Caarcartv

Caarcartv Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Caarcartv, Media/News Company, Adamaa, Harar.

Caarcartv follow like share godha mati taha safisan odefanowwan dhuga bayyee biyaa keessaa fi idil adunyaa safisan argachudhaf, dabalataa Caarcartv kara tora youtube channel Caarcartv juun argadha

https://www.facebook.com/100088245607506/posts/102668192684701/?app=fbl
25/11/2022

https://www.facebook.com/100088245607506/posts/102668192684701/?app=fbl

Mallattoolee Dhukkuba Sukkaaraa:
____________________________________________________
Mallattooleen Dhukkuba Sukkaraa hamma sukkaarri qaamaa olka'e irratti hunda'uun salphaa hanga cimaa ta'uu danda'u. Akkasumallee, keessattu namootni Dhukkuba Sukkaraa Gosa Lammeessoo (Type 2 DM) yeroo dheeraaf (woggootaaf) mallatoo homatuu muldhisuu dhabuu danda'u. Garuu isaan Gosa Jalqabaa (Type I DM) qaban ammoo mallatoolee yoosuu muldhisuufi hammaataa ta'a:

Mallattoolee Dhukkuba Sukkaraa ijoon:
* Dheebuu. Bishaan ammaa amma (dafaa dafaa) nama dheebochuu. Isaafis ammaa amma dhuguu.
* Fincaan ammaa amma (dafaa dafaa) nama dhufuu.
* Ulfaatinni qaamaa hirdhachuu
* Qoonqoon, arrabaafi afaan nama goguu (jiidhinsa dhabuu). Kanafis ammaa amma bishan itti dhuguu.
* Miira dadhabbii. Nama dadhabsiisuu.
* Ijatti nama dimimmisuu
* Madaa dafee fayyuu dhabu
* Infeekshiinii garagaraa namatti deddebi'u
_____________________________________________________
Fayyaa ta'aa.
Biqilaa

https://youtu.be/tEKYlPQ0NQ0
10/07/2022

https://youtu.be/tEKYlPQ0NQ0

nagayan gara channel Biqilaa Tube dhuftan channel Biqilaa Tube iraatii sagantawwaan jalalaa comedy, short movie...

https://youtu.be/qW3stlsMxRc
01/07/2022

https://youtu.be/qW3stlsMxRc

tee enyuf kenita ? kkkkBaga nagayan gara channel Biqilaa Tube dhuftan channel Biqilaa Tube iraatii sagantawwaan jalalaa comedy, short movie, Diram...

Address

Adamaa
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caarcartv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Caarcartv:

Share


Other Media/News Companies in Harar

Show All

You may also like