Gaammee Media

Namoota fi Dhaabbilee Oomisha Keessan beeksifachuu barbaaddaniif Oduu Gammachiisaa Gaammee Media Namoota🔰 Youtube Channe...
05/09/2023

Namoota fi Dhaabbilee Oomisha Keessan beeksifachuu barbaaddaniif Oduu Gammachiisaa

Gaammee Media Namoota
🔰 Youtube Channel
🔰 Website
🔰 Dhaabbata
🔰 Mana hojii
🔰 Telegram channel fi kanneen biroos beeksifachuu barbaaddaniif Qarshii Madaalawaa dhaan Isiniif qopheessee jira.

Beeksisni keessan Karaalee Armaan Gadii isiniif beeksifama.
🔰 Website irratti post hunda website keenya irra jiru giddu gidduutti kan agarsiifamuufi Namoonni yeroo website keenya daawwatan akka argan kan taasifamudha.
🔰 Telegram Channel 📢
🔰 Telegram bot

✅ Kuufamoota jiran

🔰Qarshii 🎁 100 🎁
👉 Website irratti guyyaa 2'f
👉 Telegram channel irratti Guyyoota 2'f irra deddeebiin
👉 Telegram bot irratti guyyaa 1'f
🔰Qarshii 🎁 175 🎁
👉 Website irratti guyyaa 4'f
👉 Telegram channel irratti Guyyoota 4'f irra deddeebiin
👉 Telegram bot irratti guyyaa 2'f

Nu quunnamuuf karaalee armaan gadii fayyadamaa
https://t.me/Gaammee_Media_Admin
[email protected]

Odeeffannoo Dabalataaf
Gaammeemedia.com
https://t.me/Gaammee_Media_Admin
Gaammee MediaGaammee MediaGaammee Media

Gaammee Media Hardhas Isa kaleessaarra caalaa Odeeffannoowwan Teeknooloojii fi Barnootaa dabalatee Carraawwan Barnootaa ...
01/09/2023

Gaammee Media Hardhas Isa kaleessaarra caalaa Odeeffannoowwan Teeknooloojii fi Barnootaa dabalatee Carraawwan Barnootaa gara garaa kan biyya keessaa fi biyya alaa fi kanneen biroos walitti Fuufiinsaan Isin Qaqqabsiisuuf bakka Argama isa Babaldhifatee jira.
Odeeffannoowwan Kanneen Afaan Oromoodhaan hordofuuf Toora Miidiyaa Hawaasummaa keenyaa Armaan Gadiin Nu hordofaa.

📢Telegram Channel 📢
https://t.me/Gaammee_Media
🤖 Telegram Bot 🤖
https://t.me/Gaammee_Techs_bot
🔵 Facebook PaGaammee Mediaration
🔴 YouTube Channel 🔴
youtube.com/
🌐 Website 🌐
https://Gaammeemedia.com

In today's digital age, online learning has become increasingly popular, providing individuals with the opportunity to e...
06/08/2023

In today's digital age, online learning has become increasingly popular, providing individuals with the opportunity to enhance their skills and knowledge from the comfort of their own homes. One of the many advantages of online learning is the availability of certificates upon completion of a course, which can add value to your professional profile. In this blog, we will explore five websites that offer a wide range of online courses, specifically tailored to Ethiopian learners....

Best 5 websites that offer Free courses with certificates for Students who want to learn online everywhere when they are free.

NASAn doonii hawaa lafarraa kiiloo meetira biliyoona 20 fagaattee bade argachuu beeksise. Dhaabbanni hawaa Ameerikaa kun...
04/08/2023

NASAn doonii hawaa lafarraa kiiloo meetira biliyoona 20 fagaattee bade argachuu beeksise. Dhaabbanni hawaa Ameerikaa kun bara 1977 irraa eegalee hawaa qorachaa turte waliin qunnamtii dhabuu isaa beeksise. Ji'a darbe ajajni dogongoraa Voyager 2 tti ergame dooniin hawaa kun anteenaa ishee lafa irraa digrii lama akka garagalchitu taasisee, quunnamtiin akka badu fi NASAn ergaa fudhachuus ta'e erguu akka hin dandeenye taasiseera....

