Tv Jireenya Nagaa

  • Home
  • Tv Jireenya Nagaa

Tv Jireenya Nagaa This channel created to share demonistration of Divine power of our saviour and Lord Jesus Christ, W

  yeroon at:itti milkooftu gaheera abdiia kutatiin obsaan waaqayyoon eegi akka dukkanaa'etti hin hafu  bari'utti jira
31/01/2025

yeroon at:itti milkooftu gaheera abdiia kutatiin obsaan waaqayyoon eegi akka dukkanaa'etti hin hafu bari'utti jira

  koo ati anaaf adda bara jiraadhu hundumaa siin waaqessaa waaqayyoo koo
30/01/2025

koo ati anaaf adda bara jiraadhu hundumaa siin waaqessaa waaqayyoo koo

30/01/2025

“Kristos inni jireenya nuuf ta'e yommuu mul'atu isinis immoo isaa wajjin ulfinaan mul'achuuf jirtu.”
Qol. 3:4

29/01/2025
Waaqayyoof Hagalatu!
28/01/2025

Waaqayyoof Hagalatu!

  GANAMA YEROO WAAQEFFANNAA     WAAN QABNUUF IRRATTI ARGAMAA   JIREENYA NAGAA KIRISTOOS
27/01/2025

GANAMA YEROO WAAQEFFANNAA WAAN QABNUUF IRRATTI ARGAMAA
JIREENYA NAGAA KIRISTOOS

..............  KEESSA JIRACHUU   # waaqeffannaa Addaa ture WALDAA JIREENYA NAGAA KIRISTOOS  share_like_follow
27/01/2025

.............. KEESSA JIRACHUU

# waaqeffannaa Addaa ture

WALDAA JIREENYA NAGAA KIRISTOOS share_like_follow

    Sagantaa Addaa waan qabannuuf hundumti kessaan afferamtanittu  Jireenya Nagaa kiristoos
25/01/2025

Sagantaa Addaa waan qabannuuf hundumti kessaan afferamtanittu
Jireenya Nagaa kiristoos

............Dubbii waaqayyooDubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caa...
24/01/2025

............Dubbii waaqayyoo
Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar in baasa, yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda'a,
Wanti Waaqayyo uume tokko illee isa duraa dhokachuu hin danda'u; wanti hundinuu saaqamaa, ija isaa durattis mul'ataa dha; nus waan goone sababii isaa wajjin isatti himuun nu irra jira.
Jireenya Nagaa kiristoos

  wangeelatti hin yeella'u, inni humna Waaqayyo isa warra amantii qaban hundumaa, duraan dursee warra Yihudootaa akkasum...
23/01/2025

wangeelatti hin yeella'u, inni humna Waaqayyo isa warra amantii qaban hundumaa, duraan dursee warra Yihudootaa akkasumas warra Giriikotaa fayyisuu dha.”
Rom. 1:16
WALDAA JIREENYA NAGAA KIRISTOOS

22/01/2025
  fayyinaa kibxata   Jireenya Nagaa kiristoos share_like_follow
22/01/2025

fayyinaa kibxata
Jireenya Nagaa kiristoos share_like_follow

  waqeffannaa adda share_like_follow  Jireenya Nagaa kiristoos
21/01/2025

waqeffannaa adda share_like_follow
Jireenya Nagaa kiristoos

..........   WALDAA JIREENYA NAGAA KIRISTOS Sagantaa fayyinaa
20/01/2025

..........
WALDAA JIREENYA NAGAA KIRISTOS
Sagantaa fayyinaa

BORU
18/01/2025

BORU

17/01/2025

DHUFTU
JIREENYA NAGAA KIRISTOOS

.......  Share Godhaa Dilbata Dhuftu 11/5/2017 Waldaa Jireenya Nagaa kiristoos
16/01/2025

....... Share Godhaa
Dilbata Dhuftu 11/5/2017
Waldaa Jireenya Nagaa kiristoos

  06/05/2017 waqayyoo yeroo adda nuf kenne
15/01/2025

06/05/2017 waqayyoo yeroo adda nuf kenne

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tv Jireenya Nagaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tv Jireenya Nagaa:

Videos

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Videos
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share