Kadir Abdo Seido

Kadir Abdo Seido proud Muslim

 ’aa_Gaarii  #جمعة مبار
22/09/2023

’aa_Gaarii
#جمعة مبار

 ’aa_Gaarii  #جمعة مبارك
15/09/2023

’aa_Gaarii
#جمعة مبارك

11/09/2023
Bara haaraa:Abdii haaraanKaroora haaraanNagaa haaraanMilkaa'ina haaraanEebba haaraanGammachuu haaraanSimadhu. Akka waan ...
11/09/2023

Bara haaraa:
Abdii haaraan
Karoora haaraan
Nagaa haaraan
Milkaa'ina haaraan
Eebba haaraan
Gammachuu haaraan
Simadhu. Akka waan gaariif haaraan siif ta'u amanii simadhu. Wanti ati ofiif yaaddee amante siif ta'a.

𝑺𝒊𝒊𝒏𝒒𝒆𝒆 𝑰𝑯𝑺𝑨𝑵 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒂 𝑩𝒂𝒂𝒏𝒌𝒊𝒊  𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒍𝒊𝒔𝒂𝒂  s𝒆𝒆𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒉𝒐𝒋𝒎𝒂𝒂𝒕𝒂  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒊’𝒂𝒂 𝒃𝒖’𝒖𝒖𝒓𝒆𝒇𝒂𝒕𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂’𝒆𝒅𝒉𝒂.
01/09/2023

𝑺𝒊𝒊𝒏𝒒𝒆𝒆 𝑰𝑯𝑺𝑨𝑵 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒂 𝑩𝒂𝒂𝒏𝒌𝒊𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒍𝒊𝒔𝒂𝒂 s𝒆𝒆𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒉𝒐𝒋𝒎𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒊’𝒂𝒂 𝒃𝒖’𝒖𝒖𝒓𝒆𝒇𝒂𝒕𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂’𝒆𝒅𝒉𝒂.

09/05/2023

Tajaajila baankii dhalarraa bilisaa keenya ‘Siinqee Ihsan’ dameelee baankii keenyaa hundatti karaa fooddaa fi dameelee tajaajila baankii dhalarraa bilisaa qofaaf adda bahan irratti ni argattu.
‘ሲንቄ ኢህሳን’ ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎትን፣ በሀሉም የባንካችን ቅርንጫፎች በመስኮት እንዲሁም የተሟላ ከወለድ ነጻ አገልግሎት ብቻ በሚሰጡ ቅርንጫፎችን አማካኝነት ተደራሽ አድርገናል::
Our Interest Free Banking Service, Siinqee Ihsan, is available in all our branches through windows and the full-fledged Interest Free Banking Service Branches.



Follow Siinqee Bank on፡
Facebook:https://www.facebook.com/Siinqeebank/?locale=en_GB
Telegram:https://t.me/SiinqeeBanksc

25/09/2022

Ibsa Gabaabaa Loogoo Baankii Keenyaa Irratti:

Loogoon Baankii Siinqee jecha 'Siinqee' jedhu qubee Afaan Oromootiin Guutuutti kan barreeffame ta'ee qubeewwan 'ii' lama jechicha keessa jiran fakkii namoota lama fuula walitti garagalchanii harka waliif diriirsanii jiraniin kan bocameedha.

Kunis, loogichi duudhawwan aadaa Siinqee keessatti argaman gurguddoo akka ibsuufi. Isaanis,
1. Jaalala
2. Araara
3. Aangessuu
4. Wal deeggaruu
5. Galata
6. Safuu
7. Wal qixxummaa dha.

Kana malees, loogoon kun jechootni Afaan Oromoo caaseffamaafi loqoda ofii isaanii osoo hin jijjiirin addunyaatti akka beekaman gochuu kan kaayyeffateedha.

Tokkummaan gara milkaa'inaatti!

23/09/2022
Baga ittiin isiin GaheeAyana GariiBankii Sinqe Humna Misoma Ummata
06/01/2022

Baga ittiin isiin Gahee
Ayana Garii
Bankii Sinqe Humna Misoma Ummata

Akuma qonnaan Bullan Ogeessii  Arfaasa Qotee Birraa OmiishatuBaraa Jirenya kesatii Waan qusatanii Olkaa'atantuu Galgala ...
09/12/2021

Akuma qonnaan Bullan Ogeessii Arfaasa Qotee Birraa Omiishatu
Baraa Jirenya kesatii Waan qusatanii Olkaa'atantuu Galgala Nama barechaa
Waan qabdan irra Amaa Baankii kesaan Baankii Siinqetii Qusadha
Tajaajila Si'aata Fi Hawwataa Waalin isiin Tajaajiluf Yoomuu qophaa'oodha.

Bankiin Sinqee Humnaa Misoma UmatatiiBaga Ayana Masqala ittiin isiinin Gahee             AYANA GARII
26/09/2021

Bankiin Sinqee Humnaa Misoma Umatatii
Baga Ayana Masqala ittiin isiinin Gahee
AYANA GARII

16/09/2021

Bankii Siinqe Humnaa Misoma
Lammiin Kee Siin Bonaa

New YearNew Beginning! New Hop!Baga Geysan Bagga GenyeeBankii Siinqe Degara Misoma Ummata
10/09/2021

New Year
New Beginning! New Hop!

Baga Geysan
Bagga Genyee
Bankii Siinqe Degara Misoma Ummata

Bankiin Siinqe Damee Kara Milee Qusana Sera Shari'aa Egate Jalqabee Qusachisa wan Jiruuf Kotaa bankii teysaniiti qusadha...
01/09/2021

Bankiin Siinqe Damee Kara Milee Qusana Sera Shari'aa Egate Jalqabee Qusachisa wan Jiruuf Kotaa bankii teysaniiti qusadha irraa Liqeyfadha irraa Fayadama isiinin Jedhaa Bankin Siinqe Degara Misoma Umata!!!!!

Siinqe bank karamile branch
19/08/2021

Siinqe bank karamile branch

Address

Karamile
Harar

Opening Hours

Monday 07:45 - 19:00
Tuesday 07:45 - 19:00
Wednesday 07:45 - 19:00
Thursday 07:45 - 19:00
Friday 07:45 - 19:00
Saturday 07:45 - 19:00

Telephone

+251939422732

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kadir Abdo Seido posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share



You may also like