Jemsi oro

Jemsi oro jiraa hunda bachaa

23/12/2022

Happy birthday 2023

22/12/2022

Oduu Gaddaa

Abbaan Gadaa Gujii duranii Aagaa Xeenxanoo du'aan addunyaa kana irraa boqatan.

18/12/2022

Pic

13/12/2022
28/11/2022
Today is best photo my family ๐Ÿ’๐Ÿ’–๐Ÿ’—๐Ÿ’“๐Ÿ’ž
27/11/2022

Today is best photo my family ๐Ÿ’๐Ÿ’–๐Ÿ’—๐Ÿ’“๐Ÿ’ž

SEENAA AJAA'IBAA KANA DUBBISI.==============================Ganiim Al Muftaah mucaan har'a seenaa dalage kun Lammii biyy...
21/11/2022

SEENAA AJAA'IBAA KANA DUBBISI.
==============================

Ganiim Al Muftaah mucaan har'a seenaa dalage kun Lammii biyya Qatar kan ta'e, umuriin isaa waggaa 20 yoo ta'u dhibee //Caudal Regression Syndrome (CDS)//jedhamuun qabamee mudhii gadi hin qabu.

- Haati isaa wayta ulfa turtetti Ogeessotni fayyaa akka mucaa kana osoo hin dhalatin garaadhaa baaftu gorsamtullee ajaja isaanii diddee rakkoo mucaa kanaa hunda fudhachuuf of amansiiftee Abbaa isaa waliin guddisuuf murteessite.Qormaata Addunyaa hunda simattee jabinaan guddifatte. ๐Ÿ™

Har'a kunoo Rabbi seenaa jijjiiree mucaan kuni Geeba Addunyaa Qatar bara 2022 akka Qur'aana isaan akka banamu godhamuun ijji addunyaa agartee raajeffatte.

Rabbi Gaafa seenaa kee jijjiiru cichoominaafi jabina siif laata.

SUBHAAN ALLAAH

Rabbi Addunyaa Aakiraa isa haa miidhagsu.๐Ÿคฒ

K๏ปฟuweet dubartii Itoophiyaa dabalatee namoota torba du'aan adabde***K๏ปฟuweet waywaannaa falmitoota mirga namoomaa idil-ad...
17/11/2022

K๏ปฟuweet dubartii Itoophiyaa dabalatee namoota torba du'aan adabde
***
K๏ปฟuweet waywaannaa falmitoota mirga namoomaa idil-addunyaa kuffisuun, guyyaa Roobii namoota torba fannisuun du'aan adabde.

K๏ปฟanneen keessaas dubartiin lammii Itoophiyaa tokko kan argamtu ennaa tahu, dubartiin biroos keessa jiraachuun ibsameera.

B๏ปฟiyya Baha Giddugaleessaa kan taate Kuweet, murtoo du'aa hojiirra oggaa oolchitu kun ganna shan keessatti isa jalqabaati.

A๏ปฟbbaan Alangaa akka jedhetti, kanneen du'aan adabaman keessaa dubartiin Itoophiyaa irraa dhufte, dubartiin lammii Kuweet biroo, lammii Siiriyaa, lammii Paakistaan fi kaan ammoo lammiidhuma biyyattiiti.
https://bbc.in/3Gk5YHO

17/11/2022

๐ŸŒนโค๏ธ๐Ÿ˜„๐Ÿคฃ

17/11/2022

๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚โค๏ธ๐ŸŒน

I've just reached 800 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. ๐Ÿ™...
13/11/2022

I've just reached 800 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each one of you. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

11/11/2022

We would like to offer condolences on the passing of legendary singer and songwriter Ali Birra to his family, friends, and fans. He proved music has the power to transcend culture and language.

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ  Rabbii   Muhammad (S.A.W) akkana jedhaan jannazaan hoggaa siirree irraa Kahamtte Dhiirraan Garraa Qabr...
09/11/2022

๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Rabbii Muhammad (S.A.W) akkana jedhaan jannazaan hoggaa siirree irraa Kahamtte Dhiirraan Garraa Qabrrii Geeffamttuu Yoo warra hojii Garrii Dallaggatte Qabburra tatte Daffaa naan deymaa ja'ettii Yoo warra hojii Garrii Dallaggattee hin Qabneerra tatte Yaa Baddi tiyya Eessatti naan deymttan ja'ettee wawattii Saggalle san ilmaa nama mallee wannii hundii nii Dhagaha silla Saggallee san namnii kan Dhagahuu tattee nii Gagabba ( )๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
aboo Rabbiin guyyaa janaazaa tanee gama qabrii deymnu Durra Kattimmaa teenyaa nuhaa toshuu azaba Qabri fi ibidda jahannam jala Rabbiin najaa nuhaa Bassuu Obboolleeyyaan mee Amiiiiiiiin ja'aa
( #ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู (๏ทบ) ุฅูุฐูŽุง ูˆูุถูุนูŽุชู ุงู„ู’ุฌูŽู†ูŽุงุฒูŽุฉูุŒ ููŽุงุญู’ุชูŽู…ูŽู„ูŽู‡ูŽุง ุงู„ุฑู‘ูุฌูŽุงู„ู ุนูŽู„ูŽู‰ ุฃูŽุนู’ู†ูŽุงู‚ูู‡ูู…ู’ุŒ ููŽุฅูู†ู’ ูƒูŽุงู†ูŽุชู’ ุตูŽุงู„ูุญูŽุฉู‹ ู‚ูŽุงู„ูŽุชู’: ู‚ูŽุฏู‘ูู…ููˆู†ููŠุŒ ู‚ูŽุฏู‘ูู…ููˆู†ููŠุŒ ูˆูŽุฅูู†ู’ ูƒูŽุงู†ูŽุชู’ ุบูŽูŠู’ุฑูŽ ุตูŽุงู„ูุญูŽุฉู ู‚ูŽุงู„ูŽุชู’: ูŠูŽุง ูˆูŽูŠู’ู„ูŽู‡ูŽุงุŒ ุฃูŽูŠู’ู†ูŽ ูŠูŽุฐู’ู‡ูŽุจููˆู†ูŽ ุจูู‡ูŽุงุŸ ูŠูŽุณู’ู…ูŽุนู ุตูŽูˆู’ุชูŽู‡ูŽุง ูƒูู„ู‘ู ุดูŽูŠู’ุกู ุฅูู„ุงู‘ูŽ ุงู„ุฅูู†ู’ุณูŽุงู†ูŽุŒ ูˆูŽู„ูŽูˆู’ ุณูŽู…ูุนูŽู‡ูŽุง ุงู„ุฅูู†ู’ุณูŽุงู†ู ู„ูŽุตูŽุนูู‚ูŽ ( )๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
Karraan Dhuggadha Islaamumma Qoffa

04/11/2022
Hacee akkam jirta meeBiyyi sun maal fakkataHin rooba hin bubbisaHin dhaamotaa laata?Moo duumeessaa'eeHurriin lafa dukkan...
20/07/2020

Hacee akkam jirta mee
Biyyi sun maal fakkata
Hin rooba hin bubbisa
Hin dhaamotaa laata?
Moo duumeessaa'ee
Hurriin lafa dukkaneessa
Ati hoo eessa jirta laata
Dukkana moo ifa keessa?
Hacee koo qacalee koo
Hedduu dubbachuuf Garaan na hammaataa
Waan tokko si gaafadhaa
Naaf deebiftaa laata?
Hacee koo qacalee koo
Erga gargar baanee torbaan lama dabartee
Jaallan kee kan akka Usmaayyoo Muusaafi
Eebbisaa Addunyaatiin wol agartee?
Hacee koo qacalee koo
Yoo wol argitan ta'e, Eebbisaaf Usmaayyoon
Isin hin irraanfanne jetti
Harmeen teenya aayyoon
Jedhii dhaamsa Oromiyaa
Jara marattuu geeysii
Atis jajjabaadhuu
Jaras jajjabeeysi!

Hacee koo qacalee koo ๐Ÿ˜ญ

Riqicha jaalalaa

  $gabrumaa umataa oromoo Akumaa Itii fufetii jiraa sher Walif godhaa
10/06/2020

$gabrumaa umataa oromoo Akumaa
Itii fufetii jiraa sher Walif godhaa

Eenyu sahabota keessaa namni ragaan isaa ragaa nama 2tti qixxaa'u  SHARE godhi JZK___________________________________Guy...
06/05/2020

Eenyu sahabota keessaa namni ragaan isaa ragaa nama 2tti qixxaa'u SHARE godhi JZK
___________________________________

