King Fouad فؤاد الأرومو

King Fouad فؤاد الأرومو Teacher

25/12/2024

Galatoomaa ustz Raayyaa Abbaamacca Aasaan kun yoo turaa ta,ellee namatti Tola Hayyuun gaafa dubbatu akkanatti Erraa Tola ♥️👍

27/11/2024

Makkattoo 7 kana keessa sihiriin jiraachuu mala hamza ❤️dhaggeeffadhaa

01/11/2024

احبابي أنا محتاج دعواتكم لي الي حبيتوني فالله تسألوني ما هو هاجتي بس ابقى منكم دعواتكم ❤️😔أحبكم فالله

31/10/2024

Alahamdu lillah akkuma ta,ettuu nuuf hiikamaniiru galatoomaa worri gahee keessan baatanii akka nuuf hiikamanu gootan🙏❤️

Sigimo Wereda Governmental Communication Affairs kabajamoo bilchiinsa magaalaa sigimoo kabajaafi jaalalaan isin gaafanna...
30/10/2024

Sigimo Wereda Governmental Communication Affairs kabajamoo bilchiinsa magaalaa sigimoo kabajaafi jaalalaan isin gaafanna Abbaa keenya dhukkubstaa badii tokko male guyyaa sadi,iif mana hidhaatti adagamaa jiranu akka gadi nuuf dhiiftanu kabajaan isin gaafanna maqaan isaanii obbo Daliil kadir jedhamu badii tokko male utuu isaan himata mana abbaa alangeetii itti banameef deebii kennanii galaa jiranuu kantiibaa magaalichaatiin seeraan xibbiqamanii sababa hidhamaniif utuu hin barin hadha guyyaa sadaffaa mana hidhaatti dabarsaa jiru akka gadi dhiifamanii kabajaan mana isaanitti galanu isin gaafanna

29/10/2024

Namoota tokko tokkotti yoo ati nama dhiisu taate isaan garuu Abalu gowwaadha siin jedhu jecha isaanii ilaaltee waan gaarii hojjatturraa of duuba hin deebi,in dhaamsa xiqqoo!! 😊🙏

28/10/2024

Waan Rabbiin siif kaa,e Eenyunuu fuuchuu hin danda,u❤️❤️🙏

21/10/2024

Yaa rabbi balaa bu,ee jiru kana qabbaneessi😢😢😭finfinnee

24/08/2024

❤️❤️❤️

22/08/2024

خاف ربك دكتور سيد Rabbiin sodaadhu jedha dr sayid sa,ad😭😔

01/08/2024

As wr wb jirtuu ilmaan Afaan wolii beeknu martii❤️❤️nuyaadataa jirtu mitii du, aii keessan

18/10/2023

Yaa rabbi ummata filisxeeniif birmadhu 😭😭😢🙏

20/09/2023

Namtichi musilimaa tokko yoo utuu irrechi shirkii ta'uu beeku dhaqe utuu ilaaluu qabirii Ofiitti ibidda qamsiise 😯😮🥶

.baga woggaa geessan jechumaafi akka ija dargaggoota kanaa keessa laaalteen rabbiin dhaaltuu ulmaayii sihaa godhu jedhi🥰...
28/06/2023

.baga woggaa geessan jechumaafi akka ija dargaggoota kanaa keessa laaalteen rabbiin dhaaltuu ulmaayii sihaa godhu jedhi🥰🥰🙂عيد مبارك وكل عام وانتم بخير بمناسبة عيد الأضحى المبارك اعاده الله علينا وعليكم جميع المسلمين

I have reached 4.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉
03/01/2023

I have reached 4.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

29/10/2022

Subhaanallah 🤕🥺😱😱😱

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when King Fouad فؤاد الأرومو posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share