YOUTH UNITY=Tokkummaa Dargaggootaa

YOUTH UNITY=Tokkummaa Dargaggootaa Oromia Health Professionals Association

20/05/2023

The Kingdom of Saudi Arabia, 3-12 September 2023Looking Ahead: The Next 50 Years of Protecting Natural and Cultural Heritage As an integral part of the extended 45th session of the World Heritage Committee, and ...

11/08/2021

Qaamni qawween aangoo qabatu kamiyyuu qawween malee waan hin buunee dimokraasii irraa eeguun fafa.

11/08/2021

Paartiileen siyaasaa biyya kanaa yoo biyyi diigamte maal bulchuuf.
Fedhiin isaanii abjuu ta'eetuma hafa malee hin milkaa'u.

19/06/2020
17/06/2020

Itoophiyatti qorannoo sa'aa 24 keessatti taasifameen namoonni 129 vaayirasii koronaatiin qabamanii jiru. Akkasumas namoonni haarawa 111 dandamatanii jiru.

Itoophiyatti Laakkofsi namoota vaayirasii koronaatiin qabamanii 3759 gahee jira. Sa'aa keessatti qorannoo namoota 5274f taasifameen namoonni 129 vaayirasichaan qabamuun mirkanaa'ee jira.

Namoonni 85 magaalaa finfinnee irraa yommuu ta'an, 11 naannoo tigraay, 5 naannoo oromiyaa, 6 naannoo amaaraa, 7 ummattoota kibbaa, 4 dirree dawa, 1 naannoo affaar, 10 naannoo somaalee irraati.

http://t.me/batumedia
hordofaa

14/06/2020

The mayor of Seattle on Wednesday told President Donald Trump to "go back to your bunker," after Trump appeared to suggest he would intervene in the city's growing protests and called for law and order.

14/06/2020

Patrick Hutchinson has identified himself as the man whose feat of kindness rescuing an injured 'counter protester' during clashes in London has been captured in a photo shared around the world

12/06/2020
03/06/2020
03/06/2020
03/06/2020

Derek Chauvin was arrested and charged Friday with third-degree murder and second-degree manslaughter in Floyd's death ...

03/06/2020

PORTLAND, Ore. (KOIN) — Protesters gathered outside the Multnomah County Justice Center to peacefully demonstrate Sunday afternoon for the fourth consecutive day.

03/06/2020

Itoophiyaatti namoota dabalataa 142 irratti vaayirasiin koronaa argame; lubbuun namoota dabalataa 3 darbe
*****************************************

Sa'aatii 24 darban keessatti namoota qorannoon taasifameef 4120 keessa namoota 142 irratti vaayirasiin kornaa waan argameef walumaagalatti biyyattii keessatti lakkoofsi namoota dhukkubichaan qabamanii 1486 gahuusaa ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.

Kanneen dhukkubichaan qabaman keessaa 126 jiraattota magaalaa Finfinnee, 7 naannoo Oromiyaa, 2 naannoo Afaar, 6 naannoo Amaaraa, 1 naannoo Sumaalee ta'uu ministeerri fayyaa beeksiseera.

Namoonni dabalataa 15 dhukkubicharraa waan bayyanataniif biyyattii keessatti hanga ammaatti lakkoofsi namoota dhukkubicharraa bayyanatanii 246 gaheera.

Dhukkubichaan lubbuun namoota dabalataa 3 waan darbeef, walumaagalatti hanga ammaatti biyyaattii keessatti namoonni dhukkubichaan lubbuun isaanii darbe 17 gaheera.

03/06/2020
03/06/2020
03/06/2020
31/05/2020
25/05/2020
24/05/2020
24/05/2020

❤️❤️

24/05/2020
24/05/2020
24/05/2020

New Oromo Music video 2020 Ethiopian/Oromo Music copyright Walaabuu Entertainmen Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictl...

24/05/2020

Wow 😍

24/05/2020

The right ones, will do anything for you. ❤️

Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (JM) –– Kaabineen Bulchiinsa MagaalaaFinfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse.Kaab...
23/05/2020

Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (JM) –– Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa
Finfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse.
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’iisaa idilee gaggeessen
ajandaawwan fooyya’insa idaa taaksii fi fooyya’insa galiirratti
mari’achuun murtii dabarseera.
Bu’uuruma kanaan; kaffaltoonni gibiraa bara gibiraa 1997-2007
kuufama idaa qaban idaan isaanii dhiifamaan akka hafu.
kaffaltoonni gibiraa bara gibiraa 2008-2011 adabbii fi dhalli hafee
gibiraa qofaa akka kafalan murteesseera.
Dabalataniis dhaabbilee fi namoonni miindaa hojjettoota mana isaanii
taa’niifi kaffalan akkasumaas kireessitoonni kireeffattootaaf gatii
kiraayii hir’isan hir’inni taaksii akka ta’ufi murtee dabarseera.
Gama biroon galii magaalichaa foyyeessuuf waajjiraalee hunduu
qindoominaan hojjechuu akkataa danda’an irratti mari’ateera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/jerjertumedia subiskiraayib godhaa.

Madda: FBC

Media/Promotion

For all Muslim followers, happy 1441th year of hijira Eid Al-fir. EidMubarak.PM: Ethiopia: Abiy Ahmed(Dr.)
23/05/2020

For all Muslim followers, happy 1441th year of hijira Eid Al-fir. Eid
Mubarak.
PM: Ethiopia: Abiy Ahmed(Dr.)

23/05/2020

# Sululta
Team Jawar Mohammed has given 17 ox for the holiday gift of our
people who are displaced from Somali region.
They bought a gift for people and blessed him,
Jawar _ Mohammed 2 sheep ox,
Hamza _ BORENA 2 OX,
The owner of review construction
Mr. _ guess _ Ian, 4 Sunday
Young # Murad _ Mohammed 5 Senga
And
# Rani _ Haji _ from beer _ HUSSEIN 4 OX.
Team Jawar Muhammed for our people who are in sumaleeti region
of sulta city, they are giving a gift to buy 17 qotiyo.
You have a good time.

23/05/2020

Eid Mubarak to all our brother and sister in islam

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when YOUTH UNITY=Tokkummaa Dargaggootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share