Faana Milkii

Faana Milkii Qabeenyi osoo kennituu siif
dabalamaa deemu
Beekumsa qofa.😍

24/11/2023

"namni galmeen saa akka isa gammachiistu barbaade, istighfaara haa baay'isuu"
Rasuul {ﷺ}

17/11/2023

Irra caalaa khalqii Ergamaa keenya
Nabi Muhammad irratti salawaata
haa buufnuu ﷺ

👉 "Yaa Rabbii keenya nuti sitti balleessinee lubbuu teenya   jirra, yoo balleessaa teenyarra nuu dabartee nuuf   baatte ...
17/11/2023

👉 "Yaa Rabbii keenya nuti sitti balleessinee lubbuu teenya jirra, yoo balleessaa teenyarra nuu dabartee nuuf baatte ammallee yoo Rahmata nuuf godhuu baatte warra badee Khasaaramerraa taanaa Yaa Rabbi nuuf araaramii rahmata nuuf godhi."

09/11/2023

Balballli Rahamataa fi Rizqii akka siif Banamu barbaaddaa?Nabiyyii kee irratti Rahamata Buusuu Heddummessi.
اللهم صل وسلم على نبينا محمد.

03/11/2023

Jaalallee keenya nabi muhammad
irratti salawaata buusuu
haa baay'isnuu ﷺﷺﷺ

Alhamdulillah 🥰🙏🤲
25/10/2023

Alhamdulillah 🥰🙏🤲

SHIRKIIN BADII GUDDOODHARabbiin ol tahe akkana jedhe “Allaah isatti qindeessuu hin araaramu, waan sanii gadii (balleessa...
10/10/2023

SHIRKIIN BADII GUDDOODHA

Rabbiin ol tahe akkana jedhe “Allaah isatti qindeessuu
hin araaramu, waan sanii gadii (balleessarraa) abbaa
barbaadeef ni araarama, namni Rabbitti qindeesse
dhugaa kijiba guddaa kijibee jira.”

Rabbiin ol tahe akkana jedha “namni Rabbitti qindeesse
dhugumaan jallina guddaa jallatee jira.”

Rabbiin ol tahe akkan jedha “egaa nama Rabbitti qindeessu
Rabbiin jannata isarratti haram godhee jira.qubannoonni
isaa ibidda, roorristootaaf tumsaan hinjiru.”

Rabbiin oltahe akkana jedhe “namni Rabbitti qindeessu akka
waan samirraa gadi darbameeti kan allaattiin isa bubbuttu
yookaa kan qilleensi bubbeen bakka fagotti isa darbitu.”

RABBIIN Shirkii irraa nu haa eeguu

Halkan jumma Nabii Muhammad irratti salawaataBuusi halkan keessan bareecha        SAW SAW SAW ❤❤
05/10/2023

Halkan jumma Nabii
Muhammad irratti salawaata
Buusi halkan keessan bareecha
SAW SAW SAW ❤❤

05/10/2023

الحمدلله على كل حال

29/09/2023

Halkan kana kan milkii isiniif haa taasisu rahmaan 🤲

29/09/2023

Nagaa fi Rahmanni Ergamaa
Rabbii Nabi Muhammad [S.A.W]
irratti haa jiraatu..

Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan"Tokkoon keessan hin amanne, hanga ifirra, ilmaan keessanirra, maatii keessan cufarra n...
27/09/2023

Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan
"Tokkoon keessan hin amanne, hanga ifirra, ilmaan keessanirra, maatii keessan cufarra na jaaalattanii"

Yoo Ergamaa Rabbii jaalatte Salawaata Isaanirratti buusuu hin hifattu.

الهم صل وسلم وبارك على سيدى محمد

27/09/2023

Mowlidii Bida'aadha::
"كل بدعة ضلالة وكل ضلالة في النار"

26/09/2023

Nama dachii gubbaatti adaba dhabee,keessa dachitti Rahmaan isa adaba!
RABBIIN adaba nuu hin dhorgatiin!Jallina namootaaf sababa nuu hin godhiin.

Yeroo mara wanni wal yaadachiisuu qabnu Qur'aanaa qara'uu akka Hin daganneedha.Wlh nama Qur'aana qabate, Irratti ciche k...
23/09/2023

Yeroo mara wanni wal yaadachiisuu qabnu Qur'aanaa qara'uu akka Hin daganneedha.

