Burka Star

Burka Star EDUCATE - ENTERTAIN - INFORM - INSPIRE

Artist Haloo Daawwee Du'aan Addunyaa Kana Irraa Darbite. OBN Onkoloolessa 03,2016Weellistuu gameettii Haloo Daawwee, dhi...
14/10/2023

Artist Haloo Daawwee Du'aan Addunyaa Kana Irraa Darbite. OBN Onkoloolessa 03,2016

Weellistuu gameettii Haloo Daawwee, dhibee yeroo dheeraaf irraa ture irraa bayyanachuu dadhabuun, guyyaa har'aa mana ishee magaalaa Adaamaatti argamutti boqotteetti.

Artis Haloo Daawwee Sirboota gara garaa weellisuun Aartii Muuziqaa Oromoof gumaachaa olaanaa baateetti.

Artisti Haloo Daawwee dhibee ishee mudateen yaalamaa turtullee, dhukkubicha irraa bayyaanachuu dadhabuun guyyaa har'aa boqotteetti.

Burka Star Maatii,Firoottaniifi dinqisiifattoota isheef jajjabina hawwa!!

Burqaa Tirtiraa Daawwadhaa.Channel Kana Subscribe Like Share Godhaa
31/08/2023

Burqaa Tirtiraa Daawwadhaa.
Channel Kana Subscribe Like Share Godhaa

Burka Tirtira Town Of Peace and LoveChannel Kana Subscribe_Like_Share Godhuu Hin Dagatinaa ​

Mastar Hassen Aymo!💪🏽🙏
15/08/2023

Mastar Hassen Aymo!
💪🏽🙏

25/01/2023
21/01/2023

World cup winner Lionel Messi has vowed to help blind Ethiopians by teaming up with the company OrCam to donate modern visual aids.

Impaired vision is one of the main public health issues in Ethiopia.

Find out more: https://bbc.in/3GQ6mwa

18/01/2023

.

♥Ronaldo Juner
✅Ilmi kiristiano Ronaldo Ronaldo juner Waa'ee kubbaa miilaa fi Maatii isaa akkasiin Dubbata
✅"Maatiin koo Maatii Kubbaa miilaati Anis kanumaafin Gara kubbaa miilaatti dhufe,yeroo ijoollummaa kootii Tapha abbaa kootiifi meessii giddutti taasifamu Ilaalaan guddadhe.
✅Garuu jedha Ronaldo juuneer yeroo Isaan lameen Ispeen keeessatti Faallaa tahuun walmorkatan An meessiin deeggara ture.
✅Maatiin koo akka daa'ima ykn dhala isaaniitti jaalala guddaa naaf qabu gara fuulduraatti akkuma abbaa kootiitti kubbaa miilaatiin Hojii dinqii hojjachuun seenaa abbaa kootii itti fufsiisuun kaayyoo kootii jedha.
🍦Boolla keessa teessee boolla qotti dhaala Abbaa ishee Ilmoon Rirmaa.


💕Odeeffannoo keenya👉Sher Gochuu hin Dagatinaa jaallan.

Shaggar Sport



13/01/2023

🔥🔥 🔥☀️🔥

✅Real Madrid 🆚 Barcelona
✅Kareem Benzema 🆚 Robert Lewandowski
🏆 Spanish super Cup Final

✅Taphichi dilbata dhufu Saudi Arabia itti taphatama.!

Good luck for________

🔴💗🔴YNWA 🔴💗🔴
🔴💗🔴 The Magnificent Club🔴💗🔴

13/01/2023
12/01/2023

Air CR7 already leaving teammates speechless in training 😳

11/01/2023

✅Biruunoo Gimaareesh hidhannoo lakkoofsa 39 maaliif uffata ?

✍️Taphataan sarara gidduu warra Biraazil fi Newcastle United kun Sababni Inni lakkoofsa 39 filateef, abbaan isaa Shufeera taaksii ture, galii achiirraa argatuun Buruunoo dabalatee Ijoollee qabu guddifachaa ture, lakkoofsi taargaa taaksii abbaa isaa 39 waan ta'eef ulfina abbaa kiyyaaf qabu muldhisuuf jedheen lakkoofsa 39 uffadha jedhe.

❌kufaatiin kan jalqabu karaa keessa dabrite gaafa dagatte irraati.

🔴💗🔴YNWA 🔴💗🔴
🔴💗🔴 The Magnificent Club🔴💗🔴

11/01/2023

"Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD)

Rakkoon kun kan dhufu rakkoo laafachuu huutuu garaachaarraan kan ka'e Asiidiin garaachaa haayidirookiloorik asiidii jedhamu gara ujummoo nyaataa laphee keenya keessa jirutti(Esophagus)ol darbuurraan kan ka'e rakkoo dhufudha. Kanaaf namoonni baay'een miira gubaatii qara laphee jalaa fi laphee gara bitaaf saaxilamu. Akkasumas nama haqqisiisuuf lollociisiisuu danda'a.

Mee namoonni rakkoo kana qabdan maal gochuu qabdu/hin qabdan?
1.Yeroo raftan boraatii fayyadamaa
2.nyaata hedduminaan hin nyaatinaa
3.yeroo hirribaa sahaa 2-3 dursaa irbaata nyaadhaa
4.yeroo raftan kallattii bitaan rafaa
5.shunkurtaa diimaa dheedhii soorachuu dhiisaa
6.alkoolii dhuguu dhiisaa/hiri'isaa
7.Buna baay'inaan dhuguu dhiisaa
8.sigaaraa aarsuu dhiisaa
9.nyaata zayitii itti baay'ate/qimamii/urgeessituun itti baay'ate soorachuu dhiisuu
10.ulfaatina qaamaa hir'isuu
11.cuunfaa birtukaanaa fi loomii baay'inaan fayyadamuu dhiisuu
12.chokkolaataa baay'inaan soorachuu dhiisuu
13.dhiphina/aarii hir'isuu
14.nyaata xixxiqqeessa nyaadhaa
Akkasumas qorichi madda asiidii kanaa hir'isu waan jiruuf fayyadamuunis gaariidha.
Odeeffannoo dabalataaf akkasumas dhibee garaachaaf viidiyoon duraan gadi dhiisee ture kana liinkii kanaan
👇👇
https://youtu.be/DWOWDSLlhic

Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu.

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burka Star posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Burka Star:

Videos

Share