D

In today's rapidly advancing technological landscape, software engineering has emerged as a highly sought-after career p...
04/08/2023

In today's rapidly advancing technological landscape, software engineering has emerged as a highly sought-after career path. If you are a high school or elementary student with a passion for coding and technology, this detailed roadmap will guide you towards becoming a successful software engineer. Let's delve into each step in depth. 1)Lay a Strong Foundation:Start by building a solid foundation in computer science fundamentals....

Are you a high school or elementary student interested in becoming a software engineer? Discover a detailed roadmap that outlines the steps to

Namoonni Hedduun App Xender Faayila walii erguuf qofa fayyadamu. Garuu faayidaa biraa kan rakkoo keenya nuuf furuu danda...
01/08/2023

Namoonni Hedduun App Xender Faayila walii erguuf qofa fayyadamu. Garuu faayidaa biraa kan rakkoo keenya nuuf furuu danda'u akka qabu beektuu. Maalidha yoo jettan Viidiyoo kana keessaa argattu.
Gaammee Media

In this video I will Show You How to download video using Xender.Thank you for watching this video! If you found it useful, please don't forget to like and s...

Facebook irratti Qarshii Argachuu akka dandeessan Beektuu?
31/07/2023

Facebook irratti Qarshii Argachuu akka dandeessan Beektuu?

In this Video I will Show You How to Convert Facebook Account to page.Thank you for watching this video! If you found it useful, please don't forget...

Facebook Irraa Qarshii argachuu akka dandeessan Beektuu? Jalqaba Garuu Facebook Account Keessan Gara Page tti Jijjiiruun...
31/07/2023

Facebook Irraa Qarshii argachuu akka dandeessan Beektuu? Jalqaba Garuu Facebook Account Keessan Gara Page tti Jijjiiruun dirqama. Akkamitti You Jettan Viidiyoo kana ilaalaa.

In this Video I will Show You How to Convert Facebook Account to page.Thank you for watching this video! If you found it useful, please don't forget...

YouTube irratti 1k gallee jirra. Galatoomaa Maatii Gaammee Media.
28/07/2023

YouTube irratti 1k gallee jirra. Galatoomaa Maatii Gaammee Media.

Namoonni Bot Telegram akka kan Chaanaalii Keenyaa  Hojjechuu Yoo barbaaddan Video Hojjennee YouTube irratti qopheessinee...
27/07/2023

Namoonni Bot Telegram akka kan Chaanaalii Keenyaa Hojjechuu Yoo barbaaddan Video Hojjennee YouTube irratti qopheessinee waan Jirruuf ilaaltanii kan mataa keessanii banachuu dandeessu.
https://youtu.be/YoG9rkW2U1E

Asumaan 1k Subscriber Galuuf xinnootu nuuf hafe galtanii subscribe goochuu hin dagatiinaa.

Thank you for watching this video! If you found it useful, please don't forget to like and subscribe to our YouTube channel. Useful videosHow to create a Dig...

Obboleessa Keenya Haa Gargaarru.Support Dr. Duressa Terfa Ejeta.Dr. Duuressaa Terfaa jedhama. Yeroo dhiyootti yuuniversi...
25/07/2023

Obboleessa Keenya Haa Gargaarru.
Support Dr. Duressa Terfa Ejeta.

Dr. Duuressaa Terfaa jedhama. Yeroo dhiyootti yuuniversiitii Jimmaa irraa eebbifamee Saba isaa tajaajilaa jira. Haa ta'u malee Obboleessi Keenya Yeroo ammaa Dhibee kaansarii lafeen miidhamee Hospitaalatti Yaalamaa kan jiru yeroo ta'u dhibee kana irraa dandamachuuf Qarshii Miliyoona 3.3 isa barbaachisa. Qarshiin kunis Baay'achuu isaarraa kan ka'e ammatti yaalamuu hin dandeenye.

Kanaaf Namni kamiyyuu dirqama namummaa keessanii akka baatan jenna.

Qarshii irraa kaasee hamma Laptop fi Bilbila Samsung A13 tti Amma Badhaafamaa .
22/07/2023

Qarshii irraa kaasee hamma Laptop fi Bilbila Samsung A13 tti Amma Badhaafamaa .

link : https://telewin.ethiotelecom.et referral link: 104217 telecom earn on ebs tv show seifu fantahun be...

