Hundeessaa seenaa

Hundeessaa seenaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hundeessaa seenaa, TV Channel, Ẽsôô T Ẽtềfâ ôrô, Addis Ababa.

Waadaa siif galeeraAkkan sin daganneeIMAANA fuudheraGalmeen kees hin banneAbjuu guyyaa keessa Mul'ata isa boruuAbdiin ku...
08/06/2024

Waadaa siif galeera
Akkan sin dagannee
IMAANA fuudhera
Galmeen kees hin banne
Abjuu guyyaa keessa
Mul'ata isa boruu
Abdiin kutatinii
Ormii haa ololuu
Farda yaada fe'attee
Halkan, guyyaas imaltaa
Namaan beekuu namnisa
Egaa enyuuttimoo himatta?
Dhukkubbi mataa bowuuf
Gubaa garaachaa caalaa
Kan argetuu namaaf beeka
Gubaa jaalala Alaalaa
Humnaan kan si booji'u
Yaadan sitti dhukaasaa
Uggum! jaalala fagoo
Maaltuu beeka gubaasaa

𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙪𝙛𝙛𝙛𝙛𝙛

 Pls   Woromoko
12/10/2023


Pls Woromoko

Jabduuko
12/10/2023

Jabduuko

03/10/2023

Bakka dhaloota nan gaafatina
Vidion dhugaa ba'aati
Namni jaallattu
Like share godhi

02/10/2023

Durbummako narra fudhate jette miti? Mo gurra koodhaa?🙄🙄🙄😂

😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
27/07/2023

😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Haadhooko C Dagachuun Natti Ulfaateem 😭😭😭😭
26/07/2023

Haadhooko
C Dagachuun
Natti Ulfaateem
😭😭😭😭

Eegala!Eega eegalaniiMeeqan seeggalaniiSagal hin dhaqaniiSagal hin galaniiSagal aggaamaniiLubbuu hin soonaniiYadee uffaa...
20/09/2022

Eegala!

Eega eegalanii
Meeqan seeggalanii
Sagal hin dhaqanii
Sagal hin galanii
Sagal aggaamanii
Lubbuu hin soonanii
Yadee uffaatanii
Yaadan ofiin balleessani
Yaaddoo of ka'aanii
Baran komatanii
Sagliin ba'aanii
Yartuurraan dheessanii
Hidhaa of hidhaanii
Kaayyoorraan seensanii
Silgaa haadhaa hodhanii
Horoogaan ta'aanii
Muchiisaa oolanii
Rirmaan dabarsanii
Kan gu'uun hin ooollee
Ofumaa gu'uudha
Kan du'uun hin oollee
Ulfinaan du'uudha
Lamalleen dhalatanii
Lamas hin du'anii
Dhalfatani abbaattin baatuu
Guddiifatan kan ofiin taatuu
Akka ilma Daaccii sana
Akka ilmaa raajii sana
Waa beekaa akka raajii
Yaa Daacii yaa Daacii!!
Ofis hin salanii
Ofis hin dhalanii
Yaa ilmo yaa ilmii
Nu xuuxxee akka silmi!
Yaa ilmi yaa ilmoo
Ee badee immoo!
Dhaga'ii hin raftamoo?
❤❤

Harmeeko wallagga yoomuma kanke bilisummaan?😭😭😭😭😭Amhuruu ko
02/09/2022

Harmeeko wallagga yoomuma kanke bilisummaan?😭😭😭😭😭
Amhuruu ko

HBD to me
25/08/2022

HBD to me

15/08/2022
Juma'aa gaarii qabaadhaMom waliin urgoo unacha jirra
29/07/2022

Juma'aa gaarii qabaadha
Mom waliin urgoo unacha jirra

Baga geessan
15/04/2022

Baga geessan

07/04/2022

Oromiyaa keessatti dhalatani
Ethiopia tti of waamun fafa!
dhuga jettee of beeka
this perfect english

27/03/2022
Hundaa dandeessu ko Baga milkooftee
09/03/2022

Hundaa dandeessu ko
Baga milkooftee

Dr
04/03/2022

Dr

03/03/2022

Pls follow me
Meri Mar

Artistoota warra BANK Bitamuu didan nuuf jiraadha ammalleeC & F
03/03/2022

Artistoota warra BANK
Bitamuu didan
nuuf jiraadha ammallee

C & F

03/03/2022

Hacuuu

01/03/2022

Hubataako

Didaako
26/02/2022

Didaako

Please add ,follow &share
11/12/2021

Please add ,follow &share

Kolfako
13/11/2021

Kolfako

29/10/2021

Address

Ẽsôô T Ẽtềfâ ôrô
Addis Ababa
888999

Telephone

+251917380082

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hundeessaa seenaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share

Category



You may also like