Nabi'isa hussein kawo

Nabi'isa hussein kawo Digital creaters

05/04/2024

share godhaa Fb keessan gubbatti video safuu cabsu yoo isinirratti tagged ta'e message na gaafadhaa isinitti himaa

Humna akkanaa qabaadhu
06/03/2024

Humna akkanaa qabaadhu

Let's calculate
20/02/2024

Let's calculate

18/02/2024

Argaaf dhageetti gurra
qeensu yaa dhaloota

Art   well come sirba afaan oromoo   dhabda jedhuun
15/02/2024

Art well come sirba afaan oromoo dhabda jedhuun

Dhufte khuulleen eennu isiin garuu  πŸ…±πŸ…΄πŸ…΄πŸ…ΊπŸ†ƒπŸ†„πŸ†„????
01/02/2024

Dhufte khuulleen eennu isiin garuu πŸ…±πŸ…΄πŸ…΄πŸ…ΊπŸ†ƒπŸ†„πŸ†„????

20/01/2024
15/01/2024

Add my page

27/12/2023

Fata jedhaa achumaan follow tolchaa

Executive for you
08/11/2023

Executive for you

 Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa ...
31/05/2023



Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.

Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa hojiishee xumurtee jettu, kutaa foon diilalleessu ykn mana firiijii seente achiin booda akka tasaa balballi firiijii osoo isheen keessa jirtuu itti cufame kuticha keessas ishee qofatu ture.

Iyya guddaadhaan iyyuu eegalte balbalichas reebuu eegalte,garuu iyya ishee namni dhagahuuf naannoo sana hin turre. Hojjettoonni hundi gara manaatti galaniiru bakkee ta'aniis sagalee keessa jiru dhagahuun hin danda'amu.

Sa'atii 5 ega achi keessa turtee booda du'aaf jireenya gidduu taate, waardiyyaan warshaa foonii sanaas dhufee balbalicha irraatii bane, waan nama dinquu lubbuun ishees du'a irraa baraaramte.

Sa'atii muraasa booda waardiyyichaan "akkamiin dhuftee balbala kana narraa banuu dandeesse garuu?" Jettee gaafatteen.
Waardiyyichis deebisee akkas jedheen "waggaa 35'f warshaa foonii kana keessa hojjedheera hojjettoonni hedduus ba'anii hin galu garuu si qofa kan gaafa ganama ganama dhuftu nagaa na gaafattee gaafa galgala baatu ammoo nagaa natti dhaamtee kan deemtu. Namni baay'een akkuma wantan jiruuttillee hin lakkaa'ani.
Har'a ganama gaafa dhufte akkuma guyyaa kaanii "akkam jirta" naan jettee darbite. Garuu galgala kana sagalee kee "nagaan bulaa bor wal agarra" jettu hin dhageenye.Tarii lafa hojii yoo jiraatte jedheen deemee sii ilaaluufis nan murteesse.
Anis akkuma warra kaanii nama ta'uukoo wanta na yaadachiisuuf Yeroo hundaa "akkam" fi "nagaatti" isheeti naan jettu nan eega. Kanas sirraa dhaga'uu dhabuu kootiin rakkoon akka jiru nan hubadhe. Kanaafan
iddoo hunda si barbaadee asitti si argee balbala sirraatii bane".
Ergasii imimmaan ishee lakkuu lolaasaa itti marmitee waan du'a irraa na oolchiteef galatoomi jetteeni.
Argitanii ilaalcha gaarii fi kabaja namaaf laachuun hammam akka bu'aa qabu?
Ilaalcha gaarii namaaf qabaachuun abbuumaaf tola.
Galatoomaa!

19/04/2022

zikri alhamdulilah

Like for us
29/04/2021

Like for us

Address

Adama
04

Telephone

0961967577

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nabi'isa hussein kawo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nabi'isa hussein kawo:

Videos

Share