Galma kee

Galma kee Fuula Facebook kanarratti jechoota sissi'eessoo ta'an qabannee isiniif dhiyaannaa follow godhaa!

😂😂😂
17/01/2023

😂😂😂

MURTEE HAQAA!Kan itti aanu Afaan Oromoo Afaan mana hojii mootummaa Federaalaa tolchuudha.
13/01/2023

MURTEE HAQAA!

Kan itti aanu Afaan Oromoo Afaan mana hojii mootummaa Federaalaa tolchuudha.

MURTEE HAQAA!! Yeroo dheeraadhaaf gaaffi Saba Oromoo guddaa kan ta'e Afaan Oromootiin Finfinnee keessatti barnoonni Afaan Oromootiin akka k...

21/10/2022

Jireenya kee karaa fooyya'aa ta'een hubachuu yoo barbaadde, iddoowwan kana 3n deemi ilaali.

1. Hoospitaala
Hoospitaala gaafa seentu fayyaan olitti waanti kamuu akka hinjirre hubatta.

2. Mana hidhaa
Mana hidhaa yoo deemte waanti akka bilisummaa ofii akka hinjirre hubatta.

3. Iddoo awwaalchaa
Iddoo awwaalchaa yoo deemte jireenyi lafarraa gatii akka hinqabne hubatta.

Karaan nuti har'a irra deemnu jireenya keenya boriif bu'uura. Kanaafuu waaqa kee sababa malee galateeffadhu. 🙏

12/10/2022

Namni rakkoo ofii isaa hin furatin, namaafis hin furu!

 !
02/10/2022

!

24/09/2022

Rakkinnaafi dhiphinna kam keessattuu obsa qabaadhu. Obsa qabaachuun gatiin isaa hin tilmaamamuu!

23/07/2022

Hiriyyaa gatii yeroo hin beekne irraa fagaadhu!

01/07/2022
18/06/2022

Gaarummaan ati har'a dalagdu galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf jal'ina lafa keenyee gaarummaa qofa haa hojjannuu!

08/05/2022

Akka namni si galateeffatuuf jettee nama hin gargaarin, waan gargaaruu qabduuf qofa gargaari!

02/05/2022

Eid Mubarak to all Muslim brothers and sisters around the globe 🤲

Akka ofii keetti yaadi malee akka namootaatti of hin ilaalin! Hunduu ilaalchaafi yaada mataa isaa qaba waan ta'eef!
25/01/2022

Akka ofii keetti yaadi malee akka namootaatti of hin ilaalin! Hunduu ilaalchaafi yaada mataa isaa qaba waan ta'eef!

16/12/2021

kaleessa irraa baradhu malee kaleessii darbee jira. kaleessa bu'uura godhadhu malee galma kee hin godhatin!

13/12/2021

Yeroo keetitti fayyadami malee yeroon sitti hin fayyadamin!

10/12/2021

Eeyyen Galma kee!
Galma keef kaayyoo kee irratti second takkaaf of duuba hin mil'atin.!

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galma kee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share