App'n kun erga dhufee namoonni baay'ee Hojii irraa ari'amanii jiru. Dandeettii akka namaatti yaaduu waan qabuuf Dhaabbat...
18/03/2023

App'n kun erga dhufee namoonni baay'ee Hojii irraa ari'amanii jiru. Dandeettii akka namaatti yaaduu waan qabuuf Dhaabbatoota Hedduu keessatti akka hojjetaa dhaabbataatti hojjechaa jira. Yoo gaaffii barbaaddan gaafattan isiniif deebisa. Afaan hunda ni dhaga'a. Yoo App barbaaddan ta'uu baannaanis Website daqiiqaa 2 keessatti xumuree bilbila/kompitara keessan irra kaa'a? guyyaa xinnoo keessatti fayyadamtoota miliyoona 100 ol argachuunis jaallatamummaa guddaa gonfatee jira? App'n kun maali kan jedhuufi fayyadama app kanaa baruuf barreeffama chaanaalii keenya irratti maxxansine dubbisaa.

Viidiyoon wayita dhagaan walitti bu'ee elektirikii uumu agarsiisu Afrikaarra darbee biyyoota addunyaa hedduu keessatti n...
25/01/2023

Viidiyoon wayita dhagaan walitti bu'ee elektirikii uumu agarsiisu Afrikaarra darbee biyyoota addunyaa hedduu keessatti namoota miiliyoonaan lakkaa'amaniin battalumatti daawwatameera. Viidiyoon tokko akka mul'isutti dhagaan kun lameen wayita walitti bu'an anniisaan elektirikii xaaxa'uun gidduudhaa ba'a. Namni viidiyoo kana tiwiitarii irratti maxxanse akkas jechuun barreese: ''Dhagaan anniisaa elektirikii uumu Rippaabilika Dimokiraatawaa Koongoo keessatti argameer.'' Namni kun dabaluun akkas jedhe, ''Amma Afrikaan dabalataan dhiiguu eegalti....

Viidiyoon wayita dhagaan walitti bu’ee elektirikii uumu agarsiisu Afrikaarra darbee biyyoota addunyaa hedduu keessatti namoota miiliyoonaan lakkaa’amaniin battalumatti daawwatameera. Vi…

Dirooniin tapha Aston Viilaa fi Saawuzaamptoon daqiiqotaaf gufachiise G Gaammee Media Piriimiyeer Liigii Ingiliziin taph...
22/01/2023

Dirooniin tapha Aston Viilaa fi Saawuzaamptoon daqiiqotaaf gufachiise G Gaammee Media Piriimiyeer Liigii Ingiliziin tapha sanbata kaleessaa Saawuzhaampitanifi Astoon Viilaan taphatan irratti diroonii xiqqaan dirree keessa marsuun tapha daqiiqotaaf danqe. Gareen lameen dirree Saawuzhaampitan Seent Meeriitti morkachaa osoo jiraniiti diroonii xiqqaan boqonnaa dura samii isataadiyeemichaa keessa naanna'uun kan beekame. Murteessaan taphichaa Maayikil Saalsiber naannoo goolii garee Saawuzhaampitoon dirooniin marsaa jiraachuu kan bare erga itti himamee booda tapha adda kutuun taphattootni dirree akka bahan ajaje....

Dirooniin tapha Aston Viilaa fi Saawuzaamptoon daqiiqotaaf gufachiise G Gaammee Media Piriimiyeer Liigii Ingiliziin tapha sanbata kaleessaa Saawuzhaampitanifi Astoon Viilaan taphatan irratti diroon…

Akkuma Beektan Adeemsa Ijaarsa Marsariitii (Web development) keessatti beekumsi HTML(Hyper Text Markup Language) Baay'ee...
22/01/2023

Akkuma Beektan Adeemsa Ijaarsa Marsariitii (Web development) keessatti beekumsi HTML(Hyper Text Markup Language) Baay'ee barbaachisaadha. Keessattuu Qaamolee Weebsaayitii Tolchuuf HTML fayyadamna. Qaamolee Weebsaayitii keenyaa Tolchanne Kanas Babbareechuuf fi client (hordoftootatti) akka mijaa'u goochuuf CSS( Cascading Style Sheet) Fayyadamna. Kana malees Weebsaayitiin keenya dalagaalee adda addaa akka dalaguuf Java Script Fayyadamna....