Guyyaa tokko Rassuulli rabbii S A W gurbaa yahuudaa tokko irraa gaala tokko bitee erga xiqqo bubbulee booda gurbaan yahuudaa kun gama rassuulaa dhufee akkana ja'een maallaqa gaala itti narraa bitte naaf kanni

yeroo kana rassuulli akkana ja'een aboo maallaqa siif kanneetiin jira ja'een lakkii naaf hin kanninee mee naaf kannuu kee irratti ragaa fidadhu ja'een yeroo yahuudichi itti gurguree rassuulli irraa bitu san namni tokkolleen bira hin jiru garuu amma sahabaa maqaan isaa Kuzeeymaa ibnu saabit ja'amu tokkootu bira jira sahabtichi kun akkana ja'een yaa ergamaa rabbii anaatu si argee kaniteef ja'eenii ragaa baheef

Hoggaa kana gurbaan yahuudichaa ifirraa callisee biraa deeme

Guyyaa lama booda sahabticha kuzeymaa ja'amu kana akkana ja'een
ูŠุง ุฎุฒูŠู…ู‡ ุงู†ุงุจุนุช ูˆุดุชุฑูŠุช ู…ุน ุงู„ูŠู‡ูˆุฏู‰ ูˆูˆููŠุชู‡ ุญู‚ู‡ ูˆู„ู… ูŠูƒู† ู…ูˆุฌูˆุฏ ููƒูŠู ุชุดู‡ุฏ ุจุฃู†ูู‰ ุงุนุทูŠุชู‡ ุซู…ู† ุงู„ู‚ุนูˆุฏ ูˆุงู†ุช ู„ู… ุชูƒู† ุญุงุถุฑุงุŸ
Yaa kuzeeymaa ani gurgureetiin irraa bitee haqa isaatiis kanneefi namni tokko nubira hin jiruu akkamitti ragaa baate akkan ani maallaqa isaa isaaf kanne? ja'eenii gaafate

Kuzeeymaaniis akkana ja'een
ูŠุงุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุงุตุฏู‚ูƒ ููŠ ุฎุจุฑ ุงู„ุณู…ุงุก ูˆูƒู„ ู…ุง ุฌุฆุช ุจู‡ ูˆุงูƒุฐุจูƒ ููŠ ุจุถุน ุฏุฑุงู‡ู…ุŸุŸ
Yaa Ergamaa rabbii siin dhugoomse oduu samiirraa sitti dhuftuu fi waan ati dhufteen hunda keessatii akkamittiin sikijibsiisa dirahama xiqqaa kana keessatti ?ja'een

Ergamaan rabbiittiis itti seeqee akkana ja'een
ูุชุจุณู… ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ู‚ุงู„ ุŒู…ู† ุดู‡ุฏ ู„ู‡ ุฎุฒูŠู…ู‡ ุงูˆุนู„ูŠู‡ ูุญุณุจู‡ ูุงุตุจุญ ุฎุฒูŠู…ู‡ ุดู‡ุงุฏุชู‡ ุจุฑุฌู„ูŠู† ูˆูŠู„ู‚ุจ ุจุฏูˆู† ุงู„ุดู‡ุงุฏุชูŠู†
Namni ragaa kuzeeymaan isaaf bahe ykn kan inni ragaa irratti bahe ragaan isaa ragaa nama lamaatti qixxawa ja'e Rassuulli Aalamaa akkasitti kuzeeymaa ragaa isaa ragaa nama 2tti qixxeeyse

Yoo dubbiftee xumurte Ergamaa rabbii nabi mohammad๐Ÿ•‹SโฃAโฃW๐Ÿ•‹ IRRATI salawaata buusi

{{Hadiisa kana abuu daa'ud tu odeeyse3130}}
{Nasa'iin nis akkasitti odeyse
By #$ jemsi best man page kenaa
Like follow godhii jzk

Paul Biya's Massive Decapitations and Impalements in Bafut of Southern Cameroons Ambazonian civilians:Heads and bodies o...
01/05/2020

Paul Biya's Massive Decapitations and Impalements in Bafut of Southern Cameroons Ambazonian civilians:

Heads and bodies on sticks found all over Bafut. Paul Biya's Genocide in Ambazonia has now entered the massive phase of decapitations and impalements.

Paul Biya has and continue to kill more Southern Cameroonians than covid-19 per world population groupings.

11,043.... Southern Cameroonians kill to date since crises started in 2016.

