Xaliila Muleta

Xaliila Muleta Humni jaalalarra jabaa lafa tanarra hin jiru love is power � � � artists council

"Hoogganaan garee Finxaaleyyii   Naannaawa Gondor kan ta'e   har'a ganama Finfinnee Boole naannaawa galma barkumeetti dh...
12/04/2024

"Hoogganaan garee Finxaaleyyii Naannaawa Gondor kan ta'e har'a ganama Finfinnee Boole naannaawa galma barkumeetti dhukaasa bananiin ajjeefameera. Akkasumas kan jedhamus dhukaasa giddutti ajjeefameera.

Nahuusannaay eegdota isaa lama isa wajjiin turan wajjiin poolisiin yommuu too'achuuf jedhutti dhukaasa poolisoota irratti banuun eegdota lamaan irratti tarkaanfin fudhatamuun inni madaa'un erga qabameen booda du'eera.

Kana malees oppireeshinii har'aa kanaan gartuun Nahuusannaay waliin ajjeechaa raawwataa kan tura , Ebeneezar Gaashaawu Abaatee osoo hin miidhamiin to'annoo jala oolfamaniiru."

22/03/2024

وما من دابة في الأرض إلا على الله رزقها ويعلم مستقرها ومستودعها كل في كتاب مبين (٦)
Lubbu qabeeyyiin tokkollee sooranni ishee Rabbi irratti ta’u malee dachii keessatti hin taane Iddoo jireenya isheetiifi iddoo du’a ishees ni beeka Hundumtuu kitaaba ifa ta’e keessa jira
[هود : 6]

Today's the best Photo 🌿🥰💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
12/03/2024

Today's the best Photo 🌿🥰💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚














Ramadan Mubarak warra barana kan bara hegere nuhaa godhu. ❤️
11/03/2024

Ramadan Mubarak warra barana kan bara hegere nuhaa godhu. ❤️

11/03/2024

Rabbiin bakka ati feete osoo hin taane bakka ifii fedheti si soomansiisa. Alhamdulillah🙏🏻

10/03/2024

Ramadan Mubarak warra barana kan bara hegere nuhaa godhu.

Past year ililli international hotels 🏨 guyya bareeda ture waggan zabana kanatis torbaan hin gahu. ✍️❤️🙏🏻
04/03/2024

Past year ililli international hotels 🏨 guyya bareeda ture waggan zabana kanatis torbaan hin gahu. ✍️❤️🙏🏻

Kabajamoo ummata Oroomoo biyya keeysafi alaa jirtan hundaaf nagenyi keenya bakkuma jirtaniti isin bira haa gahu jechaa,"...
04/03/2024

Kabajamoo ummata Oroomoo biyya keeysafi alaa jirtan hundaaf nagenyi keenya bakkuma jirtaniti isin bira haa gahu jechaa," Hawaasni Harargee baha gaara mulata rakkoo beelaa hamaa isaan mudaterra dandamachu waan dadhabanif deggarsa hunda keeysani barbaadan.

Akkuma kanaan dura namuu beeku obboleysi keenya saaladdiin Abdii sababa ummata rakkoo beelaatif gaara mulata aanota akka kurfaa Callee gurawa irraa buqqa’anii dirre dhawa daandiirra jirachaa jiran kanaaf socail midiyaa kanarratti suura fi video isaani maxxanse akka gargaaman sagalee taheef qofaaf ji'a 2 ol hidhame turu isaa namu ni beeytan jetin yaada.

Gaafuma inni hidhamu account deeggarsi ummata kana irratti ergamellen waluaman ugguramte. Ammalle account Akkuma ugguramte jirti ummanni suniis gargaarsa tokko malee akkasuamati daandiirra jiran.

Ummanni kun rakkoon wagga 3 oliif sababaa midiyaa sagalee isaanif tahu dhabuutin isaanirra turte daran bara kana caalatti isaniti hammaatte maatiin ilmaan facaase biyyarra baqate kaanis daa'imaa waliin daandiirrati baaftee jirti.

Anaa kurfaa Callee kanarra fageenya km 100 dubartiin qoraan harreen magaala awwaday fiddee gurgurte ilmaanif hiraata bitte galti. 😪Ummani keenya gaara mulata rakkoo dhageeyti hin qabne rakkacha jiran. Yoo gargaaru dadhabne gargaarsa namoota biroo isaniti hin qorqodin yoo akka tasa maxxansa kana garte share godhi nama gargaaru dandahu biran gahi.

Arra lafa gooticha jaarraa abbaa gadaa ummata oromotif biqilchiterra beelti nama buqqaasa jirti Oromoo nuuf dirmadhaa.😪
Gaara mulata Aanoota 6 ol if keeysa qabu hundu beeloytudha.

