Naardos

Naardos Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Naardos, TV Channel, Baakko, Addis Ababa.

22/11/2023

Ani cubbuu hin qabuu,
Bara baraan Qajeelaa ta'eeraa,
Jireenya bara baraa argadheeraa,
Mootummaa waaqayyootti Galeeraa,
Jedhee yeroon Haasahu,
Gowwooinni hin soba na sehuu!!!

02/11/2023

ERGA YSUUS
Ani jireenya dha jedhee Nanmni hoji isaatin jiraachuuf maaf dhama'aa???

23/10/2023

“Isin warri seera eeguudhaan qajeelota taatanii lakkaa'amuu barbaaddan, Kristosin of irraa kuttaniittu; ayyaana Waaqayyoo irraas kuftaniittu.”
— Gal. 5:4

Faffataa muluqan Taaddasaa yoo maal sii goonee sii wayyaa?
12/10/2023

Faffataa muluqan Taaddasaa yoo maal sii goonee sii wayyaa?

06/10/2023

OROOMOO Ta'uun koo yoon irreecha kabaje malee hin ta'u yoo ta'ee oroomoo ta'uumti koo natti haafuusaa naa wayya!!!

12/09/2023

2015 keessaa gara 2016 tti
Darbeeeraa jedhanii lafa dhiituu gatiin qabu.
Waanti Aduu gadii hundi isayyuu moofaadha.Haaraan isa aduu olii dhufe qofaadha kanaaf wan aduu olii kabajuutu waaqayyoo birattii fudhatamaadha.

30/08/2023

Yoo quba qabaattan nattii himaamee
Hadaraa, Ethophia Keessa Raajiin waaqayyoo jiraa???

Wanti baay'een si ajaa'ibuu danda'aGaruu warra Ammayyuu cubbuun biyyaLafaarra jira jedhanii Lallaban caalaa kan nama Aja...
15/08/2023

Wanti baay'een si ajaa'ibuu danda'a
Garuu warra Ammayyuu cubbuun biyya
Lafaarra jira jedhanii Lallaban caalaa kan nama Ajaa'ibu hin jiru..

18/06/2023

Faarfattoota afaan oroomoo keessaa waa'ee ofi isaani malee wa'ee yesuus kiristoos kan faarfatan maaf dhabnee???

Macaafa qulqulluu keessatti Gaangeen hin dhaltu kan jedhu caafamee jiraa??? Waanti aduu gadii hundi isaayyuu Haaraa miti...
30/05/2023

Macaafa qulqulluu keessatti Gaangeen hin dhaltu kan jedhu caafamee jiraa??? Waanti aduu gadii hundi isaayyuu Haaraa miti,waan nu fayyadus hin qabu waan nu miidhus hin qabu...
Garuu wanti Haaraan tokko jira, maal godharee biyyi lafa immoo mofoftuu waan taateef isa beekuun isheef hin kennamne

29/05/2023

Namoonni warri ani yesuusiin qaba jechaa, jireenya bara baraa imoo hojii kootiina argadha warri jedhan hundi isaani sobdootadha, Yesuusin hin qaban.isaan bakkee isaanitin amantoota fakkaatu malee keessi isaani yeeyyiidha.

17/05/2023

Saba oroomoo keessa sirbiitoota,
Sirba beekantu jira malee Faarfattoonnii faarfannaa beekan hin Jiran, garuu yaadasa shirriitu garaa na nyaata.

16/05/2023

Faarfattoota Afaan oroomoo keessaa waa'ee jireenya bara baraa
Kan faarfatu maaf dhabnee???

KAKUU MOOFAA JECHUUN MAAL JECHUUDHAA???
13/05/2023

KAKUU MOOFAA JECHUUN MAAL JECHUUDHAA???

