Ahmed Usman

Ahmed  Usman Laws Reviews and Legal Firms

05/12/2022

በቦሌ አራብሳ ሁለት ሕጻናትን በአሰቃቂ ሁኔታ በገደለችው ሕይወት መኮንን ላይ የሞት ቅጣት ተወሰነ።
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
በአዲስ አበባ ከተማ ቦሌ አራብሳ አካባቢ ነሐሴ 26 ቀን 2014 ሁለት ሕጻናትን በአሰቃቂ ሁኔታ ገድላለች የተባለችው ተከሳሽ ሕይወት መኮንን በሞት ቅጣት እንድትቀጣ ተወስኖባታል፡፡

የፌደራሉ ከፍተኛ ፍርድ ቤት ልደታ ምድብ አንደኛ ከባድ ግድያ እና የውንብድና ጉዳዮች ችሎት ዛሬ ባዋለው ችሎት ከዚህ ቀደም ሁለት ሕጻትን ገድላለች በሚል በተከሰሰችው ሕይወት መኮንን ላይ ላይ የሞት ቅጣት ወስኗል፡፡
Mujib Amino

18/09/2022

(QABALEE) ADDAAN CITA ❓
👉 Akka Labsii Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa
Murteessuuf Bahe, Lakkoofsa 231/2013�
kew. 54 ti Waliigalteen kiraa mana mootummaa kireessaan kireeffataa waliin qabu sababa armaan gadiitiin kan addaan citu ta’a:
(a) Magaalicha gadi lakkisee deemuun isaa yoo mirkanaa’e;
(b) Mana mootummaa karaa kamiinuu qaama sadaffaatti yoo dabarse;
(c) Mana mootummaa kireeffate irratti bakka bu’iinsa nama biraatiif yoo kenne;
(d) Magaalicha keessaa maqaa isaatiin yookiin haadha warraan yookiin galii isaatiin ijoollee umuriin isaanii waggaa18 (kudha saddeetii) gadi ta’aniin mana
yoo qabaate;
(e) Kiraa manaa akkaataa walii￾galteen dhiyaatee kan hin kaf￾falle yookiin waliigalticha kan hin haaromsine yoo ta’e;�
(f) Magaalaa tokko keessatti mana
mootummaa tokkoo ol qabatee yoo argame;
(g) Mana mootummaatiin liqeeffa￾chuufis ta’ee liqii duraan qabuuf qabsiisuuf kan yaale yookiin kan qabsiise yoo ta’e;
(h) Maddi galii kireeffataa mana dhuunfaa kireeffachuu, bitachuu yookiin ijaarrachuu kan danda’u yoo ta’ee; ykn
(i) Kaayyoo kireeffateef ala osoo hin heyyamaminiif kan itti fayyadame yookiin tajajila manichaa kan jijjiire yoo ta’eedha.
2) Kireessaan bu’uura kew .kana Keewwata Xiqqaa 1’tiin waliigaltee kiraa manaa addaan kutuun dura kireeffataaf xalayaa ofeeggannoo barreeffamaa manicha guyyaa 30 (soddoma) keessatti akka gadilakkisu ibsu harkatti itti kennuun beeksisuu qaba.
3) Bu’uura kew kana kew. Xiqqaa 2’tiin xalayaa harka kireeffataatti kennuun yoo hin danda’amne gabatee beeksisaa
waajjirichaa fi mana kireeffataa Ykn dallaa isaa irratti maxxanfamee guyyoota walitti aanan 30f (soddomaaf) akka turu taasifamuu qaba.
4) Guyyaa xalayaa ofeeggannoo keessatti ibsameen booda waliigalteen kiraa manaa kan addaan citu ta’a.
5) Manni Qopheessaa ykn gandi magaalichaa kireeffataan keessa jiraatu akkaataa kew. kana kew. Xiqqaa 2 fi 3’tiin kireeffataan manicha keessaa kan hin baane yoo ta’e, bu’uuruma waliigaltee isaaniitii fi adeemsaa Dambii bahu keessatti ibsamuun dirqisifamee kan keessaa bahu ta’a.��

labicha argachuuf Join
https://t.me/binimoslawyer

23/08/2022
23/08/2022

Baga Dhuftan

Address

Harar

Telephone

+251952765001

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Usman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share