26/04/2020

Xiqqo ittin Seeqadhaa mee๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ
Oduu Durii...๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ“ฃ

Namicha Tokkotu
Harree Qaba Ture
Harrettin Jalaa Dhukkubsanaan Yaa Rabbii Yoo Ati Harree kana Naaf Faayyiste Guyyaa
Torban 7 Siif sooma Jedhee Utuma Ta'aa jiruu Harreen Nyaata Dadhabdee Turtee
Nyaata nyaachuu Eegaltee Sana Booda Namtichis Nazirii Nazare Sana Guutuuf Sooma Eegalee Guyyaa Torba 7ffaa Soomee Xumuree
Faxirii Faxaree Yoonni Ala Ba'ee Jedhu
Harrettin Jalaa Duutee Ciisti.๐Ÿ™„ Gara Samii Ol Ilaalee Rabbi Diddee Ajjeestee Harree koo Jedhee ๐Ÿ˜ฅ Turri Ga Waliif Teenyaa Jedhee
Jiini Raamadaanaa Dhufnaan Itti Qaphaa'ee
Raamadaana Soomuu Eegale.
Gaafa Raamadaanni 23ffaa Raamadaana
Hiikee ๐Ÿ˜ƒ Namni Itti Dhufee Maal Ammallee Reef Guyyaa 23ffaa Soomaa Jirraam Akkamitti Soomaa hiikte Jennaan .Guyyaa 7n Achii Qabaa Harree Koos Naaf Ha'ambisufan Soomee Harrees Fudhatee Soomas koos Narraa Fudhatee Yoo Barbaade Itti ha Guuttatu Achiin Qabaa Jedhee .Jedhama.๐Ÿ˜ƒBy
Fulaa page kenaa like Follow gochuu hin dagatinaa

26/04/2020

Oromoon Oromoo gaachana,Oromiyaaf wabiidha.

Akkuma seenaa darbee fi taatee har'a keessa jirru irraa hubannutti diinni Oromoo tooftaa walfakkaatan Oromoo cabsaa ture. Warri har'a jiranis karooruma diinni kaleessa ittii fayyadame deebisuuf halkanii guyyaa hojjatu. Ilmaan naafxanyaa handhuura Finfinnee irraa Oromoota Tuulamaa kumaatamaan buqqistee, ajjeestee fi biyyaa baasuun qabeenya Oromoo irratti abbaa taatee hafte. Kana qofaa miti imala dheeraa deemun Oromoota iddoo biraa jirus waliin cabsite.

Gaafa rakkoon hammasii Oromootaa fi biyya Oromoo irra gahaa ture namni birmaatef hin jiru. Garuu ofii isaatif gaachana waliif ta'ee bara wal baase. Walitti irkatee deebi'ee of gurmuusse. Qabeenya isaa, lafa isaa fi waan qabu hunda waliif qoodee hanga har'aa gahe.

Oromoota Tuulamaa gaafas Ilmaan naafxanyaa isaa irraa buqqisan osoo Oromoonni Arsii, Harargee, Booranaa, Gujii fi Baalee akka ilmaan haadhaatti ofitti fudhachuu baatanii silaa har'a maaltu ta'a ture? Akkasumas osoo Oromoota Abdii illee shiraan buqqise Oromoonni iddoo biraa jiran hundi gaaddisa ta'uufii baatanii silaa maaltu uumama ture?

Oromoon wal malee fira biraa waan hin qabneef kaleessas ta'ee har'a ofii isaatii du'a wal oolche. Gaafa rakkoo Gondar ykn gojjam hin deemne. Kan biraa haa hafuutiii gaafa biyya takka taanee waliin jiraachaa jirru kanatti, Oromoota naannoo Sumaalee irraa buqqa'an namni bira dhaabbate hin jiru. Telecom gargaarsi gama isaatin akka walitti hin qabamne hin uggurree? Kan biraa heddu kaasuun ni danda'ama.

Garuu Bilxiginnaan yeroo ammaa maal hojjachaa jirti? Gaaffii Oromoon amaanaa itti kenne eessan geettee jirti ?
Kan nama gaddisiisu Warri kaleessa dhiiga ilmaan Oromootin aangotti ol bahe, gocha Minilik ilmaan Oromootti hojjachaa ture caalaa Oromoota diiguuf halkanii guyyaa hojjachaa jiru. Yeroodhaf Oromoo gosa tokkoo ofitti qabanii kan hafan rukutuuf, tokkummaan Oromoo akka diigamuuf, diinni ol'aantummaa akka argatuuf, wanti Oromoo fi Oromiyaa jedhamu yeroo dhumaatif akka badu dhagaa hunda buqqisanii hojjachaa jiru.

Ergaan nuti Bilxiginnaaf qabnu Oromoota kaleessa gaadisa waliif ta'uun, Oromoo fi Oromiyaa waliin utubee asiin gahe faaydaa xixiqqoof jecha addaan qoodanii gabrummatti deebisuun tasumaa hin danda'amuutii dhiisaa!
Tooftaan hidhaa, gidirsaa fi ajjeechaa isin akka falaatti qabattanis isin hin baasu waan ta'eef irraa dhaabbadhaa isiniin jenna.