10/05/2023

“"Gara ergamaa waldaa Saardesitti, 'Ergaan kun isa hafuurota Waaqayyoof hojjetan torba, urjoota torbas qabu biraa dhufe' jedhii caafi!"Ergichi "Ani hojii kee beeka, maqaadhumaaf jiraataa dha jedhamtee in waamamta, ati garuu du'aa dha.”
— Mul. 3:1

Yesuus koo ya gaddisa koo,Bagumaa Dhufte gara koo,Silaa yoona maal Taati carraan koo.....
07/04/2023

Yesuus koo ya gaddisa koo,
Bagumaa Dhufte gara koo,
Silaa yoona maal Taati carraan koo.....

31/01/2023
BAGA NAGAAN DHUFTE AMUU    KOO NAMA AYYANNI GOOFTAA IRRA JIRU
23/01/2023

BAGA NAGAAN DHUFTE AMUU
KOO NAMA AYYANNI GOOFTAA IRRA JIRU

21/01/2023
Ergamoonni Nama fayyisuu Haa Turuuti, of fayyisuuyyuu Hin Danda'ani.
20/01/2023

Ergamoonni Nama fayyisuu Haa Turuuti, of fayyisuuyyuu Hin Danda'ani.

Kan nama fayyisu  kakuu moofaa keessa hin jiru,..........Kakuu Haaraa keessa malee.Waaqayyoo kakuu moofaa Diigeetu,Kakuu...
19/01/2023

Kan nama fayyisu kakuu moofaa keessa hin jiru,..........
Kakuu Haaraa keessa malee.
Waaqayyoo kakuu moofaa Diigeetu,
Kakuu haaraa dhaabee
Warri sinii gale carroomtaniittu,
Warri siniin gallee immoo hubadha, ammayyuu guyyaan jira.

Alaabaafi fannoo Maaltu walitti fida?
19/01/2023

Alaabaafi fannoo
Maaltu walitti fida?

Bishaan dhuguuf gara lagaatti gadi bu'eera Taabonni jaraa Mee Akkumasaatti gali jedhaamee!!!
18/01/2023

Bishaan dhuguuf gara lagaatti gadi bu'eera Taabonni jaraa
Mee Akkumasaatti gali jedhaamee!!!

Ayyaanni isaa, isiniif haa baay'atu maleee,Baay'een isin jaalladha      Addee fi Gammee koo!!!
18/01/2023

Ayyaanni isaa, isiniif haa baay'atu maleee,
Baay'een isin jaalladha
Addee fi Gammee koo!!!

Namoota Samuun isaani,Samee, samsame, kana ilaaleen Baay'een dinqisiifadhe,Sababiin isaas,Namoonni baay'een sammuun namu...
17/01/2023

Namoota Samuun isaani,
Samee, samsame, kana ilaaleen
Baay'een dinqisiifadhe,
Sababiin isaas,
Namoonni baay'een sammuun namuummaa keessa fuudhamuu isaatu na dinqa.

02/06/2022

Abdiin

01/06/2022

Nadhibam

Amanannan koo  ceesisa #4Riqicha amansisa qaba daandiinkoo,Hin shakkamu waaqayyoo #4
17/05/2022

Amanannan koo ceesisa #4
Riqicha amansisa qaba daandiinkoo,
Hin shakkamu waaqayyoo #4

Elaame akka siin jedhu waaqayyoo, Duuti dhaloota baay'ee nyaate, si'iin sin nyaatu anatu dide siin jedha abbaan kee inni...
26/04/2022

Elaame akka siin jedhu waaqayyoo, Duuti dhaloota baay'ee nyaate, si'iin sin nyaatu anatu dide siin jedha abbaan kee inni yesuusin sii ergee

Mee Yoo Isinitti Toleef Page Kana Like Subscrib godhaamee
07/03/2022

Mee Yoo Isinitti Toleef Page Kana Like Subscrib godhaamee

Elaa Isa waaqayyoo biyyaaf nuu kaasee Malo nuu eebbisaamee
28/02/2022

Elaa Isa waaqayyoo biyyaaf nuu kaasee Malo nuu eebbisaamee

Address

Baakko
Addis Ababa

Telephone

+251934312038

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naardos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category