Jossy melkamu

Jossy melkamu Love and happiness sharing

  sana
22/08/2023

sana

01/06/2023
Worship almaghty God!!!
04/10/2021

Worship almaghty God!!!

Good morning friends!!
02/08/2021

Good morning friends!!

Isa kaleessaa beekuuf har'a obsuu qabda!!! "Jos poem
01/06/2021

Isa kaleessaa beekuuf har'a obsuu qabda!!! "Jos poem

18/05/2021

!
Qaamaan bilisa ta'anii sammuun gabroomuurra sammuun bilisoomanii qaamaan qabamuu wayya. Baay'een qaamaan qabamee sammuun garuu qabaadhaa oli. Kaanimmoo, qaamaan iddoo fedhe ooluu danda'ullee, yaadaan saanduqa namni biraan hojjeteefii keessa jiraata. Akkanaan gabrummmaa bilisummaa fakkaatu weeddisaa bara lakkaawwata. Hidhaan qaamaa irree keessa; kan sammuus sammuumarraati. Hamma abbaan hineenyamnettis, namni sammuu ofii nama jalaa akka fedhe godhatu hinjiru. Sababnisaas eenyuyyuu hidhaa ittiin sammuu nama biraa hidhu ofharkaa hinqabu.
Abbaan irree/humnaa, humnasaan nama reebuu danda'a; qabees iddoo barbaade nama geessa ta'a, garuu sammuu namaa ofharka galfachuunsaa waan hinyaadamne. Sammuun irreen oli! Humnaan jabaachuun yaadaan fagaachuu miti; yaadni kan sammuu qofaati! Kanaafuu, qaamakee tikfachuuf yookaan faayidaa yeroof, bilisummaa sammuukee nama biraaf hinkenniin. Sammuun bilisa bahe, qoricha waan hundaati. Warreen qaamaan qabamanii jiranis sammuun qabaman jechuu miti. Sammuun irreen oli! Harka hinkenniin!

©Abdiisaa Ejjetaa

Kaleessakoo situ bareecheHin yaada'u kan harra'aaf borii
17/12/2020

Kaleessakoo situ bareeche
Hin yaada'u kan harra'aaf borii

13/05/2020

02/04/2020
02/04/2020

Of eeganii yaa waaq na eegi jedhu.

Come ale go ale kkkkkkk
15/03/2020

Come ale go ale kkkkkkk

15/03/2020


Koronaa..... 4 gaheera

Guyyaa har'aa finfinneetti namoonni biroo 3 vaayirasichaan qabamuun mirkanaayee jira.

Lammii Itoophiyaa 1 fi lammiilee Jaappaan 2 ta'uufii namicha jalqabaa waliin walitti dhuffeenya kan qaban ta'uun beekame.

Kiristoos haala Kam gargarraadha.
14/03/2020

Kiristoos haala Kam gargarraadha.

Waaqayyoottan kooluu gala Isa iddoo baqaa godhadhee......
14/03/2020

Waaqayyoottan kooluu gala Isa iddoo baqaa godhadhee......

Yeroo hundumaa gooftaatti gammaadaa Ammaasirra deddebi'ee nan jedha gammaadaa Fil 4:4
15/02/2020

Yeroo hundumaa gooftaatti gammaadaa
Ammaasirra deddebi'ee nan jedha gammaadaa

Fil 4:4

Uummati oromoo ammayyuu dararamaa jiru kun Harar magaala baddessaatti oromoota mana adabaa jiraniidha. Uggum Kan keenya ...
15/02/2020

Uummati oromoo ammayyuu dararamaa jiru kun Harar magaala baddessaatti oromoota mana adabaa jiraniidha.
Uggum Kan keenya kana!!

Galannikee narra daarii dhuma!!!
10/02/2020

Galannikee narra daarii dhuma!!!

Address

High Way
Adama
ADAMA

Telephone

+251917375705

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jossy melkamu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jossy melkamu:

Share

Category