Ilmaan Oromoo mootummaa keessa jirtan yoo dandeettan gocha faashishtii Bilxiginnaan karoorfatte yoo dandeettan dhaabsisaa, yoo dadhabdan harka keessaniin Oromoo gabrummaatti deebisuu irraa if qusadhaa! Oromiyaa Ilmaan keessaniif taatu ijaaruuf hojjadhaa malee.

Ummanni Oromoo gama isaatin shirri amma xaxamaa jiru shira diigumsaa fi cabiinsa Oromoo waan ta'eef waan dandeettaniin fuuldura dhaabbadhaa !

Hayyoonni fi jaarmiyaaleen siyaasa Oromoo yeroo kamiiyyuu caalaa tokkummaa keessan uumtanii qabsoo bilisummaa Oromoo fiixan baasuu qabdu.

Nagayaan naaf ola!

Ashamaa harkaa funee Guyyaa ha.aa biyaa Egypt magala October 6 kesatii lamii biyaa soriya kan ta.e dhibee Coronatin qaba...
08/04/2020

Ashamaa harkaa funee
Guyyaa ha.aa biyaa Egypt magala October 6 kesatii lamii biyaa soriya kan ta.e dhibee Coronatin qabamee kan jedhuu oduun naa gese
Jirtii namaa achii jirtaaa jiruu of eganoo akaa godhan sher godhaa biran gahaa
Achumaan page kanalee
Laik gochu hin dagatiina
By

OBOLESA JECHUUN YOM DHALOTA QOFAA....
22/01/2020

OBOLESA JECHUUN YOM DHALOTA QOFAA....

Oboo jawar Mohamad Stop oromoo killing Jechaa jiraa 2020 bodaaBagaa Gamadan Bagaa gamanee
18/11/2019

Oboo jawar Mohamad
Stop oromoo killing
Jechaa jiraa 2020 bodaa
Bagaa Gamadan
Bagaa gamanee

WAA SADII BEEKIIAriiin....umrii nyataa Kolfii qalbii nyataa Sobnii ...hiriyaa nyataaWaa sadii waa sadiihin fuuriiHiyumaa...
17/11/2019

WAA SADII BEEKII

Ariiin....umrii nyataa

Kolfii qalbii nyataa

Sobnii ...hiriyaa nyataa

Waa sadii waa sadiihin fuurii

Hiyumaa ..hojiin
Walala.....barumsan

Arii..obsaan

YOO SITII TOLEE LIKE Follow godhii
Page kanaa galatomaa

Ebifamen dhufaa Jedhee senee wadaaHarmee hin daganeWaa.ee kankes yadaWadaa Kee hundumaaOf kesatii badhee Gafuu hagabuu b...
11/11/2019

Ebifamen dhufaa
Jedhee senee wadaa
Harmee hin dagane
Waa.ee kankes yada

Wadaa Kee hundumaa
Of kesatii badhee

Gafuu hagabuu bulaa
Yoo argadhes nyadhee
Gafan manaa ba.uu
Imimaan cobsitee
Jabadhuu dhalaa koo jetee
Naa gorsitee
Anis tolee jedhee anaa
Gagesitee
Hin dhiphatin
Jetee naa jajabesitee

Akaa hiriyaa kotan maqa
Koo ol siif kastee
Hiyumaa koo kesaa
Natuu sii basaa

Jedhee isan sif galee
Wadaa koo hundumaa
Dandiratii dhisee
Dhuftee Guyana dhumaa harmee
Koo hin gadiin isan cabsee
Wadaa ofis hin dhiphisiin
Wa.ee kiyaa yadaa

Nan bekaa sii gubaa
Garachaa keef tiruu
Naa hin egin harmee koo
Dhufatiin koo hin jiruu (2)

Anii tasaa hin damaquu
Kan dhumaa rafeeraa

Naa hin egin harmee koo
Ebii koos hafeeraa
Nagatii harmee koo
Umrii naaf dheradhuu
Du.ain naa yadadhuu by
Sher sher
(Like page) by

Yaa garaa jabenyaa namaa
10/11/2019

Yaa garaa jabenyaa namaa

09/11/2019

As wr wb Bagaa
Ayaana mowlida
Kan bara 2012 itin isin
Gahee

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jemsi oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jemsi oro:

Videos

Share

Nearby media companies