Akkuma Beektan Adeemsa Ijaarsa Marsariitii (Web development) keessatti beekumsi HTML(Hyper Text Markup Language) Baay’ee barbaachisaadha. Keessattuu Qaamolee Weebsaayitii Tolchuuf HTML fayyad…

20/09/2022
10/10/2021

Gaammee miidiyaan chaanaalii 'youtube' odeeffannoowwan teeknooloojii, appilikeeshiniiwwan haaraa fi dhimmoota saayinsii ...
03/10/2021

Gaammee miidiyaan chaanaalii 'youtube' odeeffannoowwan teeknooloojii, appilikeeshiniiwwan haaraa fi dhimmoota saayinsii fi teeknooloojii waliin wal qabatan siniif dhiyeessudha.
https://t.me/GAAMMEEMEDIABOT?start=r06203134530

You can contact right away.

Now available on Google play Download Now!!**Features** *keep in track of your scores by average* set study time and it ...
03/10/2021

Now available on Google play Download Now!!

**Features**
*keep in track of your scores by average
* set study time and it will reminds you to study for as long as you first entered and also after that you can check how many subjects you have studied
*it will show you the periods you have based on the calendar (day) of the week and many more features ..

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kbsolution.studentsapp

https://youtu.be/UHeh0m9Jjkk
02/10/2021

https://youtu.be/UHeh0m9Jjkk

ከቪዲዮዉ ከተማራችሁ በማድረግ ያበረታቱኝ፤ ለ ጉዋደኞቻችሁ ሼር ያደረጋችሁ እንዳቀርብላችሁ ምትፈልጉትን ነገር ደግሞ ላይ ይፃፉ፤ ለዚህ ዩትዩብ ቻናል ደግሞ አዲስ ከሆናችሁ #...

ከ ቴሌግራም፦  -  -   እና የመሳሰሉትን ለማዉረድ አስበዉ አልፈጥን ብሎዉታል? እንግያዉስ IDM አፕን በመጠቀም በፈለጉት ጥራት እና በፍጥነት ለማዉረድ ይሄን ሊንክ ተጭኖ ቪድዮዉን እዩት።...
11/08/2021

ከ ቴሌግራም፦
-
- እና የመሳሰሉትን ለማዉረድ አስበዉ አልፈጥን ብሎዉታል? እንግያዉስ IDM አፕን በመጠቀም በፈለጉት ጥራት እና በፍጥነት ለማዉረድ ይሄን ሊንክ ተጭኖ ቪድዮዉን እዩት።

https://m.youtube.com/watch?v=e45LkPOz89U

በ Computer browser ብቻ መስራት የምትችሉትን በ android ሞባይሎ መስራት ይፈልጋሉ? እንግዲያዉስ ቶሎ Chrome ብሮውሰራቹን አስተካክሉ።https://m.youtube.com/wat...
11/08/2021

በ Computer browser ብቻ መስራት የምትችሉትን በ android ሞባይሎ መስራት ይፈልጋሉ? እንግዲያዉስ ቶሎ Chrome ብሮውሰራቹን አስተካክሉ።

https://m.youtube.com/watch?v=YG-JJKICq3E

  ግሩፖትን የሚቆጣጠርሎት   በፈለጉት ስም እና በፈለጉት ፕሮፋይል መስራት ፈልጉዋል? እንግዲያዉስ ይሄን አጭር ቪዲዮ ተመልከቱ።https://m.youtube.com/watch?v=2kIrsB6X0...
11/08/2021

