Tullu Shoonee

Tullu Shoonee Hayyee saanyikeef yoo jiratte Gammachu dhugaa qaba sammunke!

29/03/2024

Ani qofaako mitii
Qofumman natti hin dhagaahamu

Jabduu Biraanu Qaanessitedha!  akka maqaake Barattu University Riiftvaalii Damee Leeqaa Naqaamte
18/07/2023

Jabduu Biraanu Qaanessitedha!
akka maqaake Barattu University Riiftvaalii Damee Leeqaa Naqaamte

Gootako Goota sabaa Umurii si ha dheeressu Rabbin!
19/03/2023

Gootako Goota sabaa Umurii si ha dheeressu Rabbin!

Fidaa Mucaati kanaa sinirra barbadna :1,Siinan2.Firaa'ol
10/03/2023

Fidaa Mucaati kanaa sinirra barbadna :
1,Siinan
2.Firaa'ol

10/03/2023

Ani Guyya Haadholii Keekiif kuuksiidhan miti
Teessumarra ka'eefin isaan tajaajileen kabajaa malee!

20/02/2023

ERGAA xiinxala siyaasa
Dubbiin Oromiyaatti nagaya buusuu waywaatamaafi ture karaa qabachuu heddi fakkaata. Mootummaan ifatti waamicha nagayaa dhiheessee jira. Waranni Bilisummaa Oromoos waamicha kana akka fudhatuu ibsuun adeemsa marii nagaa keessatti wantoota guutamuu qaban ifatti tarreessee jira. Amma gara marii qabatamaatti cehuutu hafe.

Gamni lamaan araarsituu ( mediator) irratti waliigalan filachuu qabu. Kanarratti mootummaan araarsituu alaa ( external mediator) irratti mamii qabuu kaasuu qaba. Lolli kun sadarkaa jaarsota biyyaatiin milkaayuu danda'u bira dabree jira. Carraan bifa saniin dubbii furuu bara 2018 fi 2019 dabre. Amma sababa teeknikaa, lojistikii, seeraafi walamantaaf jecha qaamni alaa jidduu jiraachuun dirqama.

Hoggansi siyaasaa, hayyoonnifi ummanni bal'aan abdiin amma uumame kun saffisaan hojitti akka hiikkamuuf deeggarsa barbaachisu mara gara lachuufuu godhuun barbaachisaadha. Yeroo ammaatti dhimmi nagaya buusanii ummata keenya gaaga'ama hamaa keessa jirurraa baraaruu caalu inuma hin jirre.

19/02/2023

IBR 6:3

3 Yoo Waaqayyo jedhes, nuyi isa kaanitti darbuuf jirra.

16/02/2023

Aarri isiin haa !
Dhageesanii Quba harka Abishee Yaadachulle dadhabdu??

06/02/2023

Maal boossi ??

kkkkk gadda ofitti waamti qoceen karaa Rayyaf Wallo seena jiraa websaaka

31/01/2023

Utuu Mana itti ijaarani Jala deebite isan salphifti ?
-Habashaan salphina male kabaja hin jaallattu!

28/01/2023

JIRAANNAN SABAAFI

Jiraannan sabaafi
sabuma ofiifi
Haraamu ta'uudha
jiraachun horiifi !

Yoon jiraadhe quufe
yoo naaf toltee haalli
sabakoo dagadhe
Hin qabu haara galfii

Hirmachuttin jiraa
dhippuf rakko sabaa
kanaaf halkaan ciisen
gammammachulle qaba

An gammachu hin qabu
Sabniko utuu gaddu
Badhadhina dhunfaa
Hin hawwu hin fedhu

NAGAAN BULAA!

26/01/2023

Eeruu-keessake jiruu barressi nan jetti tokkommo keessa male na kessa hin jiruu !

26/01/2023

Namtitti Badhaasa argattetta jette Lakkofasa Baankii Na gaafatte sana sii bilchessan jira Na eegii!

26/01/2023

" #የወለጋ ይከብዳል
እስኪ #ወሎን እናይ"

አለች ፎጤ !
የምታይ የለም ቁምጣ።
Ŵanti ilaalamu hin jiruu.

28/12/2022

-Bataskaana m
Waay garaa laafina keenyaa !!
Eengadda tajaajilichii ergaa jajaajile bodde
Homaa hin shakkina oroomon %20 waan taatef nummo %80 dha walumaan jirra jedhe xumure.
Warri keenyammo ganamaa galgala achuma marmaruu safuuuu!!
3 shambuuf naanno ishee jirtuu kessatti Leenjiin Tek waan Do akka kennama jiruus dhageenyeraa halkaan halkaan .
Dhimmi kun leenjisaa isanii isa jalqabaa yoo qamni mootumma of akeekkachisuu gareen isa jalatti hojjetan garuu ittuma fufanii leenjisaa jiruu.
Kanafuu utuu manni maqaa mana amantaa daheffate hojii akkasi hojjechuu dhiise gaariidha .
Ijoollen oroomo magaala shambuu jirtan qaama mootummaf akkasuma immo jiraata taatan of eegganno cimaatiin jara kana hordoofuun dirqamaa oroomumma kessani bahadha jenna.

hin hafuu

26/12/2022

Xoopiyaa
-ciccitetti uffata haara erbuun hinumaa taatu!
Erbee haraan sun Moofaa san fudhatee ka'aa waan ta'eefuu.

-kana erbuuf yaaluunis kanuma taati dhumnise

24/12/2022

.dhadhaa.ba'ii
.dhadhaa.ba'ii
Yeroo fudhachaa jirti -bahuu didde

21/12/2022

Warri midhaan quufte Foon namaa nyaatu kun utuu miidhaan keenya manatti Baati 2f keewwanne dhuftee qonnaf ykn Tiksee horiif mana keenyatti qacaramtim!

20/12/2022

Eeboo ofirratti ciniinti keenyoo wallalle😭😭😭

19/12/2022

seexanni Meesha sibiilaf maqaa waaqa sodatti!
-meeshakes waaqakes qabadhuu itti deemi!
Moo budoonni kun hundaa keenyaa nurra buufatte?

19/12/2022

Namni biyya bulchu isa ganama dubbate galgala irranfannan dhumeeraf jechudha!

19/12/2022

Namittin gadi galoon kun waan ganama dubbatte galgalaa hin yaadattuyi mo -wayiiti!
jedhi

Address

FINFINNE
Addis Ababa

Telephone

+251921198978

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tullu Shoonee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tullu Shoonee:

Videos

Share

Category