Beelli beellama hin qabu waraanni hamaan beela. Dirmachuun beelaa beellama hin taatu waan dandeessaniin ummata kana bira dhabbadha. Ilma namaatif qormaanni hamaan beela caale hin jiru share godhi. 😪🙏🏻

04/03/2024
😒
04/03/2024

😒

04/03/2024

💥 Vacation time 💥💥

28/02/2024

Haasawa Mastar Hassen Aymo Khuullee irratti taasisan hanga dhumatti dhageeyfadha.👂👈💪

Maqaa kiyya qubee latini fi khuullee Oromootin.✍️❤️💪
28/02/2024

Maqaa kiyya qubee latini fi khuullee Oromootin.✍️❤️💪

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Duulaa Oromoo, Jems Yuusuf, Mame Kng, Ar...
28/02/2024

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Duulaa Oromoo, Jems Yuusuf, Mame Kng, Ararsoo Ahmaad, Hin Murru Abdii, Markab Abdurahman Mahammad, Mamme Abdella, Dabbaal Mootii Gaaraa

💥 Vacation Time 💥 💥Yusrena
28/02/2024

💥 Vacation Time 💥 💥Yusrena

26/02/2024
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋
26/02/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋

Rabbiin dachaa dachaan isaaf haa dabalu ammalle yadata juneeydi. 😍😍
25/02/2024

Rabbiin dachaa dachaan isaaf haa dabalu ammalle yadata juneeydi. 😍😍

🎉 Facebook recognised me as a top rising creator this week!
25/02/2024

🎉 Facebook recognised me as a top rising creator this week!

Qilleensi Ethiopia mukaaf malee namaaf hin tahu guyyaa dura dhuftu muuza bilchate fakkatti dhufte ji'a sadi booda waan b...
25/02/2024

Qilleensi Ethiopia mukaaf malee namaaf hin tahu guyyaa dura dhuftu muuza bilchate fakkatti dhufte ji'a sadi booda waan bira fakkatti.🧏‍♀️🧟🏌🙈

Alhmdulillaah ni jirta namni du'a namaf hawwuu ifiifu du'adha. Du'een namatis waa naman ajje*eftu du'a fi jiruun ilma na...
25/02/2024

Alhmdulillaah ni jirta namni du'a namaf hawwuu ifiifu du'adha. Du'een namatis waa naman ajje*eftu du'a fi jiruun ilma nama harka rabbii jirti. Amaanaa Jamaal wallahi lafaahin ka'uu dadhabe rifaatu tiyya tana biran kutu silaahu namni akkanati na rifachiise kun. Ni jirtaa alhmdulillaah ammalle tan kutte rabbiin sittin hisaabin umrii naaf dheeradhu qaalii to.😍❤️😍

Affeerraa Sagantaa Eebba Kitaaba HIIGAA!Kitaabni "HIIGAA" jedhamu kan Barreessaa Nasraddiin Hassan ( Nasru Kush ) barree...
25/02/2024

Affeerraa Sagantaa Eebba Kitaaba HIIGAA!

Kitaabni "HIIGAA" jedhamu kan Barreessaa Nasraddiin Hassan ( Nasru Kush ) barreeffame gaafa guyyaa gurraandhala 17/06/2016 Ykn February 25/02/2024, Magaalaa Dirree Dhawaa, Hoteela B Capitalitti ni eebbifama. Sagantaa kana irrattis qaamoleen addaa addaa hedduun isaanii ni hirmaatu. Abbootii amantaa, agartuuwwan sabaa, Artistootaafi akkasumaa qeerroofi qarreen baayyeen irratti ni argamu. Kanaaf hawaasni Oromoo bal’aan biyya keessaa fi biyya alaa jiraattan hundi qaamaafi qalbiinis akka cinaa dhaabattaniifi sagantaa eebba kitaaba kanaarrarri akka argamtan kabaja guddaa waliin yaamicha isiniif goona.

Sagantaa Eebba Kitaaba HIIGAA
BARREESSAAN: Nasru Kush
GUYYAAN EEBBAA: February 25/2024 ykn
Gurraandhala 17/2016
IDDOON EEBBAA: Magaalaa Dirree Dhawaa Hoteela B Capital Paarkii Alii Birraa fuula dura..
SA'AATIIN: Ganama sa'aatii 2 irraa eegala.

Iddoo kabajaafi ulfinaa,
Hin hafamuu hin hafinaa! 🙏

24/02/2024

Rabbiin isa eega ati abdi miratte abdii haareya fuulduralle sirra hin muramne sitti horu bar. Alhamdulillah. ❤️😍

Kedir Mertu ✍️
14/12/2023

Kedir Mertu ✍️

Kedir Mertu rabbiin umrii nuuf haa dheereysu.
14/12/2023

Kedir Mertu rabbiin umrii nuuf haa dheereysu.

14/12/2023

Allahumma salli alaa nabiyyanaa Mohammed. S.A.W

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xaliila Muleta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Xaliila Muleta:

Videos

Share

Nearby media companies



You may also like