Wlh nama Qur'aana qabate, Irratti ciche ka hoongaye agarree hin dhageenye. Yaawoo yoo milkii barbaadde Qur'aana waan Rabbiin siif laaffise Qara'uu hin dhiisin.

Finfinneetti Ragaa Gaa'ilaa malee Dhiiraafi dhalaan siree  buluu hin danda'an jedhame.  Dhiiraa fi dhalaan waraqaa ragaa...
23/09/2023

Finfinneetti Ragaa Gaa'ilaa malee Dhiiraafi dhalaan siree buluu hin danda'an jedhame.

Dhiiraa fi dhalaan waraqaa ragaa fuudhaa yoo hin qabaanne siree Hoteelaa kirreefachuu akka hin dandeenye himame.

Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti waraqaa ragaa Jaarsaa fi Jaartii Ta'uu mirkanneesssu yoo hin qabaanne dhiiraaf dubartiin Siree Hoteelaa qabatanii buluu akka hin dandeenye seerri ba'e.

Manni Qopheessaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee, akkuuma Qulqullina magaalichaa eeguun itti gaafatamummaa isaa baha jiruun,xiinsammuu fi jireenyaa hawwaasummaas to’achuu waan irraa eegamuuf dhiraaf dubartiin waraqaa ragaa fuudhaa malee mana siree buluu akka hin dandeenye labsiin haaraan bara kana keessatti hojii irra akka oolu beeksiseera.

Ammaan booda warrii abbootii qabeenyaa mana ciisichaa qabanii fi waardiiyootaaf xalayaan akkeekkachiisaa akka isaaniif kennamu Mana Qopheessa magaala Finfinneetti kutaan beeksiisaa addeessee jira..... Mashallah

19/09/2023

Gammaddee jiraachuuf fayyaa cinatti mul'ataaf abdii qabaachuun gahaadha. Alhmdlillah!

Faana Milkii

Maqaan isaa Robert bauer jedhama, taphataa kubbaa miilaa beekkamaadha,yeroo ammaatti kilaba kubbaa miilaa saud Arabia   ...
19/09/2023

Maqaan isaa Robert bauer jedhama, taphataa kubbaa miilaa beekkamaadha,yeroo ammaatti kilaba kubbaa miilaa saud Arabia ta'if jedhamuuf taphata.
Kunoo gara amantii haqaa islaamummaatti deebi'ee jira.
Irratti rabbi haa sabachiisu.
Islaamummaan ganaadha roga maraan dagaaguuf teeysi!

Guddinni kee namoota jijjiirama kee hin barbaanneef sodaa dha.
18/09/2023

Guddinni kee namoota jijjiirama kee hin barbaanneef sodaa dha.

18/09/2023

Nadhii Dammaa
Dhandhamuf Ilkee
Kanniisaa Obsi !!!

Faana Milkii

17/09/2023

Gowwaa nama jechun1) waan bu'aa isaaf hin qabne kheeysa gale haasawa.2) waan hin gaafataminif deebisa kenna.
12/09/2023

Gowwaa nama jechun
1) waan bu'aa isaaf hin qabne kheeysa gale haasawa.
2) waan hin gaafataminif deebisa kenna.

Perezidaantiin Turkii Erdoogaan walgahii G20 Hindiitti gaggeeffamaa jiru irratti akkana jedhan~~~~''Awurooppaa keessatti...
11/09/2023