ግሩፖትን የሚቆጣጠርሎት በፈለጉት ስም እና በፈለጉት ፕሮፋይል መስራት ፈልጉዋል? እንግዲያዉስ ይሄን አጭር ቪዲዮ ተመልከቱ።

https://m.youtube.com/watch?v=2kIrsB6X070

Subscribe this channel

https://m.youtube.com/watch?v=n-CfprQPf2w&pp=sAQA
04/08/2021

https://m.youtube.com/watch?v=n-CfprQPf2w&pp=sAQA

ዛሬ ደግሞ በ ቤክናን ቴክ ስለ Promotion bot አከፋፍት እናያለን። ለዚ ዩትዩብ ቻናሌ አዲስ ከሆናቹ ማድርግዎን አይርሱ።ከወደዳችሁ ያድርጉ።

ህፃናት ቢር በመያዣ እድሜያቸዉ ወደ ጦርነት መዝመት የለባቸዉም። በአሁኑ ግዜ በትግራይ ክልል ዉስጥ አሸባሪዉ   እድሜያቸዉ ያልደረሱ ህፃናትን ለግል አጀንዳ አዉሎ የተጠቀመ መሆኑን የሚከተሉት...
16/07/2021

ህፃናት ቢር በመያዣ እድሜያቸዉ ወደ ጦርነት መዝመት የለባቸዉም።
በአሁኑ ግዜ በትግራይ ክልል ዉስጥ አሸባሪዉ እድሜያቸዉ ያልደረሱ ህፃናትን ለግል አጀንዳ አዉሎ የተጠቀመ መሆኑን የሚከተሉት የስእል መረጃዎች ተገኝቷል። እኛም ይሄን የምንቃወም መሆኑን የገለፅን ልጆችን ከዚ አላማዉ ማስወጣት እንዳለበት እና የአለም አቀፉም ህዝብ ይሄን ተረድቶ እንዲ ቃወም ሃሳባችንን እንገልፃለን።

Children should be in school NOT on the battlefield.   is using   to advance its agenda in  . When will the likes of ,  ...
16/07/2021

Children should be in school NOT on the battlefield. is using to advance its agenda in . When will the likes of , & condemn the heinous crimes of TPLF?

08/07/2021

Wellcome to our YouTube Channel.
This YouTube channel was created
for students. Please invite this
channel. Contact

ከቴሌግራም file download ለማድረግ ተቸግሮ ያቃሉ? እንግዲያዉስ ከ ቴሌግራም፡- vedio- audio- photo etc በ ጥራት እና በ ፍጥነት ማዉረድ የምትችሉበትን መንገድ ለማወቅ ይ...
08/07/2021

ከቴሌግራም file download ለማድረግ ተቸግሮ ያቃሉ?
እንግዲያዉስ ከ ቴሌግራም፡
- vedio
- audio
- photo etc
በ ጥራት እና በ ፍጥነት ማዉረድ የምትችሉበትን መንገድ ለማወቅ ይሄን ቪድዮ እዩት።
በዛዉ ያድርጉ።
https://m.youtube.com/watch?v=U9QRfZaqooo

best tip to download a vedio from telegram easily.

Subscribe to  👇👇👇👇👇👇https://youtube.com/channel/UCm5NXQkpPr-LN23a4IEGw0A👆👆👆👆👆👆👆
25/06/2021

Subscribe to 👇👇👇👇👇👇https://youtube.com/channel/UCm5NXQkpPr-LN23a4IEGw0A
👆👆👆👆👆👆👆

Wellcome to our YouTube Channel. This YouTube channel was created for students. Please invite this channel. Contact👇👇👇👇Please like our page ?...

ሚኒስትሪ ከሰኔ 23 ጀምሮ ይሰጣልበአዲስ አበባ ከተማ የ2013 ዓ.ም የ8ኛ ክፍል ፈተናከሰኔ 23 ቀን 2013 ዓ.ም ጀምሮ እንደሚሰጥየአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮአስታወቀ፡፡በ...
18/06/2021

ሚኒስትሪ ከሰኔ 23 ጀምሮ ይሰጣል
በአዲስ አበባ ከተማ የ2013 ዓ.ም የ8ኛ ክፍል ፈተና
ከሰኔ 23 ቀን 2013 ዓ.ም ጀምሮ እንደሚሰጥ
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ
አስታወቀ፡፡
በከተማዋ የ2013 ዓ.ም የ8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ከሰኔ 23-25/2013 ዓ.ም ድረስ እንደሚሰጥ ቢሮ
አስታውቋል፡፡

Address

Bako
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaammee Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category