifnuu barbannu inni guddaan rakkoo kana kan fidee lolaa naannoo Oromiyaa keessatti deema jiru ta'uun wal nama hin gaafachiisu. Kanaaf, namni hundumtuu karaa ittin waraanni kun dhaabbatuf dhiibbaa barbachisaa akka gootan kabaja guddaan isin gaafanna. Kadhannaa keessaniis akka Waaqayyoon lammilee keenyaf akka kadhattan isin yaadachisuu feena.
Oromiyaa fi biyya keenya itiyoophiyaaf Nagaa guutuu hawwiina.

  Ameen
23/10/2023

Ameen

  nama Waaqaa
17/10/2023

nama Waaqaa

Baga jala bultii yaadannoo dhalachuu gooftaa keenya yeesusiin sin ga,e.Inni dhuguumaan biyya lafa irraatti mo,aadha.
06/01/2023

Baga jala bultii yaadannoo dhalachuu gooftaa keenya yeesusiin sin ga,e.
Inni dhuguumaan biyya lafa irraatti mo,aadha.

Yoh. 8¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³ Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni dubartii ejja irratti qabamte tokko ol galchanii, namoota gidduu d...
21/05/2022

Yoh. 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni dubartii ejja irratti qabamte tokko ol galchanii, namoota gidduu dhaabachiisan.
⁴ Yesusiin immoo, "Barsiisaa, dubartiin kun utuu ejjituu qabamte.
⁵ Museen seera keessatti, dubartoota akkasii dhagaadhaan rukunnee akka ajjeefnu nu abboomeera; egaa ati immoo maal jetta?" jedhan.
⁶ Isaan kanaan qabanii isa hadheessuudhaaf akkas jedhanii isa qoran; Yesus garuu gad-jedhee quba isaatiin lafatti caafe.
⁷ Isaan garuu ittuma dabalanii waan isa gaafataniif, Yesus ol jedhee, "Isin keessaa namni cubbuu hin qabne, duraan dursee dubartii kanatti dhagaa haa darbatu" isaaniin jedhe.
⁸ Kana booddee ammas gad jedhee lafatti caafe.
⁹ Isaan kana dhaga'anii, jaarsoliidhaa hamma warra kaaniitti tokko tokkoon ba'anii adeeman; Yesusin kophaatti dhiisan; dubartittiinis achuma dhaabattee hafte.
¹⁰ Yommus Yesus ol jedhee, "Dubartii nana, meerree isaan? Namni tokko illee firdii si irratti hin raawwannee?" isheedhaan jedhe.
¹¹ Isheen immoo, "Tokko illee, gooftaa ko" jettee deebifteef; kana irratti Yesus, "Egaa anis sitti hin faradu, dhaqi ammaa jalqabdee cubbuu hin hojjetin!" isheedhaan jedhe.]
Warrii maqaa farfattoota Afaan Oromoo hamma ol qeequu barbaddaan irraa of qusaadha.
Karaaleen ittin wal qeeqaanii toraatti wal deebisaan utuu jiruu social median wal qeequun dogoggoraa.

free download

Waanti haasa'amuu kamuu dhugaa ta'uus ta'uu baatus Albamoonni kee yoomuu ummaata keenyaf hiikkaa guddaa qaba.Warrii waan...
19/05/2022

Waanti haasa'amuu kamuu dhugaa ta'uus ta'uu baatus Albamoonni kee yoomuu ummaata keenyaf hiikkaa guddaa qaba.
Warrii waan hin taane namaarratti barreessitaan dhaaba.
Cubbuun sagaagiluu malee warraa kaan hin irraanfattaan moo ta'ee ture.

29/07/2021

luba Balinaa saarkaa

04/05/2021

Alfireed Noobel jedhama. Saayintistii Awurooppaa ture. Qorannoo keemistirii yeroo dheeraf erga taasiseen booda meeshaa waraanaa dimaamitii jedhamu kalaqe.
Kalaqni Isaa Kun isaaf maallaqa guddaa kan argamsiisu ta'u illee ,jireenya dhala namaaf garii balaa guddaa qabachuun Isaa beekamaadha.
Inni ittin durooma dhalli namaa gariin ittin wal fixa.
Hiriyoonni Isaa quuqama namoomaa qaban meeshaa waraanaa kana gabaa addunyaaf akka hin dhiyeessine cimsaani Isaa kadhatan.
Inni garuu isaan dhaga'uu hin barbaanne.
Bu'aa kalaqa Isaa irraa argatu qofa irraatti xiyyeeffachuun, kalaqa Isaa addunyaaf ifoomse.
Akkuma sodaatame ,addunyaa kana irraatti dhumiinsa lubbuulee hedduuf sababa ta'e.
Murtoon sirrii hin taane kan mama tokko qofaan murtaa'e Kun eeggannoo dhala namaa irratti gaaga'ama guddaa fide kan yoomuu hin dagatamne ta'ee yeroo hundaaf yaadatama.
Eega obboloota Koo murtee tokko murteessuu duraa miidhaa inni fiduu ilaalun gariidha.
Murtee yeroo mirteessinuu faayidaa qofa irraatti xiyyeeffachuu hin qabnu.

04/05/2021
03/05/2021

Address

Kit Compus
Jimma

Telephone

+251902786574

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Christian media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Christian media:

Share