Perezidaantiin Turkii Erdoogaan walgahii G20 Hindiitti gaggeeffamaa jiru irratti akkana jedhan
~~~~
''Awurooppaa keessatti maqaa bilisummaa yaadaatiin eegumsi polisii taasifameefii sochiin islaama maqaa balleessuufi muslima miidhuuf gaggeeffamu haleellaa ifatti mul'atu akkasumas yakka dhiifamni hin godhamneefi kan nuti cal'isnee bira dabarruu miti.

Qur'aana adda-baba'ii irratti gubuun mirga yaada ofii bilisaan ibsachuudha jedhamee salphumatti bira darbuu hin danda'amu. Kun yakka farra islaamummaa ifa taheedha, jala murree dubbanna.

Turkiin yoomiyyuu gocha farra islaamummaa isaan gadhee boodatti hafaa ta'e kanaafi dhiifama hin gootu, cal'istees hin darbitu'' jechuun perezidaantiin Turkiyyee Recep Tayyip Erdoğan dubbatan.

Leenca islaamaa jaarraa kanaa, goota sodaa hin beekne, abbaa kaayyoo dhugaa, wataaddara diinii islaamaa,,, Rabbiin hamtuu sirraa haa qabu, umrii kee keessa barakaa nuuf haa kaa'u .🙏...🥰

Ka rabbiin wajjiin jiru waan dhaben qabu, jiruu tee keessatti rabbi si waliin haa jiraatu!
07/09/2023

Ka rabbiin wajjiin jiru waan dhaben qabu,
jiruu tee keessatti rabbi si waliin haa jiraatu!

Yero tokko tokko ni injifataa Yero tokko tokko mo'atamte dogoggora kee irra baratta
06/09/2023

Yero tokko tokko ni injifataa
Yero tokko tokko mo'atamte dogoggora kee irra baratta

Milkaa’inni bu’aa carraaqqii, abjuu fi carraati.
06/09/2023

Milkaa’inni bu’aa carraaqqii, abjuu fi carraati.

Gammachuu guutuu yoo barbaadde.....
05/09/2023

Gammachuu guutuu yoo barbaadde.....

Hin JIJJIIRIN!!!!
05/09/2023

Hin JIJJIIRIN!!!!

Namni tokko si waliin kolfeef gaarii sitti hin fakkatin callisef hamaa sitti fakkatin.
02/09/2023

Namni tokko si waliin
kolfeef gaarii sitti hin fakkatin
callisef hamaa sitti fakkatin.

Rabbiin si milkeessuuf eenyullee  hin gargaarsifatuAti garuu milkaahuuf allah qofa gargaarsifadhu.
02/09/2023

Rabbiin si milkeessuuf eenyullee
hin gargaarsifatu
Ati garuu milkaahuuf allah qofa gargaarsifadhu.

Waa ☘️afur(4)☘️rabbi siif haa laaffisu.1. Kheeyrii hojjachuu2. Haraam eegachuu3. Dilii rraa towbachuu4. Ibaadaa hojjachu...
01/09/2023

Waa ☘️afur(4)☘️rabbi siif haa laaffisu.
1. Kheeyrii hojjachuu
2. Haraam eegachuu
3. Dilii rraa towbachuu
4. Ibaadaa hojjachuu.

31/08/2023

Dhukkuba mana yaalaa isin geeysu, Rakkina fuula namaa isin dhaabu Rabbii anaa fi isinirraa haa qabu 🤲 Aamiin yaa Allaah.

☆Manguddoo_Kabajuu  ( S A W ) akkana jedhan, Namni guddaa keenya hin kabajneefi, Namni xiqqaa keenyaaf garaa hin laafne,...
31/08/2023

☆Manguddoo_Kabajuu
( S A W ) akkana jedhan, Namni guddaa keenya hin kabajneefi, Namni xiqqaa keenyaaf garaa hin laafne, nurraahii miti” jedhan. Islaamummaan amantii guutuudha.

31/08/2023

" Obbolessoo ardiin baldhoon deemtee
fixuu hin dandeenne tuni, wanti sitti dhiphatteef,yaada keettu dhiphaadhaa,
yaada kee baldhifadhuu laali!"

✍️ Ustaz Cush Land Sufian Usman

31/08/2023

Namoonni heddun if duuba si harkiisuuf waan hin janne hin qaban, Ati garuu jecha isaaniitif bakka hin kennin.

30/08/2023

Ka rabbiin wajjiin jiru waan dhaben qabu, jiruu tee keessatti rabbi si waliin haa jiraatu!

30/08/2023

Yaa Allaah!
Haajaan teenya hedduudha, ati haajaa nu baasi.🤲🤲

22/05/2023

Jireenya adduunyaa kana namni keessa dabru dandahu nama hiikkan gadda fi gammachu galtef qofa

15/05/2023

Namni gatii qabu waan isa hin galchinee
keessa hin seenu! "Toliinsi garbichaa waan isa galchinee keessa galuu dhiisuu dha" jedhan Rasuulliﷺ. ❣

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faana Milkii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share


Other Digital creator in Adama

Show All